Exit Exam For All Department 2024
الذهاب إلى القناة على Telegram
👉👉👉Namni kamuu addunyaa mo'ichaa keessa seenuun dura sammuu isaa keessaatti ilaalcha mo'ichaa gonfachuu qaba.!👈👈👈
إظهار المزيد4 217
المشتركون
-124 ساعات
-27 أيام
+9930 أيام
أرشيف المشاركات
Repost from ABDII SABAA
+1
#Finfinnee
"Barattoonni kutaa 8ffaa https://aa.ministry.et/account#/student-result irratti seenuudhaan bu'aa isaanii ilaaluu ni danda’u" - Waajjira Barnootaa magaalaa Finfinnee.
Bu'aan qormaata kutaa 8ffaa ba'uu magaalaa magaalaa Finfinnee ifoomeera.
Miseensonni mana maree waliigalaa Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee bu'aa darbiinsaa irratti mari'achuun qabxii darbiinsaa ifoomsan.
Bu’uura kanaan qabxiin darbiinsa qormaata kutaa 8ffaa guutuu magaalaa 50 gi barattoota qaama miidhamtootaaf 45 akka ta’u sagalee guutuun ragga’eera.
Bu'aan qormaata kutaa 6ffaa guyyoota muraasa dhufan keessatti akka ifoomu ibsamee jira.
Manneen barnootaa mootummaa fi dhuunfaa irratti barattoonni qormaata kutaa 8ffaa fudhatan 85,219 keessaa 67,903 ykn %78.9 50 fi isaa ol akka galmeessan Waajjirri Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Barattoonni bu'aa isaanii https://aa.ministry.et/account#/student-result irratti seenuudhaan lakkoofsaa fi maqaa isaanii galchuun ilaaluu ni danda'u.
#Biiroo Barnootaa magaalaa Finfinnee
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA
12 يوليو 2024, 12:00
Repost from WallagaUniversity_CCD
#Quba_qabaadhaa!
Qormaata Kutaa 12ffaarratti wantoota Dhorkaa ta'an
Barattoonni Qormaataaf yommuu dhufan wantoota qabatanii dhufuu hinqabne :
dawwaa yookiin qoricha ajaja mana yaalaa hinqabne,
lilmoo waraannatan,
habilii mormaa,
Faaya rifeensaafi gurraa,
qubeelaa gaa'elaa irraan kan hafe qubeelaa faaya qaban kamiyyuu,
Anbaarii harkaa,
Bilbila harkaa/Mobaayilii,
Ayipaadii,
Taabileetii,
Laapitooppii,
Sa'atii Ismaartii,
Siidii,
Memoorii dubbistuu fi ootijii
Meeshaalee elektrooniksii suuraa kaasaniifi sagalee waraaban qabatanii argamuun dhorkaa ta'uu quba qabaadhaa!
06 يوليو 2024, 08:22
Repost from MOE EXIT EXAM
#2024_Commencement
Government universities will graduate students who have trained them in various fields of study from the end of the week.
Bonga University - June 23/2016
Axum University - June 23/2016
Med Wallabu University - June 23/2016
Asosa University - June 25/2016
Salale University - June 25/2016
Wolega University - June 25-26/2016
Semera University - June 26/2016
Borena University - June 26/2016
Ambo University - June 27/2016
Hawassa University - June 27/2016
Debre Berhan - June 27/2016
Wachemo University - June 27/2016
Wolkite University - June 27/2016
Adigrat University - June 27/2016
AASTU - June 27/2016
Addis Ababa University - June 29/2016
Dilla University - June 27/2016
Haramaya University - June 27/2016
Dembi Dolo University - June 29/2016
Mettu University - June 29/2016
Gambella University - June 29/2016
Warabe University - June 27/2016
For more university result join the channel
⬇️ Join and Share ⤴️👇👇👇👇
https://t.me/moeexitexam2016
https://t.me/universityexam2016
01 يوليو 2024, 15:59
Repost from Hawassa university students
Hawassa University Exit Exam Statistics
Congratulations 🎉
https://t.me/HUGaDSSA_Official
29 يونيو 2024, 00:15
Repost from ASBEKS
Bu’aan qormaata Rimiidiyaalaa Ifoomeera. Barattoonni bu’aa isaanii karaa https://result.ethernet.edu.et ilaallachaa jiru. Odeeffannoo barnootaa qofa argachuu @abdiisabaa n nu hordofaa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
29 يونيو 2024, 00:13
Repost from Inquisitive Mind for Better
#Graduation day
RVU Adaamaa Guyyaan Eebbaa Adoolessa 21 ykn July 28 Taya
27 يونيو 2024, 14:48
Repost from ABDII SABAA
+1
#MoE
Qormaanni ba’iinsaa muummee faarmaasii kaleessa kenname haqamee irra deebiin kennama.
Ministeerri Barnootaa qormaanni kun ''rakkoo teeknikaa'' akka qabu ibseera.
Barattoonni gama biraatiin kanaan dura qormaanni kun hatamee waraqaa irratti dalagamaa akka ture eeraniiru.
Haa ta'u malee, Ministeerri Barnootaa akka jedhetti qormaanni kun "rakkina teeknikaa" waan qabuuf, Sanbata, Waxabajjii 22, 2016, ganama sa'aatii 3:00 irraa eegalee hanga waaree booda sa'aatii 8:00 irra deebiin kennama.
Barattoonni faarmaasii qormaata kanaaf taa'an yeroon wiirtuu qormaataatti argamuun qormaata irra deebi'anii akka fudhatanis ministeerichi akeekkachiiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
27 يونيو 2024, 14:46
Repost from ABDII SABAA
#ExitExam
Qormaata bahumsaa ilaalchisee komiin hedduun dhiyaachaa jira.
Qormaata ba’iinsaa Yuunivarsitiilee keessatti guyyaa ja’aaf kennamaa ture irratti barattoonni komii dhiheessan. Akka barattoonni komii qaban miidiyaa @Abdii_Sabaa f gabaasanitti Qormaatichi qabiyyee akka nuti qophoofnuuf nutti himamee fi Biluu Piriintii Ministeerri Barnootaa nuuf kenne waliin wal hin simne jedhaniiru.
Komiin kun kan dhihaate barattoota Muummee Maanaajimentii, Maarkertiing Maanajimentii,Haayidirooliksii fi qabeenya Bishaanii akkasuma muummee Meedisiinii Beeyladaatiin.
Akka barattoonni kunniin iyyatanitti, "yeroon nuuf kenname gahaa miti, Qormaata yeroon hin jalqabne akkasumas qormaataaf yeroo gahaa kennuu dhabuun nu mudateera" jedhaniiru.
Miidiyaan @Abdii_Sabaa qaamni dhimmi ilaallatu marti komii barattootaa kanaaf xiyyeeffannoo kennuun furmaata akka barbaadu cimsee gaafata.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
27 يونيو 2024, 14:45
Repost from WallagaUniversity_CCD
Yuunivarsiitii Wallaggatti Barsiisoota Qormaata Biyyaaleessaa Bara 2016 Qormaata Bahumsaa (Exit Exam) Kennaniif Orenteeshiniin kenname
Barsiisoota Qormaata Biyyaaleessaa kennuuf Yuunivarsiitotaa/naannolee Biyyoota garaa garaa irraa Yuunivarsiitii wallaggaatti ramadamaniif Guyyaa Har’aa (13/10/2016) Orenteeshiniin kennameera.
Bara kana Barattoota 123,926 Qormaata Bahumsaa ( Exit Exam) fudhatan keessaa Barattootni 69,631 (56.3%) dhiira yoo ta’aan Barattootni 41,699 (43.7) dubara ta’uu isaanii Odeeffanneera.
Orenteeshiniin Guyyaa Har’aa kennamee kuniis hala kenniinsa qormaata bahiinsaa kana irratti kan xiyyeeffate ture.
Qormaatni Bahiinsaa (Exit Exam) guyyaa borii irraa eegalee guyyoota shaniif kan kennamu ta’uu ibsameera.
21 يونيو 2024, 04:38
Repost from FAANA ADDUNYAA™
Milkaa'inni wantoota 6 kana gaafata
(Foormullaa icciitii milkaa'inaa)
1. Hojii cimaa
Carraa hin amanin, hojii cimaatti amani. Adeemsa ariifachiisuuf yaaluun ykn karaa gabaabaa barbaaduu dhiisi. Hin jiru.
2. Naamusa
Kaka’umsi akka deemtu si taasisa, naamusni garuu akka guddattu si taasisa. Guyyoonni "miira itti hin dhaga'amne" ni jiraatu.
3. Dhaabbataa ta'uu
Walsimannaa jechuun giddu galeessa gara olaantummaatti kan jijjiirudha. Walsimannaa malee milkaa'ina kana caalu gonkumaa hin argattu.
4. Aarsaa/Wareegama
Yoo waan barbaaddeef wareegama hin baasne, wanti ati barbaadde wareegama ta'a. Wanti hundi gatii qaba.
5. Obsa
Obsa dhabaa jirta taanaan lola dhabaa jirta. Jalqaba wanti tokkollee hin ta’u, achiis suuta jedhee akka tasaa yeroo tokkotti ta’a. Namoonni baay'een sadarkaa tokkoffaa irratti harka kennatu.
6. Ofitti amanuu
Ofitti amanamummaan, yoo na hin jaallanne gaarii ta'a. Yeroo hundumaa namni eenyummaa kee fi jireenya irraa maal akka barbaaddu sitti murteessu ni jiraata.
━━━━❍✰ ✰❍━━━
@FAANA_ADDUNYAA
@FAANA_ADDUNYAA
━━━━❍✰ ✰❍━━━
21 يونيو 2024, 04:38
Repost from Oromia Education Bureau
Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 Akka Biyyaatti Kennamu Barattootni 35% ol Oromiyaa Irraa Ta'uun Beekame.
---------------
BBO- 10/10/ 2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa #qormaata_biyyoolessaa_kutaa_12ffaa_bara_2016_barattoota 246,575 kan qorsiisu yoo ta'u, #akka_biyyaatti_barattoota_qormaata_fudhatan_jedhamanii_eegaman 701,489 keessaa naannoon Oromiyaa 35% ol ta'uun beekameera.
Oromiyaa keessatti baay'inni barattoota qormaata fudhatanii hedduu waan ta'eef xiyyeeffannoo Biiroon Barnootaa Oromiyaa kennee hojjataa jiru cinatti karaa loojistikiifi humna namaa bobbaasu irratti Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa hordoffiifi deeggarsa olaanaa gochuu akka qabu waliigalameera.
Kanaafuu, hawaasni naannoo keenyaa, maatiin barattootaa, barsiisotni, hoggansi barnootaa, GTB, GMB, BBLG, Caasaan Mootummaa, Qaamni Nageenyaafi Yunivarsiitiwwan Naannoo keenyaa hundi qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 nagaafi milkiin akka xumuramu akkuma kanaan duraa deeggarsi keessan cimee akka itti fufu dhaamsa dabarsineerra.
#Gumiin_Tiraansiformeeshinii_Barnootaa_Oromiyaa (GTBO) sadarkaan jirtan, Komishiiniin Poolisii Oromiyaa, Maatiin Barattootaa, Barsiisotni, Hoggansi Barnootaa sadarkaan jiru, qaamni nageenyaafi caasaan mootummaa naannoo keenyaa sadarkaan jiru hundi #haaluma_kanaan_dura_qormaata_naannoo_kutaa_6ffaafi_8ffaa(barattoota milyoona 1.4 ol ta'an) milkeessineen #ammas_milkaa'ina_ammaffaa_akka_galmeessiftan gamanumaa abdii guddaa qabna.
Muuxannoo darberra waan hedduu waan hubanneef kan darbe caalaa qulqullinaafi iftoomaan barattoota keenya jajjabeessuu qabna.
- Qormaatn kan qophaa;
#Sirna_Barnootaa_Darbe(Moofaa) keessaa- Barnoota kutaa 9ffaa - 11ffaa jiru yoo ta'u,
#Sirna_Barnootaa_Haaraa keessaa immoo - Barnoota Kutaa 12ffaa ti.
- Guyyaa Qormaataa;
#Barnoota_Saayinsii_Hawaasaa - Adoolessa 03-05/2016
#Barnoota_Saayinsii_Uumamaa - Adoolessa 09-11/2016tti Waraqaafi 'Online'n kennama.
Barattoota keenyaaf:
#CARRAA_GAARII_HAWWINEERRA!
- BBO -
https://t.me/Oromiyaa_Education_Biiroo
21 يونيو 2024, 04:30
Repost from ABDII SABAA™
Baga geessan
Hordoftoota Amantii Islaama marti baga ayyaana Arafaan isin ga’e.
EID MUBAARAK
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABHAA 📡
16 يونيو 2024, 16:43
Repost from Dambi Dollo University
Baga Ayyaana Iid Al Adahaa (Arafaa) Kan waggaa 1445H Nagaan Geessan!
Hordoftootni Amantaa Islaamaa Hundi Baga Ayyaana Iid Al Adahaa Kan waggaa 1445ffaa Hijiraa Nagaan Geessan Jechaa Ayyaana Kana Gaafa Kabajnu tokkummaan Kan Beela'e Nyaachisaa kan daare daara baasaa haa kabajnu.
Ayyaana Gaarii akka isiniif ta'un hawwa.
Eid Mubarak
Lataa Tasfaayee Juulee (PhD)
Pirezdaantii Yuunivarsitii Dambi Dolloo
እንኳን ለ1445ኛው ዓ.ሂ ኢድ አል አድሃ/አረፋ በዓል በሰላም አደረሳችሁ !
ለመላው ሙስሊም ወገኖቻችን እንኳን ለ1445ኛው ዓ.ሂ ኢድ አል አድሃ/አረፋ በዓል አደረሳችሁ እያልኩ በዓሉ የሰላም፣ የፍቅር፣ የአብሮነት እና የመተሳሰብ እንዲሆንላችሁ እመኛለሁ።
በድጋሚ እንኳን አደረሳችሁ፤
ኢድ ሙባረክ!
ዶ/ር ላታ ተስፋዬ ጁሌ
የደምቢ ዶሎ ዩኒቨርሲቲ ፕሬዝዳንት
Tiktok : https://tiktok.com/@dambidollouniversity
Telegram : https://t.me/DaDUempower
Youtube : https://www.youtube.com/@DambiDolloUniversity
Twitter : https://twitter.com/dambi_dollo
16 يونيو 2024, 04:41
Repost from Awash Bank
External Vacancy Announcement
Vacancy Announcement No: - 097/24
Awash Bank invites competent and qualified candidates for the following position.
Position :Branch Manager (V. No HO/00524/24)
For more about qualification and experience, visit Awash Bank Official LinkedIn page here below
https://www.linkedin.com/company/awash-bank-s-c/
02 يونيو 2024, 16:30
