cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

CPD TECHNICAL SUPPORT

Lisence CPD Training Center

Більше
Фінляндія3 012Мова не вказанаОсвіта80 186
Рекламні дописи
899
Підписники
+324 години
+377 днів
+18930 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Akkam Jirtan? Ogeeyyii Fayyaa keenyaf kabaaja guddaa qabna!! Ogeeyyii Fayyaa Naannoo Oromiyaa baddaa fi gammojjii golee Oromiyaa hundaa keessa ummata keenya halkaniif guddaa tajaajila, harragalfii dhibee uummataa keenya irra ittisuun yaaluun fi dandamachisuu tajaajila ogumma fayyaa rabbii gadii lubbuu ummata keenya baraara jirtaniif nuuf jirraadha!! Haaluma kanaan qulqullina tajaajila qixaa sirriin mirkaanneessu keessatti ogeessaa beekumsa, dandeetti, muxxannoo fi gara laafessaa uummuu keessatti leenjii ogummaa walitti fufiinsaa (Continuous Proffessional Development) fi beekamtii ogummaa isaa yeroo yeroo haromsaa deemun baay'ee barbaachisadha. Gama kanaan jalqabii platform HRMIS fi CPD qophaa'iinsa haala itti fayyaadama isaa irratti hubannoo, odeeffannoo gahaa fi qubsaa ogeessi haala salphaa argachuu danda'uu caaseffama seektara fayyaa keessan leenjii gargaraa keennama turanis ammaas, hanqinalee odeeffannoo fi ergaa qulqulluu fi sirrii ogeessa fayyaa hundaa biraan gahuu irratti hanqinni akka jiruu hubatamee jiraa. Kanaaf isiinis hanqinalee odeeffannoo kanaa hiikuuf garee telegram keenya kanatti Ogeeyyii Fayyaa beektan hundaa makuun (add), affeerun(invite) ykn qooduu (shared,) telegram caasaa seektara fayyaa sadarkaa jiran hundaa irratti maxxansuu odeeffannoo, qulqulluu fi waytawaa akka isiin biraan geenyu wamicha isiniif dhiyyeessina. HORAA BULAA DEEBANAA!! Waxxabajjii, 2016 Finfinnee Oromiyaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Oromiacpdcenter
Показати все...
CPD AND PROFFESSIONAL LICENSE TECHNICAL SUPPORT TEAM

Ogeeyyii Fayyaa CPD fi LICENSE heyyama ogummaa fudhachu danda'anif deeggarsa teknikaa ni kennina. (0949777501/0922043118)

Фото недоступнеДивитись в Telegram
AMMA HEEYYAMA OGUMMAA HAROOMSU CPD QABXII CEU MEEQA NUU BARBAACHISAA?? Admin Telegram link 👉@Biyaabdo 👉@Fitagudina 👉@kiyaabdo90 Admin Phone number 👉0949777501 👉0922043118 Our Group Telegram 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Oromiacpdcenter
Показати все...
👍 1
SOFTWARE HRMIS IRRATTI AKKAMITTI GUUTTAMA ??? Admin Telegram link 👉@Biyaabdo 👉@Fitagudina 👉@kiyaabdo90 Admin Phone number 👉0949777501 👉0922043118 Our Group Telegram 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Oromiacpdcenter
Показати все...
👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
GOSOOTA OGUMMAA FAYYAA Keessa CPD barbaachisu kami?? Admin Telegram link 👉@Biyaabdo 👉@Fitagudina 👉@kiyaabdo90 Admin Phone number 👉0949777501 👉0922043118 Our Group Telegram 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Oromiacpdcenter
Показати все...
👍 3
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Kutaa 3ffaa ibsaa Gabaaba Akkaata ulaaga Heyyaama ogummaa Haroomsu fi harawaa itti fudhachuuf guuttamu qaban. (Criteria for Proffessional Lisence RENEWAL OR NEW) part one https://t.me/Oromiacpdcenter
Показати все...
👍 5 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Kutaa 2ffaa ibsa Gabaaba dhimma Gabbina ogummaa walitti fufiinsaa (CPD) part two https://t.me/Oromiacpdcenter
Показати все...
👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Kutaa 1ffaa ibsa Gabaaba dhimma Gabbina ogummaa walitti fufiinsaa (CPD) part one https://t.me/Oromiacpdcenter
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Baga Gammaddan / Baga Gammannee =========================== Gaaffin lafa mana jireenyaa ogeeyyii /hojjattoota seektara fayyaa Waaldaan Ogeeyyii Fayyaa fi Biiroo Fayyaa Oromiyaa waliin ta’uun qaama dhimmi ilaallatu gaafachaa turuun ni yaadatama. Haaluma kanaan, xalayaa waajjirri Pirezedantii Oromiyaa Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneen Oromiyaatiif barreesse irratti hundaa’un Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneen Oromiyaa ogeeyyin/hojjattoonni seektara fayyaa bakka jiraniitti akka gurmaa’anii lafa mana jireenyaa argataniif bulchiinsa magaalotaa fi godiinaaleef xalayaa barreessee jira.
Показати все...
👍 3
🫡የሙያ ፍቃድ እና CPD🏃 ♀🏃 ♀ Selam nachu??? ሁሉም የጤና ባለሙያዎች ለሁሉም የዲስትሪክት ጤና ቢሮዎች እና ሆስፒታሎች የሚያሳውቀው የBFO ደብዳቤ እንደሚለው ማንኛውም የጤና ባለሙያ ያለ ሙያዊ ፍቃድ የጤና አገልግሎት መስጠት አይችልም። ስለሆነም ሁሉም የጤና ባለሙያዎች ከስራ ቦታቸው ሳይወጡ የቴክኒክ ድጋፍ ስለሚያደርጉ የእርስዎን CPD እና ፍቃድ በቀላሉ ማግኘት እንችላለን። ድጋፍ የሚፈልጉ የጤና ባለሙያዎች፡- 1 ኛ ሙያዊ ፈቃድ ከዚህ ቀደም አልተገኘም ፣ 2. ሙያዊ ፈቃድዎ ሲጠናቀቅ(ታደሰ)፣ 3. ከዚህ ቀደም የምትቀጠሩት በደብዳቤ ብቻ ነው ወይም ፈቃዱ የሎትም ነገር ግን እየሰሩ ነው 4. ለሌሎት፣ ወይም ለጎደሎዎት፣ ወይም CPD (ቀጣይ የባለሙያ እድገት) ለሚቀጥሉት የሙያ ትምህርቶች ሁሉ እንደግፋለን። በቴሌግራም አስተዳዳሪያችን፡- ✍አስተዳዳሪ ቴሌግራም @ቢያዓብዶ ወይም @kiyaabdo90 ምርጥ ነው። 📲0949777501 📲0922043118 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 የቴሌግራም ግሩፑን ሊንክ ያድርጉ 👉 https://t.me/OldCenter 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 የቴሌግራም ቻናላችንን ሊንክ ያድርጉ 👉https://t.me/Oromiaacpd1 🫡HEYYAMA OGUMMAA FI CPD🏃‍♀🏃‍♀ Akkam jirtan? Ogeeyyii Fayyaa Naannoo Oromiyaa hundaaf Haaluma BFO xalaayan waajjira Fayyaa Aanaa fi Hospital hundaa beeksisan ogeessa fayyaati kammiyyuu Heyyama ogummaa isaa hin qabnee tajaajila fayyaa kennuu akka hin dandeenye hubatamee jiraa. Kanaaf nutis akkaataa Ogeeyyii Fayyaa hundii iddoo hojii isaanii irra osoo hin bahiin deeggarsa teeknikaa kenninuu haala salphaa ta'een CPD fi heeyyama keessan argachuu dandeessu. Ogeeyyii Fayyaa deeggarsa barbaaddan:- 1ffaa Heeyyama ogummaa kan duraan hin fudhatin, 2ffaa Heyyama ogummaa fudhattani yeroo gahee( RENEWAL) ta'ee, 3ffaa Kanaan duraa xalaaya rammaddii qofan hojjii keessa jirtan ykn Sirruma Heyyama of harkaa hin qabnee garuu hojii hojjacha jirtaan 4ffaa Barnoota ogummaa walitti fufiinsaa ykn CPD (Continuous Proffessional Development) hin qabne, ykn hanqatu hundaaf deeggarsa isiinif tasiisna. Karaa Telegram keenyan Admini:- ✍Admin Telegr. @Biyaabdo   or  @kiyaabdo90 📲0949777501 📲0922043118 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Link Garee Telegram keenya 🖥 👉 https://t.me/Oromiacpdcenter 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Link Channel Telegram keenya 🖥 👉https://t.me/Oromiacpd1
Показати все...
👍 3
OGEEYYII FAYYAA KANAAN DURAA HEEYYAMA OGUMMAA OSOO HIN FUDHATIN HOJIRRAA JIRAN AKKAMITTI HEEYYAMA FUDHACHUU DANDA'UU?? Akkam jirtan? Akkuma hundii keenya beeknu Ogeeyyii Fayyaa baay'een heeyyama ogummaa (Proffessional Lisence) osoo hin fudhatin hanga ammaatti waggoota dheeraaf xalaaya rammaddi qofan hojii hojjacha jiran akkamitti Heeyyama ogummas argachuu dandeessu jechuun nuu gaafacha jirtuu nutis akkaata isiin heeyyama ogummaa keessan ittin argattaniif ulaagaa maal maal akka guttachuu qabdan isiin hubaachisna. Yeroo hundaa maddi odeeffannoo keenya qajeelfama BFO fi MOF kan bu'uureffateedha. Kanaaf baayee hin yaadda'iina!! Waan dandeenyun wal hubachisaa, wal deeggara fi yaada qajeeltoo waliif keenna kan deemnu ta'aa. Karaa lakkoofsa bilbila keenyatin nuf bilbilu ykn link Admin Telegramtun nuu argachuu dandeessu. Ogeeyyii Fayyaa beektan hundaa garee telegram keenya kanattii add akka nuuf gootan shakkii hin qabu. Admin Telegram link 👉@Biyaabdo 👉@kiyaabdo90 Admin Phone number 👉📲0949777501 👉📲0922043118 Our Group Telegram 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Oromiacpdcenter
Показати все...
CPD AND PROFFESSIONAL LICENSE TECHNICAL SUPPORT TEAM

Ogeeyyii Fayyaa CPD fi LICENSE heyyama ogummaa fudhachu danda'anif deeggarsa teknikaa ni kennina. (0949777501/0922043118)

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.