ch
Feedback
Jimma University Community School

Jimma University Community School

前往频道在 Telegram

Mana Barumsaa komiyuunitii Yuunivarsiitii Jimmaa ጅማ ዩኒቨርስቲ ኮሚዩኒቲ ትምህርት ቤት

显示更多
2 974
订阅者
无数据24 小时
+87 天
-530 天
吸引订阅者
六月 '26
六月 '26
+33
在0个频道中
五月 '26
+40
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+62
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+22
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+28
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+44
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+33
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+52
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+64
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+143
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+133
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+137
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+83
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+42
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+39
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+31
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+43
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+85
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+56
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+140
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+137
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+233
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+214
在4个频道中
Get PRO
七月 '24
+61
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+53
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+35
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+35
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+30
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+91
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+2 013
在1个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
16 六月+3
15 六月+1
14 六月+5
13 六月0
12 六月+2
11 六月+4
10 六月+1
09 六月+5
08 六月+4
07 六月+1
06 六月+1
05 六月+2
04 六月+1
03 六月+1
02 六月+1
01 六月+1
频道帖子
https://t.me/+-1-nH4OLWL5mZGI8 👉Dear Parents, Kindly join this group using the link provided above. #Thank you for your cooperation.

2
Bitootessa 09/2018 Hordoftoota Amantaa Musliimaa Maraaf, Baga Jala bultii Ayyaana Idalfaxirii nagaadhaan geessan jechaa, Kabajamtoota maatii barattootaa fi barattootaa keenya hundaaf kabaja Ayyaana Idal faxirii sababeeffachuudhaan gaafa Kamisaa(10/07/2018)barumsi hanga sa'aatii 6:00 qofa ta'uu beektanii qophii dursaa akka gootan kabajaan isin beeksifan. =============//========== መጋቢት 09/2018 ዓ.ም ለመላው የሙስሊም እምነት ተከታዮች እንኳን ለኢድ አልፈጥር ዋዜማ በሰላም አደረሳችሁ እያልን! ክቡራን የተማሪ ወላጆች እና ተማሪዎቻችን ሁሉ፣ የኢድ አልፈጥር  የዋዜማ በዓልን ምክንያት በማድረግ ሐሙስ ቀን (10/07/2018)ትምህርት እስከ 6:00 ሰዓት ብቻ መሆኑን  በአክብሮት እናሳውቃለን። ======//======= March 9, 2018 E.C To all followers of the Muslim faith,We wish you a peaceful and joyful eve of Eid al-Fitr! Dear respected parents and our beloved students, In celebration of the Eid al-Fitr holiday, please be informed that on the coming Thursday(10/07/2018 E.C) classes will be conducted only until 6:00 AM. Kindly make your preparations accordingly. ===========//=========                Ayyaana Gaarii!!                    መልካም በዓል!! Wishing you a happy holiday!
1 254
3
Guyyaa 4/07/2018 Waldorgommii gaaffii fi deebii barattoota kutaa 9 gidduutti gaggeeffamee jira. ======================== ቀን 4+4
Guyyaa 4/07/2018 Waldorgommii gaaffii fi deebii barattoota kutaa 9 gidduutti gaggeeffamee jira. ======================== ቀን 4/07/2018 የጥያቄና መልስ ውድድር በ9ኛ  ክፍል ተማሪዎች መካከል ተካሂዷል።
1 689
4
Guyyaa 4/07/2018 Waldorgommii Kubbaa Miillaa barattoota shamarranii kutaa 9 fi 10 gidduutti gaggeeffamee jira. ==============+6
Guyyaa 4/07/2018 Waldorgommii Kubbaa Miillaa barattoota shamarranii kutaa 9 fi 10 gidduutti gaggeeffamee jira. ======================== ቀን 4/07/2018 የእግር ኳስ ውድድር በ9ኛ እና በ10ኛ ክፍል ሴት ተማሪዎች መካከል ተካሂዷል።
1 382
5
https://t.me/+-1-nH4OLWL5mZGI8
1 356
6
Guraandhala 27/2018 🌟 Baga Gammaddan! 🌟 🏆Manni Barumsaa Komuniitii Yuunivarsitii Jimmaa Badhaasa Carraa Barnoota Tolaa Barattoota  Shamarranii 3f Qabxii Daran Olaanaa Galmeessaniif Kennee jira. 📚 1.Barattuu Urjii Qajeelaa Tarrafaa Sagantaa Afaan Oromoo – Kutaa 5ffaa fi Kutaa 1–6 keessaa qabxii daran ol'aanaa galmeessiteetti. 📊 Qabxii giddu galeessaa: 99.4 📚 2.Barattuu Biruktaawwiit Kidaanee Qoyyaas Sagantaa Afaan Oromoo – Kutaa 2ffaa  fi Kutaa 1–6 keessaa qabxii daran ol'aanaa galmeessiteetti. 📊 Qabxii giddu galeessaa: 99.4 📚 3.Barattuu Hawwii Sulxaan Suleeymaan #Sagantaa Afaan Oromoo – Kutaa 8ffaa  fi Kutaa 7–8 keessaa qabxii daran ol'aanaa galmeessiteetti. 📊 Qabxii giddu galeessaa: 98.67 #Barattoonni  kuni cimina dhuunfaa,taaffii fi carraaqqii goodhaniin  barattoota biroof fakkeenya gaarii ta'uun; akkasumas maatii, barsiisotaa fi hawaasa mana barumsaa hunda boonsanii jiru. 👏 Baga gammaddan Urjii, Biruktaawwiit fi Hawwii!! Itti fufaa; ifa ta’aa,milkaa’ina caalu galmeessaa!! 🔆Dubartoota barnootaan jajjabeessuun hawaasa jabaa fi egeree ni ijaara!!🔆🔆 @# GADAAN QUUFAA GABBINA! #GABBISI WAAQ!! 👉Bulchiinsa M/B KYJ(JUCS) irraa!! ==========//=========      የካቲት 27/2018 ዓ.ም   🔆እንኳን ደስአላችሁ!!🔆 #የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ ት/ቤት በትምህርታቸው እጅግ የላቀ ውጤት ላሰመዘገቡ 3 ሴት ተማሪዎች ነፃ የትምህርት እድል ሰጠ። 📚1.ተማሪ ኡርጂ ቀጄላ ተረፋ #ከ አፋን ኦሮሞ  ስትሪም – 5ኛ ክፍል እና ከ (1–6 ) እጅግ ከፍተኛ ውጤት አስመዝግባለች። 📊 ውጤት: 99.4 📚2.ተማሪ  ብሩክታዊት ኪዳኔ ኮያስ #ከአማርኛ እስትሪም – 2ኛ ክፍል እና ከ (1–6) እጅግ ከፍተኛ ውጤት አስመዝግባለች። 📊 ውጤት: 99.4 📚3.ተማሪ ሀዊ ሱልጣን ሱሌይማን #ከአፋን ኦሮሞ እስትሪም –ከ8ኛ ክፍል እና 7-8 ክፍል  እጅግ ከፍተኛ ውጤት አስመዝግባለች። 📊 ውጤት: 98.67 #ተማሪ ኡርጂ፣ ተማሪ ብሩክታዊት እና ተማሪ ሀዊ በትጋት፣ በትኩረት እና በጥረት እጅግ ከፍተኛ ውጤት አስመዝግበዋል። ይህ ስኬት ለሌሎች ተማሪዎች መነሳሳት እና ተምሳሌት፣ ለቤተሰቧ፣ ለመምህራን እና ለት/ቤቱ ማህበረሰብ ትልቅ ኩራት ነው። 👏 እንኳን ደስ አላችሁ ኡርጂ፣ ብሩክታዊት እና ሀዊ! በትምህርትታችሁ የበለጠ ስኬት እንድታገኙ ከልብ እንመኛለን። 🌟 ሴቶችን  በትምህርት  ማበረታታት ጠንካራ እና ብሩህ  ማህበረሰብ ወደፊት  እንዲፈጠር መሠረት ነው!!🔆🔆🔆 👉የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ ት/ቤት አስተዳደር!!
1 558
7
Guraandhala 27/2018 🌟 Baga Gammaddan! 🌟 🏆Manni Barumsaa Komuniitii Yuunivarsitii Jimmaa Badhaasa Carraa Barnoota Tolaa Barattoota  Shaarranii 3f Qabxii Daran Olaanaa Galmeessaniif Kennee jira. 📚 1.Barattuu Urjii Qajeelaa Tarrafaa Sagantaa Afaan Oromoo – Kutaa 5ffaa fi Kutaa 1–6 keessaa qabxii daran ol'aanaa galmeessiteetti. 📊 Qabxii giddu galeessaa: 99.4 📚 2.Barattuu Biruktaawwiit Kidaanee Qoyyaas Sagantaa Afaan Oromoo – Kutaa 2ffaa  fi Kutaa 1–6 keessaa qabxii daran ol'aanaa galmeessiteetti. 📊 Qabxii giddu galeessaa: 99.4 📚 3.Barattuu Hawwii Sulxaan Suleeymaan #Sagantaa Afaan Oromoo – Kutaa 8ffaa  fi Kutaa 7–8 keessaa qabxii daran ol'aanaa galmeessiteetti. 📊 Qabxii giddu galeessaa: 98.67 #Barattoonni  kuni cimina dhuunfaa,taaffii fi carraaqqii goodhaniin  barattoota biroof fakkeenya gaarii ta'uun; akkasumas maatii, barsiisotaa fi hawaasa mana barumsaa hunda boonsanii jiru. 👏 Baga gammaddan Urjii, Biruktaawwiit fi Hawwii!! Itti fufaa; ifa ta’aa,milkaa’ina caalu galmeessaa!! 🔆Dubartoota barnootaan jajjabeessuun hawaasa jabaa fi egeree ni ijaara!!🔆🔆 @# GADAAN QUUFAA GABBINA! #GABBISI WAAQ!! 👉Bulchiinsa M/B KYJ(JUCS) irraa!! ==========//=========      የካቲት 27/2018 ዓ.ም   🔆እንኳን ደስአላችሁ!!🔆 #የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ ት/ቤት በትምህርታቸው እጅግ የላቀ ውጤት ላሰመዘገቡ 3 ሴት ተማሪዎች ነፃ የትምህርት እድል ሰጠ። 📚1.ተማሪ ኡርጂ ቀጄላ ተረፋ #ከ አፋን ኦሮሞ  ስትሪም – 5ኛ ክፍል እና ከ (1–6 ) እጅግ ከፍተኛ ውጤት አስመዝግባለች። 📊 ውጤት: 99.4 📚2.ተማሪ  ብሩክታዊት ኪዳኔ ኮያስ #ከአማርኛ እስትሪም – 2ኛ ክፍል እና ከ (1–6) እጅግ ከፍተኛ ውጤት አስመዝግባለች። 📊 ውጤት: 99.4 📚3.ተማሪ ሀዊ ሱልጣን ሱሌይማን #ከአፋን ኦሮሞ እስትሪም –ከ8ኛ ክፍል እና 7-8 ክፍል  እጅግ ከፍተኛ ውጤት አስመዝግባለች። 📊 ውጤት: 98.67 #ተማሪ ኡርጂ፣ ተማሪ ብሩክታዊት እና ተማሪ ሀዊ በትጋት፣ በትኩረት እና በጥረት እጅግ ከፍተኛ ውጤት አስመዝግበዋል። ይህ ስኬት ለሌሎች ተማሪዎች መነሳሳት እና ተምሳሌት፣ ለቤተሰቧ፣ ለመምህራን እና ለት/ቤቱ ማህበረሰብ ትልቅ ኩራት ነው። 👏 እንኳን ደስ አላችሁ ኡርጂ፣ ብሩክታዊት እና ሀዊ! በትምህርትታችሁ የበለጠ ስኬት እንድታገኙ ከልብ እንመኛለን። 🌟 ሴቶችን  በትምህርት  ማበረታታት ጠንካራ እና ብሩህ  ማህበረሰብ ወደፊት  እንዲፈጠር መሠረት ነው!!🔆🔆🔆 👉የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ ት/ቤት አስተዳደር!!
7
8
Guraandhala 27/2018 🌟 Baga Gammaddan! 🌟 🏆Manni Barumsaa Komuniitii Yuunivarsitii Jimmaa Badhaasa Carraa Barnoota Tolaa Barattoota  Shaarranii 3f Qabxii Daran Olaanaa Galmeessaniif Kennee jira. 📚 1.Barattuu Urjii Qajeelaa Tarrafaa Sagantaa Afaan Oromoo – Kutaa 5ffaa fi Kutaa 1–6 keessaa qabxii daran ol'aanaa galmeessiteetti. 📊 Qabxii giddu galeessaa: 99.4 📚 2.Barattuu Biruktaawwiit Kidaanee Qoyyaas Sagantaa Afaan Oromoo – Kutaa 2ffaa  fi Kutaa 1–6 keessaa qabxii daran ol'aanaa galmeessiteetti. 📊 Qabxii giddu galeessaa: 99.4 📚 3.Barattuu Hawwii Sulxaan Suleeymaan #Sagantaa Afaan Oromoo – Kutaa 8ffaa  fi Kutaa 7–8 keessaa qabxii daran ol'aanaa galmeessiteetti. 📊 Qabxii giddu galeessaa: 98.67 #Barattoonni  kuni cimina dhuunfaa,taaffii fi carraaqqii goodhaniin  barattoota biroof fakkeenya gaarii ta'uun; akkasumas maatii, barsiisotaa fi hawaasa mana barumsaa hunda boonsanii jiru. 👏 Baga gammaddan Urjii, Biruktaawwiit fi Hawwii!! Itti fufaa; ifa ta’aa,milkaa’ina caalu galmeessaa!! 🔆Dubartoota barnootaan jajjabeessuun hawaasa jabaa fi egeree ni ijaara!!🔆🔆 @# GADAAN QUUFAA GABBINA! #GABBISI WAAQ!! 👉Bulchiinsa M/B KYJ(JUCS) irraa!! ==========//=========      የካቲት 27/2018 ዓ.ም   🔆እንኳን ደስአላችሁ!!🔆 #የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ ት/ቤት በትምህርቷ እጅግ የላቀ ውጤት ላሰመዘገቡ 3 ሴት ተማሪዎች ነፃ የትምህርት እድል ሰጠ። 📚1.ተማሪ ኡርጂ ቀጄላ ተረፋ #ከ አፋን ኦሮሞ  ስትሪም – 5ኛ ክፍል እና ከ (1–6 ) እጅግ ከፍተኛ ውጤት አስመዝግባለች። 📊 ውጤት: 99.4 📚2.ተማሪ  ብሩክታዊት ኪዳኔ ኮያስ #ከአማርኛ እስትሪም – 2ኛ ክፍል እና ከ (1–6) እጅግ ከፍተኛ ውጤት አስመዝግባለች። 📊 ውጤት: 99.4 📚3.ተማሪ ሀዊ ሱልጣን ሱሌይማን #ከአፋን ኦሮሞ እስትሪም –ከ8ኛ ክፍል እና 7-8 ክፍል  እጅግ ከፍተኛ ውጤት አስመዝግባለች። 📊 ውጤት: 98.67 #ተማሪ ኡርጂ፣ ተማሪ ብሩክታዊት እና ተማሪ ሀዊ በትጋት፣ በትኩረት እና በጥረት እጅግ ከፍተኛ ውጤት አስመዝግበዋል። ይህ ስኬት ለሌሎች ተማሪዎች መነሳሳት እና ተምሳሌት፣ ለቤተሰቧ፣ ለመምህራን እና ለት/ቤቱ ማህበረሰብ ትልቅ ኩራት ነው። 👏 እንኳን ደስ አላችሁ ኡርጂ፣ ብሩክታዊት እና ሀዊ! በትምህርትታችሁ የበለጠ ስኬት እንድታገኙ ከልብ እንመኛለን። 🌟 ሴቶችን  በትምህርት  ማበረታታት ጠንካራ እና ብሩህ  ማህበረሰብ ወደፊት  እንዲፈጠር መሠረት ነው!!🔆🔆🔆 👉የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ ት/ቤት አስተዳደር!!
401
9
JUCS 2018 E.C Academic Champions!!+3
JUCS 2018 E.C Academic Champions!!
1 286
10
🌟 Celebrating Excellence! 🌟 🏆 Scholarship Award – 2018 E.C Second Semester Jimma University Community School proudly congr+1
🌟 Celebrating Excellence! 🌟 🏆 Scholarship Award – 2018 E.C Second Semester Jimma University Community School proudly congratulates Urji Kejela Terefe and Biruktawit Kidane Koyas for their outstanding academic achievements. 📚 Urji Kejela Terefe Afan Oromo Stream – Grade 5 (Grade 1–6 Program) 📊 Score: 99.4 📚 Biruktawit Kidane Koyas Amharic Stream – Grade 2 (Grade 1–6 Program) 📊 Score: 99.4 Their remarkable performance shows the power of hard work, dedication, and perseverance. These young girls are shining examples for other students and a source of pride for their families, teachers, and the entire school community. 👏 Congratulations, Urji and Biruktawit! Keep believing in yourselves and continue striving for excellence. 🌟 Educated girls build a brighter future for our communities!!! 🔆🔆🔆🔆🔆🔆         JUCS Administrstion!!
1 054
11
Celebrating Excellence! 🌟 🏆 Scholarship Award – 2018 E.C Second Semester Jimma University Community School proudly congratu
Celebrating Excellence! 🌟 🏆 Scholarship Award – 2018 E.C Second Semester Jimma University Community School proudly congratulates Hawi Sultan Suleyman from the Afan Oromo Stream (Grade 7–8) for her outstanding academic achievement. 📊 Score: 98.67 Hawi’s success reflects her hard work, determination, and commitment to learning. She is a true inspiration to other students, especially young girls, proving that dedication and perseverance lead to excellence. #We extend our heartfelt appreciation to her teachers and family for their continuous support and encouragement. 👏 Congratulations, Hawi! Keep shining and reaching for greater success. 🌟 Educated girls empower communities and shape the future!! 🔆🔆🔆🔆🔆🔆🔆 JUCS Administrstion!!
960
12
没有文字...
1
13
Amajjii 25/05/2018 BEEKSISA Kabajamtoota Maatii Barattootaa fi barattoota keenyaaf #Barattoonni keenya qorumsa seem.1ffaa baga nagaadhaan xummurtan jechaa,barumsi Seem.2ffaa bara 2018 kan eegalu Guraandhala 03/06/2018 waan ta'eef hanga sanitti yeroo keessan dubbisuu fi seem.2ffaa qabxii fooyyee galmeessuudhaaf akka of qopheessitan isiniin jenna. #Maatiin barattootaas kanuma beekuudhaan  daa'imman keessan gaafa 03/06/2018 manni barumsaa waan banamuuf ijoollee keessan Mana Barumsaatti akka ergitan jechaa, yeroo boqonnaa kana keessatti ijoolleen keessan akka dubbisan akkasumas keessa deebii akka godhanii fi barumsa seem.2ffaaf caalmaatti akka qopheessan  deeggarsaa fi hordoffii barbaachisaa hunda akka gootaniif  kabajaan isin beeksifna. @Bulchiinsa M/B KYJ(JUCS) irraa!! =====//===== ጥር 25/05/2018 ዓ.ም 📢 ማስታወቂያ ለክቡራን የተማሪ ወላጆችና ተማሪዎች #ውድ ተማሪዎቻችን፣ የ1ኛ ሴሚስተር ፈተናዎቻችሁን በሰላም በመጨረሳችሁ እንኳን ደስ አላችሁ። የ2018 ዓ.ም የ2ኛ ሴሚስተር ትምህርት የሚጀመረው የካቲት 03/06/2018 ዓ.ም ስለሆነ፣ እስከዚያ ድረስ ያለውን የእረፍት ጊዜ በጥልቀት ለማንበብና ለ2ኛ ሴሚስተር የትምህርት ዝግጅት እንድታደርጉ እናሳስባለን። #ክቡራን ወላጆችም፣ ት/ቤት የሚከፈተው  የካቲት 03/06/2018 ዓ.ም መሆኑን በመገንዘብ ልጆቻችሁን በወቅቱ ወደ ት/ቤት እንዲመለሱ እና በዚህ የእረፍት ጊዜያቸውን በማንበብ፣ በመከለስ እና 2ኛ ሴሚስተር  የተሻለ ውጤት ለማስመዝገብ በቂ ዝግጅት እንዲያደርጉ የሚያስፈልጋቸውን ሁሉ ድጋፍና ክትትል እንድታደርጉ በአክብሮት እናሳስባለን። @ከጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዮኒቲ ት/ቤት  አስተዳደር ======//======= January 25/2018 E.C 📢 NOTICE To Dear Parents and Our Beloved Students #Dear students, congratulations on successfully completing your First Semester examinations in peace. We are pleased to inform you that the Second Semester classes for the 2018 E.C. academic year will begin on February 03/06/2018 E.C. Until then, we kindly encourage you to use this break wisely by revising your lessons, reading regularly, and preparing yourselves to achieve better results in the Second Semester. #Dear parents, please be informed that the school will officially reopen on February 03/06/2018 E.C. We respectfully request you to ensure that your children return to school on time. During this break, we also ask for your continuous support, guidance, and close follow-up so that your children remain engaged in reading and are well prepared for the Second Semester. @From the Jimma University Community School (JUCS) Administration!!
1 818
14
🔔 Beeksisa #Kabajamtoota  Maatii Barattootaa Qormaanni Seemistara 1ffaa bara 2018 A.L.H akka armaan gadiitti  kan kennamu waan ta’eef, ijoolleen keessan akka qophii gahaa taasisan deeggarsa akka gootaniif kabajaan isin beeksifna. #I.KG 1–3 Qormaanni Seemistara 1ffaa guyyaa Amajjii 14–15/05/2018 ni kennama. #II.Kutaa 1–5 Qormaanni Seemistara 1ffaa Amajjii 14–18/05/2018 ni kennama  fi Kutaa 7 Qormaanni Seemistara 1ffaa Amajjii 14–20/05/2018 ni kennama. #III.Kutaa 9–11 Qormaanni Seemistara 1ffaa Amajjii 14–20/05/2018 ni kennama. #IV.Kutaa 6 Qormaanni Seemistara 1ffaa Amajjii 13–14/05/2018 Waajjira  Barnootaa Magaalaa Jimmaa, Kilaastara Jireenitti ni kennama. #V.Kutaa 8 Qormaanni Seemistara 1ffaa Amajjii 15–16/05/2018 Waajjira  Barnootaa Magaalaa Jimmaatti, Kilaastara Jireenitti ni kennama. #VI.Kutaa 12 Qormaanni Seemistara 1ffaa Amajjii 20–22/05/2018 Waajjira Barnootaa Magaalaa Jimmaatti, Kilaastara Moleetti ni kennama. Carraa Gaarii!! ========//======= 🔔 ማስታወቂያ ለክቡራን የተማሪ ወላጆች የ2018 ዓ.ም የ1ኛ ሴሚስተር ፈተና እንደሚከተለው የሚሰጥ ስለሆነ፣ ልጆቻችሁን እንድታዘጋጁ በአክብሮት እናሳውቃለን። #I. ኬ.ጂ 1–3 የ1ኛ ሴሚስተር ፈተና ከጥር 14–15/05/2018 ይሰጣል። #II. ከ1–5ኛ ክፍል የ1ኛ ሴሚስተር ፈተና ከጥር 14–18/05/2018 ይሰጣል። 👉7ኛ ክፍል የ1ኛ ሴሚስተር ፈተና ከጥር 14–20/05/2018 ይሰጣል። #III. ከ9–11ኛ ክፍል የ1ኛ ሴሚስተር ፈተና ከጥር 14–20/05/2018 ይሰጣል። #IV. 6ኛ ክፍል የ1ኛ ሴሚስተር ፈተና ከጥር 13–14/05/2018 በጅማ ከተማ ት/ቤት ጽ/ቤት፣ በጅሬን ክላስተር ይሰጣል። #V. 8ኛ ክፍል የ1ኛ ሴሚስተር ፈተና ከጥር 15–16/05/2018 በጅማ ከተማ ት/ቤት ጽ/ቤት፣ በጅሬን ክላስተር ይሰጣል። #VI. 12ኛ ክፍል የ1ኛ ሴሚስተር ፈተና ከጥር 20–22/05/2018 በጅማ ከተማ ት/ቤት ጽ/ቤት፣ በሞሌ ክላስተር ይሰጣል።               መልካም እድል!! ========//========== 🔔 Notice Dear Parents and Guardians, We respectfully inform you that the First Semester Examination for the 2018 Academic Year E.C. will be conducted as scheduled below. Kindly ensure that your children are well prepared. #I. KG 1–3 The First Semester Examination will be administered from January 14–15, 2018 E.C. #II. Grades 1–5 The First Semester Examination will be administered from January 14–18, 2018 E.C. Grade 7 The First Semester Examination will be administered from January 14–20, 2018 E.C. #III. Grades 9–11 The First Semester Examination will be administered from January 14–20, 2018 E.C. #IV. Grade 6 The First Semester Examination will be administered from January 13–14, 2018 E.C. at the Jimma City Education Office, Jireen Cluster. #V. Grade 8 The First Semester Examination will be administered from January 15–16, 2018 E.C. at the Jimma City Education Office, Jireen Cluster. #VI. Grade 12 The First Semester Examination will be administered from January 20–22, 2018 E.C. at the Jimma City Education Office, Mole Cluster.              Good Luck!! &&&&&&&//&&&&&&& For Additional information follow the following page 👉https://t.me/+-1-nH4OLWL5mZGI8 #JUCS Administration!!
1 937
15
First semister grade 6 final exam schedule for Amharic program learners.
1 562
16
没有文字...
1 397
17
First semister grade 6 final exam schedule for Amharic program learners.
1
18
没有文字...
1 479
19
没有文字...
1 493
20
没有文字...
1 448