ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

الذهاب إلى القناة على Telegram

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام BOLE COMPLEX

تُعد قناة BOLE COMPLEX (@bole_complex) في القطاع اللغوي الإنكليزية لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 10 074 مشتركاً، محتلاً المرتبة 11 144 في فئة التكنولوجيات والتطبيقات والمرتبة 2 608 في منطقة إيطاليا.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 10 074 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 21 أكتوبر, 2025، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -193، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 0، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 0‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً N/A‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 0 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 0 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 0.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Technology Channel”

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 22 أكتوبر, 2025) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التكنولوجيات والتطبيقات.

10 074
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-307 أيام
-19330 أيام
أرشيف المشاركات
photo content

Dambalii Jaalalaa Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?

Yooyyaa 🤚 Odeeffannoo dhugaa fi qabatamaa ta'ee Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa telegiramaa GADAA MAGAZINE itti dabalamaa. Gadaa Magazine hiriyootaa keessaniif illee affeeruu hin dagaatinaa. JOIN🔀: https://t.me/GADAA_MAGAZINE Yaada fi ergaa qabdan akkasumas waan isinitti dhaga'amus nuf qooda. 📩 Nu Qunnamuuf @gadaamagazineBOT fayyadamaa.

photo content

Gowwaan hafaa cortee har'a buluu feetu Gaafa lafti dhihu ni bari'a hin seetu ~ #Share @Waloo_Leta

Yooyyaa 🤚 Odeeffannoo dhugaa fi qabatamaa ta'ee Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa telegiramaa GADAA MAGAZINE itti dabalamaa. Gadaa Magazine hiriyootaa keessaniif illee affeeruu hin dagaatinaa. JOIN🔀: https://t.me/GADAA_MAGAZINE Yaada fi ergaa qabdan akkasumas waan isinitti dhaga'amus nuf qooda. 📩 Nu Qunnamuuf @gadaamagazineBOT fayyadamaa.

Yooyyaa 🤚 Odeeffannoo dhugaa fi qabatamaa ta'ee Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa telegiramaa GADAA MAGAZINE itti dabalamaa. Gadaa Magazine hiriyootaa keessaniif illee affeeruu hin dagaatinaa. JOIN🔀: https://t.me/GADAA_MAGAZINE Yaada fi ergaa qabdan akkasumas waan isinitti dhaga'amus nuf qooda. 📩 Nu Qunnamuuf @gadaamagazineBOT fayyadamaa.

Yooyyaa 🤚 Odeeffannoo dhugaa fi qabatamaa ta'ee Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa telegiramaa GADAA MAGAZINE itti dabalamaa. Gadaa Magazine hiriyootaa keessaniif illee affeeruu hin dagaatinaa. JOIN🔀: https://t.me/GADAA_MAGAZINE Yaada fi ergaa qabdan akkasumas waan isinitti dhaga'amus nuf qooda. 📩 Nu Qunnamuuf @gadaamagazineBOT fayyadamaa.

Chanaalaa haaraa Gadaa Magazine itti dabalamuun maatii ta'a. Chanaalaa haaraa GADAA MAGAZINE itti dabalamuun odeeffannoo waqt
Chanaalaa haaraa Gadaa Magazine itti dabalamuun maatii ta'a. Chanaalaa haaraa GADAA MAGAZINE itti dabalamuun odeeffannoo waqtawaa haala yeroo irratti xiyyeeffatan akkasumas dhimma barnootaan wal qabataan argaadha. Ammuma jooyin gochuun maatii chanaalicha ta'a. JOIN🔀: https://t.me/GADAA_MAGAZINE

Barittiin bara miti Bara hoodee - kan hoodaa Qotiyyootu marl ata Ameessatu barooda Barittiin bara miti Bara fuggisoo - faalla
Barittiin bara miti Bara hoodee - kan hoodaa Qotiyyootu marl ata Ameessatu barooda Barittiin bara miti Bara fuggisoo - faallaa Kan habaqiin bokoktee Of fakkeessitu callaa... ~ Barittiin bara miti Bara akaayiin mulluu Kan dhoqqeen lafaa kaatee Of gootu akka qulqulluu! Silmii ofirraa dhorkinaan Tafkiin nama weerarte Kan hantuuta hin ajjeesne Faacha leencaan geerarte... Adurreen naqatamnaan Hantuutni cidha yaate Abbaan horii yakkamnaan Hattuun bilisa baate! ~ Dhuguma... Barittiin bara miti Yoo laafne nu dararti Yoo jabanne dabarti! ~ #Share @Waloo_Leta

Beeksisa keenya har'aa Oro Electronics AYYAANOTA Fuuldura keenyaa Sababeeffachuun Hir'isa Gatii 5%(Parsantaa torba) Godhee Jira Koottaa! Bakka Jirtan Kamittuu Sin Dhaqqabsiisna! Boolee Jirra Nuuf bilbilaa 📲0911-1830-22 📱0902329739 #We_Have_Original_Only #Full_warranty 1) Hp Notebook i5 6th gen New screen Size 14inch Storage 1TB RAM 4GB Battery 3hr Price 18,800 2) Hp Envy Core i7 (Dubai 99% New) Screen Size 15.6 inch Proccessor 8 Cores speed 2.00GHz each Storage 1TB RAM 8GB Graphics iris Pro Price 24,500 Birr 3) Dell i5 6th gen ( New) screen Size 15.6inch Keyboard Light Storage 256GB RAM 8GB Battery 5hr Price 22,500 4) Dell Latitude E5440 (New) Core i5 5th Screen 14 inch Condition Dubai New battery Above 3hr Storage 500GB RAM 4GB Price 16,400 5) Hp Envy 2020 Model Core i7 360x 10th Gen AMD Ryzen Ssd 512GB RAM 16GB 2GB AMD Screen 13.5inch With Pen Price 61,000 6) hp corei 5 8th gen 14inch storage 1TB RAM 8GB very slim, 2GB Graphics battery life more than 8hrs. (Brand new) price 35,800 7) Hp probook Core i3 Dubai New 15.6inch 5th gen Storage 500GB RAM 4GB battery 3hr and Above Price 16,800 8) Hp probook Core i3 Dubai New 15.6inch 4th gen Storage 500GB RAM 4GB battery 3hr and Above Price 15,800 9) Hp probook Core i5 Dubai New screen size 15.6inch 5th gen Storage 1000GB/1TB RAM 8GB battery 3hr and Above Price 19,500 10) Hp probook Core i5 Dubai New 14inch 4th gen Storage 500GB RAM 4GB battery 4hr and Above Price 16,400 11) Hp elitbook Core i5 Dubai New 14inch 4th gen Storage 500GB RAM 4GB battery 4hr and Above Price 17,200 12) Hp probook Core i5 Dubai New 15.6inch 4th gen Storage 1000GB/1TB RAM 8GB battery 3hr and Above Price 19,400 13) Hp Elitebook 820 G3 i5 (New) 13.6inch 6th gen Storage 1000GB/1TB RAM 8GB keyboard light battery 5hr and Above Price 20,300 14) Hp elitbook 840 G3 i5 New 6th gen 14inch Storage 1TB RAM 8GB battery 5hr and Above Price 21,500 Samsung Original phones with Warranty M01 core 2021 32/2GB..... 5,500 M01s 2021. ... 32/3GB.....7,500 A02s 2021 64GB/4GB ..... 9,400 •A10S 2020 32/2GB.. 7,600 A11 2021 32/3GB.. 8,200 A12 2021. 64/4GB .....9,400 A21s 2020. 64/GB...... 11,400 M31 2020 128GB/6GB...13500 A31 2020. 128GB/6G...12,900 A51 2020 128GB/6GB... 16,500 A51 2020 256GB/8GB.... 17,900 A72 /2021/ (256GB ) 25,500 Birr A52_2021_256GB/8GB...21,500 A52_2021_128GB/8GB...20,500 A32_2021_128GB/8GB...14600 Meeshaalee Elektirooniksii Biroos Qabna: Bitadhaa🙏

Aartii Afaan Oromoo Cinaa dhaabbachuun dirqama Oromoota maraati. Kaanaf ammoo ijoollee qaxalee guddina damee kanaaf falman kanneen fuula YouTube isaanii subscribe gochuun yaa jajjabeessinu. https://www.youtube.com/watch?v=isiYTgPfsSY