cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Dhaloota dhugaa

Karaa sarara channel kanaa: ◇Jechoota gorsaaf oolan, ◇Barreeffamoota bashannansiisoo, ◇Jechoota onnachiisoo fi ilaalcha gaarii nama keessatti uumaan argachuu dandeessu!

إظهار المزيد
فنلندا2 144لم يتم تحديد اللغةالتعليم49 192
مشاركات الإعلانات
2 067
المشتركون
+1124 ساعات
+87 أيام
+230 أيام
توزيع وقت النشر

جاري تحميل البيانات...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تحليل النشر
المشاركاتالمشاهدات
الأسهم
ديناميات المشاهدات
01
✨ Telegram Channels: xinsammuu fi kitaabilee PDF 👇👇 ____ ➊ Click join 10K+ Channels         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 1. ADD FOLDER 01 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➋ Beekumsa Dabalataa              👇👇👇👇          👉✨banaa✨👈          👉✨banaa✨👈                👆👆👆👆 2. ADD FOLDER 02 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➌ Xinsammuu 💌 Join 💌 💌 Join 💌 💌 Join 💌 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❒ Contact me: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
290Loading...
02
❍ Channel kanneen hunda qabduu? ❍ Promotion tolaa barbaadduu? ❍ "Kuni walitti qabama channelee telegram filatamooti!" 1. ADD FOLDER 01 2. ADD FOLDER 02 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 01   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 02   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬      👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 03    █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ❍ Itti Gammadaa ❏ Free Waver: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
650Loading...
03
✨ Telegram Channels: xinsammuu fi kitaabilee PDF 👇👇 ____ ➊ Click join 10K+ Channels         ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 1. ADD FOLDER 01 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➋ Beekumsa Dabalataa              👇👇👇👇          👉✨banaa✨👈          👉✨banaa✨👈                👆👆👆👆 2. ADD FOLDER 02 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ____ ➌ Xinsammuu 💌 Join 💌 💌 Join 💌 💌 Join 💌 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❒ Contact me: @Getu_Abera ❏ Promotion: @hopepromotion ❏ @bittaafigurgurtaachannel
1030Loading...
04
Yakki guddaan akka yeroo balleessuu, addunyaa kana irra hin jiru." jedhu. "Yeroon kan akeekaati, akeeknis kan yerooti." Moo'attoonni hojii boru hojjetan har'a hojjetu! ❏ Giddu-galeessonni hojii har'a hojjetan har'uma hojjetu! ❏ Namoonni kufan hojii kaleessaa har'a hojjetu! ➲ Kanaafuu, yeroo hundumaa MOO'ATAA ta'i! Lafa nagaa oola EYU TESHE 🏅Visionary Lady Join @Eyu2023
1620Loading...
05
Gorsa Gaarii !!! ➲ Yeroo hojjechuu qabdutti yoo hin hojjenne, yeroo kolfuu qabdutti boossa jechuudha. Kanaaf tattaaffadhu! Yeroo qabdutti ciminaan fayyadami! ➲ Har'a humna qabda, dandeettii guutuu qabda, yeroo qabda... qabeenya guddaa har'a qabdu kana sirnaan yoo itti hin fayyadamne milkaa'ina siif ta'uu malu hanqatta! ➲ Wantoota gaarii ta'e hojjechuu fi mul'ata kee boriitiif si qopheessan barbaaduu qofa irratti xiyyeeffadhu! Gaarummaan ati har'a hojjettu galaa kee borii siif ta'a. Kanaaf jal'ina lafa kaa'ii waan gaggaarii qofa facaafadhu! ➲ Nama gaarii yaaduuf gaarii hojjetu yoo taate namni ati dhabdu hin jiru. Garuu namni si dhabu immoo jira. ➲ Jireenya mataa kee oofuu yoo hin dandeenye jireenya namaa irratti imalaa taata. kanaaf kan ormaa dhiisi kan kee gaggeeffadhu! ➲ Maaliif sitti fakkaata ofilaalleen (Daaw'itiin) konkolaataa inni duuba agarsiisu xiqqaatee inni fuuldura agarsiisu kan guddaa ta'eef... Isa dudduubaa irra inni fuulduraa waan caalufi dha. Atis boriin kee har'aaf kaleessa kee caala waan ta'eef kaleessa kee xiqqoo xiqqoo yaadachaa borii kee fageessii ilaali! ➲ Kufuu kee caalaa shakkuu keetu abjuu kee borii dukkaneessa. Kanaaf abdii horadhuu tiradhuu ka'i! Karaa kee itti fufi! ➲ Amma hin dhaabbannetti tirachaa deemaa jirta taanan iddoo yaadde inuma geessa. Kanaaf dhaabbachuu irra tirachuun ni caala. ➲ Xiyya gaafa darbatan akka inni fagoo deemuf sirriitti duubatti harkisaniitu gadi dhiisu. Atis akkuma kana haalli keessa jirtu gaafa duubatti si harkisu fageessee fuulduratti si darbachuufi waan ta'eef jabaadhu kaayyoo kee irratti xiyyeeffadhu! ➲ Obboleessa koo, jireenyi Guyyaa 3 dha. Isaanis: Kaleessa, har'aa fi bori jedhamu. Kanaaf: ➛ Kaleessa kee irraa baradhu! ➛ Har'a kee jiraadhu! ➛ Borii kee karoorsi! Abrahaam Liinken Maal Jedhe: ⁃ Kaayyoo keetti cichi! ⁃ Har'a hin milkoofne jechuun bor hin milkooftu jechuu miti! ⁃ Har'a yoo hin taane bor ni ta'a! ⁃ Har'a yoo hin mijanne bor ni mijata! ⁃ Har'a yoo kufte bor ni mo'atta! ⁃ Har'a waan barbaaddu argachuu yoo baatte bor ni argatta. ⁃ Bor guyyaa birooti. ⁃ Waan inni qabatee siif dhufu hin beektu. Eeyyee eeyyee dhugaadha hin beektu bor guyyaa birooti. ➲ Waanuma tokkottillee lubbuu kee hin dhiphisin! Sababni isaas akka si darbuuf kan siif barreeffame sin argatu. Via leadership @WABIISG
2071Loading...
06
#GATII_KEE_BEEKI Namni gatii kee beekuu dhiisuu mala. Gatii kee situ beeka. 👉 Namni isa alaan mul'atu arga ati isa keessa kee jiru beekta. 👉Namni har'a kee arga ati borii kee ilaalta. 👉Namni haala kee ammaatiin si madaaala ati abjuu kee borii jiraatta. #Kanaafuu situ of beeka.🤳 Gatii kees situ beeka.💪 ✍️Addunyaan immoo gatii ati ofiitti baasteen si bitata. ✍️Iddoon oolmaa kee gatii kee murteessa. 👇 Joobirri gosa allaattiiti; garuu iddoon oolmaa isaa toora allaattii warra kaanii miti. Allaattii hundumaa irraa ol fagaatee barrisa. Fageessee arga. Sababa kanaaf gatiin joobiraa guddaa dha. Umuriin isaas dheeraa dha. 👆 🫶Atis akkasi🤳 #Dhaamsa • Fageessii ilaali! • Iddoo oolmaa kee filadhu! • Kiiloo namni irra si kaa'uun of hin madaalin! • Hamma har'a geesuun osoo hin taane lafa bor ga'uuf jirtuutti of safari! 🙏Yoo akkas goote gatii kee bartee jirta jechuudha🤝 #Egaa Kan gatii isaa guddisus Kan gatii isaa xinneessuus abbaa dha. 👉Gatii kee Beeki🙏
2942Loading...
07
🚸 Channel barattoota gargaaruuf qophaae kanatti dabalamaa,... Join here...
1250Loading...
08
💌 .... OPEN👇 kan jedhu tuquun affeerraa channel isiniif dhiyaatetti dabalamaa!     👇💐💏❤️❤️💐👇 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ Dhugumatti Sagantaa keenyatti bohaaraa irraa ni barattu!🌟 . AddToFreeWave: @Gech_Ab
1820Loading...
09
❍ "Kuni walitti qabama channelee telegram filatamooti!" 1. ADD FOLDER 01 2. ADD FOLDER 02 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 01   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 02   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬      👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 03    █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ❍ Itti Gammadaa ❏ Free Waver: @Getu_Abera
2000Loading...
10
Namni kan dhalateef abjuufi mul'ata isaaf jiraatee seenaa tokko dhalootaaf hojjetee akka darbuufi. Wantoonni dinqisiisoo addunyaarra jiran kun namoota abjuu qaban muraasaan hojjetamani. Yoo dandeesse atis isaanii olitti hojjechuuf yaali. Yoo dadhabde hanguma isaanii hojjedhu. Isaanii gadi hojjechuufi jiraachuun garuu fafa. Oolmaan keenya har'aas dinqii ture. Namoota akkasii qabaachuun carraa guddaadha. Wonderland Hotelitti. 📷 Sisay Yadessa Birhaanuu Hayilee
5740Loading...
11
https://www.facebook.com/100031143860210/posts/1143086796739438/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v
4930Loading...
Repost from Sanyii Guddataa
Photo unavailable
Yakki guddaan akka yeroo balleessuu, addunyaa kana irra hin jiru." jedhu. "Yeroon kan akeekaati, akeeknis kan yerooti." Moo'attoonni hojii boru hojjetan har'a hojjetu! ❏ Giddu-galeessonni hojii har'a hojjetan har'uma hojjetu! ❏ Namoonni kufan hojii kaleessaa har'a hojjetu! ➲ Kanaafuu, yeroo hundumaa MOO'ATAA ta'i! Lafa nagaa oola EYU TESHE 🏅Visionary Lady Join @Eyu2023
إظهار الكل...
Repost from Sanyii Guddataa
Gorsa Gaarii !!! ➲ Yeroo hojjechuu qabdutti yoo hin hojjenne, yeroo kolfuu qabdutti boossa jechuudha. Kanaaf tattaaffadhu! Yeroo qabdutti ciminaan fayyadami! ➲ Har'a humna qabda, dandeettii guutuu qabda, yeroo qabda... qabeenya guddaa har'a qabdu kana sirnaan yoo itti hin fayyadamne milkaa'ina siif ta'uu malu hanqatta! ➲ Wantoota gaarii ta'e hojjechuu fi mul'ata kee boriitiif si qopheessan barbaaduu qofa irratti xiyyeeffadhu! Gaarummaan ati har'a hojjettu galaa kee borii siif ta'a. Kanaaf jal'ina lafa kaa'ii waan gaggaarii qofa facaafadhu! ➲ Nama gaarii yaaduuf gaarii hojjetu yoo taate namni ati dhabdu hin jiru. Garuu namni si dhabu immoo jira. ➲ Jireenya mataa kee oofuu yoo hin dandeenye jireenya namaa irratti imalaa taata. kanaaf kan ormaa dhiisi kan kee gaggeeffadhu! ➲ Maaliif sitti fakkaata ofilaalleen (Daaw'itiin) konkolaataa inni duuba agarsiisu xiqqaatee inni fuuldura agarsiisu kan guddaa ta'eef... Isa dudduubaa irra inni fuulduraa waan caalufi dha. Atis boriin kee har'aaf kaleessa kee caala waan ta'eef kaleessa kee xiqqoo xiqqoo yaadachaa borii kee fageessii ilaali! ➲ Kufuu kee caalaa shakkuu keetu abjuu kee borii dukkaneessa. Kanaaf abdii horadhuu tiradhuu ka'i! Karaa kee itti fufi! ➲ Amma hin dhaabbannetti tirachaa deemaa jirta taanan iddoo yaadde inuma geessa. Kanaaf dhaabbachuu irra tirachuun ni caala. ➲ Xiyya gaafa darbatan akka inni fagoo deemuf sirriitti duubatti harkisaniitu gadi dhiisu. Atis akkuma kana haalli keessa jirtu gaafa duubatti si harkisu fageessee fuulduratti si darbachuufi waan ta'eef jabaadhu kaayyoo kee irratti xiyyeeffadhu! ➲ Obboleessa koo, jireenyi Guyyaa 3 dha. Isaanis: Kaleessa, har'aa fi bori jedhamu. Kanaaf: ➛ Kaleessa kee irraa baradhu! ➛ Har'a kee jiraadhu! ➛ Borii kee karoorsi! Abrahaam Liinken Maal Jedhe: ⁃ Kaayyoo keetti cichi! ⁃ Har'a hin milkoofne jechuun bor hin milkooftu jechuu miti! ⁃ Har'a yoo hin taane bor ni ta'a! ⁃ Har'a yoo hin mijanne bor ni mijata! ⁃ Har'a yoo kufte bor ni mo'atta! ⁃ Har'a waan barbaaddu argachuu yoo baatte bor ni argatta. ⁃ Bor guyyaa birooti. ⁃ Waan inni qabatee siif dhufu hin beektu. Eeyyee eeyyee dhugaadha hin beektu bor guyyaa birooti. ➲ Waanuma tokkottillee lubbuu kee hin dhiphisin! Sababni isaas akka si darbuuf kan siif barreeffame sin argatu. Via leadership @WABIISG
إظهار الكل...
👍 2
Photo unavailable
🚸 Channel barattoota gargaaruuf qophaae kanatti dabalamaa,... Join here...
إظهار الكل...
Barattoota Oromoo
Gaaffilee Qormaataaf Deebii
Exam Books
Repost from Hambisaa@Aroo
  • Photo unavailable