cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

CPD TECHNICAL SUPPORT

Lisence CPD Training Center

إظهار المزيد
فنلندا3 040لم يتم تحديد اللغةالتعليم81 195
مشاركات الإعلانات
878
المشتركون
+824 ساعات
+497 أيام
+18430 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Kutaa 3ffaa ibsaa Gabaaba Akkaata ulaaga Heyyaama ogummaa Haroomsu fi harawaa itti fudhachuuf guuttamu qaban. (Criteria for Proffessional Lisence RENEWAL OR NEW) part one https://t.me/Oromiacpdcenter
إظهار الكل...
👍 1😁 1
Photo unavailableShow in Telegram
Kutaa 2ffaa ibsa Gabaaba dhimma Gabbina ogummaa walitti fufiinsaa (CPD) part two https://t.me/Oromiacpdcenter
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Kutaa 1ffaa ibsa Gabaaba dhimma Gabbina ogummaa walitti fufiinsaa (CPD) part one https://t.me/Oromiacpdcenter
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Baga Gammaddan / Baga Gammannee =========================== Gaaffin lafa mana jireenyaa ogeeyyii /hojjattoota seektara fayyaa Waaldaan Ogeeyyii Fayyaa fi Biiroo Fayyaa Oromiyaa waliin ta’uun qaama dhimmi ilaallatu gaafachaa turuun ni yaadatama. Haaluma kanaan, xalayaa waajjirri Pirezedantii Oromiyaa Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneen Oromiyaatiif barreesse irratti hundaa’un Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneen Oromiyaa ogeeyyin/hojjattoonni seektara fayyaa bakka jiraniitti akka gurmaa’anii lafa mana jireenyaa argataniif bulchiinsa magaalotaa fi godiinaaleef xalayaa barreessee jira.
إظهار الكل...
👍 3
🫡የሙያ ፍቃድ እና CPD🏃 ♀🏃 ♀ Selam nachu??? ሁሉም የጤና ባለሙያዎች ለሁሉም የዲስትሪክት ጤና ቢሮዎች እና ሆስፒታሎች የሚያሳውቀው የBFO ደብዳቤ እንደሚለው ማንኛውም የጤና ባለሙያ ያለ ሙያዊ ፍቃድ የጤና አገልግሎት መስጠት አይችልም። ስለሆነም ሁሉም የጤና ባለሙያዎች ከስራ ቦታቸው ሳይወጡ የቴክኒክ ድጋፍ ስለሚያደርጉ የእርስዎን CPD እና ፍቃድ በቀላሉ ማግኘት እንችላለን። ድጋፍ የሚፈልጉ የጤና ባለሙያዎች፡- 1 ኛ ሙያዊ ፈቃድ ከዚህ ቀደም አልተገኘም ፣ 2. ሙያዊ ፈቃድዎ ሲጠናቀቅ(ታደሰ)፣ 3. ከዚህ ቀደም የምትቀጠሩት በደብዳቤ ብቻ ነው ወይም ፈቃዱ የሎትም ነገር ግን እየሰሩ ነው 4. ለሌሎት፣ ወይም ለጎደሎዎት፣ ወይም CPD (ቀጣይ የባለሙያ እድገት) ለሚቀጥሉት የሙያ ትምህርቶች ሁሉ እንደግፋለን። በቴሌግራም አስተዳዳሪያችን፡- ✍አስተዳዳሪ ቴሌግራም @ቢያዓብዶ ወይም @kiyaabdo90 ምርጥ ነው። 📲0949777501 📲0922043118 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 የቴሌግራም ግሩፑን ሊንክ ያድርጉ 👉 https://t.me/OldCenter 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 የቴሌግራም ቻናላችንን ሊንክ ያድርጉ 👉https://t.me/Oromiaacpd1 🫡HEYYAMA OGUMMAA FI CPD🏃‍♀🏃‍♀ Akkam jirtan? Ogeeyyii Fayyaa Naannoo Oromiyaa hundaaf Haaluma BFO xalaayan waajjira Fayyaa Aanaa fi Hospital hundaa beeksisan ogeessa fayyaati kammiyyuu Heyyama ogummaa isaa hin qabnee tajaajila fayyaa kennuu akka hin dandeenye hubatamee jiraa. Kanaaf nutis akkaataa Ogeeyyii Fayyaa hundii iddoo hojii isaanii irra osoo hin bahiin deeggarsa teeknikaa kenninuu haala salphaa ta'een CPD fi heeyyama keessan argachuu dandeessu. Ogeeyyii Fayyaa deeggarsa barbaaddan:- 1ffaa Heeyyama ogummaa kan duraan hin fudhatin, 2ffaa Heyyama ogummaa fudhattani yeroo gahee( RENEWAL) ta'ee, 3ffaa Kanaan duraa xalaaya rammaddii qofan hojjii keessa jirtan ykn Sirruma Heyyama of harkaa hin qabnee garuu hojii hojjacha jirtaan 4ffaa Barnoota ogummaa walitti fufiinsaa ykn CPD (Continuous Proffessional Development) hin qabne, ykn hanqatu hundaaf deeggarsa isiinif tasiisna. Karaa Telegram keenyan Admini:- ✍Admin Telegr. @Biyaabdo   or  @kiyaabdo90 📲0949777501 📲0922043118 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Link Garee Telegram keenya 🖥 👉 https://t.me/Oromiacpdcenter 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Link Channel Telegram keenya 🖥 👉https://t.me/Oromiacpd1
إظهار الكل...
👍 3
OGEEYYII FAYYAA KANAAN DURAA HEEYYAMA OGUMMAA OSOO HIN FUDHATIN HOJIRRAA JIRAN AKKAMITTI HEEYYAMA FUDHACHUU DANDA'UU?? Akkam jirtan? Akkuma hundii keenya beeknu Ogeeyyii Fayyaa baay'een heeyyama ogummaa (Proffessional Lisence) osoo hin fudhatin hanga ammaatti waggoota dheeraaf xalaaya rammaddi qofan hojii hojjacha jiran akkamitti Heeyyama ogummas argachuu dandeessu jechuun nuu gaafacha jirtuu nutis akkaata isiin heeyyama ogummaa keessan ittin argattaniif ulaagaa maal maal akka guttachuu qabdan isiin hubaachisna. Yeroo hundaa maddi odeeffannoo keenya qajeelfama BFO fi MOF kan bu'uureffateedha. Kanaaf baayee hin yaadda'iina!! Waan dandeenyun wal hubachisaa, wal deeggara fi yaada qajeeltoo waliif keenna kan deemnu ta'aa. Karaa lakkoofsa bilbila keenyatin nuf bilbilu ykn link Admin Telegramtun nuu argachuu dandeessu. Ogeeyyii Fayyaa beektan hundaa garee telegram keenya kanattii add akka nuuf gootan shakkii hin qabu. Admin Telegram link 👉@Biyaabdo 👉@kiyaabdo90 Admin Phone number 👉📲0949777501 👉📲0922043118 Our Group Telegram 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Oromiacpdcenter
إظهار الكل...
CPD AND PROFFESSIONAL LICENSE TECHNICAL SUPPORT TEAM

Ogeeyyii Fayyaa CPD fi LICENSE heyyama ogummaa fudhachu danda'anif deeggarsa teknikaa ni kennina. (0949777501/0922043118)

Photo unavailableShow in Telegram
Akkam jirtan? OGUMMAA FAYYAA HEEYYAMA OGUMMAA HAROMSUUF CPD BARBAACHISU KAMII?? HUNDII ISAANII DEGREE FI ISAA OL (DIPLOMA, YKN LEVEL4 CPD HIN ILAALTU). Kanaaf Yoo sii rakkisu baannee isiniis Ogeeyyii Fayyaa beektu hunda garee telegram keenya kanattii add nuuf godhaa?? Garee Telegram kanaa Caasaa Seektara Fayyaa (Godina, Magaloota, Hospital, Aanaa, fi Buufatalee fayyaa beektan hundaa irratti copy paste, ykn link kan erguuf wan beeknu waliif qooduu dandeenya. YEROO GAARII QABAADHA! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Oromiacpdcenter
إظهار الكل...
👍 1
3.75 MB
👏 6
Yeroo darbee Oggummaa Emergency and medical Technician (EMT) hin jedhani warri fayyaa Godinaa nuuf deebisan Ammaa maal gonna mee nuttij himaa
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
HEEYYAMA OGUMMAA ARGATANII JIRUU Hangaa ji'a Camsaati Ogeeyyii Fayyaa 1231 ogummaa gargaraati deeggarsa teeknikaa nutii goneen professional Lisence isanii argatani jiru. Ogeeyyii kun osoo qisaasama maallaqa, yeroo fi tajaajila fayyaa kennan irra sosochoin heeyyama ogummaa (Proffessional Lisence) harkan gahatani jiru. Admin Telegram link 👉@Biyaabdo 👉@Fitagudina 👉@kiyaabdo90 Admin Phone number 👉0949777501 👉0922043118 Our Group Telegram 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Oromiacpdcenter
إظهار الكل...
👍 1
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.