cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Ortodoksii Tawaahidoo Tube

Baga nagaadhaan gara channel keenyatti dhuftan! Channel keenya kana irratti faaruuwwan, barnoota, koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ni argattu! Contact us :- @ortokoo_bot

Більше
Рекламні дописи
8 527
Підписники
+1524 години
+1257 днів
+60930 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Kadhannaa Kamisaa Guyyaa Kadhannaa Kamisaatti maal maaltu raawwatama? Guyyaan Kamisaa Torbee Dhukkubbii maqaawwan garaa garaa kam kam qaba? Link kana tuquun guutummaa isaa dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3MnKGZy https://bit.ly/3MnKGZy
Показати все...
2👏 1
Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Guyyaa Roobii Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Guyyaan sadaffaa Torbee Dhukkubbii guyyaa maaliiti? maaliin yaadatama? Link kana tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/37yayTU https://bit.ly/37yayTU
Показати все...
3👍 2
Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Guyyaa Kibxata Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Guyyaan lammaffaa Torbee Dhukkubbii guyyaa maaliiti? maaliin yaadatama? Link kana tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3vwppGe https://bit.ly/3vwppGe
Показати все...
🥰 6
Who's here?  We've asked for a free link to a paid channel, for our subs. x2-x3 Signals here 👉 CLICK HERE TO JOIN 👈 👉 CLICK HERE TO JOIN 👈 👉 CLICK HERE TO JOIN 👈 ❗️JOIN FAST! FIRST 1000 SUBS WILL BE ACCEPTED
Показати все...
👍 4
Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Guyyaa Kibxata Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Guyyaan lammaffaa Torbee Dhukkubbii guyyaa maaliiti? maaliin yaadatama? Link kana tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3vwppGe https://bit.ly/3vwppGe
Показати все...
6👍 2
Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos • Torbee Dhukkubbii jechuun maal jechuudha? • Torbee Dhukkubbii kabajuun yoom jalqabame? • Torbee Dhukkubbii keessatti maal maaltu raawwatama? • Torbee Dhukkubbii keessaa guyyaan Wiixataa guyyaa maalii jedhamee beekama? Kanneenii fi kan kana fakkaatan waa'ee Torbee Dhukkubbii link kana tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3K5Pem5 https://bit.ly/3K5Pem5
Показати все...
👍 3😢 1😭 1
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 2ffaa Qophii dursaa Sirna Qiddaasee hirmaachuuf deemuu keenyaan dura taasifnu; ✓ Qophii Sammuu ykn yaadaa taasisnu ✓ Qophii Qulqullina Qaama keenyaa eeggachuun taasisna ✓ Qophii Sirna Uffannaa Afuurawaa Eeguuf taasisnu fi k.k.f Link kana tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3vJYp5Z https://bit.ly/3vJYp5Z
Показати все...
👍 5
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 1ffaa • Hiika Sirna Qiddaasee • Qoqqoodama Sirna Qiddaasee • Sirna Qiddaasee eenyutu jalqabe? • Qurbaanaa fi Qiddaasee jalqabaa irratti warra hirmaatan • Kaayyoo guddaa Sirna Qiddaasee Link kana tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3CaeDaX https://bit.ly/3CaeDaX
Показати все...
👍 1
Ergamoota Kutaa 1ffaa • Ergamoota jechuun maal jechuudha? • Ergamoonni iddoo meeqatti qoodamu? • Ergamoonni baay'inni isaanii hangami? • Ergamoonni magaalaa meeqatti qubatan? • Waa'ee Ergamootaa kitaabni Qulqulluu maal jedha? Kanneenii fi kanneen biroo waa'ee Ergamootaa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3ByqbG8 https://bit.ly/3ByqbG8
Показати все...
Ergamoota | Kutaa 1ffaa : Ergamoota jechuun maal jechuudha? Ergamoonni iddoo meeqatti qoodamu? Baay'inni Ergamootaa hoo?

Koorsii Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo, Koorsii Afuurawaa, Ergamoota, Koorsii waa'ee ergamootaa, Mikaa'eel, Gabri'eel, Rufaa'eel,

1
Harree maqaan ishee bade fi Ayyaana Hoosaa'inaa Link kana tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3JIqUro https://bit.ly/3JIqUro
Показати все...
👍 7 1