3 192
订阅者
-324 小时
-117 天
-1130 天
正在加载数据
吸引订阅者
十一月 '2611月 '26
十一月 '26
+1
在0个频道中
十月 '26
+1 379
在1个频道中
Get PRO
九月 '260
在1个频道中
Get PRO
八月 '260
在2个频道中
Get PRO
七月 '260
在1个频道中
Get PRO
六月 '260
在3个频道中
Get PRO
五月 '260
在0个频道中
Get PRO
四月 '260
在0个频道中
Get PRO
三月 '260
在2个频道中
Get PRO
二月 '260
在2个频道中
Get PRO
一月 '260
在0个频道中
Get PRO
十二月 '250
在1个频道中
Get PRO
十一月 '250
在0个频道中
Get PRO
十月 '250
在0个频道中
Get PRO
九月 '250
在5个频道中
Get PRO
八月 '250
在2个频道中
Get PRO
七月 '250
在4个频道中
Get PRO
六月 '250
在1个频道中
Get PRO
五月 '250
在6个频道中
Get PRO
四月 '250
在2个频道中
Get PRO
三月 '250
在0个频道中
Get PRO
二月 '250
在0个频道中
Get PRO
一月 '250
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+287
在3个频道中
Get PRO
十一月 '24
+44
在2个频道中
Get PRO
十月 '24
+80
在2个频道中
Get PRO
九月 '24
+229
在3个频道中
Get PRO
八月 '240
在1个频道中
Get PRO
七月 '24
+6
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+2
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+12
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+15
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+28
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+13
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+16
在0个频道中
Get PRO
十二月 '23
+20
在0个频道中
Get PRO
十一月 '23
+7
在0个频道中
Get PRO
十月 '23
+7
在1个频道中
Get PRO
九月 '23
+20
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+4
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+2
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+6
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+6
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+11
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+56
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+14
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+18
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+21
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+6
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+22
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+30
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+161
在0个频道中
Get PRO
七月 '220
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+16
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+6
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+55
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+29
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+4
在0个频道中
Get PRO
一月 '22
+33
在0个频道中
Get PRO
十二月 '21
+9
在0个频道中
Get PRO
十一月 '21
+7
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+906
在0个频道中
Get PRO
九月 '21
+7
在0个频道中
Get PRO
八月 '21
+8
在0个频道中
Get PRO
七月 '21
+92
在0个频道中
Get PRO
六月 '21
+4
在0个频道中
Get PRO
五月 '21
+14
在0个频道中
Get PRO
四月 '21
+25
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+18
在0个频道中
Get PRO
二月 '21
+7
在0个频道中
Get PRO
一月 '21
+14
在0个频道中
Get PRO
十二月 '20
+697
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 01 十一月 | +1 |
频道帖子
Repost from N/a
#طالب_العلم
قال الإمام مالك (179هـ) رحمه الله: (لا خير في علم لا يكون له أصل في كتاب الله وسنة رسوله صلى الله عليه وسلم وقول الصحابة والتابعين)
📚 ترتيب المدارك (2/ 123)
| 2 | https://www.salehs.net/download-file?url=https%3A%2F%2Fsalehs.net%2Fpublic%2Ffiles%2FsindyData%2Fdownload%2Fkutub%2Fab26-alosafa.pdf | 206 |
| 3 | 没有文字... | 218 |
| 4 | Jaalala Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam
Darsii kaleeysaatirraa
Sahaabticha Zeyd bin Ad-Dasinaa ja'amu Qureeysheen ajjeesuuf dirreetti baasuun dura gaafii takka gaafatan.
"Osoo Muhammad bakka kee kana ajjeefamuuf gad baafamee ati nagayaan baate ni feetaa?" Ja'aniin. Zeyd akki je'een, "Wallaahi Muhammad amma bakka jiru sanitti qoreen isa waraantee ani mana kiyya nagayaan taa'uu hin filadhu" je'een.
Ni ajjeefame! Rabbi irraa haa jaalatu.
Abuu Suufiyaan akki ja'u, "ilma namaa tokkolleen hanga sahaaboonni Muhammad Muhammad jaalatan ka nama biraa jaalatu hin agarre"
Guyyaa juma'aa kana salawaata heddumeeysi. Nabiyyii kee sallallaahu aleeyhi wasallam jaaladhu! | 211 |
| 5 | https://t.me/darasticha?livestream=802c0dd9799a281dbe | 252 |
| 6 | كتاب جلاء الأفهام
رابط البث
https://t.me/darasticha?livestream=052f587eef54436d27 | 259 |
| 7 | tarbyah00418_القصاص_والمذكرين_ابن (1).pdf | 442 |
| 8 | نبدأ حاليا إن شاء الله في مجلس الشيخ مصعب وفقه الله
قال رَسُول اللهِ ﷺ : إِذَامَرَرْتُمْ بِرِيَاضِ الْجَنَّةِ فَارْتَعُوا قَالُوا: يَا رَسُولَ اللهِ، وَمَا رِيَاضُ الْجَنَّةِ؟ قَالَ: مَجَالِسُ الذِّكْرِ - صححه ابن باز
الرابط على جوجل مييت: https://meet.google.com/ish-peae-kni | 407 |
| 9 | Jaaf | 375 |
| 10 | By the way lola zamana kanaa irra hedduu yoo laalte ol aantummaa duniyaati kan itti barbaadamu.
Hoggaa gareen lama wal lolte ykn biyyi lama wal lolte gama lamaanuu muslima hin dhabdu.
Gama lamaanuu muslimoota waraanaa hanga sheekaatti lola san gargaarantu jira. Gareen lamaanuu haqa qabna ja'anii amanan. Gareen lamaanuu namni haqa isaarratti du'e warra shahiida hadiisa ja'amu fii ka biraa ragaa godhatan.
Islaameeysuurraa hanga qabsoo karaa Rabbii keeysatti godhamtuu warra fakkeeysuu jira.
Jihaadni ol aantummaa duniyaatiif osoo hin taane jechi Rabbii akka ol aantuu taatuuf godhama | 1 198 |
| 11 | Ilmi namaa waliif galuu dandaha baaxilarratti. Rabbiin ol tahe heddumina mallattoo qajeelummaa godhee hin himne.
Rabbiin ol tahe akki ja'u:
﴿ أَكثَرُهُم لا يُؤمِنونَ﴾ [Al-Baqarah: 100]
Irra hedduun isaanii hin amanan.
﴿وَلكِنَّ أَكثَرَ النّاسِ لا يَشكُرونَ﴾ [Al-Baqarah: 243]
Garuu irra hedduun namaa galata Rabbiif hin galchan.
﴿وَأَكثَرُهُمُ الفاسِقونَ﴾ [Āli ‘Imrān: 110]
Ammas irra hedduun isaanii qaasiqoota seera Rabbii gubbaan tarkaanfatani.
﴿ وَأَكثَرُهُم لا يَعقِلونَ﴾ [Al-Mā’idah: 103]
Irra hedduun isaanii aylii haqa agartu hin qaban.
﴿ أَكثَرَهُم لا يَعلَمونَ﴾ [Al-An‘ām: 37]
Irra hedduun isaanii hin beekhan.
﴿أَكثَرَهُم يَجهَلونَ﴾ [Al-An‘ām: 111]
Irra hedduun isaanii jaahiloota.
﴿وَإِن تُطِع أَكثَرَ مَن فِي الأَرضِ يُضِلّوكَ عَن سَبيلِ اللَّهِ ﴾ [Al-An‘ām: 116]
Irra hedduu warra lafa tanarra jiruu yoo waan isaan fedhan jala deemte karaa Rabbirraa si jallisan.
ثُمَّ لَآتِيَنَّهُم وَلا تَجِدُ أَكثَرَهُم شاكِرينَ﴾ [Al-A‘rāf: 17]
Irra hedduu namaa isaanii galata Rabbiif galchu hin agartu.
﴿وَما وَجَدنا لِأَكثَرِهِم مِن عَهدٍ ﴾ [Al-A‘rāf: 102]
Irra hedduu isaanii yeroo beellama guutan hin agarre.
﴿وَما يَتَّبِعُ أَكثَرُهُم إِلّا ظَنًّا l﴾ [Yūnus: 36]
Irra hedduun isaanii seetee jala malee hin deeman.
﴿إِنَّهُ الحَقُّ مِن رَبِّكَ وَلكِنَّ أَكثَرَ النّاسِ لا يُؤمِنونَ﴾ [Hūd: 17]
Dhugumatti haqni Rabbi biraahi garuu irra hedduun namaa hin amanan.
﴿وَما أَكثَرُ النّاسِ وَلَو حَرَصتَ بِمُؤمِنينَ﴾ [Yūsuf: 103]
Irra hedduun ilmaan namaa osoo hanga feete isaan qajeelchuuf bololtes hin amanan.
﴿وَما يُؤمِنُ أَكثَرُهُم بِاللَّهِ إِلّا وَهُم مُشرِكونَ﴾ [Yūsuf: 106]
Irra hedduun isaanii Rabbitti hin amanan Rabbitti waa qindeeysanii shirkii dalagan malee.
﴿وَلَقَد صَرَّفنا في هذَا القُرآنِ لِلنّاسِ مِن كُلِّ مَثَلٍ وَكانَ الإِنسانُ أَكثَرَ شَيءٍ جَدَلًا﴾ [Al-Kahf: 54]
Dhugumatti quraana kana keeysatti fakkeenya hunda goonee haqa adda baafnee jirra. Garuu irra hedduun ilmaan nama haqa didee falamuu jaalata.
﴿ أَكثَرُهُم لا يَعلَمونَ الحَقَّ فَهُم مُعرِضونَ﴾ [Al-Anbiyā’: 24]
Irra hedduun isaanii haqa hin beekhan, isaan haqarraa gargaloodha.
﴿ وَأَكثَرُهُم كاذِبونَ﴾ [Ash-Shu‘arā’: 223]
Irra hedduun isaanii ni kijiban.
﴿ فَأَعرَضَ أَكثَرُهُم فَهُم لا يَسمَعونَ﴾ [Fuṣṣilat: 4]
Irra hedduun isaanii haqarraa gargalan, isaan haqa hin dhagayan.
====
Irra hedduun namaa hin amanan, haqa hin beekhan, eega beekhanis irraa garagalan, ni didan, yoo itti himtes hin dhagayan, galata Rabbiif hin galchan, yoo amananis shirkii dalaguu wajjiin malee hin amanan. Aayaanni akkanaa hedduudha ani hundi hin dhiheeysine.
Waa xiqqoon yoo akkam je'e Rabbiin?
﴿ ثُمَّ تَوَلَّيتُم إِلّا قَليلًا مِنكُم ﴾ [Al-Baqarah: 83]
Eeganaa diddanii if duuba deebitan waa xiqqoo isinirraa tahe malee.
﴿كَم مِن فِئَةٍ قَليلَةٍ غَلَبَت فِئَةً كَثيرَةً بِإِذنِ اللَّهِ وَاللَّهُ مَعَ الصّابِرينَ﴾ [Al-Baqarah: 249]
Hedduudha tutti waa xiqqoon tuuta guddaa injifatte hayyama Rabbiitiin. Rabbiin warra obsuu wajjiin jira.
﴿وَقَليلٌ مِن عِبادِيَ الشَّكورُ﴾ [Saba’: 13]
Waa xiqqoodha gabroottan kiyyarraa ka galatan galchan.
====
Waa xiqqoodha gabroottan Rabbii ka galata galchan, ka amanan, ka haqarratti sabatan, warri injifatan.
Rabbiin warra waa xiqqoodha gabroottan Rabbii sanirraa nu haa godhu. | 794 |
| 12 | Rasuulli Rabbii sallallaahu aleeyhi wasallam akki je'e:
يأتي علَى النَّاسِ زمانٌ الصَّابرُ فيهِم على دينِهِ كالقابِضِ على الجمرِ
"Zamanni takka ilmaan namaatirra dhufuuf taa'a, zamana san keeysa namni amantii isaa qabatu akka nama dhamala ibiddaa harkatti qabatuuti" tirmizii: 2260
Ammas Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam akki je'e:
إِنَّها سَتَكُونُ فِتْنَةٌ . فَقَالوا : كَيْفَ لَنا يا رسولَ اللهِ ؟ ! أوْ كَيْفَ نَصْنَعُ ؟ قال : تَرْجِعُونَ إلى أَمْرِكُمُ الأولِ
"Dhugumatti Fitinaan argamuuf teeysi". Je'e. "Duuba akkam taana? Maal haa goonu?" Ja'aniin: "Islaamummaa teeysan ta jalqabaatti deebi'aa" je'een. Sharhi mushkulul aasaar: 1184
Akkas jechuun akka Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam irra ture, akka sahaaboonni irra turan.
Ammas Rasuulli Rabbii sallallaahu aleeyhi wasallam akki je'e:
بَدَأ الإسلامُ غَريبًا، وسَيَعودُ كما بَدَأ غَريبًا، فطوبى للغُرَباءِ.
"Islaamummaan akka kheeysummaatti jalqabe, keessummaatti deebi'uuf taa'a akkuma dura jalqabe; jannatni warra keeysummaa tahan saniif tahaadha." Ja'an. Muslim:145
Wanni kuni hundi argamuu qaba. Mu'ujizaan Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam dhugaa tahuu qaba. Tahee jiras.
Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam akki je'e:
لَيَأتيَنَّ على النَّاسِ زَمانٌ لا يُبالي المَرءُ بما أخَذَ المالَ: أمِن حَلالٍ أم مِن حَرامٍ.
"Ilma kanarra dhufuuf taa'a zamana namni maallaqa bakka irraa argatu hin laallanne: haraama moo halaalaa kan dantaa hin goone." Bukhaarii: 2083
Dirqama kunis hojirra oolu qaba. Zamana Abu Bakri waan takka eega nyaate booda maallaqa nama falfala dalaguutii beeynaan if haqisiises dabaree jira. Amma zamana maallaqa argachuun dirmaati halaal fii haraamarraahis.
Mu'ujizaa Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam keeysaa tunis argamtee jirti. | 1 247 |
| 13 | Dubartii %100 jaarsi akka zinaa dalagu beeytu, ka jaarsis itti hime wajjiin galantu jira. Dubartii jaarsi isii halaal Rabbiin hayyameefin fuudhe adda baanu malee jettee jaarsaan adda baatuutu ykn ta fuudhe saniin adda baaftuutu irra hedduudha. Hawaasa dubartootaa keeysattis ka duraa santu irra wayya ka fuudhurra. Ka fuudhu afooshaa guutuu lolaan, ka zinaa ammoo ija irraa gad qabatan.
Tokko waan naan je'e:
"Aboo ani jaartii tiyyaan wal lolurra, Rabbiin Ghafuuru Rahiimii badii tiyya naaf haa dhiisuu, fuudhee rabshaa seenurra baduman dalaga. Isiinis ni beeytii" naan je'e.
Maali sababaan ati badii tana daleeyduuf? Jennaan.
"Torbaan lama sadii keeysaa guyyaa 1 na wajjiin rafti. San booda obsuu ykn zinaa dalaguu narra jiraa obsuun dadhabe" ja'a.
Aboo Rabbii siif hayyamee fuudhi jennaan.
"Na hin dhiiftu manan itti laffa'ee bite, ilmaanin hore keeysaa na ariiti" je'e.
Haala kana irra gariin dubartootaa mujrimoota! Akkasuma gariin dhiiraatis warra Rabbi caalaa dubartoota gabbaru.
Zinaan haraami, fuudhuun halaali! Jaartiin tee zinaa yoo siif hayyamte, Rabbiin fuudhuu siif hayyame. Fuudhuun azaaba duniyaa ka jaartii fii afooshaatiif si saaxila, zinaan azaaba aakhiraatiif si saaxila.
Kuni guddinaan biyya faranjiiti laallata. Biyyi dhiirti dhalaaf salaataa jiraattu biyya faranjiiti! Didi jalaa mujrimtitti gama ibidda jahannam si afeertu. | 812 |
| 14 | أدب الطلب - 4
meet.google.com/wxr-gkbn-kfe | 749 |
| 15 | Seenaa darsii bareedaa namni isiniif mijjaawu | 738 |
| 16 | الطاهرات_دراسة_جامعة_ومحررة_لسير_امهات_المؤمنين_رضي_الله_عنهن_موسى.pdf | 875 |
| 17 | 没有文字... | 958 |
| 18 | Kitaaba "Ax-xaahiraat" ja'u kana dubartoota keenya warra baratuu fedhuuf jalqabuun yaada qaba.
Dhiirtis yoo baratte hedduu fayyada.
Ammoo kitaabni waa'ee qulqulloota haadhoota Mu'imontootaati.
Jireenya isaanii, qabsoo isaanii, sabrii isaanii, ibaadaa isaanii, hayaa fii akhlaaqa isaaniiti.
Dubartoonni keenya galaana wasaka ilaalchaatiin guuttame jalaa if baraaruuf haadha isaanii ta Rabbiin Qura'aanaan faarse baruu fii fakkeenya godhatuu qaban.
Inshaa Allaah gama telegram irratti afaan arabarraa gama oromoo isiniif hiikaa oofna.
Guyyaa fii bakka isiniif maxxansa dhihootti.
Ni barattanii waa'ee qulqulloota ummaa teeysanii? | 918 |
| 19 | 没有文字... | 872 |
| 20 | Sababaalee haqa diduu fii dogongorarratti cichuu (sababoota ta'assubaa)
Ilmi namaa waa hedduuf haqa diduu dandaha, waan baree fii irra jiruuf dharaa fii dogongoraaf tumsa. Waan kanarratti Aalimni guddaan Muhammad bin Aliyyi As-Showkaanin kitaaba isaa "adabu ax-xalab wa muntahaa al-arab" ja'amun keeysatti waan barreeyserraa isiniif qooda.
Sababoota ilmi namaa haqa diduuf, keeysattuu barataan ilmii, keeysattuu darasaa fii ustaaza, sheekaa fii ulamaaii laalchisee barreeyse inni.
1. Biyya ummanni mahzaba tokkoof akkaan tumsu keeysatti dhalachuu fii guddachuu.
Akkas jechuun biyya ummanni ilaalcha wahiirratti waliif galee, ilaalcha san qorachuu fii gaafii kaasuu hin hayyamne keeysatti guddachuudha. Fkn: biyya teenya yoo fudhatte jimaa irratti gaafii yoo kaafte hawaasa ija xalaataa qofaan si laaluu jira. Nashiidaa yoo kaafte akkasi, gabbara yoo kaafte akkasi. Akka inni bare san malee akki biraa hundi yakka.
2. Aangoo fii qabeenya jaalachuu.
Sababoota ilmi namaa haqa dhiisuuf, mata jabeenyaan dogongora deeggaruuf keeysaa tokko jaalala aangoo fii qabeenyaati. Jaalalli aangoo fii qabeenyaa wanni isiin ilma namaa gootuu fakkiin isaa akka yayyii haalaan beelooyte re'ee hedduu keeysa seenteetti fakkeeyfame hadiisa keeysatti.
AHLUL kitaaba haqarraa jallise, haqa Rabbiin buuse dhooysutti isaan geeyse jaalala duniyaa fii aangooti.
3. Mormii fii falmii amantii guddisu
Showkaanin akki itti ibsu si ajaaiba akki je'e, "sababoota haqa dhiisuutti nama geeysu keeysaa tokko: wal falmii warra beekkumsa qabu jiddutti godhamu, nama silaa haqa jaalatu, beekkumsas qabuutu mormii seenee dogongora keeysa bu'a, fedhiin lubbuu, fedhiin mohachuu, jaalalti jabaa tahanii mula'achuu itti dhuftee dogongorratti chicha"
4. Nama firaatiif akkuma hundatti tumsuu
Saba ykn gosa tahuu dandaha. Sheeka sabaa ykn gosa ifii akka hundatti numa deeggara. Haqarraa fagaachuu isaa osoo arges ragaa adda addaa barbaadee isaaf tumsuuf haqarraa maqa. | 853 |
