ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

前往频道在 Telegram

Technology Channel

显示更多

📈 Telegram 频道 BOLE COMPLEX 的分析概览

频道 BOLE COMPLEX (@bole_complex) 英语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 074 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 11 144,并在 意大利 地区排名第 2 608 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 074 名订阅者。

根据 21 十月, 2025 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -193,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0%。内容发布后 24 小时内通常能获得 N/A% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 0 次浏览,首日通常累积 0 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Technology Channel”

凭借高频更新(最新数据采集于 22 十月, 2025),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

10 074
订阅者
无数据24 小时
-307 天
-19330 天
帖子存档
Namoonni chanela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan member hanga feetan yeroo gabaabduu keessatti hojjechuun isiniif xumurra. Promotion VIP 1000member ---- 300 birr 2000member ---- 500 birr 3000member ---- 750 birr 4000member ---- 1000 birr Dabalataan Ammoo Chaanaalota Miseensota 12,000 ol qaban qarshii 3,000 bitachuu yoo barbaaddan. Karaa @walaloo_bot quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu. Hub. Hordoftoonni isiniif seenan seeraan kan hordofanii fi Chanela kanaaf member baayyisuurratti argamna.

Yaa nu'ii yaa jaranaa maal hin taane barana... kokkeedhaan harma jenne Dhoqqeedhaan damma jenne Birbirsaan ceekaa jenne Gowwaadhaan beekaa jenne Dhama ituttuudhaan waamne Gingilchaatis ergaa dhaamne ~ Barrishee bara miti, Bara hantuuta nyaatani Bara abjuun maraatani Bara akka galagaltoo kan lilmoon gaanii dhoosu Kan namni madaa fayyisa jedhan Madaa naamatti qoosu Bara ammeessi sangaa Bara firri alagaa ~ @Waloo_Leta

Baga Guyyaa Gootota Oromoo 15ffaa geessan. Walaloo Afaan Oromoo Maal Nun Jettu Laata jedhu kana nuuf affeeramaa. Share, Like, Comment akkasumas subscribe gochuun nu jajjabeessaa. https://youtu.be/tCUhv1F9hbY

Warri dirree qabbsootti Dhiigaan katabdan maqaa Warri Oromoof of laattan Wareegamtoonni haqaa Xiiqiifi kutannoo dhugaan Diina
Warri dirree qabbsootti Dhiigaan katabdan maqaa Warri Oromoof of laattan Wareegamtoonni haqaa Xiiqiifi kutannoo dhugaan Diina kokkee qabdanii Qolee keenya ol qabuuf Warri qolee cabdani.... Galatoomaa @Waloo_Leta

Baga Guyyaa Gootota Oromoo 15ffaa geessan. Walaloo Afaan Oromoo Maal Nun Jettu Laata jedhu kana nuuf affeeramaa. Share, Like, Comment akkasumas subscribe gochuun nu jajjabeessaa. https://youtu.be/tCUhv1F9hbY

Dubbannee hin quufnu Ganamaaaf galgalaa Jibbi gad-aanudha kan caalu Jaalala - Jibba yaa jibbinuu Jaalalaan yaa moonuu Jaalalaa faarsudhaaf Maatiiwwan yaa taanuu

Fiilmii Gababaa Afaan Oromoo ergaa jabduu qabdu tana ilaaluun wal biraan gahaa. Subscribe gochuun nu jajjabeessaa. https://youtu.be/nK13C7BG2kc

Wal dorgommii suuraa Fb irratti hirmaachun Oromiyaa beeksisaa. https://www.facebook.com/groups/363696794894034/

Dubbannee hin quufnu Ganamaaaf galgalaa Jibbi gad-aanudha kan caalu Jaalala - Jibba yaa jibbinuu Jaalalaan yaa moonuu Jaalalaa faarsudhaaf Maatiiwwan yaa taanuu

Dubbannee hin quufnu Ganamaaaf galgalaa Jibbi gad-aanudha kan caalu Jaalala - Jibba yaa jibbinuu Jaalalaan yaa moonuu Jaalalaa faarsudhaaf Maatiiwwan yaa taanuu

Wal dorgommii suuraa Fb irratti hirmaachun Oromiyaa beeksisaa. https://www.facebook.com/groups/363696794894034/

Dubbannee hin quufnu Ganamaaaf galgalaa Jibbi gad-aanudha kan caalu Jaalala - Jibba yaa jibbinuu Jaalalaan yaa moonuu Jaalalaa faarsudhaaf Maatiiwwan yaa taanuu

Wal dorgommii suuraa Fb irratti hirmaachun Oromiyaa beeksisaa. https://www.facebook.com/groups/363696794894034/

Boojjitoo ta'ee jabaatee Yeroo paastaan Mooqa mooqu Barri garagaltoo ta'ee Gaafa miilli mataa hooqu ~ Duudaan Teeppii wajjin sirbee Yeroo jaamaan argee seequ Dubbiin keenya gara dhabee Gaafa doofaan beekaa qeequ ~ Nun gaafatinaa kun kun sababaa Jaanja'uun keenya maal gaaffii qaba? ~ #SHARE @Poetximqataa

Wal dorgommii suuraa Fb irratti hirmaachun Oromiyaa beeksisaa. https://www.facebook.com/groups/363696794894034/

photo content

photo content

Walaloo Afaan Oromoo Haaraa 2021 Qopheessan - Kaachaalluu Barreessan - Kaachaalluu Dirqamni sinirraa eeggamu share, like, comment and subscribe gochuudha. https://youtu.be/3ase0bjFsdw