TOLTUU MEDIA
الذهاب إلى القناة على Telegram
"Yaa Hannaaan, Yaa Mannaan, Ya Sattaaar, Yaa khaffaar" Ah way yaa dilii too...😍 ♻️Share ✅ join💡 @Eymanjamaal Yaadaafi qeeqa qabdan https://t.me/eymanjamal
إظهار المزيد6 776
المشتركون
-624 ساعات
-487 أيام
-20830 أيام
أرشيف المشاركات
6 776
Warra baranaa kan bara hedduu nuhaa godhu
Alhamdulillaahi Rabbiif galanni haa gayu
kan waggaa haaraya 1448 hijraan nugahe.
Rabbiin keenya yeroo dabartee keessatti gaarii hojjanne nuuf qeebalee
dogongora keenyaas nuuf haa dhiisu.
Yeroo teenya tan hafte keessa barakaa nuuf kaahee kheeyrii duniyaa Aakhiraa nuhaa oomishachiisu.
اللهم إني أسألك خير هذه السنة، وخير ما فيها، وأعوذ بك من شرها وشر ما فيها، واجعلها سنة بركة وطاعة ومغفرة.
اللهم اجعل هذا العام عام خير وبركة وطاعة.
اللهم افتحه علينا بالأمن والإيمان والسلامة والإسلام.
اللهم وفقنا لما تحب وترضى، واختم لنا بالحسنى.
اللهم بارك لنا في أعمارنا وأعمالنا وأرزاقنا.
اللهم اغفر لنا ما مضى، وأعنَّا على طاعتك فيما بقي.
#Aamiin_Aamiin_Aamiin
6 776
Repost from Abu Abdellah Ahmad Al-Ansari
« Guyyaan arafaa guyyaa bilisummaa guddaa duniyaa kanaati. Guyyaa ittiin garboonni lakkoofsa isaanii rabbi ﷻ malee namni tokkolleen hin beekne ibiddarraa itti bilisoomfamaniidha. Bilisa bahuun ibidda jahannam duraa rabbiin ﷻ bilisa nama baasuu caaltu jirtii?. Rabbiin ﷻ garboota san keessaa nu haa taasisu. Rabbiin ﷻ guyyaa arafaa nama arafa dhaabbatee fii hin dhaabbatinirraa illee khalqii hedduu ibiddarraa bilisa baasa. Kanaafi guyyaan itti aanu iida muslimtoota hunda godhame.»
« Guyyaa arafaa soommanuun badii fii ma'siyaa waggaa darbitee fii waggaa itti aantuu namarraa balleeysiti. Boojuu bakka bu'aa hin qabneedha. Of hin dabarsin.»
مقتبس من لطائف المعارف ٣٨٦. بتصرف يسير.
Zul'Hijjaa 8,1447H
6 776
Repost from Abu Abdellah Ahmad Al-Ansari
« Takbiirtaa godhaa, laa ilaaha illallaahu heddummeeysaa,subhaanallaah deddeebisaa. Miizaana hasanaa teeysanii zikrii fii hojiilee gaggaariin ulfeeysaa. Kheeyrii irraa heddummeeyfachuutti daddafuun irratti wal dorgomaa.
اللهُ أكبر اللهُ أكبر اللهُ أكبر؛ لا إلهَ إلَّا الله
اللهُ أكبر اللهُ أكبر؛ وللهِ الحمد..
Jechuu heddummeeysaa Irra caalaa giyyoota rabbi biratti dalagaan isii keessa irra jaalatamtuu keessa jirra.»ღ
6 776
+6
•Logo Design
•Banner Design
•Video Editing
•Graphics Design
•SMM
Join us @Nuuf_Studio
order yours
@Eyman_Jamaal
☎️0906497613
6 776
Yaa Rabbi Sittiin way waadhee Kufeetiin garaa addaadhe Kadhaa Anas Moham...
https://youtube.com/watch?v=AVT1HiPHFT0&si=aECFk5_Nj833bbXW
6 776
+2
Baga l iidal-fixrii bara 1447ffaa hijraatiin isin gahe
Dalagaa kheeyrii teenya Hundaahuu Rabbiin nurraa haa qeebalu milkaawaa Horaa-bulaa Deebanaa .
6 776
#Oduu_Gammchiisaa
Markazni Daarul Hikmaa Barattoota Isaa Kan Qaraatii Qurraa 10 (القراءات العشر) Yeroo Gabaabaa Keeysatti Karaa #Onlainaatiin Xumuran Lafaafii Onlaainarratti Eeybisuuf Qophii Isaa Xumure Guyyaa Eeybaa Qofa Eegaa Jira✅️
Kanaaf Guyaa Alhadaa Shawwaala 10 Galma #Bulchinsa_Aanaa_Haramaayaatti Ganama Sa'aa 3 Hamma Sa'aa 6 Qophii Babbareedaadhaan Ni eeybisu
Sagantaa Kanarratti
#Sheekkotiin Gurguddoofii #Munshidoonni Ni Argamu
Guyyaan Eeyba Alhada Shawwaala 10
6 776
+5
#Oduu_Gammchiisaa
Markazni Daarul Hikmaa Barattoota Isaa Kan Qaraatii Qurraa 10 (القراءات العشر) Yeroo Gabaabaa Keeysatti Karaa #Onlainaatiin Xumuran Lafaafii Onlaainarratti Eeybisuuf Qophii Isaa Xumure Guyyaa Eeybaa Qofa Eegaa Jira✅️
Kanaaf Guyaa Alhadaa Shawwaala 10 Galma #Bulchinsa_Aanaa_Haramaayaatti Ganama Sa'aa 3 Hamma Sa'aa 6 Qophii Babbareedaadhaan Ni eeybisu
Sagantaa Kanarratti
#Sheekkotiin Gurguddoofii #Munshidoonni Ni Argamu
Guyyaan Eeyba Alhada Shawwaala 10
6 776
+3
Oduu Gammachiisaa
بسم الله الرحمن الرحيم
اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Beeksisa
Barattoota Markaza Oomishtoota Abdii biyyaa fi hawaasa muslimaa hundaaf , munashidni keenya kabajamaa fii jaallatamaan U/ Anas Mohammed Idris Naashiidaa haarayaan dhufanii jiran, waliin taanee haa ebbifnuun Ergaa kheeyrii Ramadaanaati isiniin jenna.guyyaan eeyba nashiidaa Ramadaana 13/8/1447 Alhada oollee galgala isniinaa markaza omishtoota Abdii biyyaa irrattii yoo ta'u ,maarree saganticharratti ,Nashiida haarawa gurra nama tokkoo hin seenin Ni dhageesu,Yoom kana qofa ulamaa'ota gurguddaa hedduutu irratti Argama ,Akka isin hin dabarre, waliin haa ebbifnuun waamicha obbolummaati,hundi kessanuu Afferamtanii jirtu, Ust/ Anas Muhammad jechuun qabsaawaa diiniifii sabaa kan ummata isaaf laffa'aa jiru, gidiraa fi roorroo biyya namaa ummataaf kan dhandhame,Sagalee gaafa xiiqii,ifaa gaafa dukkanaa ,leenca baha Oromiyaa, nama yoo Rakkate Rakkoo ofii dhoyfatuu hawaasa isaatiif sagalee tahuun rakkoo baayyee beekkama hin hafnuu
6 776
Repost from Shaafii Muhammad Channel
⏸ Harkuma keenyaan boolla qotatuu
.Ifii jallinarra jiraataa followera heddummeeffatuuf carraaquu.
🥀
■ Wanni kun hedduu khaxara. Namni tokko yoo ifuma qofaaf dilaawe irra wayya.
➡️ Namni waan hamturratti nama qacelche akkuma nama hamtuu san hojjateeti.
" ومَنْ سَنَّ في الإِسْلامِ سُنَّةً سيَّئةً كَانَ عَليه وِزْرها وَوِزرُ مَنْ عَمِلَ بِهَا مِنْ بعْده مِنْ غَيْرِ أَنْ يَنْقُصَ مِنْ أَوْزارهمْ شَيْءٌ » رواه مسلم ."
" Namni islaamummaa keeysatti hamtuu takka karaa godhe diliin isii fi diliin nama waan san hojjateetis isarratti . Namoota dilii san hojjaterraa odoo hin irranne. "
■ Karaa maletti nama yaamaa hordoftoonni kee 100 guutuun badiin tee sirratti kuufamuudha.
🥀➡️
Kun waan itti gammadan odoo hin taane waan itti gaddaniidha.
■ Miidiyaa kanarratti yaroon arku 1000 guute, 100 guute jechuuf nama gammaduun arka.
¿¿ Akka ilaalcha kiyyaatti kanatti gammaduun heddummina dilii isaatu arkuu dhoorke.
Rabbiin akkana ja'a:
《كلا بل ران على قلوبهم ماكان يكسبون》
{ Dhagayaa! Badii isaan hojjatantu qalbii isaanii hagooge.}
*■ Akkasii kun nama mukatti ol bahee ifii gaditti muru je'een laala.
6 776
Repost from Shaafii Muhammad Channel
« Akka Masjiidoota Rabbii ﷻ Qur'aanaan ibsittetti qabrii tee siif haa ibsu yaa Umar.»
|•. Halkan jalqabaa ji'a ramadaanaa faanusaa akka daraaraatti ifuu fii kitaaba Allaahaatii ﷻ masjiidoota keessaa qara'amu gad bahee argeeti Alii Ibnu Abii Xaalib akkana jedhe " akka masjiidoora rabbii ﷻ qur'aanaan ibsittetti qabrii tee siif haa ibsu yaa Umar.".
فضائل رمضان لابن أبي الدنيا (صـ: 58)]
|•. Yaa imaamman Taraawiihaa kitaaba Allaahaatiin qalbii garboota jiistanii baysitanitti rabbiin ﷻ qalbii teeysan isiiniif jiisee isiniif haa ibsu.»
|•. Akhii salaata taraawiihaa irraa boodatti hin harkifatin. Addaan murteetiis hin bahin. Rasuulli ﷺ " Namni imaamaa wajjiin salaatee xumure; sawaaba dhaabbii halkan guutuutu isaaf barreeffama" jedhan.»
#Ramadan1447H
Ramadan 3,1447H
6 776
Repost from Shaafii Muhammad Channel
|•. Yoo argatte asheeta timiraa irratti,yoo dhabde timirumaan too dhabde immoo bishaaniin furi.»
۞- Anas Ibn Maalik Radiyallaahu anhu akkana jedha " Rasuulli ﷺ osoo hin salaanneen dura ruxaba ( asheetw timiraatiin) fura,too asheetw timiraa hin argatin timirumaan fura,yoo timira hin argatin bishaan fudhatee bishaaniin bira.»ღ
[رواه الترمذي وحسنه، وصححه الألباني].
|•. Yoo argatte asheeta timiraa irratti,yoo dhabde timirumaan too dhabde immoo bishaaniin furi.
#Ramadan1447
Ramadan 3,1447H
متاح الآن! بحث تيليغرام 2025 — أهم رؤى العام 
