cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

BARRI KOOTI

Wantota barbaadu argachuuf join godhi Na qunnamuf @fami092065

إظهار المزيد
فنلندا3 464لم يتم تحديد اللغةالتعليم87 777
مشاركات الإعلانات
203
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
-230 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Repost from Madda beekumsaa
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
00:54
Video unavailableShow in Telegram
Beeksisa_Waamichaa_Barattoota_Haaraa_SagantaaFooyyeffannaa_Barnootaa.mp42.33 MB
Photo unavailableShow in Telegram
yuunivarsiitii salaalee guyyaa kaleessaa waamicha Barattootaa sagantaa foyyeeffannaa remedial taasisee ture garuu maxxansanii sa'aatii 3:00 booda maxxansicha kaasaniiru Ibsa dabalataa garuu hanga ammatti hin kennine Hordofnee isin biraan geenya @haqummaaf
إظهار الكل...
የ 12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና (ESSLCE) admission number እንደ user name እና passward በመጠቀም በ 197.156.116.45/dorm/Auth/admin_lg ላይ በመግባት ጥራት ያለው 3x4 photo እና የ 12ኛ ክፍል ዉጤት በማስገባት በመመዝገብ budge እንድታወርዱ እና በአካል ቀርባችሁ እንድትመዘገቡ.
إظهار الكل...
Repost from BARRI KOOTI
Namoonni keessan na dubbisuu barbaadan 👇👇👇👇👇👇 asiin na dubbisa @fami_boona
إظهار الكل...
Repost from Madda beekumsaa
Barattonii dire Dawa university welcome baga nagaan djuftan
إظهار الكل...
Namoonni keessan na dubbisuu barbaadan 👇👇👇👇👇👇 asiin na dubbisa @fami_boona
إظهار الكل...
DAANDII FIIGDU FILADHU. ●HUBADHU! • Osoo fiiguu hin jalqabiniin dura kallattii kam akka fiigdu adda baafadhu! • Osoo waan tokko hin murteessin dura, murtii booda waan dhufu tilmaami! Amaloota sadi dhiisuu qabda: ➝ Abdii kutachuu, ➝ Hammeenya hojjachuu fi ➝ Nama tuffachuu dhiisuu qabda. Yeroo hedduu kan jireenya keenya jijjiiru humna alaa dhufu osoo hin taane humna sammuun keenya maddisiisudha; yaada namni biroo nuuf kennu irra yaada sammuun keenya burqisiisutu nu hooggana! kanaafuu waan gaarii gochuuf waan gaarii yaaduu qabna; Akka saayinsiin jedhutti namni tokko jiraachuuf waantonni akka bu'uuraatti barbaachisan nyaata, uffataa fi mana jireenyaati jedhee lafa kaa'a; garuu jiraachuuf kun gahaa miti jiraachuuf Gammachuu qabaachuunis barbaachisaadha; namni gammachuu hin qabne, namni kolfi isaa harkaa bade jiraachuun hedduu itti ulfaata; du'uu filata (kana kan arge hubachuu danda'a). JIREENYA GAMMACHUU QABU JIRAACHUUF:- - Nama ta'uu kee yeroo hunda yaadadhu. - Namoota Kamiinu qixa akka taate of amansiisi (namni eenyummaa isaan wal qixa; doktorii, pirofeserii, barsiisaa... waan fedhe haa ta'u kunneen eenyummaa isaa osoo hin taane maalummaa isaati. Namni kan madaalamu ammoo maalummaa isaan osoo hin taane eenyummaa isaani kanaafu ati Nama dha Amani). - Akka duutus hin dagatiin. - Namaaf ilaalcha gaarii qabaadhu. - Nama gargaari (bay z way....gaafa nama tokko gargaarru isa gargaarame caalaa kan gammadu isa gargaaredha). - Namoota si miidhaniif Dhiifama godhi (kun gammachuu dhokataa danuu qaba). Na amani Warreeen armaan olii kana yoo raawwatte salphumatti nama gammachuu qabu taata.
إظهار الكل...
✍️Dachee kana irratti ilmi dhiiraa homaafuu hin bitamu. Garuu, Waaqayyo yeroo uumu dubartii jaalatuuf akka bitamu taasisee uume. ✍Konkolaataa qabaachuun kee dubartiin akka sitti siqattu taasisuu danda'a dubartii sana konkolaataa kee keessatti kan hambifachuu danda'u garuu si dha. ✍️Konkolaataan beekumsaan oofanii fi beekumsa malee oofan tokko miti. ✍️Dhaabbanni beekumsaan hooggananii fi beekumsa malee hoogganan tokko miti. Namni ofii isaa beekumsaan yeroo of ijaaraa jiraatuu fi waa beekuu irraa adda bahee jiraatu adda dha. ✍️Namni waa beekuuf iddoo hin kennineef jireenyi isaa kufaatii fi fala barbaaduu nama hin dandeenye ta'a. ✍️Dachee kana irra wanti akka jaalalaan jiraachuu hin jiru. ✍️Wanti guddaan ati amma dachee kana irra jiraataa jirtuuf jaalalli waan jiruuf qofa dha. ✍️Nama keessatti jaalala facaasuu caalaa wanti nama gammachiisu hin jiru. ✍️Jaalalli didaa laaffisa, jabaa ni jabeessa, jibba, hammeen balleessa, lola fageessa. Jaalalli humna qaba. Jaalalli moo'a dha. Jaalali ifa dha. ✍️Dubartii takkaaf konkolaataa gatii guddaa, dibata beekamaa, qarshii hamma barbaaddu kenniteefii si dhiistee deemuu dandeessi garuu, kennaan kee jalqabaa ati dubartii sanaaf qabdu jaalala yeroo ta'u garbittii kee taatee jaalalaan si waliin jiraatti. ✍️Dubartii dhungachuun utuu hin taane dhugaan ofitti qabuu dandeessa. ✍️Hiikaan dachee kana irra jiraachuu keenyayyuu jaalala dha. ✍Namoonni ofii isaanii kan of ajjeesan yeroo waan kamiifuu jaalala dhabani dha. ✍️Qabeenya tuullamaa qabaadhu, ijoollee hedduu qabaadhu, haadha manaa si jaalattu qabaadhu, namoota si jaalatan qabaadhu garuu, ati homaafuu, homaa irraa jaalala hin qabdu yoo ta'e of ajjeessuuf karaa tolfachaa jirta jechuu dha. ✍️ Bultiin kabaja dha. Dubartii kabajuun ammayyummaa dha. Oogummaadha. Guddummaa dha. Beekumsa dha. ✍️ Nama jireenya isaa siif kenneef jireenya kenneefi. Nama jireenya siif kenneef qarshii hin kennin. ✍️Uumamaan dubartiin waan xinnoof galateeffachuu, itti gammaduu uumama dandeessu dha. Dhiirri garuu waan xinnoos, guddaa hojjatee waan ofii bira hin gahin tokkotti hin gammadu. Kun uumama dha. ✍️Haati manaa fi abbaan manaa mana isaanii, bultii isaanii keessatti kennaan isaanii inni jalqabaa waliif kennuu qaban Kabaja dha. ✍️Jaalala jaalaan hiikuun guddummaa dha. Jaalalaan jalqabuun jaalaalan xumuruu. Jaalalan ijaartee jaalalaan diiguu. ✍️Jaalalli jaamaa nama taasisaa jedhama. Ija ilaalu jaamsee onnee jaalalaan argu ibsuu waan danda'uufi dha. ✍️Namni dadhabina kee, rakkina kee waliin ofitti si hin qabne si hin jaalanne. ✍️Dhiira tokko ykn dubartii tokko haalaan sirriitti kan beeku haadha manaa akkasuma Abbaa manaa ti. ✍️Dhiirummaan saala qofa utuu hin taane ofii isaa irratti 'invest' dhiira taasisu dha. ✍️Dhiira dhiirummaa qabu dubartii qofa utuu hin taane dhiirri biraatuu ni hawwa/jaalata. ✍️Waaqayyoon jalatti mootummaan nama bitu qarshii dha. Namni mootummaa lamaaf hin bitamu. ✍️Manni/bultiin dhiiraan hundeeffama. Hundeeffama sana kan utubu dubartiidha. ✍️Jaalala dhiirri mana isaaf qabu kan baayyisu dubartii dha. Waliigaltee dhiirri jalqabe dubartiin ni cimsiti. Dubartiin hamaas haa tahu gaarii abbaa manaa isheetiin jalqabame ni baayyisi. ✍️ Namni qabeenyaan bitte gaafa qabeenyi sun deeme ykn namni qabeenya si caalu qabu dhufe si dhiisee/dhiistee deema/deemti. ✍️Dubbatanii amansiisuu caalaa taasisanii agarsiisuun jaalala hin kufne hundeessuuf humna qaba. ✍️Namoonni dubbatan hin hojjatan namoonni hojjatan immoo hin dubbatan. ✍️Wanti yeroo tokko cabee irra deebi'amee hin sirranne Amanamummaa dha. ✍️ Namni waaqayyoo hin sodaanne tola utuu argameeyyuu hin barbaachisu. ✍Namni kamiyyuu nama akkamiis ta'i garuu, kophaa hin jiru hin jiraatus. Namni kamiyyuu yeroo kamiyyuu, haala kamiyyuu keessatti eessattuu Waaqa waliin jiraata. ✍️ Dhiifamni daangaa qaba. Dhiifamni baayyate karaa nama ajjeessutti nama geessuu danda'a. Ogeessa gorsa Maatii Tsegaye Asefa @haqummaaf
إظهار الكل...