cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

𝚆𝙰𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾 𝙷𝙰𝙵𝚄𝚄𝚁𝙰𝙰

❍ Channel Kanaan Walaloo Hafuuraa kan isiniif dhiheessinu ta'a! Join share godhaa! Dhugaa bahuumsaafi Mudannoo akkasum Gorsa argachuuf Youtube kana Subscribe Godhaa.🥰👇👇https://www.youtube.com/@Dirree_Bashannana1 For More Info @JaalalliGNSD

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
2 748
المشتركون
-424 ساعات
+417 أيام
+39230 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
🥰💯 Jaalala qulqulluu waliif ibsuuf namoonni jechoota itti gargaaramuu qaban 1000 dubbisaa ,... See More 👇👇 👉 See More 👈    👉 See More 👈
إظهار الكل...
Repost from Leadership
Photo unavailableShow in Telegram
Gatii Kee Beeki! | Know Your Value ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❍ Bishaan qaruura tokko suuqii guddaa keessa jiru gatiin isaa 10ETB dha. Bishaan qaruura wal fakkaatu mana dhugaatii tokko keessatti gatiin isaa 15ETB dha. Mana nyaataa yookiin hoteela keessatti hanga 20ETB ta'a. Buufata xiyyaaraa yookiin xiyyaara keessatti kaffaltiin isaa 50ETB ta'a. Qaruuraa fi maqaan isaa tokko dha, wanti jijjiirama fide iddoo argama bishaanichaati. Tokkoon tokkoon iddoo argama bishaanichaa gatii adda addaa bishaan qaruura walfakkaataaf kenna. ❍ Bakka jirtutti gatii akka qabdu sitti dhaga'amuu yoo baate akkasumas namni naannoo kee jiru hundi gatii kee xiqqeessu yoo ta'e, naannoo sana hin turin, adeemi! Jijjiiramuuf hamilee qabaadhu. Bakkeewwan gatiin siif malu itti siif kennamu dhaqi. Gatii kee beeki, of dinqisiifadhu! Gatii xiqqaadhaan of hin sharafin! @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
إظهار الكل...
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
“Isaan si lolu, ani si oolchuudhaaf sii wajjin waanan jiruuf garuu si hin mo'an'' jedhee dubbateera.” #Er. 1:19 ●~~~● Dirree Intertainment Walaloo Hafuuraa SUBSCRIBE. ========= &JOIN 👇👇👇🥰🥰 https://youtu.be/U1qRybYp34g
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Qormaanni jireenya kee keessatti sitti baay'achuu isaa hin jibbin. Baay'achuun isaa si ciimsuuf malee si laaffisuuf miti. Gaafa hedduu dhiphattu ofiikeen mari'adhu, namni si caalaa sitti aanu hin jiruuti!... See More👇🏾👇🏾👌 👉 See more 👉 See More
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Walaloo Hafuuraa #KUTAA_7ffaa. ●~●🥰 Guutuu Mudaa ykn Isan hin qabne Hanqina Madaa'uu qaamakeen Anaaf Laatte fayyina Kattaa isa jajamaa Isa naaf ta'e kooluu Dhukkubakoo fudhattee Na oolchiterta Eeluu Fannootti ol baatee Naaf kanfaltee aarsaa Lubbuukoo dhiigan bittee Cunqaarsiteem abaarsa Burqaa Eebbaaf Fayyinaa Gammachuun na waraabsiste Si keessa akkan jiraadhuuf Dhoksaakee na barsiistee Cinaacha keerraa dhiiga Roobsaa Naaf miixatte miixuu du'aa Fannifamu keettu ka'uumsa Taanan Fayinikoo ta'e bu'aa Ulfinaan na teesistee Na qooddachiiste Irbaata qulqulluu Nama haaraa ta'ee akkan deddebi'aa bulu. Haqadheen hundasaa Eenyummaakoo isa Durii Dhiigakeen Miiccameen Harcaafadhe Kan koo xurii Birmaduu na baafattee Na taasiste ishe muda male Si waliin eegale Kara Haaraa Dagadhee jiruu kalee Siwaliin awwalamee Ergan ka'ee Du'aa Boris karaan koo sidha An si duukan bu'a Bulchiinsa jireenyakoo Abdii Bara hundumaa lalisu Siin qabadheera cimsee Waadadha Gad sin dhiisu Walaloo Hafuuraa Dirree Entertainment
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
🌟“Badhaadhina qabeenyaa caala; badhaadhina sammuu tiif dhama’i!”... See More 👇👇 👉 See More 👈    👉 See More 👈
إظهار الكل...
1
📌 Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa👇 1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa. 👇👇 👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈 👆👆 2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 3. Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 5. Channel Hunda Bakka Tokkotti            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa! ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
إظهار الكل...
إظهار الكل...
Baptism ceremony of the Sons of God church in Abudhabi🥰👏👏 CONGRATULATIONS GUYS🎉🎉🎊🎊🎊🎊🎋

“Nuyi cuuphamuudhaan du'a isaatti isatti dabalamnee isaa wajjin awwaalamneerra; Kristos humna abbaa isa ulfina-qabeessaan warra du'an keessaa akkuma kaafame, nus immoo jireenya haaraatti in jiraanna.” #Kiristaanummaa #oromo_news #oromocomedy #dirree #ethiopianbroadcastingcorporation #ethiopiantiktok #ethiopianews #obntv #jesuschrist — Rom. 6:4

Photo unavailableShow in Telegram
🥰💯 Lafa kana irratti michuu itti gammaddu yeroo hundumaas yaadan walhubattan qabaachuun, kuni siif gahee kee,... See More 👉 See More 🎉   👉 See More 🎉
إظهار الكل...
📌 Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa👇 1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa. 👇👇 👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈 👆👆 2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 3. Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 5. Channel Hunda Bakka Tokkotti            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa! ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.