ABBI TECH
前往频道在 Telegram
Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
显示更多4 727
订阅者
-224 小时
-217 天
-9530 天
帖子存档
4 727
Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Commercial Bank of Ethiopia
Kabajamtoota maamiltoota baankii keenyaa hundaaf
=====
Rakkoo muudateen tajaajilli baankichaa dameetti kennamu, kan intarneetii, moobaayilaa, fi tajaajilli CBE Birr' addaan citee jira.
Tajaajila baankii deebisuuf saffisaan hojjechaa waan jirruuf obsaan akka nu eegdan.
Rakkoo uumameef dhiifama isin gaafanna. Via CBE
4 727
ATTENTION!!
+1000% coin will be posted in BINANCE WHALE'S LEAK🚀🚀
Link open only for LIMITED TIME🕓
JOIN FAST👀👇
https://t.me/+rDT7H_njmis4ODQ0
4 727
Do you enjoy reading this channel?
Perhaps you have thought about placing ads on it?
To do this, follow three simple steps:
1) Sign up: https://telega.io/c/abbi_tech
2) Top up the balance in a convenient way
3) Create an advertising post
If the topic of your post fits our channel, we will publish it with pleasure.
4 727
Woww waltajjii jalqabaa maallaqa kaffalu 💷 telebirr Dhan Ethiopia keessatti Telegram irratti
Dhuguma 👍
4 727
Hojii gaggeessaan olaanaa OpenAI Sam Altman Miidiyaan Hawaasaa Dorgommaa Googletti AI-data Gurguruuf Waliigaltee Guddaa Doolaara Miiliyoona 60 Ta'us IPO Reddit Irraa Miliyoonaan Lakkaa'amu Argachuuf Qophaa'e
Hojii gaggeessaan olaanaa OpenAI Saam Altman dhiyeessii ummataa jalqabaa Reddit (IPO) dhufu keessatti nama ijoo ta'ee mul'ateera, waltajjii miidiyaa hawaasaa irratti qooda guddaa qaba.
OpenAI keessatti hoggansa fi invastimantii hojiiwwan teeknooloojii adda addaa irratti gochuun kan beekamu Altman, qooda Reddit %8.7 kan to'atu yoo ta'u, kunis abbaa aksiyoonaa guddaa marsariitichaa sadarkaa sadaffaa irratti isa kaa'a.
📢 | ■ @abbi_tech
4 727
Dhengadda turtii sa'aatii 1-2 hin caalleef tajaajilli Fayyadamaalee(apps) dhaabbata #meta adda cituudhaan walqabatee dhaabbatichi #doolara_Bil20 ol kasaaruu ibse.
Kisaaraan kun yoo hiramu hundeessaa fi hoji-gaggeessaan olaanaan dhaabbatichaa #markzuckerberg Doolara #bil3 ol kasaaruutu himame.
Addunyaan kun fuggisoodha!
📢 | ■ @Oro_Tech_Tipz
4 727
#Telegiraam
Telegiraamiin sa'aatii muraasa keessatti fayyadamtoota haaraa miliyoonaan lakkaa'aman horateera.
Hundeessaa fi hoji gaggeessaan Telegraama Pavel Duroov akka jedhetti, erga Feesbuukii fi Inistaagiraamii sa'aatiidhaaf hojii dhaabanii booda namoonni miliyoonaan lakkaa'aman "Telegram"tti makamaniiru.
Hojii gaggeessaan Olaanaa; ''Erga Inistaagiraamii fi Feesbuukiin addaan cite sa'aatii darban keessatti namoonni miliyoonaan lakkaa'aman galmaa'anii qabiyyee Telegiraamii irratti qoodataa jiru,'' jedhan.
"Telegraamiin" tajaajiloota kanneen caalaa amanamaa ta'uus dabalaniiru.
"Hojjetoota dhaabbataa Meetaa caalaa dachaa kumaan xiqqaa ta'us, qabiyyee fooyyessuu fi kalaqa haaraa appii kana irratti dabaluuf nutu saffisa," jedhaniiru.
Hojii gaggeessaan Olaanaa, "Bara 2023tti daqiiqaawwan 525,600 waggaa keessaa tajaajila Telegiraamii daqiiqaa 9 qofaaf ture argachuun kan hin danda'amne, kunis Telegiraamiin %99.999983 hojiirraa akka ture agarsiisa" jedhan.
📢 | ■ @Oro_Tech_Tipz
4 727
Chaarjariin suphameefi sirrii hin taane namaafi mobaayiliirratti miidhaa attamii qaba?Yeroo baayyee chaarjariiwwan bilbila harkaa cituu gahaniifi suphaman fayyadamuun miidhaa hangam akka qabu hedduu hin yaadamu. Haata’u malee, balaa cimaa hin yaadamne qaqabsiisuu danda’u. Chaarjariiwwan suphamaniifi cituuf jedhaniitti fayyadamuun bilbila harkaa keenyarratti ta’e, nurraan miidhaa hin eegamne cimaan qaqabsiisuu akka malu baayyee waan hubatame miti jedhu oggeessoonni. Chaarjariiwwan cituu gahan alattis, kanneen orijinaala hin taanes bilbila keenyarraan miidhaa qaqabsiisuu malu. Ofii chaarjariiwwan akkasii kanneeniitti fayyadamuun rakkoolee attamii qaqqabsiisuu danda’u?
Balaa elektiriikiin qabamuBilbilli harkaa keenya chaarjarii cituuf adeemuun ykn kan suphameen yoo anniisaa akka guutamu taasiifnutti, balaa elektirikaan qabamuf nama saaxiluu danda’a. Sababii kanaatiin addunyaarratti lubbuun namoota hedduu kan darbe ta’u gabaasaaleen ni mul’isu. Dhaabbanni nageenya elektirikii irratti hojjatuufi Yunaayitid Kingidam Landan keessatti bu’uurreeffate tokko, ‘‘chaarjaroonni fakkeeffamanii hojjatamaniitti fayyadamuun balaa qabaachuu akka danda’u,’’ akeekkachiisa. ‘‘Chaarjariiwwan fakkeeffamanii hojjataman hedduu waliitti qabuudhaan akka sakkataaneetti, harki 98 kan ta’an fayyadamtootarra balaa cimaa qaqabsiisuu kan danda’aniidha’’ jechuudhaan marsariitii isaarratti barreesse.
Ibiddaafi dhohiinsa:Chaarjariiwwan sirrii hin taaneetti fayyadamuun balaa ibiddaa hordofsiisuu danda’a. Funyoowwan chaarjarii sirrii hin taaneefi rakkoo qaban ‘‘bilbilli harkaa keenya hanga barbaadamuun ol akka ho’u akkasumas akka dhohuu gochuu danda’u. Kana malees carraa balaa qaqabsiisuu umuu danda’a’’ jechuun dhabbanni nageenya elektirikaa kun kan akeekkachiise.
Baatirii faayidaan ala taasisuu:Chaarjariiwwan fakkeeffamanii hojjataman ykn kan irra deddebiin suphaman bilbila keenya gubuu danda’u. Haata’u malee yoo chaarjarii akkasiittiin fayyadamnu, baatiriin bilbila keenyaa wal jalaan dadhabaa adeemuun sadarkaa tajaajila dhaabuu irra gahuu danda’a.
Chaarjarii fakkeeffamanii oomishaman maaliin adda baafna ?Garaa garummaa chaarjarii isa sirriifi kan fakkeeffamee hojjatame jidduu jiru adda baasuuf kan beekumas adda barbaachisu miti kan jedhan oggeeyyoonni, kanneen fakkeeffamanii hojjataman (fake) ta’u salphaadhumatti adda baasuuf malawwan dandeessisan beeksiisaniiru. Barreeffama chaarjarii irra jiru, mallattoo omishaa fi qulqullinasaaa hubachuun yoo ilaaltan hanqina tokko ni agartu. Fiixee sookkeettiisaa ilaalaa. Sirrii yoo ta’u baate, yeroo baayyee kan calaqisaniifi sirrii waan hin taane argu dandeessu. Ulfaatiinni chaarjarootaa, wantoonni irraa hojjataman rakasaa fi ulfaatinnisaanii kaaniin addadha. Sababii isaan fakkeeffamanii hojjataman keessoon isaanii duwwaa ta’ef ni salphatu.
Haala qabiinsa ChaarjariiChaarjariin bilbila keenyaa akka hin hojiin ala hin taaneefi akka adda hin cinnee haala qabiinsaa fi haala itti oolkeenyuuf of eeggannoo gachuun barbaachisa. Funyoo chaarjarii haala cituu fi cacabuu danda’uun maruu hin barbaachisu. Akkasumas baayyee cimee akka hin dachaane fi eddo aduu ykn ho’aaf hin saaxilamne qofaa kaa’u qabna. Bilbila keenya wayita chaarjii kan goonee ammo yoo baatiirii fixachuutti dhiyaate yoo ta’e gorfama. Kana malees bilbila keenya dhaamsuun osoo chaarjii gonee baatiiriisaa yeroo dheeraaf itti fayyadamu dandeenya. Gama biraatinis halkana keessa baatiriin guutee bula jechuudhaan bilbila chaarjii irratti dhiisanii buluun hin gorfamu. Baatiriin bilbilli harkaa keenya amma elektiriikii barbaachisuu qofaa erga chaarjii gooneen booda chaarjarii irraa buqqaasuu abba barbaachisu gorsu oggeessoonni dame kanaa. 💥JOIN 📢 | ■ @Abbi_Tech
4 727
Did you know that strength gives power? Earn money with Shere bot by joining and sharing our channel.
---------------------
ብርታት ሀይል እንደሚሰጥ ያዉቃሉ?ቻላናችንን በመቀላቀል እና ሼር በማድረግ በ@shareBot ገንዘብ ያግኙ።
----------------------
4 727
Congratulations 🎊
Did you know that strength gives power? Earn money with telebirr by joining and sharing our channel.
4 727
Hojjetaan CIA duraanii appiiwwan icciitii ittiin kompiitara 'hack' ykn butuun danda'amu marsariitii odeeffannoo saaxilu Wiikiiliiksiif dabarsee kenne hidhaa waggaa 40'n adabame.
Jooshuwaa Ishikaat suuraawwan sarbama daa'imaa agarsiisu qabachuunis balleessaa dha jedhameera.
4 727
Do you enjoy reading this channel?
Perhaps you have thought about placing ads on it?
To do this, follow three simple steps:
1) Sign up: https://telega.io/c/abbi_tech
2) Top up the balance in a convenient way
3) Create an advertising post
If the topic of your post fits our channel, we will publish it with pleasure.
4 727
💰#Telegram irratti qarshii hojjattanii karaa #telebirr fi #kaardiin fudhachuuf #link kanaan seenaa👇👇👇
🤖100% dhugaadha🎉
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
