ch
Feedback
ODAA Electronics N1

ODAA Electronics N1

前往频道在 Telegram

Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna 👉Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used) Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu 👉 Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr @Odaa_Electronics Bilb ✆ +251911430007 📩 @odaaSmart

显示更多

📈 Telegram 频道 ODAA Electronics N1 的分析概览

频道 ODAA Electronics N1 (@odaa_electronics) 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 424 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 11 690,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 3 201

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 424 名订阅者。

根据 13 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -166,过去 24 小时变化为 -2,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 10.93%。内容发布后 24 小时内通常能获得 4.04% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 140 次浏览,首日通常累积 421 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0
  • 主题关注点: 内容集中在 storage, odaa, itti, odaatrading.com, battery 等核心主题上。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna 👉Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used) Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu 👉 Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr @Odaa_Electronics Bilb ✆ +251911430007 📩 @odaaSmart

凭借高频更新(最新数据采集于 14 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

10 424
订阅者
-224 小时
-427
-16630
帖子存档
photo content

Oduu Gammachiisaa Universitiin "Addis Abab and Adama Science and Technology" Qabxii ittiin Fudhatu Gadi Butee Jira! Duraan dh
Oduu Gammachiisaa Universitiin "Addis Abab and Adama Science and Technology" Qabxii ittiin Fudhatu Gadi Butee Jira! Duraan dhiira 190 dubara 185 kan tura amma dhiira 176 fi Fubara 166 gudhanna jedhaniiru Hanga fulbaana 20tti Achitti Ramadamuu Kan Barbaaddan Galmeen itti Fufa jedhaniiru @Odaa_electronics

Jaalalli Siif Maali? Akkamitti Ibsatta? Sinjaalladha____ Koo! ❤ @odaa_Electronics
Jaalalli Siif Maali? Akkamitti Ibsatta? Sinjaalladha____ Koo! ❤ @odaa_Electronics

CarraaN fb irratti Yaaltan Bahee Jira Lakkoofsa Carraa Kunoo https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=530189304217014&id=127557864480162&sfnsn=mo

Watch "New Afaan Oromoo Music /irrecha 2019/Abbichu Band" on YouTube https://youtu.be/0dGWGj9LkiQ

🔴📲#Samsung_Note_9 (128 gb) 🔶 New (Dual Sim) 📼Storage:# 128 GB ⏳RAM: # 6 GB 📸Camera_Back : 12 Mp + 2MP Front : 8 Mp 💵Price :19,999 br (1pc only👈👈) ☎️ +251911430007 📩 : @OdaaSmart

1:-Channel youtube Qabdu? 2:-Youtube Irrati hoo Maalqa Hojechuf Yaadanitu? 3:- Channel Create Gotani Subscribe Fi View Issin Rakkisaa Jiraa Maare Faali Rakkoo Subscribe Fi View Kuno Argamee Jiraa Youtuber Biyya Keenyaa Dogogoroota 10 Hojatun Subscribe Fi View Argacha Hin Jiru 1:- Dogogoroonii 10 Kun Maalidha? 2:- Dogogoroota Kan Irraa Akkamin Of Baraaru Dandenyaa? Video Issin Barsisuu fi Itti Fayyadmtani Dogogoroora keessan jalaa baatan Yaada @obsii28 Video Kan Gaafa Dawwatan Subscribe Gochuu Hin Dagatinaa https://youtu.be/ZgpLKjdVWZY

Top Funy Oromic Interview Video Bifa Gaafif Debin (interview) Gaafiwwan Sasalphaa Garu Kan Debisuf Nurakisan Gaafa Dawwatan Subscribe Gochun Maati Keenya Taa'a https://youtu.be/Dv-iI7un2yM

Akkuma Baay'een Keessan Beektan Qabsoo Dinagdeetti Jirra! Keessumaa Finfinneettii Oromoo Jabeessuuf Qabsoo Dinagdee Cimaa Barbaada. Channel Kana #DAMBALII_JAALALAA TURE.... Gara #ODAA_ELECTRONICS tti Maqaa jijjiirree Jirra! Nu baqattanii Hin Ba'iinaa Warri Maamila Nuuf Ta'uu Barbbaddan, Nujabbeessuu fi Nu Waliin Hojjechuu Barbaaddan Link keenya Share Godhaa! 👇👇👇👇👇👇👇 @Odaa_electronics Yaada yoo qabaattan @OdaaSmart irratti Nuuf barreessaa

photo content

Carraan Badhaasa Odaa Electronics Marsaa 2ffaan Gadhiifamuufi Warri Hin Yaaliin Ammuma Yaalaa https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=528707904365154&id=127557864480162&sfnsn=mo

photo content
+3

👉Jireenya kee Akka Haarayaatti eegaluuf guyyaaa haarayaa sin feesisu. yaada sammuu haraya qofa si barbaachisa! 👉Dhugumaan yoo jiruu kee jijjiiruu feete Dura sammuu kee jijjiiruuf hayyamamaa ta'i! 👉Sodaachuun homaa miti Garuu sodaatte yoo waa gochuu dhiifte sun Siif rakkina guddadha! 👉Kaayyoon karoora Hin Qabne hawwii qofa!!!! ✅ @soressad @dambalii_jaalalaa

Odaa Electronics Laptop Haaraa fi kan Hojjete (Used) Bilbiloota Ammayyaa Orijinaala fi Meeshaalee elektirooniksii Kamuu Gatii Salphaan Argattu! Argama Keenya Google Map irraan Kunooti FINFINNEE Oromeessuun FALMANNA Yoo Siniif Mijate Star 5 nuuf godha Review kan jettu irrattis Yaada Nuuf Barreessaa Oromia Tower 1st floor No 12 ODAA ELECTRONICS Addis Ababa @OdaaElectronics 091 143 0007 https://maps.app.goo.gl/xr42LqVcUZZAzE7X8

🔷🔴📲 Iphone_11_Pro Max( 256 gb) 🔰 Condition Brand New (2019) 👉(1 PC Only) 👈 💎Big Discount 🔴Color : Gold 📼 256 GB storage 🔋Battery Health:- 100% 💵Price : # 72,000 birr💰 ☎️ +251911-430-007 Txt 📩 @odaaSmart

#Beeksisa! fb ODAA ELECTRONICS irratti #Carraan_Marsaa_Lamaaffaan Jimaata (27-09-2019/ 16-01-2019) #Ganama_Sa'aatii #4tti_Gadhiifama Bulee Gaafa Ayyaanaa Galgala sa'aatii 3 irratti Carraan Bu'ee Badhaafamtoota Adda Baasnee Badhaasna! #Hub Lakkoofsa tokko Nama baay'eetu Fila Waan ta'eef #ABBAA_DURSUTU_BADHAAFAMA Abbaa 100~3, 50~3, 25~3, 15~3== Namoota 12tu Badhaafama. Warra Moo'ate Gammachuu dhaan Bafhaafn Ulaagaan Ykn Lakkoofsa Meeqaa fi meeqa Gidduu Akka Ta'e sa'aatii ganama 4tti Barama Hiriyyoota Keessan Affeeraa #Share Gatii Meshaalee Nubiratti Argamanii Armaan Gaditti 📳 Phones 📳 (2019) phones S5===4,499 . J2 core---4100 S6======5,799. . A2core-----4200 S6edge===6,999. M10(2019)--6300 S6 edge+==8,199. . M20(2019)--7000 NOTE 8 11000br. A10(2019)--5800 S7 edge===7900. . A20(2019)--6900 S8=====10500. A30(2019)--8400 S8plus 125000br A50(2019)--11200 Note 3====4800 J8(64Gb)===8600 Note 4====5,799. . J4+====5,799 Note edge=6,499. J6+====7500 Note5====7,499. NOTE 9 20700 S9plus 15900br. A70/128gb==14,500 Note9======24 999

Tiruun bulte lafee taati Hin qaqqabatinaa dubbii Waa'ee wallaggaaf gujii Gad roobaa jira jibbi Ilma ajjeesanii abbaa Reeffa isaarra teessisuun Haadha dhalashee wajjin Gudeeddaadhaan ajjeesuun Ha dhaabbatu ajjeechaan Mirgi keenya ha eegamu Garbummaan durii suni Abadan hin eegamu Qaamni dhimmisaa ilaalu Ha laatu furmaatasaa Lammiin keenya yoo dhume Jiraachuun keenya tasa Hin barbaannu abbaa irree Kan mormarra ijaajju Biyya keenya keessatti Alagaan of hin jajju Geggeessaa biyyaa Abiyyi Yaa Ministeeraa RIB Lamma Dhimma wallaggaaf Gujii Quba hin qabdanmoo jamaa Moo isaanis miti oromoo Hin qabsoofnemoo dhiigee Hin duunemoo kan gujii Mar'ummaan keessaa jigee Maalif dhuma dargaggoon Cubbuu maalii hojjete Oromummaasaa qofaaf Maalif biyyaa baqatee Dhiigni Oromoo diriire Maalumaaf lafatti hafaa Dhaga'aa nuuf birmadhaa Adaraa waaqaaf lafaa Oromoon safuu qaba Abaaree qaqqabsiisa Dhiignisaa ol iyyatee Waaqayyoon gaddisiisa Warri Oromoo qaltanii Garaa jabeessitani Isiniif wayyoo malee Kan jedhu hin qabu ani Nu dhiisaa mirga keenyaaf Nun fixinaa lafarraa Silaa seeran beektanii Ajjeechaadhaaf cabarra. @JituDerartu @Walaloon_Jaalala

Bekisisa arifachisaa Ya'ii Gulalle film production hojilee artii bifa show hojechuf barbaada kanaaf show kan taatoo ta'ani hojechu barbaadan hojechisu barbaadaa 1) Show Qophii Waa'e Fayyaa irraati xiyyefatef Oggummaa Narsii Fi Fayyaa dhan wal qabatan kan hojecha jirtu 2) Show Qophii Midhaginaa irrati xiyyefatef Oggummaan mekap nama dalgdu Hub:- Bekisisini kun Dubartoota Qofa Ilaalataa Waaren galma'u barbaadanif 0941252428 nuf bilbilaa Ya'i Gulalle film production agent