ch
Feedback
Oromia Education Bureau

Oromia Education Bureau

前往频道在 Telegram

📈 Telegram 频道 Oromia Education Bureau 的分析概览

频道 Oromia Education Bureau (@oeb2020) 阿姆哈拉语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 43 605 名订阅者,在 教育 类别中位列第 4 104,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 781

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 43 605 名订阅者。

根据 25 八月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 7 733,过去 24 小时变化为 30,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 59.11%。内容发布后 24 小时内通常能获得 15.78% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 25 770 次浏览,首日通常累积 6 880 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0

📝 描述与内容策略

尚未提供频道描述。

凭借高频更新(最新数据采集于 26 八月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

43 605
订阅者
+3024 小时
+627
+7 73330
帖子存档
Akkam jirtu nagaa keessanii? Barsiisonni keenya muraasni kallattii garaagaraan bilbiluun ragaan isaanii systema irra galee jiru tokko tokko  dogoggora akka qabu ibsaa jiru. Kanaaf aangoo sirreessuu dogoggora kana sirreessuu yeroo ammaa kana BBOn aanaaleef kennee waan jiruuf  har'a irraa jalqabee hanga Kibtaxa galgalaa (sa'aa12:00)tti sirreessuun waan danda'amuuf barsiisonni aanaa keessan waliin ta'uun dogoggora jiru akka qulqulleeffanii beeksisaa bakka duwwaa jiru irratti barsiisonni guutuu kan jalqaban    sana booda ta'uu isin hubachiifna.

Akkam jirtu nagaa keessanii? Barsiisonni keenya muraasni kallattii garaagaraan bilbiluun ragaan isaanii systema irra galee jiru tokko tokko dogoggora akka qabu ibsaa waan jiraniif aangoo sirreessuu yeroo ammaa kana BBOn aanaaleef kennee waan jiruuf har'a irraa jalqabee hanga Kibtaxa galgalaa (sa'aa12:00)tti sirreessuun waan danda'amuuf barsiisonni aanaa keessan waliin ta'uun dogoggora jiru akka qulqulleeffanii beeksisaa bakka duwwaa jiru irratti barsiisonni guutuu kan jalqaban sana booda ta'uu isin hubachiifna.

4_5765020892161647908.pdf11.75 MB

4_5765020892161647908.pdf11.75 MB

4_5765020892161647898.pdf11.70 MB

Document from Kurfa Beriso

photo content

Beeksisa Ulaagaa Simannaa MBBA.PDF

Liinkii:- Qabxii Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 https://oromia6.ministry.et

Document from Kurfa Beriso

photo content

Steps:1 click on *'check my result'* ....2. write Registration number and First name.........then, click on *'check my result'*

Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Ifoome. ---------- BBO - Adoolessa 15/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11 - 12/2018 Kennamee Ture Har'a Qabxiin Ibsameera. Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattotni 50%fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uun beekameera. #Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii banaa! Liinkii :- oromia.ministry.et #Itti_aansuun:- "Check My Result" kan jedhu banaa! dhumarratti, Bakka "Admission Number" jedhu lakk. keessan galchaa, Bakka" First Name" jedhu Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaaluu ni dandeessu.

Warreen armaan gaditti tarraa'an kun hin ergine
Warreen armaan gaditti tarraa'an kun hin ergine

4_5794040259603864575.pdf7.52 KB