ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

前往频道在 Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

显示更多
未指定国家未指定类别
754
订阅者
+1024 小时
+587 天
+11030 天
帖子存档
Assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuh

🌿 SIINQII AAKHIRAA 📚 Barnoota Islaamaa بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ Alhamdulillaah! Galanni hundi Allaah qofaaf haa ta'u. 📖 Barachuun amantii Islaamaa dirqama guddaa qaba. Beekumsa sirrii barachuu, hojiirra oolchuu fi namoota biroof dabarsuun hojii gaarii keessaa isa tokko. 🤲 Allaah beekumsa nu fayyadu nuuf haa dabalu, waan baranne hojiirra oolchu nu haa taasisu. Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha.

🗣 YAADACHIISA CIMAA!! 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Aqiidaa guyyaa boru Roobii halkan sa'aa 1:00 irratti ni cufama. 👉 Liinki
🗣 YAADACHIISA CIMAA!! 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Aqiidaa guyyaa boru Roobii halkan sa'aa 1:00 irratti ni cufama. 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=147 ============================== 📝 Barattoonni Hanga Ammaatti qormaata hin fudhatin ammuma qoramaa!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=147 ==========
👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=147 ============================== 🔖 Barattoonni 4000 Qormaata Xumuraa Koorsii Aqiidaa Fudhatanii jiru. Isinhoo? 📝 Ammuma Liinki Qormaataa fayyadamuun Qoramaa!!! 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📎https://t.me/SiinqiiAakhiraa #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_Xumuraa

Qormaata xumura Koorsii Aqiidaa Qoramtanii jirtuu?
Anonymous voting

Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=147 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa 🔖 Qorma
Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=147 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Aqiidaa website irratti banameera. Qormaanni kun Roobii, 14/10/2026 ykn 04/02/2019 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata xumuraa kana keessaatti gaafii 40 tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 2'n madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 80 irraa qabama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufamee booda ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Aqiidaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irratt
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Aqiidaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Roobii (14/10/2026 ykn 04/02/2019) halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii (Website) irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna. 1️⃣ Qormaataaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📎https://t.me/SiinqiiAakhiraa 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📣 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Aqiidaa Guyyaa Sanbataa 10/10/2026 (30/1/
📣 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Aqiidaa Guyyaa Sanbataa 10/10/2026 (30/1/2019) halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee ni kennama. 🗓 Hanga guyyaa Qormaataatti waan barattan irra deebiin qo'achaa qophii taasisaa!!! 💡 Niyyaa Keessan quluqulleessaa!! 💡Kaka'uumsa keessan haaromsaa!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

🏆 Viidiyoo gabaabaa Sagantaa Galateeffannaa fi Badhaasaa Akkaadaamii Afriikaa fi TV Afriikaatin Qophaa'ee!! 🎊 Sagantaa Kana irratti Gorsaa fi Dhaamsi garagaraa Ulamaa'ii babbeekkamoo biyya keenyaatin afaan lameenin darbee jira. 🎉 Dorgomtoonni injifataniis miira isaanitti dhagahamee fi dhaamsa isaanii dabarsanii jiru. 🔗https://youtu.be/YFtR79Q6Uzs?si=YCs3pHa8DkR0THR2 #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

🏆 Viidiyoo gabaabaa Sagantaa Galateeffannaa fi Badhaasaa Akkaadaamii Afriikaa fi TV Afriikaatin Qophaa'ee!! 🎊 Sagantaa Kana irratti Gorsaa fi Dhaamsi garagaraa Ulamaa'ii babbeekkamoo biyya keenyaatin afaan lameenin darbee jira. 🎉 Dorgomtoonni injifataniis miira isaanitti dhagahamee fi dhaamsa isaanii dabarsanii jiru. 🔗https://youtu.be/7csjtI1cyLA?si=hpMZy7zmt-N95cil #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📚 Kitaaba Guutuu korsii Aqiidaa

🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Aqiidaa Islaamaa xumurtan! 📚 Barnoon
🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Aqiidaa Islaamaa xumurtan! 📚 Barnoonni Aqiidaa Dr. Jeeylaan Kadiirin kennamaa ture gargaarsa Rabiitin Kutaa kudha jahan (16) xumuramee jira. 🤲 Rabbiin ol ta’ee waan barattaniin akka isin fayyadu, beekumsa keessan akka isiniif dabalu, hojii keessan keessatti akka Ikhlaasaa fi barakaa isiniif taasisu isa kadhanna. 🔖 Qormaanni xumuraa Koorsii Aqiidaa Guyyaa Sanbata, 10/10/2026 (30/01/2019) irraa eegalee kan kennamu ta'a. 📝 Hanga guyyaa qormaataa waan barattan hunda irra deebi’aa dubbisaa, qormaataaf sirriitti qophaa’aa!! 📌 Odeeffannoo qormaata waliin wal qabatu dhihootti isiniif maxxansina. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_xumuraa

❤️ Barattoota keenya kabajamoo! Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 16ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Maqootaa fi Sifoota Rabbii beekuun Rabbiin sirriitti hubachuu fi Isa jaalachuu keessatti nama gargaara.
Anonymous voting

Kanneen armaan gadii keessaa kamtu bu’aa Maqootaa fi Sifoota Rabbii beekuu miti?
Anonymous voting

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 16ffaa Shaakalaa👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ac47513ac128d83038339b3

[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 16ffaa.mp310.28 MB

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Kudha Jahaffaa