cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Oromo Students

إظهار المزيد
فنلندا2 374لم يتم تحديد اللغةالتعليم64 176
مشاركات الإعلانات
359
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
-530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Qormaata kutaa 12faa bara darbee. Firiin qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 galmaa’eef sirni itti gaafatamummaa jabaan diriiruu baannaan kan bara dhufuu kan baranaa gad ta’uu agarsiistuuwwan hedduun jiraachuu Yuunivarsiitii Finfinneetti, Hayyuun Barnoota Waliigalaa Pirofeesar Hambisaa Qana’aa ibsan. Piroofeesar Hambisaan Qana’aa turtii Dhaabbata pireesii Itiyoophiyaa waliin taasisan irratti, akka ibsanitti qulqullinni barnootaa haala hamaa keessa jiraachuu isaa firiin qormaata kutaa 12ffaa barattoonni waggaa lamaan kanaaf galmeessan qofti ragaadha jedhan. Waamichaafi ramaddii barattoota sagantaa fooyya’iinsaa baruuf? Rakkinni kun kan qooda fudhattoota hundaa ta’ullee rakkoo kanaaf hundaa ol Ministeerri barnootaa itti gaafatamummaa fudhachuu akka qabu ibsan. If u want learn English join the channel 👇👇👇👇👇👇 @learn_9English @learn_9English Kun ta’uu baannaan rakkoon bara itti aanuu kanaa ol ta’a yookiin firiin barattoonni galmeessan daran kan gadi bu’u ta’uu irrati homaayyuu wal nun falmissiisuu jedhaniiru. Rakkoon qulqullina barnootaa kun waanuma gangalataa suuta suuta dhufe waan ta’eef, sirna kaleessa qofa abaaruu osoo hin taanee, haala har’a jirullee xiinxaluun barbaachisaadha jechuun kaasaniiru. Osoo tarkaanfiin fudhatamu sirrii ta’ee, qulqullina barnootaa sirnaan lafa qabachiisuuf waggoottan shanan jijjiiramaa kun qofti ga’aa ta’uus himaniiru. Tarkaanfiin amma fudhatamaa jiru tarkaanfii qulqullina barnootaa fidu osoo hin taanee isa daran qulqullina barnootaatti gufuu ta’uudha jechuunis ibsaniiru. Rakkoon nageenyaa bakka garaagaraatti mudataa jiru, sirna barnootaa haaraan leejii ga’aa malee jijjiiruun hojiitti hiikamuun qulqullina barnootaa jedhamu fiduuf daran gufuu hamaa ta’uus kaasaniiru. Mariin WBO fi Mootummaa gidduutti gaggeeffamaa jiru maal irra ga’e? Gama biraatiin qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2105 barataaf kenname matumti isaa eenyuun haala kamiifi barataa madaaluu fi madaaluu dhabuunsaa qoratamuu akka qabus akeekaniiru. Hoggantoonni sirna barnootaa Federaalaa haga gandaatti jiran gahee isaanii sirnaan bahuu fi bahuu dhabuun isaaniis qoratamu akka qabu kaasaniiru. Ta’us barnoota kanaan dhaloonni kufeera jechuun abdii dhaloota egeree dukkaneessuu sirrii akka hin taanes ibsaniiru. Barattoota bara darbe qormaata kutaa 12ffaa fudhatanii qabxii darbiinsaa hin fidne kuma 100’f bara kana ‘Riimiidiyaalii’ barachuuf Yuunivarsitii akka seenanu Ministeerri barnoota ibseera. Jechi Riimiidiyaalii jedhu kufaatii mudate barataa qofatti aguuguu waan ta’eef haqa qabeessaa miti jedhani. Sababiin isaa rakkoon mudate rakkoo barattootaa qofa osoo hin taanee, kan qooda fudhattoota hundaati jechuun ibsaniiru. Piroofeesar Hambisaa Qana’aan Barsiisota Yeroo darbe Yuunivarsitii Finfinneeti Sadarkaan piroofeesarummaa guutuu kennameef keessaa tokko turan.
إظهار الكل...
Ministirri Muummee Abiy Ahimad (Dr.) mootummaan gama barnootaatiin haaromsa adda addaa fudhachaa akka jiru miseensota mana maree bakka bu'oota uummataaf ibsa kennaniiru. "Haaromsi nuti fudhachaa jirru bu'aa qormaataa irratti jijjiirama fiduu qofa miti" jedhan Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad.  Gad bu'iinsi qulqullinni barnootaa Itoophiyaa irratti dhiibbaa guddaa waan geessisuuf tarkaanfiiwwan adda addaa fudhachaa jirra" jedhan. Haaromsa bu’uuraa torban roodmaappii barnootaa keessatti hammatamanis ibsaniiru: 1. Kaarikulamii jijjiiruu 2. Dandeettii barsiisotaa ijaaruu 3. Sirna bulchiinsa barnootaa jijjiiruu 4. Bu’uuraalee barnootaa babal’isuu 5. Sirna qormaataa fooyyessuu 6. soorata barattootaaf eegaluu 7. Qulqullina barnoota olaanoo irratti hojjachuu Dhaabbilee leenjii teeknikaa fi ogummaa babal’isuuf xiyyeeffannoon kennamee jiraachuu ibsuun, yeroo ammaa biyyattii keessatti kolleejjiiwwan leenjii teeknikaa fi ogummaa 1,400 akka jiran ibsaniiru. Video tutor in Afaan Oromoo grade 8-12 on YouTube channel coming soon...... 👇👇👇👇👇👇👇 https://www.youtube.com/@BSSSG10AJAIBA
إظهار الكل...

#MoE Ramaddii barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015 darban ilaalchisee ibsa Ministeerri Barnootaa kenne 1 Ulaagaalee Ramaddii Barattootaa:- 2. Sirni ramaddii adeemsa sirna ramaddii keessatti qabxii waliigalaa tokkoon tokkoon barattootaa akka sababaatti fayyadama. Barattoonni bu’aa fooyya’aa galmeessaniif filannoo isaanii haala seeraa fi dambiiwwan rogummaa qaban biroo hin cabsineen dursi ni kennamaaf. 3. Sirni ramaddii dandeettii galmee yunivarsiitiiwwan barattoonni filataman tilmaama keessa kan galchudha. Barattoonni yunivarsiitiiwwan 46 filachuu danda'an qabu. 4. Sirni ramaddii sagantaalee barnootaa barattoonni filataniifi sagantaalee barnootaa yunivarsiitiiwwan filataman bu’uura godhachuun kan raawwatamudha. 5. Heddumina koorniyaa fi madaalliin sirna ramaddii adda addaa koorniyaa dhaabbilee keessatti eeguuf jiruun eegamee jira. 6. Sirni ramaddii barattoonni manneen barnootaa adda addaa irraa dhufan akka sassaabaman gargaara. 7. Sirni ramaddii haala addaa kan akka dhalootaa irratti hundaa’a. Kanaafuu barattoonni haala akkanaa keessa jiran yuunivarsiitii itti ramadaman keessatti itti fufuun yoo itti ulfaate jijjiirraa fi deggersi sirrii ta’e ni taasifama. 8. Barattoota yeroo ramaddii ragaa yaalaa sirrii ta’e qabaniif ramaddichi haala adda ta’een ilaalamuu danda’a. 9. Sirni ramaddii barattoota qaama miidhamtootaaf carraa walqixa kan kennu yoo ta’u, fedhii addaa fi ulaagaalee ramaddii isaanii ilaalcha keessa galchuu qaba. #Ministeera_Barnootaa  
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
🖐 Akkam Warii Kenya? Alafi Manii Nagadha Hardha ? Tole Ergaa Naga Ta'e Hardha Oduu Gammachisa Isiniif  Isiinif Qabanne Dhufnerra!!! 🎉 Channel Oromo Media Jedhamu Esinif Qabane Dhufneraa. Channel Kan Irratti Dandetti Qabdan Fayydamtani Akka Dorgomi Qophesinu irrati Hirmattani Ebaa Hanga Qarshi 100,000 (kuma Dhibba tokko) akka Argattan Esinif Baksifnaa. 🔝 Tolekaa Dandetti Akkami Qabduu ❓       1⃣. Walaloo Barressu       2⃣.Camera Kassu       3⃣.Dirama Dalaguuu       4⃣.Film Dalagu       5⃣.Kanenii Biiroo 🛜 Amuma Dargomi Kenya Iratti Hirmattani Qarshi Hanga 100,000 Ebifamuf Qophidha❗️ ⚜ Tole Ergaa Qophii tatanii Amuma "Join" Jechun Galmauu Dandessu.... 🗣 Kun Oromo Mediatti.Sagalee Barii Umatta 🔥 Galmauuf Link Asii Gadii Tukuun Galmauu Dandessu   👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/addlist/-1KxEa5UeuUzZjM0 https://t.me/addlist/-1KxEa5UeuUzZjM0 https://t.me/addlist/-1KxEa5UeuUzZjM0 👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
إظهار الكل...
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉👉👉Join👈👈👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Fulbaana, 16 /2015 Biiroon Barnootaa  Oromiyaa barnoota qulqullina qabu tekinoloojii ammayyaatiin deeggarame kennuudhaan barattoota ciccimoo abdii egeree biyyaafi naannoo keenyaa ta'an horachuuf hojii bal'aa hojjetaa jira. Bu'uuruma kanaan barattoota Naannoo Oromiyaafi Magaalaa Finfinnee irraa qormaata naannoo kutaa 8ffaa bara 2014 qoramanii qabxii olaanaa galmeessuun gara kutaa 9ffaatti darban keessaa kanneen ulaagaalee dorgommii BBOfi WMOn qopheessee karaa Miidiyaa OBN, Waajjira Barnootaa Godinaalee, Bulchiinsa Magaalotaafi Aanaaleetiin waamicha  isiniif taasifameen guuttanii manneen barnootaa Bultii Addaa seentanii barachuuf galmooftan hundi Fulbaana, 19 2015  giddu gala qormaataatti ramadamtanitti argamuun sa'aatii 9:00 irraa eegalee ibsa /orientation/ gabaabaa haala qormaata seensaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa kennamu akka fudhattan isin beeksisaa; qormaatni Fulbaana, 20/ 2015 sa'aatii 2:30  irraa eegalee guutummaa Naannoo Oromiyaafi Magaalaa Finfinneetti guyyaa tokkoof qofa waaree duraafi booda giddu gala Buufata qormaataa filatametti ramadamtan Buufanni Qormaataa . Godina Wallagga Lixaafi Qeellam Wallaggaatti kanneen ramadamatan Buufanni qormaataa  Magaalaa Gimbii . Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Wallaggaa Bahaafi Bul.Mag.Naqamteettii kanneen ramadamtan Buufanni qormaataa Bul.Magaalaa Naqamtee . Bul.Mag.Bishooftuu, Moojoo, Dukam, Galaanii fi God.Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee irraa kanneen filtamatan Buufanni Qormaataa Bul.Magaalaa Finfinnee  Keessa Mana Barumsaa  Sad.1ffaa Jeneraal Taaddasaa Birruutti kan kennamu Akkasumas barattoonni naannolee biroo keesa jiran carra argatan . Godina addaa Kamisee Saba Oromoo Mana Barumsaa  Sad.1ffaa Jeneraal Taaddasaa Birruutti . Naannoo Hararii kanneen jiran Haramayaatti . Bul.Magaalaa Dirree Dawaa buufata Haramaatti kan kennamu ta'uu beektanii wantoota armaan gaditti tarreeffaman kanneen guyyaa qormaataa qabattanii argamtan isin beeksifna: 1. Kaardii galmee /admission card/ qormaata naannoo kutaa 8ffaa qoramuuf bara 2014 isiniif kenname 2. Qubeessaa /pencil/ 3. Haqxuu /eraser/ 4. Ragaa qabxii tiraaniskiriiptii kutaa 7-8 Orijinaalaafi koppii tokko kan hin deebine 5. Ragaa qabxii qormaata naannoo kutaa 8ffaa kan bara 2014 orijinaalaafi koppii tokko kan qabattan ta'uu isin hubachiisaa; Wantoota barattootni qabatanii gara kutaa qormaataa seenuun gonkumaa dhorkaa ta'e ammoo kanneen armaan gadiiti: 1. Moobaayilii ykn bilbila harkaa 2. Yaadannoo akka kitaabaa waraqaafi dabtaraa. 3. Herreegduu /Calculator/ Hubachiisa: Barataa/ttuu erga qormaanni eegalee dhufe/tte goonkummaa gara kutaa qormaataa galchuun dhorkaa dha. Qormaanni kan itti milkooftan isiniif haa ta'u. BBO #Join_Oromo Studeny ✅ @MOE_Entrance@MOE_Entrance
إظهار الكل...
👀 Grade 10 all Student books. 🕯🕯🕯🕯🕯🕯🕯🕯🕯 📚 General Chemistry. 📚 Chapter 1 and 2. 📚 Natural Science Freshman 2nd semester course. 📚 Best to be prepared. © Credit : Bahirdar University. 📙Teacher Guide 📙Student Books 📒Reference books 📂Model exams 🗞Metrics sheet ❓Study Tips 🤗 ..... ✅️Our Official Channel https://t.me/Ethielebooks1 🕯🕯🕯🕯🕯🕯🕯🕯🕯🕯
إظهار الكل...
High school books ebooks📚

On this channel you will get free 📚text book,reference books📚, entrance exam question and answer different short notes

Hi
إظهار الكل...
Repost from ABDII SABAA
Photo unavailableShow in Telegram
Taariifa geejibaa Finfinneerratti sirreeffamni taasifame Finfinneetti sirreeffamni taarifa geejiba ummataa taasifamuu Biiroon Geejibaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Sirreeffamni kun guyyaa harraa Onkoloolessa 20 bara 2016 irraa eegalee hojiirra kan oolu ta'a. Konkolaattonni tajaajila geejjibaa Kennan hundi taarifa haaraa kana qofaan tajaajila kennuu akka qaban biirichi hubachiiseera. 🎯 nebsefte.net/4/6246757 🎯 ABDIISABAA.ORG SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+YmiidH_1UV9kNGU0 https://t.me/+YmiidH_1UV9kNGU0
إظهار الكل...
#Kitaabota_Haaraa Kitaaba haaraa kutaa 9ffaa-12ffaa jiran liinkii asii gadii irraa argattu. ABDIISABAA.ORG http://nebsefte.net/4/6246757 Chaanaala haara 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+02f1XNbFMrZjMTg0 https://t.me/+02f1XNbFMrZjMTg0 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡MIIDIYAA📡 @MOE_Entrance
إظهار الكل...
Eertiraa fi Itiyoophiyaa Giddu lamaanitti maaltu deemaara? Eertiraan buufata Daldalaa kennuuf hin Marii'adhu jette. Ministeerri Odeeffannoo Eertiraa Magaalaa Asmaraa irraa ibsa baaseen '' Mootummaan Eeritiraa dhimma kanarratti mariidhaaf akka hin argamne mirkaneessuun fedha'' jechuun ibsee jira. Kana malees, qaamoleen wanti kun [dhimma Galaana Diimaa] nu ilaallata jedhan dhimmicha akka hin tuxxuqnees akeekkachiiseera. Eertiraan ibsa kana kan baaste, eega muummichi Ministeeraa Dr. Abiy Ahimad, Itiyoophiyaan karra galaanaa waggoota 30 dura kan Itiyoophiyaa ture, yeroo ammaa Eertiraan irraa fudhatte Itiyoophiyaan irraa fayyadamuu qabdi jechuun ibsaniin booda. Tarii dubbiin kun nageenya waggoota dheeraaf, Itiyoophiyaa fi Eertiraa gidduutti addaan citee eega muummichi Ministeera Itiyoophiyaa Dr. Abiy Ahimad Aangootti dhufanii as deebi'e, irra deebiin booressu danda'a jedhameera. Chaanaala haara 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+YmiidH_1UV9kNGU0 https://t.me/+YmiidH_1UV9kNGU0 📡MIIDIYAA📡 t.me/ABDII_SABAA
إظهار الكل...