ch
Feedback
ODAA Electronics N1

ODAA Electronics N1

前往频道在 Telegram

Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna 👉Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used) Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu 👉 Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr @Odaa_Electronics Bilb ✆ +251911430007 📩 @odaaSmart

显示更多

📈 Telegram 频道 ODAA Electronics N1 的分析概览

频道 ODAA Electronics N1 (@odaa_electronics) 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 430 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 11 688,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 3 200

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 430 名订阅者。

根据 12 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -178,过去 24 小时变化为 -13,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 10.57%。内容发布后 24 小时内通常能获得 4.04% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 102 次浏览,首日通常累积 421 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0
  • 主题关注点: 内容集中在 storage, odaa, itti, odaatrading.com, battery 等核心主题上。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna 👉Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used) Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu 👉 Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr @Odaa_Electronics Bilb ✆ +251911430007 📩 @odaaSmart

凭借高频更新(最新数据采集于 13 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

10 430
订阅者
-1324 小时
-407
-17830
帖子存档
photo content
+9

JECHOOTA GORSA OF KEESSAA QABU =============================== ♥Kennaan guddaan Gorsa ❤Badhaasani guddaan Jaalala ♥Aangoon gu
JECHOOTA GORSA OF KEESSAA QABU =============================== ♥Kennaan guddaan Gorsa ❤Badhaasani guddaan Jaalala ♥Aangoon guddaan Of danda'uu dha. ❤Maalummaan guddaan Amanamummaa dha. ♥Hiyyumaa guddaan Beekumsa dhabuu dha ❤Dadhabinni guddaan Maallaqaaf bitamuu dha. ♥Qaroominni guddaan Wal hubachuu dha ❤Eenyummaan guddaan Sobbonummaa dha ♥Kufaatiin guddaan Garbummaa dha ❤Dhibeen guddaan tokkummaa dhabuu dha ♥Qabeeenyi guddaan Amantaa dha! ❤Dhiphinni guddaan Maal naan jedhanii dha. ♥Gootummaan guddaan Obsa qabaachuu dha yoo irraa barattan, Share gochuun Nama beeku yaadachiisuu kan hin beekne barsiisuu dha!♥ Channel keenya Join fi Hidha(Link) Isaa share godhaa galatoomaa♥❤♥❤♥❤♥ Jaalalaa Mucayyoo Bareedduu kanaa Dubbisaa Telegram..... 👇👇👇👇👇👇👇👇❤ @Dambali_Jaalala

🎵Kekiya Bedada Album is Coming in @melbamusic 🎵
🎵Kekiya Bedada Album is Coming in @melbamusic 🎵

photo content

LAAPTOPPII HAARAA GALE Kanneen Biroos Baay'ee Qabna #Boolee_Gamoo_oromiyaa_Darbii 1ffaa S-12 1) Hp Notebook Core i5 8th gen 1
+9
LAAPTOPPII HAARAA GALE Kanneen Biroos Baay'ee Qabna #Boolee_Gamoo_oromiyaa_Darbii 1ffaa S-12 1) Hp Notebook Core i5 8th gen 15.6inch (New) TOUCHSCREEN #Kuusaa HDD 1TB RAM 8GB, with keyboard light #Gatii.... 20,400 2) Dell Intel inside (Brand New) 13.7inch Radius(360° Kan ofirra Naanna'u) FULL TOUCH Ram 4GB Hdd 500GB......13,400 3) Hp Core i5 5th gen 14inch (New) #Kuusaa HDD 1TB RAM 8GB, with keyboard light #Gatii.... 13,000 4) Hp Elitbook core i5 4th gen 14inch 1T 8GB #Gatii.... 12,300 5) Hp Probook core i5 4th gen 15.6inch 1T 8GB Gatii 13600 6) Hp Probook core i7 4th gen 15.6inch 1T 8GB Gatii 15400 5) Dell Core 2 Duo P8400 (Used) Hdd 500GB RAM 4GB Gatii....7,300 6) Dell core i3 5th gen (Slightly Used) 15.6 inch 500GB 4GB Gatii....12,900 7) Hp Pavilion core i5-7the gen (NEW) 15.6inch HD 1T RAM 8GB Graphics NVIDIA 2GB, with keyboard light Gatiin 19800 Bittuun Qofti Haa Bilbilu bilb 0911-430-007 http://t.me/OdaaElectronics See also http://t.me/Dambali_Jaalala

🥁✅Nagaan Siniif Haa Ta'uu Kabajamoo Hordoftoota Keenya ✅🛑Akkuma Isiin Beektan Channeliin keenya #MELBA_MUSIC™ karaa YouTube maqaa #MELBA_TECH jedhuun Barnoota Technology wal qabatuu kan siinif dhiyeesaa jirudha! ✅Kanaaf Hordoftoota Keenya Warri Subscribe Hin Godhiin Jirtaan Akka Subscribe Akka Gootan! Link ➡️ https://youtu.be/ptZQ39rhUnM Link ➡️ https://youtu.be/ptZQ39rhUnM

Beeksisa Egaa yeroo darbee akkuuma isiin beeksisnee turre barattoonni haara gara university finfinnee dhuftan barattoonni Oromoo feloshiippii focus finfinnee namoota dhufan simaachuun mooraa wal barsiisuuf qophii xumureera. Kanuma irratti hunda'uun barattoonni buufatni keessan mooraa kiiloo 6, 4 fi FB taatan bilbila armaan gaadii irratti bilbiluun nu argachuu dandeessu. Mooraa kiiloo 6 f 📱 +251 97 254 1046 ----------------- Mooraa FB f 📱 +251915923964 ------------------------ Mooraa kiiloo 4 f 📱 +251935308265 Waaqayyo karaa keessan irrattii isin dura haa bu'u. Nagaan nuf kottaa baayyee isiin jaallannaa! 👇👇👇👇👇👇 @focusfinfinnee

LAAPTOPPII HAARAA GALE Kanneen Biroos Baay'ee Qabna #Boolee_Gamoo_oromiyaa_Darbii 1ffaa S-12 1) Hp Notebook Core i5 8th gen 1
LAAPTOPPII HAARAA GALE Kanneen Biroos Baay'ee Qabna #Boolee_Gamoo_oromiyaa_Darbii 1ffaa S-12 1) Hp Notebook Core i5 8th gen 15.6inch (New) TOUCHSCREEN #Kuusaa HDD 1TB RAM 8GB, with keyboard light #Gatii.... 20,400 2) Dell Intel inside (Brand New) 13.7inch Radius(360° Kan ofirra Naanna'u) FULL TOUCH Ram 4GB Hdd 500GB......13,400 3) Hp Core i5 5th gen 14inch (New) #Kuusaa HDD 1TB RAM 8GB, with keyboard light #Gatii.... 13,000 4) Hp Elitbook core i5 4th gen 14inch 1T 8GB #Gatii.... 12,300 5) Hp Probook core i5 4th gen 15.6inch 1T 8GB Gatii 13600 6) Hp Probook core i7 4th gen 15.6inch 1T 8GB Gatii 15400 5) Dell Core 2 Duo P8400 (Used) Hdd 500GB RAM 4GB Gatii....7,300 6) Dell core i3 5th gen (Slightly Used) 15.6 inch 500GB 4GB Gatii....12,900 7) Hp Pavilion core i5-7the gen (NEW) 15.6inch HD 1T RAM 8GB Graphics NVIDIA 2GB, with keyboard light Gatiin 19800 Bittuun Qofti Haa Bilbilu bilb 0911-430-007 http://t.me/OdaaElectronics See also http://t.me/Dambali_Jaalala

LAAPTOPPII HAARAA GALE Kanneen Biroos Baay'ee Qabna 1) Hp Notebook Core i5 8th gen 15.6inch (New) TOUCHSCREEN #Kuusaa HDD 1TB RAM 8GB, with keyboard light #Gatii.... 20,400 2) Dell Intel inside (Brand New) 13.7inch Radius(360° Kan ofirra Naanna'u) FULL TOUCH Ram 4GB Hdd 500GB......13,400 3) Hp Core i5 5th gen 14inch (New) #Kuusaa HDD 1TB RAM 8GB, with keyboard light #Gatii.... 13,000 4) Hp Elitbook core i5 4th gen 14inch 1T 8GB #Gatii.... 12,300 5) Hp Probook core i5 4th gen 15.6inch 1T 8GB Gatii 13600 6) Hp Probook core i7 4th gen 15.6inch 1T 8GB Gatii 15400 5) Dell Core 2 Duo P8400 (Used) Hdd 500GB RAM 4GB Gatii....7,300 6) Dell core i3 5th gen (Slightly Used) 15.6 inch 500GB 4GB Gatii....12,900 7) Hp Pavilion core i5-7the gen (NEW) 15.6inch HD 1T RAM 8GB Graphics NVIDIA 2GB, with keyboard light Gatiin 19800 Bittuun Qofti Haa Bilbilu bilb 0911-430-007 http://t.me/OdaaElectronics See also http://t.me/Dambali_Jaalala

Badhaasa Kaardii Marsaa Sadaffaa Kan ODAA ELECTRONICS Qophaa'eera Hundi Keessan Hirmaadhaa Abbaa Carraa Ta'aa! Amma sa'aatii 3:00tti Gadhiifama PAGE Keenya fb SEENAA 👇👇👇👇👇👇👉 https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=536182836950994&id=127557864480162&sfnsn=mo

Dubbisi dubbisuun bareeda. ☑☑☑☑☑☑☑☑☑☑☑ Ikaan kee namaa hudaaf onnee kee namaa tokkoof Namaa tokkoo jaladhuu malee hin Amaniin
Dubbisi dubbisuun bareeda. ☑☑☑☑☑☑☑☑☑☑☑ Ikaan kee namaa hudaaf onnee kee namaa tokkoof Namaa tokkoo jaladhuu malee hin Amaniin Sababbin isaas hangaa jalattu beeyta malee hangaa inii sii jalatuu hin beeytu. Gamachuu yeeroo gababiduuf jette kaaroraa Kee yeeroo dheeraa hin baalesin. Nama uf biraa dhabde kophaa kee taatus Abdii hin kutatin namni Abdii qabu Rabbiin hin dhabu Boolla tokkoo namaaf hin qootin qottes Gaadi hin faagesin simatuu itti awwalamuu mala. Hiriyyaa gowwatti iccitii kee hin himin bakka taanetti si saaxilaati. Namni namaa sitii hamatuu silee namaa birootii akkaa hamatu hin dagatin. Iccitii hiriyyaa keeti Nama birotti dabarisitee hin latin sababiin isaa ishee hiriyyaa tiiyyaa Jette wanii garaa ishee sitii hinatefi. Waan hundumaa anumatuu beeka hin jedhin Kan si caala beeku baay.etu jira. Soba duubatte jalatamuu iraa dhugaa Duubatte jiibamuu sii waaya saaban isaa

LAAPTOPPII HAARAA #Baay'ina Hanga barbaadame 1) Hp Core i5 5th gen 14inch (New) #Kuusaa HDD 1TB RAM 8GB, with keyboard light
+1
LAAPTOPPII HAARAA #Baay'ina Hanga barbaadame 1) Hp Core i5 5th gen 14inch (New) #Kuusaa HDD 1TB RAM 8GB, with keyboard light #Gatii.... 13,000 2 Hp Elitbook core i5 4th gen 14inch 1T 8GB #Gatii.... 12,300 3) Hp Probook core i5 4th gen 15.6inch 1T 8GB Gatii 13600 4) Hp Probook core i7 4th gen 15.6inch 1T 8GB Gatii 15400 5) Dell Core 2 Duo P8400 (Used) Hdd 500GB RAM 4GB Gatii....7,300 6) Dell core i3 5th gen (Slightly Used) 15.6 inch 500GB 4GB Gatii....12,900 7) Hp Pavilion core i5-7the gen (NEW) 15.6inch HD 1T RAM 8GB Graphics NVIDIA 2GB, with keyboard light Gatiin 19800 Bittuun Qofti Haa Bilbilu bilb 0911-430-007 @OdaaElectronics See also @Dambali_Jaalala

《 HUBAADHU 》 ●●●●●●●●●●●●●● ◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇ ❤◇-kan yeroo hundaa kolfu beekkumsa of dhoowwa. ❤◇-kan yeroo hundaa kadhatu kennaa
《 HUBAADHU 》 ●●●●●●●●●●●●●● ◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇ ❤◇-kan yeroo hundaa kolfu beekkumsa of dhoowwa. ❤◇-kan yeroo hundaa kadhatu kennaa of dhoowwa. ❤◇-kan yeroo hundaa kakatu amantii of dhoowwa. ❤◇-kan yeroo hundaa jarjaru hiree of dhoowwa. ❤◇-Dubbachuun immoo gootummaa mitii! ❤◇Cal'isuun sodaaf miti ! ❤◇-Kaayyoo kee hin dagattiin! ❤◇-DHaageesseef hin dubbaatin! ❤◇-Argaateedhaf hin nyaatin! ❤◇-Waan xiqqoo hin gowwoomin! ❤◇-Iccitti kee hin himaatiin! ❤◇-Rakkoo kee hin dhokfaatin! ❤◇-Hirriyyaa kee hin tufaatin! ❤◇-Dhandhamachaa nyaadhu! ❤◇-Tilmaamitti dubbaadhu! ❤◇-Fakkeesittu hin ta'iin! ❤◇-Dhugaaf falmu filaadhu! ❤◇-Baay'ee dhageefadhuu! ❤◇-Xiqqoo immoo dubbaadhuu! ❤◇-Kan namaa hin dubbaatiin! ❤◇-Kan kee hin dhisiin! ❤◇-Nama hin sodaatiin kabaajii malee! ❤◇-Ofi immoo hin tufaatiin! ❤ ======================== ❤ ❤sheri godhii ❤ madda fb ilillii Burqa @Dambali_Jaalala @Dambali_Jaalala @Dambali_Jaalala

Namichatu fuudhee ji'a afuritti haati warraa isaa daa'ima deenyan haariin galee Gurbaa:- intaa diqaalaa kana eessaa natti fidde akkamiti ji'a afuriin deesse? Intala:- erga nafuutee ammami? Gurbaa:- ji'a Afuriifi walakkaa Intala:- ergan sitti heerumee hoo? Gurbaa:- ji'a Afuriifi walakkaa Intala:- walitti yoo dhufu meeqa? . . . . . , . . . . Gurbaa:- oooo Amma Naaf Gale Dhiifama Edaa Jiini akkasitti lakkaawama giiftii tiyya maloo #Share #Share #Share @Dambali_Jaalala @Dambali_Jaalala @Dambali_Jaalala

Nama biraa hin qabuu Simalee ani firaa Jaalallee koo dammee Hin fagaatin narraa Kun jaalala miti Maraachatu na qabee Oolee bu
Nama biraa hin qabuu Simalee ani firaa Jaalallee koo dammee Hin fagaatin narraa Kun jaalala miti Maraachatu na qabee Oolee buluun dadhaba Sagalee kee dhabee Duruu wal jaalata Namni bakka bakkaa Maaliif jaalalti kee Hirriba na dhorkaa Na bobbooressita Laphee koo kuffistee Jaalala qofamoo Wayumaan na tuqxee? Araada koo guddaa Sibaree sibaree Suma qofan yaada Ganamaa fi waaree Maaliin siif ibsuree Jaalala koo onneerraa Mee naaf affeerami 'Waaritu galgalu' sirba Alii birraa!!!!♥ #Share @Dambali_Jaalala

Meeqan keessantu walaloo sirbaa sirriitti beeka. Watch "Leencoo_Gammachuu_-_Muquxxaayee_- (LHYRICS)_New_Ethiopian_Music_2019 with lhyrics" on YouTube https://youtu.be/ppQlt8zj9Ns

Ana natti toleef Biliisumaa hin farsuu Osoo gujiif walaaggi Imimmaan lolaasuu Osoo lammiin koo dhiiga Cophsuu nyadhee gammade
Ana natti toleef Biliisumaa hin farsuu Osoo gujiif walaaggi Imimmaan lolaasuu Osoo lammiin koo dhiiga Cophsuu nyadhee gammadee Buluf garaan koo nan Obsuu natii tolee rafee Buluf cinaachi koo Hin cisuu Osoo bukkeen koo na. Dhukkubu isaa kamin Farsa bilisummaa . Wallagiif Gujiin har'alle Maaf ajjeefama Gafaa wallaggi lukka Cabbu shawwaan walin Okkolaa maaf wal qoqqona Nutii waluman tolaa Hunddara tokkummatu Calaa @Dambali_jaalala

LAAPTOPPII HAARAA #Baay'ina Hanga barbaadame #Modeela Hp Core i5 5th gen 14inch #Kuusaa HDD 1TB RAM 8GB #Gatii.... 13,000 Hp
LAAPTOPPII HAARAA #Baay'ina Hanga barbaadame #Modeela Hp Core i5 5th gen 14inch #Kuusaa HDD 1TB RAM 8GB #Gatii.... 13,000 Hp core i5 4th gen #Gatii.... 12,300 Bittuun Qofti Haa Bilbilu bilb 0911-430-007 @OdaaElectronics See also @Dambali_Jaalala

Jaalallee koo na ganteef _ Odaa jalan ciisa gaaddisa biyya koo baay'een si jaal'adha nama akka garaa koo _ Jaalalli an siif qabu kan namaarra adda jecha qofaan miti onnee koorraa madda of biraa si dhabuutu natti ta'e gadda _ Jaalalli kee citee lapheetti na hafe ergaan si dhabeeti ciisee yooman rafe _ suuraa fuula keeti na dura rarraasa anis ka'ee taa'een of biraa si dhabeen imimmaan harcaasa Yaada @obsii28 @dambali_jaalala

Qabiyyee Bareeda Kan Qabu Xiqqoo Hojjete #Baay'ina Tokko(1) #Gosa Asus Core i7 6th gen 15inch #Kuusaa HDD 1TB RAM 12GB #Garap
Qabiyyee Bareeda Kan Qabu Xiqqoo Hojjete #Baay'ina Tokko(1) #Gosa Asus Core i7 6th gen 15inch #Kuusaa HDD 1TB RAM 12GB #Garaphics 2GB NVIDIA #Gatii 17,800 Bittuun Qofti Haa Bilbilu bilb 0911-430-007 @OdaaElectronics See also @Dambali_Jalala