BOLE COMPLEX
前往频道在 Telegram
📈 Telegram 频道 BOLE COMPLEX 的分析概览
频道 BOLE COMPLEX (@bole_complex) 英语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 074 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 11 144,并在 意大利 地区排名第 2 608 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 074 名订阅者。
根据 21 十月, 2025 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -193,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0%。内容发布后 24 小时内通常能获得 N/A% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 0 次浏览,首日通常累积 0 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Technology Channel”
凭借高频更新(最新数据采集于 22 十月, 2025),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。
10 074
订阅者
无数据24 小时
-307 天
-19330 天
帖子存档
10 074
Dambalii Jaalalaa
Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?
10 074
Yooyyaa 🤚
Odeeffannoo dhugaa fi qabatamaa ta'ee Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa telegiramaa GADAA MAGAZINE itti dabalamaa.
Gadaa Magazine hiriyootaa keessaniif illee affeeruu hin dagaatinaa.
JOIN🔀: https://t.me/GADAA_MAGAZINE
Yaada fi ergaa qabdan akkasumas waan isinitti dhaga'amus nuf qooda.
📩 Nu Qunnamuuf @gadaamagazineBOT fayyadamaa.
10 074
Gowwaan hafaa cortee
har'a buluu feetu
Gaafa lafti dhihu
ni bari'a hin seetu
~
#Share
@Waloo_Leta

Chanaalaa haaraa Gadaa Magazine itti dabalamuun maatii ta'a.
Chanaalaa haaraa GADAA MAGAZINE itti dabalamuun odeeffannoo waqtawaa haala yeroo irratti xiyyeeffatan akkasumas dhimma barnootaan wal qabataan argaadha.
Ammuma jooyin gochuun maatii chanaalicha ta'a.
JOIN🔀: https://t.me/GADAA_MAGAZINE
10 074
Barittiin bara miti
Bara hoodee - kan hoodaa
Qotiyyootu marl ata
Ameessatu barooda
Barittiin bara miti
Bara fuggisoo - faallaa
Kan habaqiin bokoktee
Of fakkeessitu callaa...
~
Barittiin bara miti
Bara akaayiin mulluu
Kan dhoqqeen lafaa kaatee
Of gootu akka qulqulluu!
Silmii ofirraa dhorkinaan
Tafkiin nama weerarte
Kan hantuuta hin ajjeesne
Faacha leencaan geerarte...
Adurreen naqatamnaan
Hantuutni cidha yaate
Abbaan horii yakkamnaan
Hattuun bilisa baate!
~
Dhuguma...
Barittiin bara miti
Yoo laafne nu dararti
Yoo jabanne dabarti!
~
#Share
@Waloo_Leta
10 074
Beeksisa keenya har'aa
Oro Electronics AYYAANOTA Fuuldura keenyaa Sababeeffachuun Hir'isa Gatii 5%(Parsantaa torba) Godhee Jira Koottaa! Bakka Jirtan Kamittuu Sin Dhaqqabsiisna! Boolee Jirra Nuuf bilbilaa 📲0911-1830-22 📱0902329739
#We_Have_Original_Only #Full_warranty
1) Hp Notebook i5 6th gen New screen Size 14inch Storage 1TB RAM 4GB Battery 3hr
Price 18,800
2) Hp Envy Core i7 (Dubai 99% New)
Screen Size 15.6 inch Proccessor 8 Cores speed 2.00GHz each Storage 1TB RAM 8GB Graphics iris Pro
Price 24,500 Birr
3) Dell i5 6th gen ( New) screen Size 15.6inch Keyboard Light Storage 256GB RAM 8GB Battery 5hr
Price 22,500
4) Dell Latitude E5440 (New) Core i5 5th Screen 14 inch Condition Dubai New battery Above 3hr Storage 500GB RAM 4GB
Price 16,400
5) Hp Envy 2020 Model Core i7 360x 10th Gen AMD Ryzen Ssd 512GB RAM 16GB 2GB AMD Screen 13.5inch With Pen
Price 61,000
6) hp corei 5 8th gen 14inch storage 1TB RAM 8GB very slim, 2GB Graphics battery life more than 8hrs. (Brand new)
price 35,800
7) Hp probook Core i3 Dubai New 15.6inch 5th gen Storage 500GB RAM 4GB battery 3hr and Above
Price 16,800
8) Hp probook Core i3 Dubai New 15.6inch 4th gen Storage 500GB RAM 4GB battery 3hr and Above
Price 15,800
9) Hp probook Core i5 Dubai New screen size 15.6inch 5th gen Storage 1000GB/1TB RAM 8GB
battery 3hr and Above
Price 19,500
10) Hp probook Core i5 Dubai New 14inch 4th gen Storage 500GB RAM 4GB battery 4hr and Above
Price 16,400
11) Hp elitbook Core i5 Dubai New 14inch 4th gen Storage 500GB RAM 4GB battery 4hr and Above
Price 17,200
12) Hp probook Core i5 Dubai New 15.6inch 4th gen Storage 1000GB/1TB RAM 8GB battery 3hr and Above
Price 19,400
13) Hp Elitebook 820 G3 i5 (New) 13.6inch 6th gen Storage 1000GB/1TB RAM 8GB keyboard light battery 5hr and Above
Price 20,300
14) Hp elitbook 840 G3 i5 New 6th gen 14inch Storage 1TB RAM 8GB battery 5hr and Above
Price 21,500
Samsung Original phones with Warranty
M01 core 2021 32/2GB..... 5,500
M01s 2021. ... 32/3GB.....7,500
A02s 2021 64GB/4GB ..... 9,400
•A10S 2020 32/2GB.. 7,600
A11 2021 32/3GB.. 8,200
A12 2021. 64/4GB .....9,400
A21s 2020. 64/GB...... 11,400
M31 2020 128GB/6GB...13500
A31 2020. 128GB/6G...12,900
A51 2020 128GB/6GB... 16,500
A51 2020 256GB/8GB.... 17,900
A72 /2021/ (256GB ) 25,500 Birr
A52_2021_256GB/8GB...21,500
A52_2021_128GB/8GB...20,500
A32_2021_128GB/8GB...14600
Meeshaalee Elektirooniksii Biroos Qabna:
Bitadhaa🙏
10 074
Aartii Afaan Oromoo Cinaa dhaabbachuun dirqama Oromoota maraati. Kaanaf ammoo ijoollee qaxalee guddina damee kanaaf falman kanneen fuula YouTube isaanii subscribe gochuun yaa jajjabeessinu.
https://www.youtube.com/watch?v=isiYTgPfsSY