ch
Feedback
Ortodoksii Tawaahidoo Tube

Ortodoksii Tawaahidoo Tube

前往频道在 Telegram

Baga nagaadhaan gara channel keenyatti dhuftan! Channel keenya kana irratti faaruuwwan, barnoota, koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ni argattu! Contact us :- @ortokoo_bot

显示更多

📈 Telegram 频道 Ortodoksii Tawaahidoo Tube 的分析概览

频道 Ortodoksii Tawaahidoo Tube (@orto12tawaahidoo) 是活跃参与者。目前社区聚集了 11 067 名订阅者,在 宗教与灵性 类别中位列第 8 175,并在 芬兰 地区排名第 400

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 11 067 名订阅者。

根据 25 八月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -169,过去 24 小时变化为 -7,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 10.44%。内容发布后 24 小时内通常能获得 3.65% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 156 次浏览,首日通常累积 404 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 1

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
Baga nagaadhaan gara channel keenyatti dhuftan! Channel keenya kana irratti faaruuwwan, barnoota, koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ni argattu! Contact us :- @ortokoo_bot

凭借高频更新(最新数据采集于 26 八月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 宗教与灵性 类别中的关键影响点。

11 067
订阅者
-724 小时
-477
-16930

数据加载中...

标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
八月 '26
八月 '26
+13
在8个频道中
七月 '26
+7
在8个频道中
Get PRO
六月 '26
+6
在9个频道中
Get PRO
五月 '26
+3
在8个频道中
Get PRO
四月 '26
+13
在9个频道中
Get PRO
三月 '26
+3
在9个频道中
Get PRO
二月 '26
+5
在9个频道中
Get PRO
一月 '26
+20
在13个频道中
Get PRO
十二月 '25
+8
在9个频道中
Get PRO
十一月 '25
+189
在12个频道中
Get PRO
十月 '25
+473
在13个频道中
Get PRO
九月 '25
+495
在14个频道中
Get PRO
八月 '25
+571
在15个频道中
Get PRO
七月 '25
+582
在11个频道中
Get PRO
六月 '25
+402
在13个频道中
Get PRO
五月 '25
+81
在16个频道中
Get PRO
四月 '25
+35
在20个频道中
Get PRO
三月 '25
+29
在20个频道中
Get PRO
二月 '25
+28
在25个频道中
Get PRO
一月 '25
+133
在16个频道中
Get PRO
十二月 '24
+42
在9个频道中
Get PRO
十一月 '24
+87
在15个频道中
Get PRO
十月 '24
+119
在24个频道中
Get PRO
九月 '24
+275
在27个频道中
Get PRO
八月 '24
+1 513
在23个频道中
Get PRO
七月 '24
+454
在7个频道中
Get PRO
六月 '24
+376
在5个频道中
Get PRO
五月 '24
+542
在6个频道中
Get PRO
四月 '24
+703
在3个频道中
Get PRO
三月 '24
+745
在4个频道中
Get PRO
二月 '24
+1 121
在3个频道中
Get PRO
一月 '240
在4个频道中
Get PRO
十二月 '230
在30个频道中
Get PRO
十一月 '230
在0个频道中
Get PRO
十月 '23
+41
在0个频道中
Get PRO
九月 '23
+36
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+69
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+94
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+97
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+82
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+105
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+299
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+1 065
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+871
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+98
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+96
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+80
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+67
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+72
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+75
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+61
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+119
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+171
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+234
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+162
在0个频道中
Get PRO
一月 '22
+1 256
在0个频道中
Get PRO
十二月 '21
+582
在0个频道中
Get PRO
十一月 '21
+305
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+727
在0个频道中
Get PRO
九月 '21
+143
在0个频道中
Get PRO
八月 '21
+270
在0个频道中
Get PRO
七月 '21
+742
在0个频道中
Get PRO
六月 '21
+651
在0个频道中
Get PRO
五月 '21
+416
在0个频道中
Get PRO
四月 '21
+295
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+638
在0个频道中
Get PRO
二月 '21
+52
在0个频道中
Get PRO
一月 '21
+28
在0个频道中
Get PRO
十二月 '20
+624
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
26 八月0
25 八月0
24 八月0
23 八月0
22 八月0
21 八月0
20 八月+1
19 八月+3
18 八月0
17 八月0
16 八月0
15 八月+1
14 八月0
13 八月+1
12 八月0
11 八月0
10 八月0
09 八月0
08 八月+2
07 八月0
06 八月0
05 八月0
04 八月+1
03 八月+2
02 八月+2
01 八月0
频道帖子
Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eeliitiin nagaadhaan
Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eeliitiin nagaadhaan isin gahe! Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Gabri'eel eenyudha? Hiikni maqaa isaa hoo? ♦ Qulqulluun Gabri'eel maal maal irratti muudame? ♦ Maqaan Qulqulluu Gabri'eel Kitaaba Qulqulluu keesatti yeroo meeqa barreeffamee argama? iddoo kam kamitti? ♦ Akka Mana Kiristaanaa keenyatti ayyaanonni yaadannoo waggaa kan Qulqulluu Gabri'eel yoom yoomi? Kanneenii fi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 http://bit.ly/47MWcv1 http://bit.ly/47MWcv1

2
Ol Ba'iinsa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Baga jalabultii guyyaa yaadannoo ol ba'iinsa fi du'aa ka'umsa haadha
Ol Ba'iinsa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Baga jalabultii guyyaa yaadannoo ol ba'iinsa fi du'aa ka'umsa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam akkasumas Baga guyyaa hiikaa Tsoomii Filsataa nagaadhaan geessan! Waa'ee Ayyaana Ol ba'iinsa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! https://bit.ly/4ilO8XT https://bit.ly/4ilO8XT
4 194
3
#Hiriyaa Addunyaa kana irra gaafa jiraattu, waan baay'eetu si yaaddessa; si dhiphisas. Haaloota akkasii dandamachuuf, hiriyaa
#Hiriyaa Addunyaa kana irra gaafa jiraattu, waan baay'eetu si yaaddessa; si dhiphisas. Haaloota akkasii dandamachuuf, hiriyaa amanamaa si barbaachisa. Haata'u malee, hiriyaan hamma dhumaatti nama bira hinjiraatu; jireenyaanis haa ta'u du'aan nama irraa adda baha. Kanaaf, 'Kitaabni' ati hiriyoomfattee bara jireenya kee guutuu wajjin jiraattu si barbaachisa. Kitaabni hiriyaa amanamaadha; nama hinlafafu; icciitii namaa hinbaasu; nuffii malee nama gorsa. Haa ta'u malee, haalli raabsaa keenya hanqina guddaa waan qabuuf: dhuunfaadhaanis, namoonni suuqiiwwan qabdanis, waldaaleenis, manneen barnoota dilbataas, barattoonni kolleejjiis, barattoonni yuuniversitiis nu qunnamuun raabsuu akka nu gargaartan, keessumaa baadiyyaa  akka nuuf qaqqabuuf akka nu tumsitanin isiniin jedha! Bilbila: +251923220755
365
4
Qulqulluun Abbaan keenya Abuna Aragaawwiin eenyudha? Baga guyyaa Yaadannoo abbaa keenya Abuna Aragaawwii nagaadhaan geessan!
Qulqulluun Abbaan keenya Abuna Aragaawwiin eenyudha? Baga guyyaa Yaadannoo abbaa keenya Abuna Aragaawwii nagaadhaan geessan! • Seenaa fi Qabsuura Abuna Aragaawwii • Qulqulloonni saglan eenyu fa'i? • Qulqulloonni saglan biyyoota kam kam irraa dhufan? • Abuna Aragaawwiin Mana Kiristaanaa keenyaaf bu'aa maal maalii buusan? Qulqulloonni saglan hoo? Waa'ee Abbaa keenya Abuna Aragaawwii link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/4o9n6Cj https://bit.ly/4o9n6Cj
266
5
Ayyaana Dabra Taaboor ykn Tulluu Taaboor Baga Geessan! ✓ Tulluun Taabor fakkeenya maaliiti? ✓ Raajotaa fi Bartoota walitti ma
Ayyaana Dabra Taaboor ykn Tulluu Taaboor Baga Geessan! ✓ Tulluun Taabor fakkeenya maaliiti? ✓ Raajotaa fi Bartoota walitti maalif waame? ✓ Tulluun Taabor maalif filatame? ✓Maalif Museefi Eliyaasiin filaman? ✓ Bartoota sadanuu adda baasee maalif fudhatee Tulluu sana irrati ol ba'e? Waa'ee Tulluu Taaboor link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://qubeeonline.com/2024/08/dabra-taaboor-ykn-tulluu-taaboor/
314
6
𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐚 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 Baga guyyaa Yaadannoo Hangafa Ergamootaa Qulqulluu M
𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐚 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 Baga guyyaa Yaadannoo Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eel nagaadhaan geessan! ♦ 𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐧𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨? ♦ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐮𝐮𝐝𝐚𝐦𝐞? ♦ 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚? 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢? ♦ 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢? 𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚! 👇👇👇 https://bit.ly/49yFRvA https://bit.ly/49yFRvA
265
7
Ayyaana Dabra Taaboor ykn Tulluu Taaboor ✓ Tulluun Taabor fakkeenya maaliiti? ✓ Raajotaa fi Bartoota walitti maalif waame? ✓
Ayyaana Dabra Taaboor ykn Tulluu Taaboor ✓ Tulluun Taabor fakkeenya maaliiti? ✓ Raajotaa fi Bartoota walitti maalif waame? ✓ Tulluun Taabor maalif filatame? ✓Maalif Museefi Eliyaasiin filaman? ✓ Bartoota sadanuu adda baasee maalif fudhatee Tulluu sana irrati ol ba'e? Waa'ee Tulluu Taaboor link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://qubeeonline.com/2024/08/dabra-taaboor-ykn-tulluu-taaboor/
284
8
Meeshaalee Qulqullaa'oo (ንዋየ ቅዱሳት) Kutaa 1ffaa • Maalummaa Meeshaalee Qulqullaa'oo • Akkaataa Qophii Meeshaalee Qulqullaa'oo
Meeshaalee Qulqullaa'oo (ንዋየ ቅዱሳት) Kutaa 1ffaa • Maalummaa Meeshaalee Qulqullaa'oo • Akkaataa Qophii Meeshaalee Qulqullaa'oo • Iccitii Meeshaalee Qulqullaa'oo • Akkaataa itti fayyadama Meeshaalee Qulqullaa'oo fi k.k.f Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://qubeeonline.com/2025/08/meeshaalee-qulqullaaoo-mana-kiristaanaa-ortodoksii-tawaahidoo1/
359
9
Baga Tsoomii Filsataa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan! Tsoomii Filsataa 🙏 Tsoomii Filsataa j
Baga Tsoomii Filsataa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan! Tsoomii Filsataa 🙏 Tsoomii Filsataa jechuun maal jechuudha? 🙏 Tsoomiin Filsataa maalif Tsoomama? 🙏 Tsoomii Filsataa tsoomuun maalif barabaachise? 🙏 Seenaan Tsoomii Filsataa maalidha? 🙏 Tsoomiin Filsataa guyyoota meeqa Tsoomama? Kanneen fi kanneen biroo waa'ee Tsoomii Filsataa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/4bxzDw7 https://bit.ly/4bxzDw7
424
10
Tsinsataa Maariyaam Hagayya 7 Baga guyyaa Tsinsataa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan! Link kan
Tsinsataa Maariyaam Hagayya 7 Baga guyyaa Tsinsataa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan! Link kana tuquun waa'ee guyyaa yaadannoo ayyaana waggaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam kan Hagayya 7 dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/4zehRbh https://bit.ly/4zehRbh
5 524
11
𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 Baga Guyyaa Yaadannoo Haadha keenya Qulqulleettii Arseemaa nagaadhaan geessan! ♥
𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 Baga Guyyaa Yaadannoo Haadha keenya Qulqulleettii Arseemaa nagaadhaan geessan! ♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚! ♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐝𝐡𝐚? ♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐢𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐭𝐢? ♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐮𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐨𝐨 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐟𝐚'𝐢? 𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚'𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢  𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚! Akkasumas bakka INSTALL jedhu tuquun Application keenya buufadhaa! 👇👇👇 https://qubeeonline.com/2021/05/qulqulleettiin-arseemaa-eenyudha-siiliin-qulqulleettii-arseemaa-inni-sirriin-kamidha/
422
12
Baga Guyyaa Ayyaana Abuna Gabra Manfas Qidduusiin Nagaan isin gahe! ♦ Abuna Gabra Manfas Qidduus eenyudha? ♦ Jaalalli Uummann
Baga Guyyaa Ayyaana Abuna Gabra Manfas Qidduusiin Nagaan isin gahe! ♦ Abuna Gabra Manfas Qidduus eenyudha? ♦ Jaalalli Uummanni Itoophiyaa isaaniif qabu akkamitti kan Qulqulloota kaanirraa adda ta'e? ♦ Uummanni keenya maalif jiruufi jireenya isaa keessatti maqaa Aabboo baayi'naan waama? Kanneenii fi kanneen biroo wantoota ajaa'ibaa waa'ee abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qidduus link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! waliif qoodaa! https://bit.ly/4nXPhEa https://bit.ly/4nXPhEa
376
13
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 1ffaa • Hiika Sirna Qiddaasee • Qoqqoodama Sirna Qiddaasee • Sirna Qiddaasee eenyutu jalqabe?
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 1ffaa • Hiika Sirna Qiddaasee • Qoqqoodama Sirna Qiddaasee • Sirna Qiddaasee eenyutu jalqabe? • Qurbaanaa fi Qiddaasee jalqabaa irratti warra hirmaatan • Kaayyoo guddaa Sirna Qiddaasee Link kana tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/4onNx8v https://bit.ly/4onNx8v
376
14
Baga Kabaja Guyyaa Ayyaana Yaadannoo haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Ba'aataa Maariyaamiin nagaadhaan isin gahe!
Baga Kabaja Guyyaa Ayyaana Yaadannoo haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Ba'aataa Maariyaamiin nagaadhaan isin gahe! Link kana tuquun waa'ee Ba'aataa Maariyaam dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/48KP3ux https://bit.ly/48KP3ux
408
15
Qulqulluu Yohaannis Afaan Warqee ♦ Akka Mana Kiristaanaa keenyaatti kitaabolee hedduu hanga 10,000 ta'aan barreessuun fi hoji
Qulqulluu Yohaannis Afaan Warqee ♦ Akka Mana Kiristaanaa keenyaatti kitaabolee hedduu hanga 10,000 ta'aan barreessuun fi hojiiwwanii fi qabsuurota inni Mana Kiristaanaatiif taasiseen hedduu kan beekamu Qulqulluun Yohaannis Afaan Warqee eenyudha? Link kanaa gadi jiru tuquun waa'ee Qulqulluu Yohaannis Afaan Warqee dubbisaa! Ajaa'iba! hundumti keessan kan dubbisuu qabdan! https://bit.ly/3YUQ2nY https://bit.ly/3YUQ2nY
456
16
Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Dhaloota Haadha Keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan! Waa'ee Dhaloota haadh
Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Dhaloota Haadha Keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan! Waa'ee Dhaloota haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam fi Ayyaana Dabra Mixmaaq link kanaa gadi jiruun seenuun dubbisaa! https://bit.ly/4wpgN32 https://bit.ly/4wpgN32
483
17
Baga Tsoomii Filsataa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan! Tsoomii Filsataa 🙏 Tsoomii Filsataa j
Baga Tsoomii Filsataa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan! Tsoomii Filsataa 🙏 Tsoomii Filsataa jechuun maal jechuudha? 🙏 Tsoomiin Filsataa maalif Tsoomama? 🙏 Tsoomii Filsataa tsoomuun maalif barabaachise? 🙏 Seenaan Tsoomii Filsataa maalidha? 🙏 Tsoomiin Filsataa guyyoota meeqa Tsoomama? Kanneen fi kanneen biroo waa'ee Tsoomii Filsataa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/4bxzDw7 https://bit.ly/4bxzDw7
5 912
18
Baga guyyaa Yaadannoo Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa nagaadhaan geessan! Qulqulluun Yohaannis Cuuphaan eenyudha? Link kana tuquu
Baga guyyaa Yaadannoo Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa nagaadhaan geessan! Qulqulluun Yohaannis Cuuphaan eenyudha? Link kana tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/4fqKP0e https://bit.ly/4fqKP0e
429
19
Qulqulluu Phaawuloos fi Pheexiroos Kitaabolee Kakuu Haaraa keessaa ergaawwan 14 kan barreesse Qulqulluun Phaawuloos fi Hangaf
Qulqulluu Phaawuloos fi Pheexiroos Kitaabolee Kakuu Haaraa keessaa ergaawwan 14 kan barreesse Qulqulluun Phaawuloos fi Hangafni Duuka Bu'ootaa Qulqulluun Pheexiroos eenyudha? ♦ Eessatti dhalatan? ♦ Deemsonni inni taasise arfan bara kam kami? ♦ Biyyootaa fi magaalota kam kamitti barsiisa? ♦ Amaloonni Qulqulluun Phaawuloos fi Pheexiroos qaban maal maal ture? Link kanaa gadi jiru tuquun kanneenii fi kanneen biroo dubbisaa! Qulqulluu Pheexiroos https://bit.ly/4ohZTj7 https://bit.ly/4ohZTj7 Qulqulluu Phaawuloos https://bit.ly/4eaIBQi https://bit.ly/4eaIBQi
434
20
Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii «Nagaa ta'aa! Ani gara Gooftaa kootti deebi'uu kooti waan ta'eef!» ♥ Maqaawwan Qulqulluu Yo
Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii «Nagaa ta'aa! Ani gara Gooftaa kootti deebi'uu kooti waan ta'eef!» ♥ Maqaawwan Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii ♥ Kitaabolee Qulqulluun Yohaannis Wangeelaawwiin barreesse ♥ Akka Kitaaba Qulqulluutti Yohaannis jedhamuun kan waamaman Qulqulloota meeqatu jira? ♥ Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii fi haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam ♥ Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii fi gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos Seenaa ajaa'ibaa Qabsuura Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii irratti argamu, dubbisaa barumsa guddaa irraa argattu! Link kana tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3JrdGE9 https://bit.ly/3JrdGE9
483