ch
Feedback
Olii Xaafaa, Oli the Great

Olii Xaafaa, Oli the Great

前往频道在 Telegram

Loltoota warra homaafuu hin jilbeeffanneen guddisa! https://www.facebook.com/share/p/1HbLYaHBsq/

显示更多
778
订阅者
-124 小时
-47 天
-1930 天

数据加载中...

相似频道
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
10月 '26
十月 '260
在0个频道中
九月 '260
在0个频道中
Get PRO
八月 '26
+2
在0个频道中
Get PRO
七月 '260
在0个频道中
Get PRO
六月 '26
+7
在0个频道中
Get PRO
五月 '26
+2
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+1
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+1
在0个频道中
Get PRO
二月 '260
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+4
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+6
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+6
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+5
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+5
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+8
在1个频道中
Get PRO
七月 '25
+3
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+2
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+1
在1个频道中
Get PRO
四月 '25
+1
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+2
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+4
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+6
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+12
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+11
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+6
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+2
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+4
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+8
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+6
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+3
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+6
在1个频道中
Get PRO
三月 '24
+8
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+6
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+9
在1个频道中
Get PRO
十二月 '23
+26
在2个频道中
Get PRO
十一月 '23
+24
在1个频道中
Get PRO
十月 '23
+13
在3个频道中
Get PRO
九月 '23
+15
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+22
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+47
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+77
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+38
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+44
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+32
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+34
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+146
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+229
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+1 537
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
07 十月0
06 十月0
05 十月0
04 十月0
03 十月0
02 十月0
01 十月0
频道帖子
Dhabuutti beekuun gaariidha. Dhabuutti of madaksuun garuu gaarii miti. Hiyyumatti beekuun gaariidha. Hiyyumatti of madaksuun garuu gaarii miti. Tuffatamanii arguun gaariidha. Tuffatamuutti of madaksuun, akka homaayyuu hin taanetti amananii fudhachuun garuu gaarii miti. Hafuurri kee isaan kana akka cabsu malee akka homaayyuu hin taanetti amanee akka fudhatu hin eeyyamiin.

2
Hamma kufaatii sodaattu, hamma tuffatamuu sodaattu, hamma yeroo ta'e tokkoof beela'uu, dheebochuu,  namootaan hubatamuu dhabuu sodaattu osoo "gaabbii fuuldura kee jiru" sodaatta ta'e, sila jireenyi kee ni jijjiirama ture. Dhiirri dhugaan kufaatii, tuffatamuu sodaata osoo hin taane, gaabbii sodaata. Bor gaabbuurra isaan jireenya keessatti argachuu barbaaduuf lolee bor du'uun filadha! Goota isa barbaaduuf lolu ta'i malee dabeettii guyyoota gara booddeetti gaabbitu hin ta'iin!
39
3
Baga Ayyaana Irrreechaa bara 2019 nagaan geessan. Irreechi kun Oromiyaa fi Itiyoophiyaaf injifannoo fidee haa dhufu. Itti fuf
Baga Ayyaana Irrreechaa bara 2019 nagaan geessan. Irreechi kun Oromiyaa fi Itiyoophiyaaf injifannoo fidee haa dhufu. Itti fufnee akkasuma akka kabanyuuf, Irreecha injifannoo haa ta'u.
58
4
English Mastery House" sagantaa isaa boonaaf galmee eegaleera. Ambootti argamna! Online barachuu warri barbaaddanis galmaa'uu
English Mastery House" sagantaa isaa boonaaf galmee eegaleera. Ambootti argamna! Online barachuu warri barbaaddanis galmaa'uu dandeessu. Odeeffannoo dabalataa fi galmeef: 0931693189
65
5
Namoonni baay'een, "Bara baraan jiraattaa? Kan akkas dhamaatu'. 'Isa waggaa meeqa jiraattuuf akkas aarsaa kanfalta?" jechuu barbaadu. Ati garuu bara baraan waanan hin jiraanneefan aarsaa kanfaluu filadhe. Waggoota dhuma hin qabneef waan hin jiraanneefanis dhamaa'uu jaaladhe jedhiin! Namoonni dhibaa'oon waan duutuuf hojjechuu yoo dhiisteeyyuu rakkoo hin qabu jedhanii yaadu. Manni isaan keessa hin jiraanne akka ijaaramu, maaddii isaan irraa hin hirmaanne akka dhihaatu hin fedhan! Dhibaa'oon ofittoodha! Dhibaa'oon diina nama hundumaati!
75
6
Gabaabaas taatu dheeraa Furdaas taatu qal'aa Bareedaas taatu fokkisaa Beekamaas taatu kan hin beekamne Sooressa taatu hiyyeessa,  filannoo ati qabdu tokkoo fi tokko cimtee hojjettee of jijjiiruudha. Cimanii hojjechuun, iddoo kamittuu, haala kam keessattuu, safartuu kamiinuu filannoo sirriidha!
86
7
Gootummaan sodaachuu dhiisuu miti, gootummaan osuma sodaan sitti dhaga'amuu loluu danda'uudha!
91
8
Namoonni diinota kee ta'uu danda'u. Ati garuu diina ofiikee hin ta'iin. Namoonni si haa jibban, ati garuu of hin jibbiin. Namoonni si haa tuffatan, ati garuu of hin tuffatiin. Namoonni si haa shakkan, ati garuu of hin shakkiin. Namootaan ganamuurra sammuu keen ganamuu sodaadhu. Sammuun kee diinota kee loluurra si akka lolu eeyyamnaan, sammuun kee si faana akka hiriiru gochuurra diinota kee faana akka hiriiru goonaan, kisaaraa jireenyaa isa hamaadha.
108
9
https://www.facebook.com/share/p/1Dm282HHFW/
1
10
Addunyaa, abbaan ilma cimaa ittiin boonu qabaachuu barbaadu keessatti, haati ilma cimaa guyyaa gadheetti abdattu qabaachuu barbaaddu keessatti, obboloonni obboleessa goota qabaachuu barbaadan keessatti, ijoolleen abbaa goota gara isaa ilaaltu qabaachuu barbaaddu keessatti, haati manaa abbaa manaa cimaa itti hirkatta qabaachuu barbaaddu keessatti, ati sababii dhibooftuuf, sababii aarsaa kanfaluu sodaattuufis hin qabdu!
107
11
Osoo namoonni ilaalanii mo'uuf yaaluun, osuma isaan ilaalanii kufuun, osuma isaan ilaalanii deebitee ka'uuf yaaluun, hammam dhiphisaa akka ta'e ni hubattaa laata!? Waa'ee kanahoo yaaddee beektaa? Maaliif namoonni yaaluu sodaatu? Maaliif namoonni kufaatii sodaatu? Maaliif namoonni jireenyaaf aarsaa kanfalaa akka jiranitti yaadamuu hin barbaadan? Fedha jireenyaaf aarsaa kanfaluu isaan keessa jiruuf maaliif humna hin kennan? Namoonni yaalanii milkaa'uu dhabuu, kufaatii ni sodaatu. Kan isaan sodaatan garuu dhugaatti milkaa'uu dhabuu yookiin immoo kufuu miti. Yeroo isaan yaalanii milkaa'uu dhaban, yeroo isaan kufan isa namoonni jedhaniin sodaatu. Isa namoonni keessoo isaaniitti yookiin walii walii isaaniitti, "Ilaa namicha carraa dhabeessa sana! Ilaa namicha waa milkoofneef sana! Ilaa namicha yeroo hunda hojjetu garuu immoo jireenyi isaa akkuma kan keenya ta'e sana!" isa namoonni jedhaniin sodaatu. Dhugaan jiru garuu akkas miti. Isaanirra kufaa kan jirtu, waan isaan si caalaatti fuula Waaqayyootti faara tolaan ilaalamaniif miti. Isaanirra yaalaa waan jirtuuf, baay'ee yaaluu keessa immoo tarii baay'ee kufuun waan jiruuf, isaaniitti nama baay'eedhuma jireenya keessatti kufaa jiru itti fakkaatta. Waggoota booda garuu milkaa'uu kee qofaan osoo hin taane, nama baay'ee kufee ka'uu danda'u ta'uu keenuu isaan caalaatti nama gatii qabeessa in taata.
136
12
Naamusi jireenyaa gochuu qofa osoo hin taane, gochuu dhiisuus of keessaa qaba. Milkaa'inni itti fufinsaan gochuu qofa osoo hin taane, itti fufinsaan gochuu dhiisuus of keessaa qaba.
103
13
Dhugaa jireenya kee jalaa hin baqatiin. Hiyyeessa yoo taate, hiyyeessa akka taate amani. Namootatti osoo hin taane, ofii keetti himi. Wallaalaa yoo taate, wallaalaa akka taate amani. Namootatti osoo hin taane, ofii keetti himi. Naamusa jireenyaa hin qabdu yoo ta'e, naamusa jireenyaa akka hin qabne amani. Erga kana hunda amantee, maal gochuu akka qabdu yaadi. Yaada kee qindeessi. Isa booda tarkaanfii fudhadhadhu malee ati akka warra kaanii miidiyaa hawaasaa keessa, qoosaa fi tapha jireenya keetti homaa hin daballe keessa of dhoksuuf hin yaaliin. Jalaa baqachuun osoo hin taane, itti baatee loluun qofa of oolchita.
117
14
Baga Bara Haaraa Bara 2019 Nagaan Geessan. Har'i Bara 2019 akka ta'e deddeebisii ofitti himi. Ofiikeef waadaa gali. Wanti bar
Baga Bara Haaraa Bara 2019 Nagaan Geessan. Har'i Bara 2019 akka ta'e deddeebisii ofitti himi. Ofiikeef waadaa gali. Wanti bara darbe duubatti si harkisaa ture kamuu kana booda duubatti si harkisuu fi si dhaabuu akka hin dandeenye ofii keetti himi. Bara kana aarii fi inaaffaa guddaan eegali malee ati akka warra kaanii nyaachuu fi dhuguu qofaan of gammachiisuuf hin yaaliin. "Bara kana bara koon taasisa. Baran itti beekumsa hedduu horadhu, baran itti sammuu koo qara taasisu, baran itti ofiikoo lolaaf leenjisuu fi lolees mo'adhuun taasisa jedhii ofii keef waadaa gali" Kana booda " Yeroon koo, anniisaan koo kan koo ta'a malee kan eenyuyyuu hin ta'u. Fuulduree koo ijaaruuf oola malee hin qisaasa'u" jedhii ofii keetti himi. Goota lolee mo'atu ta'i! Bara itti ofii kees, diinota kees injifattu siif haa ta'u. Ayyaana Gaarii!
107
15
Guyyoonni gad bu'uu jiru. Guyyoonni olka'uus akkasuma. Guyyoonni injifatamuu jiru. Guyyoonni injifachuus akkasuma. Guyyoonni gaddaa jiru. Guyyoonni gammachuus akkasuma. Guyyoonni tuffatamuu jiru. Guyyoonni kabajamuus akkasuma. Guyyoonni gadheen jiru. Guyyoonni gaarummaas akkasuma. Kana hundumaa arguuf garuu nama abdii hin kutannee fi loluu hin dhiisne ta'uu qabda.
101
16
Guyyaa guutuu homaa osoo hin hojjetiin dadhabuu kee malee, maaliif akka dadhabdu hin beektu! Dhukkubbii mataa fi humna dhabuun rakkachuu kee malee, maalirraa akka sitti dhufaa jiru hin hubattu! Kaayyoo, waan hiika qabeessa tokkoof jiraachuu dadhabuu kee malee, sababa isaa hin beektu. Goootummaan hafuura kee keessaa dhibuu malee sababa isaa hin hubattu. Anniisaan kee, humni kee, yeroon kee waan hiika qabeessa hin taane irratti baduu malee sababni isaa siif hin galu. Beekumsa, cimina hafuuraa fi dandeettii addunyaa har'aa keessatti barbaachisu ala ta'uu kee malee sababa isaa hin hubattu! Maaliif nama waan tokko hin gaafanne, isaaf deebii kennuuf hin yaalle, nama akkasumatti jireenyarra bololi'u taate?
120
17
Namni yeroo hundumaa nan mo'a jedhee dirree waraanaa dhaquu gowwaadha. Namni waanan mo'amuuf dirree waraanaa dhaquu hin qabu jedhee amanu dabeessa. Namni mo'us, mo'amus loluun qaba jedhee dirree waraanaa dhaqu garuu goota. Yeroo hunda waan mo'uutuuf osoo hin taane, loluu waan qabduuf qofa gara dirree waraana sanaa dhaqi.
116
18
Nagaa kooti, Milooko. Wanta sana ittuman jira.
1
19
Nama sooressa of fakkeessuuf yaaluurra, nama sooressicha ta'uuf hojjedhu. Nama firoota ciccimoo fi hidhata hedduu qabu of fakkeessuuf yaaluurra, firootuma sana horachuuf hojjedhu. Nama beekumsa qabu of fakkeessuuf of dadhabsiisuurra, beekumsichuma qabaachuuf hojjedhu. Erga wantichi barbaachisaa ta'uusaa amantee isatti fakkeessuuf yookiin fakkaachuuf yaaltee, wantichaaf dhugaatti maaliif hin hojjenne?
150
20
Dargaggoonni Oromoo hojiis hin qaban, yeroos hin qaban. Osuma hojiin wal guuree dhufeeyyuu immoo dandeettii fi naamusa ittiin hojjetanis hin qaban. Rakkoo hamaa fi walxaxaa!
166