ch
Feedback
ODAA Electronics N1

ODAA Electronics N1

前往频道在 Telegram

Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna 👉Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used) Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu 👉 Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr @Odaa_Electronics Bilb ✆ +251911430007 📩 @odaaSmart

显示更多

📈 Telegram 频道 ODAA Electronics N1 的分析概览

频道 ODAA Electronics N1 (@odaa_electronics) 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 430 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 11 688,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 3 200

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 430 名订阅者。

根据 12 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -178,过去 24 小时变化为 -13,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 10.57%。内容发布后 24 小时内通常能获得 4.04% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 102 次浏览,首日通常累积 421 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0
  • 主题关注点: 内容集中在 storage, odaa, itti, odaatrading.com, battery 等核心主题上。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna 👉Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used) Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu 👉 Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr @Odaa_Electronics Bilb ✆ +251911430007 📩 @odaaSmart

凭借高频更新(最新数据采集于 13 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

10 430
订阅者
-1324 小时
-407
-17830
帖子存档
photo content
+5

photo content
+1

🎎🎎🎎🎎🎎🎎🎎🎎🎎🎎🎎🎎 ☑️ Ayyaanni Irreechaa bara 2012 milkaa’inaan Xumuramuusaa Biiroon Aadaa fi Turizimii Oromiyaa fi Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu ibsa waliin keennaniin beeksisaniiru. ❤️💚❤️ ✔️ Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa sirna kabaja Irreecha Hora Harsadiirratti ergaa dabarsaniiru. Ummanni Oromoo qabsoo kan godhe ummata oromoo qofaaf miti jedhan. ♥️💚❤️ ✅ Ummani Oromoo ummata jaalatamaa, kabajamaa fi gaanfa Afrikaa irratti ummata sodaatamaadha jedhan. ♥️💚❤️ Channeliin Isiin Filaachuu qabdan Kan Asii Gadiiti 💯 JOIN 💯

🎎🎎🎎🎎🎎🎎🎎🎎🎎🎎🎎🎎 ☑️ Ayyaanni Irreechaa bara 2012 milkaa’inaan Xumuramuusaa Biiroon Aadaa fi Turizimii Oromiyaa fi Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu ibsa waliin keennaniin beeksisaniiru. ❤️💚❤️ ✔️ Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa sirna kabaja Irreecha Hora Harsadiirratti ergaa dabarsaniiru. Ummanni Oromoo qabsoo kan godhe ummata oromoo qofaaf miti jedhan. ♥️💚❤️ ✅ Ummani Oromoo ummata jaalatamaa, kabajamaa fi gaanfa Afrikaa irratti ummata sodaatamaadha jedhan. ♥️💚❤️ Channeliin Isiin Filaachuu qabdan Kan Asii Gadiiti 💯 JOIN 💯

Walaloon Mi'iiftu! Sareen sarbaa hin qabdu mukaarbaa hin yabbaattu Gadheen qalbii hin qabdu ..kan darbe hin yadaattu .. Fiira
Walaloon Mi'iiftu! Sareen sarbaa hin qabdu mukaarbaa hin yabbaattu Gadheen qalbii hin qabdu ..kan darbe hin yadaattu .. Fiiraan kooruu malee firaatti hin kooraani Irreechi irree keenya kafalti tokko malee .... Hundinu affeeramtani. Qe'een Tufaa Muuna jarraa lakkoofsistee tiirukodhaaf jette Tokkumaan Oromoo akka biiftuu bari olbaatee muldhatte Leencicho baroodnan dhaddeen tus tus goote dhuudhufte Harmee koo gaafa hunduumaa...harmee ko gaafa xiiqii Eebbooko kahi ilaali yaadnikee milkaahufi. Dhahannaa onnee kootiif ulaagaan inni duraa Oromoon waliigale tokko tahusat firaa...... Harmee koo hundaaf yaadduu harmee fira hundumaa Ormillee sirraa dhuge deebe sitti gungumaa..... Gachana xiqqaaf guddaa gachana saba ofii Abo'f Oromoon tokkodhati odeessitu nun sobin..... Tarkaanfattu akka fardaa..bookkistu akka leencaa Kutaattu akka qeerroo falmattuu oromoo........ Jabaa bosona raasu dhiirticha akka qeerensaa Maqaa kan dhagahe sooda irraa kan Kane.. Osoon hin dhahiin kililcha! by Abdii Aseffa @Dambali_jalala

🔷🔴📲Samsung _A70 (128 GB ) 🔰New Orignal® 📶 Dual Sim 📸Camera: 32Mp + 8Mp+ 5Mp Front : 32 Mp ⏳6 GB Ram 📼 128 GB ☢ 4500 mA
🔷🔴📲Samsung _A70 (128 GB ) 🔰New Orignal® 📶 Dual Sim 📸Camera: 32Mp + 8Mp+ 5Mp Front : 32 Mp ⏳6 GB Ram 📼 128 GB ☢ 4500 mAh Battery 💵Price 14,800br ☎️ +251911-430-007 📩 : @Odaasmart 👉@Dambali_Jaalala

⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜ 🎵SIRBA QEENXE FILATAMAA Bara 2011 🎵Best Single Music🎵 vote vote vote Bilbila Keessan fayyadaamaa, SMS OA Jechuun Codi Asii Gadii namoota filattan galchuudhan gara #611 tti Erguudhan dhaan Filadhaa የእጅ ስልካችሁን በመጠቀም ብቻ የምታደንቁትን አርቲስት ምረጡ .....OA6110

KAN HIN MAXXANFAMNE BAAY'EE QABNA Finfinnee Boolee #GAMOO_OROMIYAA 1st floor 0911430007 / 0929320481 💻laptops💻 1. Dell core
KAN HIN MAXXANFAMNE BAAY'EE QABNA Finfinnee Boolee #GAMOO_OROMIYAA 1st floor 0911430007 / 0929320481 💻laptops💻 1. Dell core 2 dual 15 inch (slightly used) 500gb by 4gb ram battery 4hr .....7500br 2 Hp elight book core i5 14 inch(new) 1tera by 4gb ram...........11900 3 Hp elight book core i5 14 inch(new) 1tera by 8gb ram...........12500 4. HP probook core i5 15.6 inch (NEW) 500gb by 4gb ram.......12500br 5. HP probook core i5 15.6 inch (NEW) 1tera by 8gb ram.....13700br 6. HP elightbookcore i5 (NEW) 1tera by 8gb ram. TOUCH SCREEN......15000br. 7. HP core i3 7th generation (NEW) 1tera by 8gb ram. ......14500br. 8. HP probook core i7 15.6 inch (NEW) 1tera by 8gb ram.....15500br 9. HP pavilion core i5 15.6inch(NEW) 1tera hard disk 8gb ram. 2gb nividia graphics card.....16500br 10. HP envy core i5 15.6inch(NEW) 1tera hard disk 8gb ram. 18600 💻GAMING 💻 1.hp pavilion core i5 (NEW) keyboard light 1tera by 8gb ram 2gb GTX 940mx graphics card...19900 👇👇👇👇👇👇👇 @OdaaElectronics

irreechi 2019 Haala Kamiin Xumuramee? Gammachuu fi Gadda ibsachuu 👉Dhaadannoo Balaaleffaannaa 👉Sirboota Kutaalee Oromiyaa �
irreechi 2019 Haala Kamiin Xumuramee? Gammachuu fi Gadda ibsachuu 👉Dhaadannoo Balaaleffaannaa 👉Sirboota Kutaalee Oromiyaa 👉Faarfannaa Amantiilee 👉👉❤Jaalala❤ Kan wal fuudhan... @Dambali_Jaalala

⭕️📢Hp Core i5 (New) Model pavilion 7th generation (2019 Model ) Ram: 8GB Storage (HDD) :- 1000 GB( 1TB) Graphics 2GB NVIDIA
⭕️📢Hp Core i5 (New) Model pavilion 7th generation (2019 Model ) Ram: 8GB Storage (HDD) :- 1000 GB( 1TB) Graphics 2GB NVIDIA Screen size 15.6 7 hrs Battery 🔶🏃‍♂🏃‍♂ 1PC Only 👈👈 Price: 19,800 birr Contact US 0911-430-007 0917716557 0929320481 ▶ Txt @odasmart Share :- @OdaaElectronics

Uffanni Kun Laphee Nama Buta! BAGA HOFKOLLE IRREECHI IRREE KEENYA! @Dambali_Jaalala
Uffanni Kun Laphee Nama Buta! BAGA HOFKOLLE IRREECHI IRREE KEENYA! @Dambali_Jaalala

KONSARTII MUUZIQAA KIILOLEE Ipoonsera Taanee Maqaan Keenya Bahuutti Baay'ee Gammanna! 👉Qophilee Oromummaa 👉 Deeggarsa Barba
KONSARTII MUUZIQAA KIILOLEE Ipoonsera Taanee Maqaan Keenya Bahuutti Baay'ee Gammanna! 👉Qophilee Oromummaa 👉 Deeggarsa Barbaachisaa 👉 fi Kkf irratti Hirmaachuuf Dhaabbanni Keenya #ODAA_ELECTRONICS yeroo Hunda Qophiidha @Dambali_Jaalala 👇👇👇👇👇👇 @OdaaElectronics

RAMADDIIN YUUNIVERSITII GADHIIFAMEERA! Hidha (link) isaa kunooti 👇👇👇👇👇👇 http://app.neaea.gov.et/ @Dambali_Jaalala Forward godhaa hiriyyoota keessaniif

BIG DISCOUNT Laptops HP Toshiba Dell, Lenovo.... 👉Brand New, 👉Refurbished and 👉Slightly Used) Smartphone Original 2019 and
BIG DISCOUNT Laptops HP Toshiba Dell, Lenovo.... 👉Brand New, 👉Refurbished and 👉Slightly Used) Smartphone Original 2019 and previous products of the following brands 📳 👉Samsung 📳 👉iphone 📳 👉Huawei Adress Bole Madanialem Oromia Tower 1st floor No S-12 phone 0911-430-007 / 0917716557 Tlgrm chan 👉@OdaaElectronics

SIN YADDEE atii naraa fagaatus Natii dhiftee yadaa. Anii sin dagadhuu Galmaa gudda naa Kessa qabdaa Ni qabnaa tureem Jaalala
SIN YADDEE atii naraa fagaatus Natii dhiftee yadaa. Anii sin dagadhuu Galmaa gudda naa Kessa qabdaa Ni qabnaa tureem Jaalala mi,oftuu Kaan nama hawwatu Onneen koo si arguf Osoo sif biraatu maal Si gonani kaan dhifte Demtuu Maal ni dagaate isaa Walin jeene boru guyya. Biraati jenee kaan Wal jabbesinee atiis Sin gatuu jeete waadaa Naaf galtee. Maaf fagate Garaa jabbefatee Jaalale koo jedheen. Sitaan bonee si godhe. Abdi koo egeree osoo Naa jaalate maaf naa Gatee demtere Akka nan jechaa turte Naraa fagachuu mitti Osoo naa hin argiin Halkan tokko hin Bultuu anis ta, een Sii egaa akka daima Hadhaa egduu Maaf demteere natii Naqxee yadaa halkaan Ilee cisuu wa, eedhuma Keen aada isaa duraa Yadden gaalana yaddan Dakkaa Maal ni dagaate isaa nan Jeete irkoon sif ta, aa Milii koo hin demuu fagate Jeete isaa naaf kakkatee Egaa ergaa demtee Milaa fagefatee ergaa Naa dhiftee demuu filate Aniis si dhabbee jedhee Umma koo hin gaddisissu .

SIN YADDEE atii naraa fagaatus Natii dhiftee yadaa. Anii sin dagadhuu Galmaa gudda naa Kessa qabdaa Ni qabnaa tureem Jaalala mi,oftuu Kaan nama hawwatu Onneen koo si arguf Osoo sif biraatu maal Si gonani kaan dhifte Demtuu Maal ni dagaate isaa Walin jeene boru guyya. Biraati jenee kaan Wal jabbesinee atiis Sin gatuu jeete waadaa Naaf galtee. Maaf fagate Garaa jabbefatee Jaalale koo jedheen. Sitaan bonee si godhe. Abdi koo egeree osoo Naa jaalate maaf naa Gatee demtere Akka nan jechaa turte Naraa fagachuu mitti Osoo naa hin argiin Halkan tokko hin Bultuu anis ta, een Sii egaa akka daima Hadhaa egduu Maaf demteere natii Naqxee yadaa halkaan Ilee cisuu wa, eedhuma Keen aada isaa duraa Yadden gaalana yaddan Dakkaa Maal ni dagaate isaa nan Jeete irkoon sif ta, aa Milii koo hin demuu fagate Jeete isaa naaf kakkatee Egaa ergaa demtee Milaa fagefatee ergaa Naa dhiftee demuu filate Aniis si dhabbee jedhee Umma koo hin gaddisissu Kaan koo ta, ii jeedhes siin Dirqiisisuu karaa kee Kaan milki waqnii sif Haa tasisuu yommile Garii kee anaa dhegesisu Nagaa ta, ii jal, ee koo. Anaas waqnii haa jebbesu @Dambali_Jaalala

Dhalli namaa hunduu lafa kana irratti daandii fagoo deema, haalli ittiin daandii kana irra deemu garuu jireenya isaa murteess
Dhalli namaa hunduu lafa kana irratti daandii fagoo deema, haalli ittiin daandii kana irra deemu garuu jireenya isaa murteessa. @Dambali_Jaalala

Adeemsa gara Gaa’elaatti “Dhiigni durbummaa…” Caaffata kana keessaa kan fudhatame. Dhalachuun namaa callisee otuu hin taane b
Adeemsa gara Gaa’elaatti “Dhiigni durbummaa…” Caaffata kana keessaa kan fudhatame. Dhalachuun namaa callisee otuu hin taane biyya lafaa kana irratti sababa tokkoofi. Sababa uumameef adda baafatee, isaafis jiraatee kan darbu muraasa ta’us akeekni isaa garuu kaayyoo uumame sana raawwatee haa darbuufi. Gaa’elli kaayyoo isa dhumaa miti; haa ta’u malee kaayyoo keenyaaf riqicha nu baatu ykn riqicha nu nyaachisudha. Riqicha kana irra ce’uun dura waa’ee riqicha kanaa beekuun ogummaadha. Kanaaf dargaggoonni keenya yaada isaanii miira qofa irra kaa’uun gaa’ela gaarii barbaaduu osoo hin taane; wanta gaarii hojjechuun gaa’elaaf barbaadamuu filachuu qabu. “Ergasii Waaqayyo gooftaan, ‘Namichi kophaa ta’uun gaarii miti; kan akka isaatii kan isa gargaartu, ani isaaf nan tolcha’ jedhe.” Uma. 2:18 Gaa’elli dhaabbata Waaqayyo dhaabedha! Dhaabbatni tokko yoo milkaa’e biyyaafuu bu’aadha; yoo ijaarsa bade garuu ofiifuu ni kisaara. Dhaabbata kana hundeessuuf; dursa maaltu akka hojjetamu, qo’annoof qorannoo, baajata barbaachi