ABDII SABAA ( BARNOOTA )
ODEEFFANNOO BARNOOTAA SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬NU QUNNAMUUF💬 @AbdiiSabaaDm 🎯MARIIF @Abdiisabaa
إظهار المزيد59 109
المشتركون
+7324 ساعات
+5297 أيام
+3 80530 أيام
توزيع وقت النشر
جاري تحميل البيانات...
Find out who reads your channel
This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.تحليل النشر
المشاركات | المشاهدات | الأسهم | ديناميات المشاهدات |
01 Namni abbaa carraa ta’u bor kan baafamu ta’a | 1 801 | 0 | Loading... |
02 Namni abbaa carraa ta’u bor kan ifoomu baafamu ta’a | 1 | 0 | Loading... |
03 Namni injifate bor kan ifoomu ta’s | 76 | 0 | Loading... |
04 Sagantaa badhaasaa
Kaardii 100
Liinkii armaan gadii cuqaasuun screenshot kaasuun bakka comment jalatii ergitu. Injifataa/ttuu akka tasaa (randomly) filanna.
Liinkii cuqaafamu👇👇👇👇👇
https://madurird.com/4/6246757
https://madurird.com/4/6246757
carraa gaarii! | 8 642 | 4 | Loading... |
05 # mo'e
Ministeerri Barnootaa xalayaa baaseen yeroo jalqabaatiif qormaata ba’iinsaa dhaabbileen barnoota olaanoo mootummaa keessatti barattoonni fudhatan hundi kaffaltii tajaajilaa 500 qofa akka kaffalan ibseera.
Barattoonni lakkoofsa herrega CBE 1000553176097 fayyadamuun hanga Ebla 15tti Ministeera Barnootaaf qarshii kana galii akka godhan akeekkachiifameera.
Barattoonni nagahee kaffaltii isaanii kooppii gara [email protected] fi [email protected] erguu qabu. | 44 066 | 114 | Loading... |
06 #ExitExam
Qormaanni ba’umsaa yoom kennama?
Xalayaa Ministeerri Barnootaa dhaabbilee barnoota olaanoof Ebla 9/2016 barreesse keessatti; Qormaanni ba’uumsaa waxabajjii 14 hanga 21/2016tti akka kennamu ibsameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚
@ABDIISABAA 📚
🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org
Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb | 47 978 | 127 | Loading... |
07 Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota sagantaa barnoota garaagaraan leenjisaa ture eebbisiiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚
@ABDIISABAA 📚
🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org
Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb | 57 246 | 22 | Loading... |
08 Yuunivarsitii Finfinneeti barataa Muummee Gaazixeessummaa kan baratu, barataa Soraa Jirma, sirna gaggeessaa Jaal Battee Urgeessaa irratti hirmaachuuf magalaa Finfinnee irraa gara magaalaa Maqiitti eega imaleen booda achi buuteen isaa dhabamuu maddeen keenya Yuunivarsiticha irraa nuuf gabaase.
Akka maddeen keenya nuuf gabaasetti barataan kun eega dhabameen booda, namoonni dhuunfaa garagaraa tarkaanfii irratti fudhanne jechuun fuula fb eenyummaan isaa hin beekamneen dhaaddataa turuun isaanii gaabaasaan keenya kun nuuf ifoomseera.
Qaamni dhimma ilaallatu barataa kana atattamaan akka gadhiistan kabaajaan isin gaafanna. | 41 132 | 6 | Loading... |
Sagantaa badhaasaa
Kaardii 100
Liinkii armaan gadii cuqaasuun screenshot kaasuun bakka comment jalatii ergitu. Injifataa/ttuu akka tasaa (randomly) filanna.
Liinkii cuqaafamu👇👇👇👇👇
https://madurird.com/4/6246757
https://madurird.com/4/6246757
carraa gaarii!
❤ 103👍 62🔥 14🥰 9🆒 7
Photo unavailableShow in Telegram
# mo'e
Ministeerri Barnootaa xalayaa baaseen yeroo jalqabaatiif qormaata ba’iinsaa dhaabbileen barnoota olaanoo mootummaa keessatti barattoonni fudhatan hundi kaffaltii tajaajilaa 500 qofa akka kaffalan ibseera.
Barattoonni lakkoofsa herrega CBE 1000553176097 fayyadamuun hanga Ebla 15tti Ministeera Barnootaaf qarshii kana galii akka godhan akeekkachiifameera.
Barattoonni nagahee kaffaltii isaanii kooppii gara [email protected] fi [email protected] erguu qabu.
👍 428❤ 133🆒 74💘 53🥰 35👏 25🔥 16🎉 6
#ExitExam
Qormaanni ba’umsaa yoom kennama?
Xalayaa Ministeerri Barnootaa dhaabbilee barnoota olaanoof Ebla 9/2016 barreesse keessatti; Qormaanni ba’uumsaa waxabajjii 14 hanga 21/2016tti akka kennamu ibsameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚
@ABDIISABAA 📚
🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org
Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
❤ 146👍 142👏 18🆒 18💘 18🥰 6
Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota sagantaa barnoota garaagaraan leenjisaa ture eebbisiiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚
@ABDIISABAA 📚
🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org
Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
👍 135❤ 118🔥 16👏 16🆒 12🥰 5🎉 5💘 5
Photo unavailableShow in Telegram
Yuunivarsitii Finfinneeti barataa Muummee Gaazixeessummaa kan baratu, barataa Soraa Jirma, sirna gaggeessaa Jaal Battee Urgeessaa irratti hirmaachuuf magalaa Finfinnee irraa gara magaalaa Maqiitti eega imaleen booda achi buuteen isaa dhabamuu maddeen keenya Yuunivarsiticha irraa nuuf gabaase.
Akka maddeen keenya nuuf gabaasetti barataan kun eega dhabameen booda, namoonni dhuunfaa garagaraa tarkaanfii irratti fudhanne jechuun fuula fb eenyummaan isaa hin beekamneen dhaaddataa turuun isaanii gaabaasaan keenya kun nuuf ifoomseera.
Qaamni dhimma ilaallatu barataa kana atattamaan akka gadhiistan kabaajaan isin gaafanna.
👍 150❤ 28💘 10👏 4🆒 4