cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪

😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️‍🔥 😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋

إظهار المزيد
فنلندا156لم يتم تحديد اللغةالفوضى والترفيه1 561
مشاركات الإعلانات
32 033
المشتركون
+4624 ساعات
+2417 أيام
+91930 أيام
توزيع وقت النشر

جاري تحميل البيانات...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تحليل النشر
المشاركاتالمشاهدات
الأسهم
ديناميات المشاهدات
01
Bareedina nama tokko gubbamarra laaltee jaalalaan irraa qabamuu ni Malta. Garuu hubadhu! Kan waliin jiraattuu haalaaf Amala malee fuulaa miti. Uffata kee caala onneen kee akka hin xuroofne of eeggannoon qabi. Onneen takka xurooftu hin miicamtu waan ta'eef. :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
2 1529Loading...
02
Bareedduu too, Yoo sitti tole Halayyaa(Qilee) Seeni Gammachuu kee Gammachuu kooti. 😄😳😂😁😘 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
2 1473Loading...
03
wantoota Argachuuf namatti ulfaatan⁉️ 📶 WiFi password hin qabne 👩‍💼 Dubartii Jaalallee hin qabne 🙍‍♂ Dargageessa suusi hin qabne 😍😳😂😂😁😁 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
2 03710Loading...
04
Amma Yeroon kan Amalaati wantoota biraa hunda faashinni itti dabreera. :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
1 7974Loading...
05
Gammadaa ta'uuf 🗣Hafuura Baafachuun gahadha. :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
1 7855Loading...
06
Beekumsi tokkichi ani qabu, Akkaan Beekumsa hin qabne of Beeku kooti.😏 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
1 7515Loading...
07
Jaalalti uumamaan qulqulluudha Garuu wallaalaatu jaalala booressa malee 😁😁😭😭🥲🥲😍😍🥰🥰 🪙@jireenya_jaalalaa ⛓‍💥
1 9713Loading...
08
Afaan keetiin qofa "Sin jaaladhaa" dhiisii Akkan si amanuu gochaan na argisiisi #ShowMe :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa🌹
2 1498Loading...
09
Addunyaa kanarra Namni Sababa beelaan du'an baay'eedha. Kan Jaalalaan du'an garuu sanarra Caala.
2 1535Loading...
10
Dubara Bara kanaammoo Abbuma Barbaadetu Akka #Raadiyootti Haasofsiisaa Oola 😳
2 1063Loading...
11
. GOSOOTA JAALALAA    TYPES OF LOVE 💗💗💗💗💗💗💗💗💗 💗  Jaalalli araada (suusidha). Kanaaf guutuu ta'ee hin argamne. Jaalalli si'eessssituu mataa isaa qaba. Ishiin ammuma itti baay'attu fi keessa hir'attu amala jaalalaa jijjiirti. Jaalalli yoo xiqqaate miira, walitti dhiyeenya fi iftoomina walii qabaachuu gaafata. Jaalalli gosuma tokko kan qabu ta'uyyuu haala namaatin gargar hiramuu danda'a. 💖 Jaalala obbolummaa/Affectionate Love Jaalalli gosa kanaa waliin jireenya fi walitti dhiyeenya irraa madda. Kabaja walii qabaachutu mul'ata. Jaalala hiriyummaati. Darbee gara jaalala biraattis guddachuuf carraa qaba. 💖 Jaalala Ho'aa/Romantic Love Namoonni gosa jaalala kanaan kufan boca qaama ilaalaniiti. Haala deemichaa, dhaabbii qaamaa, hawwannaa qaama ishii/isaa ilaalanii jaalalatti seenu. Warri jaalala gosa kanaa keessa seenan ulagaalee kan akka sabummaa, amanti fi kan kana fakkaatu dhimma isaanii miti. Boca/shape waan ta'eef namni biraa akka ilaalu hin fedhan. Inaaffan kan guuttamaniidha. Wal dhoksuu barbaadu. Osoo danda'amee wal liqimsanii yeroo ofii barbaadan qofa dirreetti wal baasuu barbaadu. 💖 Jaalala Miiraa/ Passionate Love Warri jaalala kanaan qabaman warra miiran hogganamaniidha.  Garuu kan turu amma miirri sun qorrutti fi walqunnamtii saalaa jalqabaa booda laafaa deemuu danda'a. Sirumaayyuu yoo ture jibbisiisadha. 💖 Jaalala Fakkaataa/Logical Love Jaalala karooran gaggeeffamuudha. Irra caalatti ishiif inni wantoota wal fakkaatu qabaachuu qabu. Umurii, hojii, saba, amantaa fi kan kana fakkatan kan ilaalcha keessa galaniidha. Mi'aa baay'ee qabaachuu baatus hin nuffisiisu. Wanti bitaa namatti galu muraasa. 💖 Jaalala sababaa/Casual Love Jaalala dhimmi yookin rakkoon wayii walitti isaan fideen uumamuudha. Warra rakkoo, iccitii walii walitti himaniidha. Akka oolmatti hin lakka'amu. 💖 Jaalala Gowwaa/Foolish Love Waanuma xiqqoo arguudhan warra jaalalaan kufaniidha. Suura isaa/ishii qofa arguudhan, barreeffama qofa yookin sagalee qofa dhaga'uudhan warra jaalalatti seenaniidha. Kan karaa feesbuukii taasifamu fakkeenya gaarii kanaaf ta'uu danda'a. 💖 Jaalala Tarkaanfataa/Possessive Love Jaalala beekkamtiidhaf taasifamuudha. Nama sirritti beekkamu kan ofii godhachuu kan jibbu hin jiru. Jaalallee nama beekkamaa ta'uuf dhamaatii gaggeeffamuudha. Garuu nama san biratti nu tuffachiisuu hin oolu. 💖 Jaalala Oolmaa/UnSelfish Love Warri jaalala kanatti seenan warra rakkoo yookin miidhaa wayii irraa nu baraare tokkoof tole jechuudha. Jaalalli nama sanii nu qabee osoo hin taane oolman inni/ishiin nu oole nutti waan ulfaatuf of dabarsanii laachudha. 💖 Jaalala Taphaa/Game playing Daa'imti yeroo dhoqqee keessa gangalattee of daallessitu omaa itti hin fakkaatu. Kuni jaalala jedhamuu baatus fedhii ofii ba'uuf kan taasifamuudha. Dheebuu fedhii foonii ba'uuf kan itti seennamuudha. Gosti jaalala kanaa jechoota hawwatoo fi mimi'aawaniin kan guuttaman kan salphaatti onnee baqaqsanii seenaniidha. 💖 Jaalala Duwwaa/Empty Love Jaalala omaa hin qabneedha. Jaalalli kun waanuma salphaadhan otoo omtuu hin uumamne siifan du'a, siifan maraadhe, si malee jireenyi naaf hin taatu jedhanii sobaan garaa wal guutudha.           💖 Jaalala Ofittummaa/Selfish Love Jaalala of jaalannaa irraa madduudha. Amma qabeenyi jirutti qofa kan turuudha. Gaafa waa jiru ho'ee mul'ata. Fayidaa ofii karaa ittiin guutan barbaaduu malee jaalalli hiriyaa keenya baay'ee kan nama dhiphisu miti. 💖 Companion Love Jaalalli kun hawwii dheeraa kan qabuudha. Irra caalatti kanaaf dubaratu saaxilama. Daftee jaalala ho'aa keessa seenun bultii ijaarrachuudhaf fiigdi. Dhaluudhafis heedduu sardamti. Jaalala ilmoo warra qabaniidha. 💖 Jaalala hanga du'aa/Consummate Love/Enduring Jaalala umurii dheeraa qabuudha. Jaalala uuma fi uumamni jaalatuudha. Jaalalli dhugaan isa kana. Warraa wal jaalatanii amma du'anitti kan itti fufaniidha. Walqixa jireenya ofii keessatti lachuu kan dhama'an. Warra jaalalan kufan osoo hin taane warra jaalalaan ijaarramaniidha. ┄┄┉┉✽‌»‌💥✿»💥‌✽‌┉┉┄┄ @iccitii_Jaalalaa @iccitii_Jaalalaa
6 16377Loading...
12
Yeroo baay'ee namoonni tokko tokko yoo ati kolfitu yeroo si argan wanta boosssu itti hin fakkaatu wanta gadditu itti hin fakkaatu halkanii guyyaa wanta kolfitu itti fakkaata. Haa ta'u malee keessa kee kan beeku sii fi uuma kee qofa. Icciitii Jireenya keetii nama kamiifuu ibsuun sin barbaachisu Namoonni jireenya kee kan tilmaaman akka ilaalcha fi dandeettii isaanitti qofa. Kun immoo jireenyaf eenyummaa kee akkasumas gatii kee ibsuu hin danda'u. Gatii kee kan beeku suma qofa Leenci leencummaa isaa eenyumaafuu hin ibsu. Gochaan itti agarsiisa kanaafuu ati eenyumaa kee namoonni kallattii gara garaatin jajal'isanii odeessanis tasumaa hin yaadda'in waa'ee eenyumma keeti namaaf hin ibsin gochaan itti agarsiisi! :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa🌹
10 05438Loading...
13
Namoonni baayyeen namaaf amanamuu dadhabuudhaan dhumasaani gaabbiidhaan guutu ; kun immoo jireenya keenya keessatti miidhama guddaa qaba! Yoomuu namaaf amanamaa/tu ta'i. Yoo miidhamtes dhuma keetu gaarii ta'a! Gaafa namni si gane sun gatii guddaa kaffalu teessee ilaaluun akka ati waan hundumaatti amanamtuuf si gargaara! 🚫Namaaf Amanamuun Waan Hundumaarra Gaariidha! :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa🌹
13 19937Loading...
14
Gurbaa dhiiraa tokkotu mucayyoo tokko jaallatee mana isaanii yoo deemu isheen abbaa ishee waliin mana isaanii balbala jirti. #INTALA : Obboleesso maal barbaada dhufte? #GURBAA : kitaaba 'shall we meet' jedhu barbaadeen dhufe, ni qabdaa? #INTALA : dhiifama isa hin qabu garuu kitaaba 'wait me at the door i will come' jedhu qaba. #GURBAA : garuu isa anillee nin qaba,kitaaba '‛ok, Please come quickly' jedhamuhoo qabdaa? #INTALA : eeyyee isaafii kitaaba 'Ok Well, I'll come right now my sweet' jedhus nin qaba jetteen. #ABBAA ; intala tiyya kitaaba kana mara kan dubbistu taanaan baay'ee cimtuudha, barana 1ffaa ba'uu hin ooltu...Garuu kitaaba tokko irraanfatte malee. #INTALA : kitaaba kam dagadhee Abbaa koo? #Abbaa: kitaaba isa "I am not stupid I can understand everything what you are talking about" kan jedhu dagatte malee... jedheen... 😀😂jedhama... :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa🌹
12 47742Loading...
15
"Gaafan gaddu rooba keessa deemuun jaalladha Sababni isaas,gaafan boo'u namni kamuu imimmaan koo hin argu" #Charlie_chaplin :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa🌹
14 37529Loading...
Bareedina nama tokko gubbamarra laaltee jaalalaan irraa qabamuu ni Malta. Garuu hubadhu! Kan waliin jiraattuu haalaaf Amala malee fuulaa miti. Uffata kee caala onneen kee akka hin xuroofne of eeggannoon qabi. Onneen takka xurooftu hin miicamtu waan ta'eef. :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
إظهار الكل...
👍 32 19
Bareedduu too, Yoo sitti tole Halayyaa(Qilee) Seeni Gammachuu kee Gammachuu kooti. 😄😳😂😁😘 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
إظهار الكل...
8👍 3😱 1
wantoota Argachuuf namatti ulfaatan⁉️ 📶 WiFi password hin qabne 👩‍💼 Dubartii Jaalallee hin qabne 🙍‍♂ Dargageessa suusi hin qabne 😍😳😂😂😁😁 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
إظهار الكل...
👍 12 4
Amma Yeroon kan Amalaati wantoota biraa hunda faashinni itti dabreera. :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
إظهار الكل...
👍 10 4
Gammadaa ta'uuf 🗣Hafuura Baafachuun gahadha. :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
إظهار الكل...
13
Beekumsi tokkichi ani qabu, Akkaan Beekumsa hin qabne of Beeku kooti.😏 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
إظهار الكل...
12👍 1
Jaalalti uumamaan qulqulluudha Garuu wallaalaatu jaalala booressa malee 😁😁😭😭🥲🥲😍😍🥰🥰 🪙@jireenya_jaalalaa ⛓‍💥
إظهار الكل...
💯 12 5
Afaan keetiin qofa "Sin jaaladhaa" dhiisii Akkan si amanuu gochaan na argisiisi #ShowMe :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa🌹
إظهار الكل...
💘 20👍 9😘 1
Addunyaa kanarra Namni Sababa beelaan du'an baay'eedha. Kan Jaalalaan du'an garuu sanarra Caala.
إظهار الكل...
👍 20 6🥰 3
Dubara Bara kanaammoo Abbuma Barbaadetu Akka #Raadiyootti Haasofsiisaa Oola 😳
إظهار الكل...
😁 11👍 7 6😱 3👏 2