cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Mijuu seeraa Gadaa A. tiin

Gadaa AB page. A page mainly created to make access of laws and law texts!

إظهار المزيد
Ethiopia13 442لم يتم تحديد اللغةالقانون7 087
مشاركات الإعلانات
214
المشتركون
+124 ساعات
+27 أيام
+530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

የመጥፋት ማስታወቂያ (ውሳኔ) /Declaration of Absence ------------------------------------------- የጠፋን ሰው በተመለከተ የመጥፋት ውሳኔ ለማሰጠት ልንከተለው የሚገባ ሥነስርአት፣ የመጥፋት ውሳኔ ለመስጠት ሊሟሉ የሚገቡ ቅድመሁኔታዎች እና የመጥፋት ውሳኔ ሊያስከትለው የሚችለው ውጤት በፍ/ሄር ህግ ቁጥር ከ 154-173 ተደንግጎ ይገኛል፡፡ አንድ ሰው ዋና መኖሪያ አድርጎ ከሚኖርበት አካባቢ ለ2 አመት የጠፋ እና ወሬውን ያልሰጠ/ወሬው ያልተሰማ ከሆነ ማንኛውም ባለጉዳይ ሰው የሰውየው መጥፋት እንዲታወጅለት ለፍ/ቤት ማመልከት ይችላል፡፡ አቤቱታው የሚቀርበው የጠፋው ሰው በመጨረሻ ይኖርበት የነበረው ዋና መኖሪያ ቦታ ሲሆን ማስታወቂያ የሚለጠፈው በዚሁ አካባቢ እና ተደራሽ በሆነ ጋዜጣ ይሆናል፡፡ ፍ/ቤቱም ጠፋ የተባለው ሰው ለንብረቱ ወኪል ማድረግ አለማድረጉን እንዲሁም ወሬውን ለማሳወቅ የሚከለክሉ ነገሮች መኖራቸውን በተገቢው ማስረጃ ከአካባቢው ሁኔታ ጋር በማገናዘብ የጠፋው ሰው የሞተ የመሰለው እንደሆነ ጠፍቷል በማለት ያሳውቃል/ውሳኔ ይሰጣል፡፡  ውሳኔ ለመስጠት ለአንድ አመት ማቆየት እንደሚቻል ወይም ውሳኔው የሚሰራው ከአንድ አመት በኃላ ነው በማለት ሊወሰን ይችላል፡፡ የጠፋው ሰው ለፍ/ቤት ጥያቄ ከመቅረቡ 5 አመት በፊት የጠፋ እንደሆነ እና ፍርድ ቤቱ ማስታወቂያ ካወጣበት ጊዜ ጀምሮ ወሬው ካልተሰማ ፍ/ቤቱ ጥያቄው ከቀረበ ከአንድ አመት በኃላ የመጥፋት ውሳኔ የመስጠት ግዴታ አለበት፡፡  ከመጥፋት ጋር ተያይዘው ከተደነገጉት ድንጋጌዎችም የምንረዳው  የመጥፋት ውሳኔ ተሰጠ ማለት የመጥፋት ውሳኔው የተላለፈበት ሰው እንደሞተ እንደሚቆጠር ነው፡፡ ይህንንም የፍ/ህ/ቁ 161 ላይ የሞት ማስታወቂያ ፍርድ( judgment declaring death) መባሉ የመጥፋት ውሳኔ ከሞት ጋር እኩል መሆኑን ያሳያል፡፡ ነገር ግን በአንቀፅ 170 መሰረት  ጠፋ የተባለው ሰው ከመጣ ወይም በህይወት መኖሩ ከተረጋገጠ የመጥፋት ውሳኔው በቀላሉ ቀሪ ይሆናል( ይቋረጣል)፡፡ ▶️▶️የመጥፋት ውሳኔ ውጤት በጠፋ ሰው የሚገኙ መብቶች ያሏቸው ሰዎች የመጥፋት ውሳኔ ከተሰጠበት ቀን ጀምሮ የጠፋው ሰው እንደሞተ ተቆጥሮ በመብቶቻቸው ሊጠቀሙ ይችላሉ፡፡ ነገር ግን ፍ/ቤቱ እንደየሁኔታው ካገኙዋቸው መብቶች ከመጠቀማቸው በፊት ዋስ እንዲጠሩ ወይም ማረጋገጫ እንዲያቀርቡ ሊጠይቅ ይችላል (አንቀፅ 165)፡፡ ግዴታን በተመለከተ ጠፋ ከተባለው ሰው መኖር የተነሳ ግዴታ ያለባቸው ሰዎች ግዴታቸው ቀሪ ይሆንላቸዋል ለዚህም የጠፋው ሰው ገና በህይወት ያለ እንደሆነ በማለት ዋስ እንዲጠሩ ወይም ተመሳሳይ የሆነ ማረጋገጫ እንዲያቀርቡ ሊገደዱ እንደሚችሉ ህጉ ይደነግጋል (አንቀፅ 166) ፡፡ የመጥፋት ውሳኔ/ማስታወቂያ ጋብቻ ላይ ያለውን ውጤት የተመለከትን እንደሆነ የጠፋ ሰው ጋብቻ የመጥፋቱ ማስታወቂያ ፍርድ ከተሰጠበት ቀን ጀምሮ ፈራሽ ይሆናል፡፡ በተጨማሪነትም ውርስን በተመለከተ በአንቀፅ 164 መሰረት ጠፋ የተባለው ሰው በህይወት ቢገኝ እርሱ ወራሽ የሚሆንበት ሂደት የተጀመረ እንደሆነ ለእርሱ የሚደርሰው ድርሻ ቀሪ ይሆናል ፡፡ በአንቀፅ 167(1) የጠፋ ሰው ኑዛዜ ያለው እንደሆነ በኑዛዜው መሰረት ፣ ኑዛዜ ሳያደርግ ከጠፋ ያለኑዛዜ ውርስ እንደሚከፈት ያሳያል፡፡ በዚህ መሰረትም የጠፋ ሰው የመጥፋት ውሳኔ ከተሰጠበት ቀን ጀምሮ የኑዛዜ እና ያለኑዛዜ ወራሾች ውርሱ እንዲጣራ በፍ/ቤት መጠየቅ ይችላሉ፡፡ ▶️▶️የመጥፋት ውሳኔ ቀሪ የሚሆንበት ጊዜ የመጥፋት ውሳኔ ቀሪ የሚሆነው ጠፋ የተባለው ሰው የመጣ እንደሆነ፣ ጠፍቷል የተባለበት የፍርድ ማስታወቂያ ከወጣ በኃላ በህይወት ለመኖሩ ማስረጃ የተገኘ እንደሆነ እንዲሁም የመጥፋት ውሳኔ ከተሰጠ በኃላ መሞቱ በማስረጃ የተረጋገጠ እንደሆነ የተሰጠው ውሳኔ ቀሪ ይሆናል (አንቀፅ 170)፡፡ የጠፋ ሰው ሲመለስም ንብረቶቹን ባሉበት ሁኔታ መልሶ ሲወስድ የተሸጠም እንደሆነ የንብረቱን ዋጋ እንዲሁም ገንዘቡን ስራ ላይ በማዋል የተገኙትን ንብረቶች እንዳለ ይወስዳል፡፡ በሌላ በኩል ግን ከንብረቱ የተገኙትን ገቢዎች ይዞታው ተሰቷቸው ገቢውን ላገኙት ቀሪ ይሆናል፡፡ ሰውየው የመጥፋት ውሳኔ ሲተላለፍበት ይዞታውን የሚያስተዳድሩ ሰዎች ንብረቱን በመልካም ሁኔታ እንዲያስተዳድሩ እንዲሁም ዋስ ወይም ማረጋገጫ እንዲያቀርቡ የሚጠየቁ ሲሆን ገንዘብን በተመለከተ በተቀበለ በ3 ወር ውስጥ ስራ ላይ ማዋል ሲኖርበት ንብረቶቹ ለጠፋ ሰው ልጆች ማስተዳደሪያ ካልሆነ በቀር ለራሱ ጥቅም ሲል ለ3ኛ ወገን በስጦታ ማስተላለፍ አይችልም፡፡ ከዚህ አልፎ ግን ይዞታው ተሰጥቷቸው በተንኮል ወይም በመጥፎ አስተዳደር ለጠፋ ነገር የጠፋው ሰው ኪሳራ የመጠየቅ መብት እንዳለው በህጉ ተቀምጧል፡፡ በመጨረሻም መጥፋቱ ከተወሰነ አስር አመት በኃላ ወሬው ያልተሰማ እንደሆነ የጠፋው ሰው እንደሞተ ተቆጥሮ ንብረቱን ይዘው የነበሩ ሰዎች የጠፋው ሰው የተመለሰ እንደሆነ ተብሎ ካስያዙት ዋስትና ወይም ካስያዙት ማረጋገጫዎች ነፃ ሆነው ባለመብት ይሆናሉ ሲል ህጉ ያስቀምጣል (አንቀፅ 173) ፡፡ ---------------------------------------
إظهار الكل...
Dhaddachi Ijibaataa MMWF jiildii 23ffaa lakk galmee 150408 ta'e irratti akka qajeeltooti diiggaan gaa'ila walfuutoota lameen yookiin isaan tokkoon kan gaafatamu ta'us haala addaatiin/exception garuu ragaa bakka bu'ummaa akkaataa seeraatiin taasifame mirkaneessu waliin himannaan diiggaa gaa'ila karaa bakka bu'ummaatiin dhiyaachuu akka danda'u seeraa hariiroo hawaasaa kwt. 2199 waliin walqabsiisuun murteessee jira.
إظهار الكل...
Repost from Elias K. Law Room
አዲስ አስገዳጅ የሕግ ትርጉም የፌዴራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት ሚያዚያ 30 ቀን 2016 ዓ.ም በመዝገብ ቁጥር 235004 በአንድ ንብረት ላይ ከታክስ ዕዳ ጋር በተገናኘ ገቢዎች ሚኒስቴር፤ በብድር ዋስትና መያዣነት ደግሞ ባንክ የፍርድ ባለመብት ሲሆኑ  የቀዳሚነት መብት የሚሰጠው ከታክስ ዕዳው በፊት ንብረቱን በመያዣነት ለያዘው ባንክ ስለመሆኑ በአብላጫ ድምፅ አስገዳጅ የሕግ ትርጉም ሰጥቷል፡፡
إظهار الكل...
የሰበር መዝገብ ቁጥር 235004.pdf4.11 MB
#Dhimmoota_Hariiroo_Hawaasaa_Dantaa Mootummaa fi Ummataa ilaalchisee gahee Abbaa Alangaa Qabu! Dhimmoota biiroon Abbaa Alangaa xiyyeeffannoo guddaatin hojjechaa jiru keessaa tokko hojii dhimmoota hariiroo hawaasaa dantaa ummataa fi mootummaa kabachisu dha. Labsiin Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa hundeessuf bahee labsiin lakk-214/2011 kwt 7 (37-41) jalatti aangoo abbaan alangaa hojii dhimmoota hariiroo hawaasaa ummataa fi mootummaa kabachisutin walqabatee qabu tumee jira. Haa ta’u malee, aangoon kun sadarkaa labsiitti tumamee jiraatus dambiin dhimma kana ittin raawwachisan otoo hin bahiin turu isaatin hojii kana sirnaan hojjechudhaan walqabatee abbootii alangaa rakkoon garagaraa qunnamaa turee jira. Rakkoo gama kanaan jiru hikuudhaaf Mootummaan Naannoo Oromiyaa Mana Maree Bulchinsa Mootummaa Oromiyaatin Dambii Lakk-243/2016 mirkaneessun Ebla 10 bara 2016 irraa eegalee hojiirra oolee jira. Dambii kana keessatti dhimmoota gubbatti akka rakkootti kaasaa turreef tumaalee fala ta’u danda’anii fi hojiicha milkeessu danda’an akka haammataman ta’ee jira. Haaluma kanaan dambiichi seensa isaatirratti kaayyoon dambiichi ittin bahee Aangoo hojii dhimmoota hariiroo hawaasaa dantaa ummataa fi mootummaa kabachisuu biiroo Abbaa Alangaatif kennamee jiru karaa qulqullina, si’oominaa fi bu’aa qabeessa ta’een hojiirra oolchuudhaan qisaasama qabeenyaa mootummaa fi ummataa ittisu akka ta’ee ifatti ibsee jira. Dabalataanis dambiichi kwt 4 jalatti dambiin kun dhaabbilee misooma mootummaa, manneen hojii mootummaa, namoota deggarsa adda addaa barbaadanii fi akka barbaachisummaa isaatti jaarmiyaalee ummataarratti raawwatinsa kan qabu ta’u tumee jira. Dambiichi kewwata 5 jalatti qajeeltoowwan waliigalaa dhimmi hariiroo hawaasaa dantaa ummataa fi mootummaa ittin hogganaman yoo tarreessu manneen hojii mootummaa fi dhaabbileen misooma mootummaa waliigaltee kamuu qaama kan biraa waliin mootummaa bakka bu’udhaan mallatteessu isaanitin duratti abbaan alangaa waliigalticha gulaaluu fi seera qabeessummaa isaas xinxaluun akka irra jiraatu kwt 5(2) jalatti ifatti tumamee jira. Dabalataanis dambiichi keewwatuma kana jalatti waliigalteen sirna kana keessa hin darbiinee raawwatamuummaa kan hin qabnee ta’u tumee jira. Karaa gara biraatin waliigaltee mallattaa’ee foyyeessun( variation of contract) ykn jijjiiruun yoo barbaadameellee jijjiramuun ykn foyya’un waliigaltee sanaa dhibbaa fi faayidaa dantaa ummataa fi mootummaatif qabu ija abbaa alangaatiin ilaalamee mirkanaa’un akka irra jiraatu dambiichi kwt 5(5) jalatti tumee jira. Dhaabbilee misooma mootummaa fi manneen hojii mootummaa dhimma hariiroo hawaasaa mootummaa fi ummataa ilaalchisee bakka bu’ummaan abbaa alangaatiin otoo hin kennaminif dhaddacha dhaabbatanii falmuu akka hin dandeenye fi biiroon Abbaa Alangaa garu walxaxinsa dhimmootaa irratti hundaa’ee akka isaan dhaabbatanii falmuu danda’aniif aangoo qoodee kennufi akka danda’u kwt 5(3 fi 4) irraa hubachun ni danda’ama. Dambiichi kwt 35 jalatti manneen hojii mootummaa, dhaabbileen misooma mootummaa; akkasumas, ogeeyyiin seeraa faallaa dambii kanaatin hojjetan ykn akkaataa dambii kanaatin hojjechu didan tarkaanfiin bulchiinsaa naamusa isaanii ilaalchisee fudhatamu akkuma jirutti ta’ee seerota rogummaa qabaniin kan gaafataman ta’u tumee jira. Seerri rogummaa qabu kamii dha? Labsii 881/2007 ta’iinnaa laata? Hojii mootummaa haala hin malleen gaggeessu tahaa laata? Via Zewdu Mulugeta
إظهار الكل...
𝗠𝘂𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗠𝗮𝗻𝗮 𝗠𝘂𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗪𝗮𝗹𝗶𝗶𝗴𝗮𝗹𝗮 𝗙𝗲𝗱𝗲𝗿𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗱𝗱𝗮𝗰𝗵𝗮 𝗜𝗷𝗶𝗯𝗮𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗹𝗮𝗸𝗸 𝗴𝗮𝗹𝗺𝗲𝗲 240493 𝗧𝗮'𝗲 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗗𝗵𝗶𝗺𝗺𝗮 𝗔𝗯𝗯𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗜𝗹𝗮𝗮𝗹𝗰𝗵𝗶𝘀𝘂𝘂𝗻 𝗠𝘂𝗿𝘁𝗲𝗲𝘀𝗲. 🔴Dhaddachi ijibaataa galmee kana irratti himannaa abbummaa haaluu kan dhiyeessuu dandahu nama tilmaaama seeraatiin Ati Abbaadha jedhamee qofa akka ta’ee dubbisa SMF keewwata 168 170 fi 174 irraa kan hubatamuu fi Karaa biraatiin Nama ani abbaa mucaati jechuun ilmummaa ofitti fudhatee jiru fi Nama murtii mana murtiidhaan ati abbaadha jedhamee jiru yokiin namni nama kana irraa mirga argatee jiru himata Haaluu 'Disowing' dhiyeessuuf seerri waan isaaf hin hayyamneef himatni haala kanaan dhiyaatuu bu'uura S.d.f.h.h keewwata 231(A) tiin sababa himannaa hin qabu jechuun murteesee jira. 🔵Dhaddachi ijibaataa dabalatan galmuma kana irratti du'aan yeroo lubbuun jiru ilmummaa ofitti fudhatee fi ragaan dhalootaa galmeessa Haala Hawaasummaatiin mirkanaa'ee kenname ragaa of eeggannoon guutamee kennamu ilmummaa ofitti fudhachuusaa agarsiisu ragaa amanamaa waan ta'eef,erga du'aan du'een booda ilmummaa waakkachuun (mucaan Ilma du'aa miti jechuun) hin danda'amu jechuun hiikoo dirqisiisaa kannee jira. ✍@musalawyer 🔰𝑩𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂 𝑭𝒊 𝑶𝒅𝒆𝒆𝒇𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐 𝑫𝒉𝒊𝒎𝒎𝒐𝒐𝒕𝒂 𝑺𝒆𝒆𝒓𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑾𝒂𝒍𝒒𝒂𝒃𝒂𝒕𝒂𝒏 𝑲𝒂𝒎𝒊𝒚𝒚𝒖𝒖 𝑰𝒕𝒕𝒊 𝑭𝒖𝒇𝒊𝒏𝒔𝒂𝒂𝒏 𝑨𝒓𝒈𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒇 𝒄𝒉𝒂𝒂𝒏𝒆𝒆𝒍𝒊𝒊 𝑭𝒖𝒖𝒍𝒂 𝒕𝒆𝒍𝒆𝒈𝒊𝒓𝒂𝒎𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒋𝒐𝒊𝒏 𝒈𝒐𝒄𝒉𝒖𝒏 𝒉𝒐𝒓𝒅𝒂𝒇𝒂𝒂. 👉https://t.me/musalawyer
إظهار الكل...
Musa.H.Ⓜ️.Law Room

A blog About Ethiopian Law and Free legal education

DhIMMWF Lakk.Galmee 235053 ta’e irratti gaafa 29/7/2015 murtii kenneen:Manneen Murtii himata qabiiyyee lafa keenya irratti waraqaan ragaa(kaartaa) seeraan ala kenname jiru akka nuuf haqamu fi qabiiyyeen lafichaas kan keenya ta’uun isaa akka nuuf mirkannaahu jechuun dhiyaatu ilaalani murtii kennuuf aangoo kan qaban ta'u. DhIMMWF Lakk.Galmee 38452,220042 fi 220582 irratti Murtii kenneen:-Manneen Murtii himata kaartaan lafa magaalaa irratti kennamee jiru akka naaf haqamu jechuun qofa dhiyaatu irratti dursa ilaalani murtii kennuuf aangoo kan hin qabne ta'u. Sababa:-Dhimootni kana fakkaatan Bu’uura Labsii Adeemsa Bulchiinsa Lakk.1183/2012 keewwata 44 fi 49 tiin mana murtitti otoo hin dhiyaatiin dursa adeemsa bulchiinsaan fala argachu akka qaban tumamee jira.
إظهار الكل...
👍 1
Kaffaltii_hojii_irraa_gaggeefamuuf raawwatamu (Severance Payment) Kaffaltiin hojii irraa gaggeessaa tajaajila hojjetaan kennaa tureef kaffaltii kanfalamuudha. Kanfaltiin bifa kanaa waliigalteen karaaa seeraan alaa fi karaaa seera qabeessa ta’een yeroo adda citullee haalli itti kanfalamuu danda’u ni jira. Labsii Hojjataa fi hojjachiisaa labsii lakk 1156/2011 kwt 39 jalatti hojjetaa waliigalteen isaa addaan citeef sababoota kanfaltii hojiirraa gaggeessaa itti kanfalamuufii danda’u tarreefamaniiru. kunis:- hojjechiisaan sababa kasaareef ykn sababa biraatiif dhaabbatichi itti-fufiinsa haala qabaatuun cufamuu, +sababa seeraan alaatiin kaka’umsa hojjechiisaatiin hojjetaan hojii irraa yoo gaggeeffame, sababa tuttuqqaa ykn miidhaa saalaa hojjechiisaadhaan ykn hojjetoota hoggansaatiin ykn hojjetoota biraan irratti raawwatameef hojjetaan hojii yoo gadi dhiise, ✅hojjetaan bu’uura labsii HH’ kwt.29tiin ibsameen hojii irraa yoo hir’ifamu, ✅gochi yakkaa waan irratti raawwatameef hojjetaan waliigaltee hojii yoo kute, ✅hojjechiisaan nageenya ykn fayyaa hojjetaa irra balaan akka qaqqabuu danda’u osoo beekuu balaan kun akka hin qaqqabneef tarkaanfii fudhachuu dhiisuu irraa kan ka’e hojjetaan waliigaltee hojii addaan yoo kute, ✅ sababa miidhaa hojiirratti gaheen hojjechuu dhabuun isaa ragaa mana yaalaan yoo mirkanaa’e, ✅ kaffaltii pirovidenti fandii kan hin qabne ykn soorama kan hin qabne umuriin sooramaa gahee yoo gaggeeffame, ✅sababa dhukkuba ‘HIV/AIDS’tiin gaaffii ofiitiin hojjetaan hojii yoo gadi lakkise ✅ yoo xiqqaate hojjetaan waggaa 5 hojjechiisaaf hojjettee dhukkubaan ykn du’aan waliigalteen isaa kan cite, ✅Sababa leenjii isaaf kennameetiif dirqama hojiirra turuu kan hin qabne ta’ee fedhii isaatiin hojii yoo gadi dhiise dha.
إظهار الكل...
የመጀመሪያ ደረጃ መቃወሚያ ማለት ወደ ዋናው ክርክር መግባት ሳያስፈልግ የቀረበው ክስ ውድቅ የሚሆንበትን ምክንያት በመግለፅ ክሱ ውድቅ እንዲሆን በማንኛውም ተከራካሪ ወገን የሚቀርብ መቃወሚያ እንደሆነ ከፍትሐብሔር ሥነ ሥርአት ህግ ቁጥር 244(1) መረዳት ይቻላል። የመጀመሪያ ደረጃ መቃወሚያ ምክንያቶች አንድ ሰው የፍትሐብሔር ክስ ቀርቦበት መልስ እንዲያቀርብ በታዘዘ ጊዜ በቀረበበትን ክስ ላይ ከሚያቀርባቸው ክርክሮች መካከል አንዱ የመጀመሪያ ደረጃ መቃወሚያ ነው። የፍትሐብሔር ሥነ ሥርአት ህግ ቁጥር 244(2) የመጀመሪያ ደረጃ መቃወሚያ ሊቀርብ የሚችልባቸውን ምክንያቶች በዝርዝር አመልክቷል፡፡ ይኸውም፡- • ክሱ የቀረበለት ፍርድ ቤት ነገሩን ወይም የቀረበውን ክስ ለመስማት ስልጣን የሌላው ከሆነ • ክስ የቀረበበት ጉዳይ አስቀድሞ በፍርድ የተወሰነ ጉዳይ ከሆነ • ክስ የቀረበበት ጉዳይ በሌላ ፍርድ ቤት ቀርቦ በክርክር ላይ ያለ ከሆነ • አንደኛው ተከራካሪ ወገን በነገሩ የማያገባው መሆኑን በመግለፅ በጉዳዩ ገብቶ መከራከር አይገባውም የሚባል ከሆነ • ክሱ በይርጋ የታገደ ከሆነ • ክሱ የተነሳበት ነገር በሽምግልና ታይቶ በስምምነት የተፈፀመ ወይም ለእርቅ የተቀጠረ ከሆነ ይህን በመግለፅ መቃወሚያ ሊቀርብ ይችላል። ለቀረበበት ክስ መልስ የሚሰጥ ማንኛውም ወገን ከላይ ከተጠቀሱት መቃወሚያዎች አንዱን ወይም ከአንድ በላይ እንደመጀመሪያ ደረጃ መቃወሚያ ሊያቀርብ የሚችል ሲሆን በተቻለ መጠን በቶሎ ተጠቃለው መቅረብ አለባቸው። አንድ ተከራካሪ መቅረብ ከሚገባው መቃወሚያ ውስጥ አንዱን የተወ እንደሆነ ፍርድ ለመስጠት የሚያሰናክል ካልሆነ በስተቀር መቃወሚያውን ለማቅረብ እንዳልፈለገ እንደሚቆጠር በድንጋጌው ንኡስ ቁጥር 3 ላይ በግልፅ ተመልክቶ ይገኛል፡፡
إظهار الكل...
ኤግዚቢት በወንጀል ምርመራ ወይም ክስ ሂደት አንድን ፍሬ ነገር ለማረጋገጥ ማስረጃ ተደርጎ የሚቀርብ ተጨባጭነት ያለው ንብረት ወይም ቁስ (real item) ነው፡፡ አንድ ቁስ ኤግዚቢት ሊሆን የሚችለው ተፈፀመ ከተባለው የወንጀል ድርጊት ጋር በቀጥታም ሆነ በተዘዋዋሪ መንገድ አሣማኝ ግንኙነት ያለው ሲሆን ነው፡፡ ኤግዚቢት ወንጀሉ የተፈፀመበት፣ ለመፈፀሚያነት የዋለ እና ሌላ ከወንጀሉ ጋር ግንኙነት ያለውን ቁስ ሁሉ ያካትታል፡፡ ፍርድ ቤት ኤግዚቢት በማስረጃነት ተጠቅሶ ከቀረበለት ኤግዚቢቱ ለወንጀል ተግባር ሊያገለግል የሚችል ወይም ያገለገለ ወይም የወንጀል ተግባር ፍሬ ከሆነ እና የህዝብ ሰላም፣ ጤና እና መልካም ጠባይን የሚጎዳ ሲሆን እንዲወረስ የመወሰን ስልጣን አለው፡፡ በወንጀል ህጉ አንቀፅ 100(1) መሰረት ወንጀል ለመፈፀም ማነሳሻ፣ ለተፈፀመ ወንጀል ዋጋ የተሰጠ ወይም ሊሰጥ የታቀደ ጥቅም ሁሉ ለመንግስት ገቢ ይሆናል፡፡ በወንጀል ህግ አንቀፅ 98(2) ላይ እንደተመለከተው ተከሳሹ ጥፋተኛ ከተባለ ወንጀለኛው በወንጀል ተግባሩ በቀጥታም ሆነ በተዘዋዋሪ መንገድ ያገኘውን ንብረት ሁሉ እንዲወረስ ሊወሰን ይችላል፡፡ በአንፃሩ ንብረቱ የግለሰብ ንብረት ከሆነ እና ንብረቱ አደገኛነት የሌለው ወይም በህግ ያልተከለከለ የንፁ ሶስተኛ ወገኖች ንብረት ከሆነ ለባለቤቱ እንደሚመለስ ከወንጀል ህጉ አንቀፅ 140(2) መረዳት ይቻላል፡፡ ሆኖም ባለንብረቱ እስከ 5 አመት ካልተገኘ ለመንግስት ገቢ ይሆናል፡፡ በሌላ በኩል ንብረቱ በባህሪው ጎጂ ከሆነ ማለትም እንደ አደገኛ እፅ፣ የተበላሹ መድሀኒቶች እና የመሳሰሉት ከሆነ እንዲወገድ ውሳኔ ይሰጣል፡፡
إظهار الكل...
MMWF dhaddacha Ijjibbaata galmee lakk 124957 በተሽከርካሪ ላይ ለደረሰ ጉዳት በመድን ውል መሰረት ከሚከፈል ካሳ ጋር በተያያዘ ተሽከርካሪው አደጋ ሲደርስበት ትርፍ ሰው መጫኑ ቢረጋገጥም በተሽከርካሪው ላይ ለደረሰው ጉዳት መንስኤው ትርፍ ሰው መጫኑ ካልሆነ መድን ሰጪው በፖሊሲው መሰረት ካሳ ለመክፈል ይገደዳል።
إظهار الكل...