ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

Jucs Grade 9

Jucs Grade 9

前往频道在 Telegram
748
订阅者
+124 小时
+47 天
+1130 天
帖子存档
HPE G 9th note 2.pdf

HPE Gr 9 note 1.pdf

Repost from Jucs Grade 7
Guyyaa 9/1/2019 Barattoota Bara 2019 Galmooftan hundaaf Barnoonni guyyaa jalqabaa Fulbaana 11/2019 akka jalqabu beeksifamuun beekamaadha. Kanaafuu Wiixata 11/1/2019 sa'aatii 2:00 irratti barataan galmaa'e tokko osoo hin harca'in mooraa mana barumsaa keessatti meeshaalee barnootaa barbaachisan hunda guuttachuun, akkasumas Yuunifoormii mana barumsaa keenyaa uffachuun akka argamtan isin beeksifna. Hub:- Jalqaba irratti ergaawwan adda addaa waan barataa tokko irraa eegamu ni darba waan ta'eef yeroon argamaa! ============================ ቀን፡ 9/1/2019 ዓ.ም ለ2019 ዓ.ም. የተመዘገባችሁ ተማሪዎች ሁሉ የ2019 ዓ.ም. የትምህርት ዘመን መስከረም 11/2019 ዓ.ም. እንደሚጀምር የሚታወቅ ነው። ስለሆነም ሰኞ መስከረም 11/2019 ዓ.ም. ከጠዋቱ 2፡00 ሰዓት ላይ እያንዳንዱ የተመዘገበ ተማሪ ሳይቀር በትምህርት ቤታችን ግቢ ውስጥ በመገኘት፣ ለትምህርት የሚያስፈልጉ ሁሉንም የትምህርት መሳሪያዎች በማሟላት እንዲሁም የትምህርት ቤታችንን ዩኒፎርም ለብሳችሁ እንድትገኙ እናሳውቃለን። ማስታወሻ፦ በመጀመሪያው ላይ ከእያንዳንዱ ተማሪ የሚጠበቁ የተለያዩ መልዕክቶችና መመሪያዎች ስለሚተላለፍ ፣ በሰዓቱ እንድትገኙ እናሳስባለን! መልካም የትምህርት ዘመን!

Qaammee 5/2018 📢 BEEKSISA Kabajamtoota Maatii Barattootaa Baga bara Haaraa 2019ALI Nagaadhaan geessan jechaa, barnoonni bara
Qaammee 5/2018 📢 BEEKSISA Kabajamtoota Maatii Barattootaa Baga bara Haaraa 2019ALI Nagaadhaan geessan jechaa, barnoonni bara 2019 ALI tti Fulbaana 11/2019 ALI tti waan eegaluuf kanuma beekuudhaan barattoonni M/B Bu'uura Boruu(KG),kutaa 1-6,7-8 fi 9-12 hundinuu meeshaalee barnootaa fi Yuunifoormii barbaachisu guuttachuudhaan ganama sa'aatii 2:00tti mana barumsaatti argamuun barnoonni kan eegalu ta'uu isaa kabajaan isin beeksifna. fayyadamtan isin hubachiifna. Nagaa wajjiin!! Bulchiinsa MB KYJ ====//=== 📢 ማስታወቂያ የተከበራችሁ የተማሪዎች ወላጆች/አሳዳጊዎች፣ እንኳን ለ2019 ዓ.ም. አዲስ ዓመት በሰላም አደረሳችሁ! የ2019 ዓ.ም. ትምህርት በመስከረም 11/2019 ዓ.ም. የሚጀምር መሆኑን በአክብሮት እናሳውቃለን። ስለሆነም የቡዑረ ቦሩ ት/ቤት (KG)፣ ከ1ኛ–6ኛ፣ ከ7ኛ–8ኛ እና ከ9ኛ–12ኛ ክፍል ተማሪዎች ሁሉ አስፈላጊውን የትምህርት ቁሳቁስ እና የትምህርት ቤት ዩኒፎርም በማሟላት ጠዋት 2፡00 ሰዓት ላይ በትምህርት ቤቱ በመገኘት ትምህርታቸውን እንዲጀምሩ እናሳስባለን። ማሳሰቢያ፦ የተማሪዎች አውቶቢስ (Student Bus) ተጠቃሚዎች በተለመደው የመሳፈርያ  ቦታ በሰዓቱ በመገኘት የተማሪዎች የአውቶቢስ አገልግሎቱን እንድትጠቀሙ በአክብሮት እናሳስባለን። በሰላምታ ጋር! የጅማ ዩኒቨርሲቲ  ኮ/ት/ቤት አስተዳደር

Repost from Jucs Grade 11
Barattoota Haaraa Iyyata Galfataniif Qormaanni seensaa gaafa Roobii 4/13/2018 sa'aatii 2:30 irraa eegalee kennama waan ta'eef yeroon argamaa! ======================= ለአዲስ ተማሪዎች ማመልከቻ ላስገባችሁ የመግቢያ ፈተናው ረቡዕ 4/13/2018 ዓ.ም. ከ2፡30 ጀምሮ የሚሰጥ በመሆኑ በሰዓቱ እንድትገኙ እናሳስባለን።

Repost from Jucs Grade 8
25/12/2018 ዓ.ም ለትምህርት ቤታችን መደበኛ ተማሪዎች በሙሉ በ2019 ዓ.ም. መመዝገብ የሚችሉ ተማሪዎች ስማቸው በተዘረዘረው ዝርዝር ውስጥ መኖሩን በማረጋገጥ የክፍላችሁን ክፍያ እንዲፈጽሙ እናሳውቃለን። ስማችሁ በዝርዝሩ ውስጥ መኖሩን ሳታረጋግጡ ክፍያ እንዳትፈጽሙ እናሳስባለን። ወደ ትምህርት ቤት ስትመጡ ማሟላት ያለባችሁ ነገሮች፦ 1. ባለፈው ዓመት የነበራችሁበትን ክፍል ካርድ ማምጣት። 2. የብሔራዊ መታወቂያ (National ID) የFAN ቁጥር። 3. 1 ዶሴ (ለ9ኛ ክፍል)። 4. 1 የመስመር ወረቀት (ለ9ኛ ክፍል)። 5. የ6ኛ እና 8ኛ ክፍል ማስረጃ (ለ7ኛ እና 9ኛ ክፍል)። 6. የተማሪው እና የወላጅ/የቤተሰብ አንዳንድ ፎቶ (ለ9ኛ ክፍል)። 7. የስታፍ ደብዳቤ(ስታፍ ለሆኑት) 8. የክፍያ ሂደቱን ማጠናቀቅ። ማሳሰቢያ፦ የመደበኛ ተማሪዎች ምዝገባ እስከ 30/12/2018 ዓ.ም. ድረስ መመዝገብ አለባችሁ።

Repost from Jucs Grade 8
Guyyaa 25/12/2018 Barattoota Idilee Mana Barumsaa Keenya Hundaaf Barattoota bara 2019tti galmaa’uu danda’an maqaa tarreeffamee jiru ilaallachuun kaffaltii kutaa keessanii akka raawwattan isin beeksisaa osoo maqaan jiraachuu hin mirkaneeffatin kaffaltii akka hin raawwanne isin beeksifna. Yeroo Dhuftan Wantoota guutachuu qabdan:- 1.      Kaardii kutaa keessa turtan fiduu 2.      Lakk. Waraqaa Eenyummaa(National ID) FAN 3.      Doosii 1(Kutaa 9ffaaf) 4.      Waraqaa abba sararaa 1(Kutaa 9ffaaf) 5.      Ragaa Kutaa 6ffaa fi 8ffaa(Kutaa 7ffaa fi 9ffaaf) 6.      Suuraa Barataa fi Maatii tokko tokko(Kutaa 9ffaa) 7.      Xalayaa Istaafii 8.      Kaffaltii xumuruu Hubachiisa:- Galmeen Barataa idilee hanga 30/12/2018 yeroon galmaa’aa.

Kabajamtoota Maatii Barattootaa!! 👉 Galmeen barattootaa bara barnootaa 2019 ALH Hagayya 26/2018 E.C. irraa hanga Qaammee 5/2
+3
Kabajamtoota Maatii Barattootaa!! 👉 Galmeen barattootaa bara barnootaa 2019 ALH Hagayya 26/2018 E.C. irraa hanga Qaammee 5/2018tti kan gaggeeffamu ta’a. 👉 Bakki duwwaan gahaan waan hin jirreef, hojjettoota Yuunivarsiitii Jimmaa (JU)tiin alatti barattoota haaraa hin fudhanne ta’uu isaa cimsinee isin hubachiifna.                      Galatoomaa! ======//===== የተከበራችሁ የተማሪዎች ወላጆች፣ 👉 የ2019 ዓ.ም. የትምህርት ዘመን የተማሪዎች ምዝገባ ከነሐሴ 26/2018 ዓ.ም. እስከ ጳጉሜ 5/2018 ዓ.ም. ድረስ የሚካሄድ ይሆናል። 👉 በቂ ክፍት ቦታ ስለሌለ ከጅማ ዩኒቨርሲቲ ሠራተኞች ውጭ አዲስ ተማሪዎችን የማንቀበል መሆኑን በጥብቅ እናሳውቃለን።                     እናመሰግናለን! ========///====== Dear Parents/Guardians of Students, 👉 Registration for the 2019 E.C. academic year will be conducted from August 26, 2018 E.C. to Pagume 5, 2018 E.C. 👉 Since there are not enough available spaces, we would like to firmly inform you that new students will not be admitted except children of Jimma University staff members. Thank you for your understanding and cooperation.

Guyyaan Galmee Barattootaa bara Barnootaa 2019 Hagayya 26/2018 hanga Qaammee 5/2018 ALHtti waan ta'eef maatiin kanuma beekuud
+2
Guyyaan Galmee Barattootaa bara  Barnootaa 2019 Hagayya 26/2018 hanga Qaammee 5/2018 ALHtti waan ta'eef maatiin kanuma beekuudhaan qophii dursaa akka gootan kabajaan isin beeksifna. =====//====== የ2019 ዓ.ም  የትምህርት  ዘመን የተማሪዎች ምዝገባ ጊዜ ከነሐሴ 26/2018 ዓ.ም እስከ ጳጉሜ 5/2018 ዓ.ም ስለሆነ ወላጆች ይህን በማወቅ ቅድመ ዝግጅት እንድታደርጉ በአክብሮት እናሳውቃለን። =======//======= Registration for the 2019 E.C. Academic Year #We respectfully inform parents that student registration for the 2019 E.C. academic year will take place from Nehase 26, 2018 E.C. to #Pagume 5, 2018 E.C. Parents are kindly requested to take note of these dates and make the necessary preparations in advance. #Thank you for your cooperation. =======//========

ሁሉም ሲባል ኬጂን ያካትታል ?

BEEKSISA:- Barataan Galmaa'u Hunduu Waraqaa Eenyummaa Faayidaa(#Fayida_ID) Qabaachuun Irraa Eegama! 🫰 Barataan bara 2019 hanga kutaa 12ffaatti jiran hunduu NID malee galmaa'uu hin danda'anu. Kanaaf barattootni  hunduu NID isaanii qabatanii FAN isaaniitiin galmaa'uu qabu.  Hatattamaan  kan hin qabne baafadhaa. ========================== ማስታወቂያ፦ ሁሉም የሚመዘገብ ተማሪዎች የፋይዳ መታወቂያ ካርድ (#Fayida_ID) ይዞ መገኘት ይጠበቅበታል! 🫰በ2019 ዓ.ም.  እስከ 12ኛ ክፍል ድረስ ያሉ ሁሉም ተማሪዎች NID ሳይኖራቸው መመዝገብ አይችሉም። ስለሆነም ሁሉም ተማሪዎች NID ይዘው በFAN ቁጥራቸው መመዝገብ አለባቸው።  NID የሌላቸው በአስቸኳይ እንዲያወጡ እናሳውቃለን።

Welcome to the Summer Training Program, organized by Jimma American Corner in collaboration with industry professionals and c
Welcome to the Summer Training Program, organized by Jimma American Corner in collaboration with industry professionals and community partners. This program is designed to equip participants with practical, hands-on skills through a range of specialized training tracks, preparing them for real-world opportunities and success in today’s dynamic and competitive environment. Register Here:https://forms.gle/q3uqDZmdeG8mMV1QA

Repost from Jucs Grade 12
Yaadachiisa Guyyaa Ayyaana Maatii fi Barattootaa Bara 2018 2018 JUCS Students' & Parents' Day Reminder!! =====//=== Ayyaana M
Yaadachiisa Guyyaa Ayyaana Maatii fi Barattootaa Bara 2018 2018 JUCS Students' & Parents' Day Reminder!! =====//=== Ayyaana Maatii Barattootaa Waxabajjii 28, 2018 A.L.I. 📍 Bakka: Mana Barumsaa Kominittii Yunivarsiitii Jimmaa (JUCS) Sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa 🕒 Sa'aatii: Ganama 2:30 – 6:30 ========//======= የተማሪዎች  እና የወላጆች  ቀን ሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም. 📍 ቦታ፦ የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ  አንደኛ እና  ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት 🕒 ሰዓት፦ ጠዋት 2:30 – 6:30 =====//====== Students' & Parents' Day June 28, 2018 E.C. 📍 Venue: JUCS Primary and Secondary School 🕒 Time: 2:30 A.M. – 6:30 A.M. (Morning) #"Celebrating Strong Partnerships Between School and Families for Student Success." =====//======

📢 BEEKSISA #Guyyaan Ayyana Maatii fi Barattootaa Mana Barumsaa Koominittii Yuunivarsiitii Jimmaa sad1ffaa fi sad.2ffaa Waxab
📢 BEEKSISA #Guyyaan Ayyana Maatii fi Barattootaa Mana Barumsaa Koominittii Yuunivarsiitii Jimmaa  sad1ffaa fi sad.2ffaa  Waxabajjii 28, 2018 sadarkaa Manneen Barnootaatti kabajama. #Kanaafuu, maatiin barattootaa, barattoonni, barsiisonni, hojjettoonni fi keessummoonni kabajamoon sagantaa kana irratti argamuun gammachuu fi milkaa'ina ijoollee keenya waliin akka qooddattan kabajaan isin affeerra. 📍 Bakki: Mooraa Mana Barumsaa Koominittii Yuunivarsiitii Jimmaa  sad.1ffaa fi sad.2ffaa 📅 Guyyaa: Waxabajjii 28, 2018 ganama 2:30-6:00 #"Walta'iinsi Maatii fi Mana Barumsaa Milkaa'ina Barattootaaf Bu'uura Cimaadha." #Bulchiinsa M/B Kominiitii Yuunivarsiitii Jimmaa!! =====//==== 📢 ማስታወቂያ #የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ ትምህርት ቤት የ1ኛ ደረጃ እና 2ኛ ደረጃ ት/ቤቶች  የወላጆች ቀን በሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም. ይከብራል። #በዚህ ልዩ ፕሮግራም ላይ ሁሉም ወላጆች በመገኘት የልጆቻችንን ውጤትና እድገት እንዲያከብሩ እና የቤተሰብና የትምህርት ቤት ትብብርን እንዲያጠናክሩ በክብር እንጋብዛለን። 📅 ቀን: ሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም. ከ2:30-6:00(ጥዋት) 📍 ቦታ: ጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ  የ1ኛ ደረጃ እና 2ኛ ደረጃ ት/ቤቶች ቅጥር ግቢ #"የወላጆችና የትምህርት ቤት ትብብር ለተማሪዎች ስኬት መሠረት ነው።"

Share 'Grade 9 Unit 6 Summary note.pdf'

HPE G.9th last note.pdf

NOTICE June 02, 2018 E.C. To Respected Parents/Guardians, ➽ This is to kindly remind all parents/guardians who have not yet paid the June 2018 E.C. school and transportation fees to make the payment as soon as possible. ➽ We would also like to strongly inform you that students whose school and transportation fees remain unpaid will not be allowed to sit for the Second Semester Final Examination. Thank you for your cooperation. With Regards, Administration of Jimma University Community School (JUCS)

Beeksisa Waxabajjii 02/2018 Kabajamtoota Maatii barattootaatiif ➽Kaffaltii Barnootaa fi Geejjibaa barattootaa ji'a Waxabajjii
Beeksisa Waxabajjii 02/2018 Kabajamtoota Maatii barattootaatiif ➽Kaffaltii Barnootaa fi Geejjibaa barattootaa ji'a Waxabajjii Kanneen hin kaffalle atattamaan akka kaffaltan jechaa barataan/ttuun hin kaffalle Qorumsa Xummura See.2ffaa kan hin qoramne ta'uu isaa cimsinee isin hubachiifna. Nagaa Wajjiin! Bulchiinsa M/B KYJ(JUCS)irraa ========//======== ማስታወቂያ ሰኔ 02/2018 ዓ.ም ለተከበራችሁ የተማሪዎች ወላጆች/አሳዳጊዎች ➽ የሰኔ ወር 2018 ዓ.ም የትምህርት እና የትራንስፖርት ክፍያ ያልከፈላችሁ ወላጆች በአስቸኳይ ክፍያውን እንድትፈጽሙ እናሳስባለን። ➽ ክፍያውን ያልፈጸሙ ተማሪዎች የ2018 ዓ.ም የ2ኛ ሴሚስተር የማጠቃለያ ፈተና እንደማይፈተኑ በድጋሚ በአጽንኦት እናሳውቃለን። ከሰላምታ ጋር! የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሙኒቲ ት/ቤት (JUCS) አስተዳደር ========//========

June month Student fee Bill

Repost from Jucs Grade 11
➽Sagantaa Qormaataa Kutaa 7ffaa fi 9-11ffaa ➽Grade 7 & 9-11 Final Exam Schedule
+1
➽Sagantaa Qormaataa Kutaa 7ffaa fi  9-11ffaa ➽Grade 7 & 9-11 Final Exam Schedule