cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

ABDII SABAA ( BARNOOTA )

ODEEFFANNOO BARNOOTAA SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬NU QUNNAMUUF💬 @AbdiiSabaaDm 🎯MARIIF @Abdiisabaa

إظهار المزيد
فنلندا50لم يتم تحديد اللغةالتعليم2 091
Advertising posts
57 678المشتركون
+8824 hour
+1 5457 يوم
+3 99130 يوم

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

# mo'e Ministeerri Barnootaa xalayaa baaseen yeroo jalqabaatiif qormaata ba’iinsaa dhaabbileen barnoota olaanoo mootummaa keessatti barattoonni fudhatan hundi kaffaltii tajaajilaa 500 qofa akka kaffalan ibseera. Barattoonni lakkoofsa herrega CBE 1000553176097 fayyadamuun hanga Ebla 15tti Ministeera Barnootaaf qarshii kana galii akka godhan akeekkachiifameera. Barattoonni nagahee kaffaltii isaanii kooppii gara [email protected] fi [email protected] erguu qabu.
إظهار الكل...
👍 243 68🆒 46💘 20👏 13🥰 11🔥 3
#ExitExam Qormaanni ba’umsaa yoom kennama? Xalayaa Ministeerri Barnootaa dhaabbilee barnoota olaanoof Ebla 9/2016 barreesse keessatti; Qormaanni ba’uumsaa waxabajjii 14 hanga 21/2016tti akka kennamu ibsameera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
إظهار الكل...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

133👍 121👏 18💘 15🆒 14🥰 3
Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota sagantaa barnoota garaagaraan leenjisaa ture eebbisiiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
إظهار الكل...
👍 116 105🔥 15👏 15🆒 8🥰 5🎉 5💘 5
Yuunivarsitii Finfinneeti barataa Muummee Gaazixeessummaa kan baratu, barataa Soraa Jirma, sirna gaggeessaa Jaal Battee Urgeessaa irratti hirmaachuuf magalaa Finfinnee irraa gara magaalaa Maqiitti eega imaleen booda achi buuteen isaa dhabamuu maddeen keenya Yuunivarsiticha irraa nuuf gabaase. Akka maddeen keenya nuuf gabaasetti barataan kun eega dhabameen booda, namoonni dhuunfaa garagaraa tarkaanfii irratti fudhanne jechuun fuula fb eenyummaan isaa hin beekamneen dhaaddataa turuun isaanii gaabaasaan keenya kun nuuf ifoomseera. Qaamni dhimma ilaallatu barataa kana atattamaan akka gadhiistan kabaajaan isin gaafanna.
إظهار الكل...
👍 130 26💘 8🆒 4👏 3
#Oduu_Gaddaa Yuunivarsitii Haramaayaatti Barataa Muummee Kilinikaal Faarmaacii kan ta'e, Natinaa'e Daawit dhibee tasaa isa mudateen gaafa guyyaa 3/08/2016 addunyaa kanarraa lubbuun isaa boqoteera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
إظهار الكل...
💘 64👍 59 20🔥 15
hordoftoota Amantaa Musliimaa Martuu Baga Ayyaana Iid Al-fixrii 1445ffaa geessan. Ayyaanni kun kan jaalalaafi gammachuu kan tokkumaa akka isiniif tahu hawwina. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
إظهار الكل...
👍 114 38💘 1
Yuunivarsiitiin Bulee Horaa Sagantaa Ifxaara Daandii Irraa Barattoota hordoftoota Amantaa Musliimaatiif Qopheesse.
إظهار الكل...
34👍 33
Yuunivarsitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti barattuu siivil Injinariingii kan turtee fi yaalaaf deeggarsi godhamaafii kan ture du'aan Addunyaa kanarraa boqotte. Barattuun kun maqaan ishee Beezaawit Gebira Yohaannis yemmuu jedhamtu, dhukkuba Aniyurisim Rapichar dhukkuba jedhamuun qabamuun Hospitaala Leenca gurraachaatti yaalamaa turtus du'aan Addunyaa kanarraa boqachuu ishee Yuunivarsiitichi ibse.
إظهار الكل...
👍 118 40💘 20🔥 16🆒 6
Barattoota Oromoo Yuunivarsiitii Naannoo Amaaraatti barataa jiran irratti cunqursaan gaggeeffamaa jiru sadarkaa yaaddessaarra ga'e. Mucaan suuraa kana irratti mul'atu barataa Yuunivarsitii Walloo yemmuu ta'u, mucaa kana dhimma desippiliiniitiif barnaadamta jechuun polisoonni biirootti waamanii booda mucaan afaan Amaaraa sirnaan dubbachuu waan hin dandeenyeef haala kanaan reebicha irratti raawwataniiru. Qaamni dhimma ilaallatu barattoota kanaaf furmaata atattamaa akka kennitan kabajaan isin gaafanna.
إظهار الكل...
👍 100 28🎉 4💘 4
Yuunivarsitiin Finfinnee Sagantaa Ifaxaara barattootaaf qopheesse.
إظهار الكل...
👍 29 13