ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

前往频道在 Telegram

Technology Channel

显示更多

📈 Telegram 频道 BOLE COMPLEX 的分析概览

频道 BOLE COMPLEX (@bole_complex) 英语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 074 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 11 144,并在 意大利 地区排名第 2 608 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 074 名订阅者。

根据 21 十月, 2025 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -193,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0%。内容发布后 24 小时内通常能获得 N/A% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 0 次浏览,首日通常累积 0 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Technology Channel”

凭借高频更新(最新数据采集于 22 十月, 2025),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

10 074
订阅者
无数据24 小时
-307 天
-19330 天
帖子存档
photo content

Galma Hawwii faffagaattus milkii dhabdus qalbiin yaaddee Har'as taa'een quba nyaadha ciniinnattuun sanyii Taaddee #Share @poetximqataa

Wal dorgommii suuraa Fb irratti hirmaachun Oromiyaa beeksisaa. https://www.facebook.com/groups/363696794894034/

Gaafa qilleensi huursee Bubbeen awwaara kaasu Gaafa dhimbiibbaa jalaan Itittuun dhama baasu... Gaafa fo'aa handaaqqoodhaan Ga
Gaafa qilleensi huursee Bubbeen awwaara kaasu Gaafa dhimbiibbaa jalaan Itittuun dhama baasu... Gaafa fo'aa handaaqqoodhaan Gafarsi takaalamu Gaafa hoolaafi yeeyyiin Addatti wallaalamu... Gaafammoo sareen fiigdee Leencarraa eegee cirtu "Eessatti goru?" hin jedhiin Dhaabadhu bakka jirtu! Asiifi achi ilaaltee Dhabdullee waan qabamu Dhugaa kee lafa hin buusiin Bullaan falli hin dhabamu. Kan agartuufi dhageessu Yoo sitti gales bitaa Obsi, dhugaa hamma lilmoo geessuun Tulluu sobaa jigsita! #Share @Waloo_Leta

Fiilmii Gababaa Afaan Oromoo ergaa jabduu qabdu tana ilaaluun wal biraan gahaa. Subscribe gochuun nu jajjabeessaa. https://youtu.be/nK13C7BG2kc

Wal dorgommii suuraa Fb irratti hirmaachun Oromiyaa beeksisaa. https://www.facebook.com/groups/363696794894034/

Filmii Afaan Oromoo "Silent movie" haaraa Halkan Tokko Tokko jedhu kana daawwadhaa Subscribe gochuu hin dagatinaa. https://youtu.be/Gj3Con62Ap8

Furdachuun salphaa ture Akka namaa nyaattanii Anaaf, Oromoof jecha Ekeraa fakkaattani Moroda xiiqiirratti Soofamtan akka baal
Furdachuun salphaa ture Akka namaa nyaattanii Anaaf, Oromoof jecha Ekeraa fakkaattani Moroda xiiqiirratti Soofamtan akka baalaa Dhugaatu sin marare Guddina garaa caalaa! Waa'ee keessan barreessuuf An' jechan dhabe homaa Gaatii nuuf kaffaltaniif Jiraadhaa, galatoomaa #Share @Waloo_Leta

Fiilmii Gababaa Afaan Oromoo ergaa jabduu qabdu tana ilaaluun wal biraan gahaa. Subscribe gochuun nu jajjabeessaa. https://youtu.be/nK13C7BG2kc

Oduu Gammachiisaa Kana dura chaanaalota muraasa miseensota 10k ol qaba gurguraaf dhiyeessuun keenya ni yaadatama. Ammas Garee bashannana irratti hojjataa ture kan miseensota 12k ol qabu namni bituu barbaada. @YidneMan_bot irraan nu qunnamaa. @YidneMan_bot

Hin dhaabbadhu Yaada dammaqsaa Afaan Oromoon dalagame kana hundumtuu daawwadha. Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa. https://youtu.be/6GQDlD0IEC8

Fiilmii Gababaa Afaan Oromoo ergaa jabduu qabdu tana ilaaluun wal biraan gahaa. Subscribe gochuun nu jajjabeessaa. https://youtu.be/nK13C7BG2kc

Fiilmii Gababaa Afaan Oromoo ergaa jabduu qabdu tana ilaaluun wal biraan gahaa. Subscribe gochuun nu jajjabeessaa. https://youtu.be/nK13C7BG2kc

Bara sobni hiitoftee Humni dhugaa laafu Namummaan rakastee Dhabde gatii raafuu @Waloo_Leta

Oro TikTok videos on Kaachuu Entertaiment. Don't forget to subscribe https://youtu.be/2lDLKg0WLcM

Ani kun... Kan utuu hidhii xuuxuu Firii jiruu hin xuuxne Ani kun hawwaadha Hawwaa hawwiin hin guunne Kan utuu 'bor' eeguu Qar
Ani kun... Kan utuu hidhii xuuxuu Firii jiruu hin xuuxne Ani kun hawwaadha Hawwaa hawwiin hin guunne Kan utuu 'bor' eeguu Qaroo ijaa dhubbe Ani kun qilleensa Obboleessa bubbee... Takka na waxala Takka ammoo na waada Ani kun- huummoodha Bulee ka'een aada Ani kun hafteedha Haftee gobaa fi gufuu Kan takka dhaabbachuuf Si'a dhibba kufu #Share @Waloo_Leta

photo content

Warreen Abjuu qabdan hundi daawwachuun Abjuu keessanitti deemsa fufaa. Subscribe gochuun aadaa keenya yaa ta'u. https://youtu.be/_Zgdj72IAzc

Xalayaa Jaalalaa Garaa Nama Nyaatu kana hundumtuu Affeeramtaniittu. Subscribe gochuun ammoo dirqama hundaati. https://youtu.be/x0gA3RI69Z0

photo content