The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY
الذهاب إلى القناة على Telegram
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.
إظهار المزيد3 317
المشتركون
+124 ساعات
+257 أيام
+10130 أيام
أرشيف المشاركات
የመካነ ኢየሱስ ሴሚናሪዮም የማኔጅመንት እና ሊደርሽፕ ኮሌጅ በአዲስ አበባ እና በቢሾፍቱ ካምፓስ በመጀመሪያና ሁለተኛ ዲግሪ ፕሮግራሞች ሲያስተምራቸው የነበሩ 308 ተማሪዎችን አስመረቀ።
* * * *
ኮሌጁ በመጀመሪያ ዲግሪ ፕሮግራም በአካውንቲንግ እና ፋይናንስ፣ በማኔጅመንት እና በጀንደር ዴቨሎፕመንት ያስተማራቸውን 198 ተማሪዎች ያስመረቀ ሲሆን በተጨማሪም በሁለተኛ ዲግሪ መርሃ ግብር በኦርጋናይዜዝሽናል ሊደርሽፕ እና ቢዝነስ አድምስትሬሽን 110 ተማሪዎችን አስመርቋል።
የቤተክርስቲያኒቱ ጠቅላይ ፀሃፊ ቄስ ተሾመ አመኑ በምርቃት ፕሮግራሙ ላይ በመገኘት ለተመራቂ ተማሪዎችና ለትምህርት ተቋሙ ማህበረሰብ መልዕክት አስተላልፈዋል። በመልዕክታቸውም ተመራቂ ተማሪዎች ለእግዚአብሔር እና ለሚያገለግሉት ማህበረሰብ ታማኝ መሆን እንዳለባቸው እፅኖት ሰጥተው ተናግረዋል።
በእለቱም ጥሪ የተደረገላቸው የክብር እንግዶች፣ የተቋሙ ማህበረሰብ እና የተመራቂ ተማሪ ወላጆች ተገኝተዋል።
- - - -
Kolleejjiin Manaajmentii fi Lidershippii Seminaarii Makaana Yesuus baratootaa Mooraa Bishooftuu fi Finfinneetti barsiisaa ture Digirii tokkoffaa fi lammaffaadhaan eebbisiiseera.
* * * *
Kolleejjichi sagantaa Digirii jalqabaatiin Akkaawontiidhaa fi Faayinaansii, Manajimentii fi Jender Divilopimentiidhaan sagantaa idileetii fi galgalaatiin barsiisaa kan ture barattoota 198 kan eebbise yammuu ta'u; dabalataanis sagantaa Digirii Lammaffaatiin barumsa Organizatshinaal Lidershippii fi Bizines Adiministiresheniidhaan barattoota 110 eebbiseera.
Ol-Aanaa barreessaan Waldattii Lubni Tashomee Amanuu sirna eebbaa kana irratti argamuudhaan barattoota eebbifamanii fi Dhaabbata barumsichaaf ergaa gammachuu dabarsaniiru. Ergaa isaanii keessatti barattootni eebbifaman kun Waaqayyoo fi Hawaasa tajaajilanif amanamoo ta'uun akka isaan irra jiru cimsanii hubachisaniiru.
Eebba kana irratti keessumootni waamichi godhameef, hojjetootni dhaabbatichaa fi maatiin barattoota eebbifamanii argamaniiru.
- - - -
Mekane Yesus Seminary Management and Leadership College graduated 308 students in undergraduate and postgraduate programs from Addis Ababa and Bishoftu campuses.
* * * *
The college graduated 198 students in Bachelor of Arts (BA) programs in Accounting & Finance, Management and Gender development. In the Master of Arts (MA) program, in Organizational Leadership and Business Administration the college graduated 110 students.
General Secretary of the church, Rev Teshome Amenu conveyed a message for graduating students and communities of the collage. In his message, the General Secretary reminded the graduating students to “remain faithful to God and to the people they are going to serve”.
Invited guests, families of graduating students and communities of the college have attended the commencement program.
ከኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የተላለፈ የሰላም ጥሪ
- - - - -
Waamicha Nagaa Buussuu Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa irraa Darbe
የኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የሴቶች አገልግሎት ዲፓርትመንት ከሲኖዶስ የሴቶች ክፍል መሪዎች ጋር አመታዊ የምክክር ስብሰባውን ሐምሌ 26 እና 27/2015 ዓ.ም በጉዲና ቱምሳ ሁለንተናዊ የስልጠና ማዕከል አካሂዷል።
* * * *
ተሳታፊዎቹ በሴቶች የወንጌል ተልዕኮ ተሳትፎ እና በሴት መሪዎች አቅም ግንባታ ዙሪያ የመከሩ ሲሆን በተለያዩ የአገልግሎቱ ክፍሎች ላይ ያለውን የፖሊሲ ትግበራ ደረጃዎችንም ገምግመዋል።
የቤተክርስቲያኒቷ ጠቅላይ ፀሐፊ ቄስ ተሾመ አመኑ በምክክር መድረኩ ላይ በመገኘት መልዕክት አስተላልፈዋል።
- - - -
Waldaan Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuusitti Kutaan Tajaajila Dubartootaa Maree isaa isa waggaa waggaan geggeeffatu geggeesitoota tajaajila dubartootaa Sinoodosoota irraa dhufanii wajjin Adoolessa 26 fi 27 bara 2015 Giddu Gala Leenjii Walii Galaa Guddinaa Tumsaatti geggeeffateera.
* * * *
Hirmaatootni qooda dubartootni ergama Wangeelaa irratti fudhachaa jiran irrattii fi ijaarsa ga'umsa geggeesitoota dubartootaa irratti kan mariyatan yammuu ta'u; akkataa raawwii poolisii hojii kutaaee garaa garaa jala jiran irrattis gamaggama geggeessaniiru.
Ol-Aanaa barreessaan Waldattii Lubni Tashoomee Amanuu waltajjii marichaa irratti argamuudhaan ergaa jajjabinaa dabarsaniiru.
KAN JI'A 12FFAA 1/12/2015- 30/12/2015! MACAAFA QULQULLUU YEROO HUNDA DUBBISUU AADAA HAA GODHANNU! Namni kalandeera kana faana bu'ee dubbise waggaa 4 giddutti wangeela guutuu dubbisee fixu ni danda'a. Kaayyoon Keenya Dhaloota hundaa bira Wangeela Ga'uudha Eebbiffamaa. Akkuma beekamu kalanderii Makana yesuus Hard Copy isaa argachaa turtaniittu; Amma immoo karaa Facebook, Telegram fi Youtube keenyaa argachuu ni dandeessu.
https://t.me/ydcs_raadiyoosagaleemisiraachoo
https://www.youtube.com/@Yemisrachdimtsradio/featured
የምሥራች ድምፅ የመገናኛ ዘደዎች አገልግሎት የየዕለቱ ጥቅሶች የነሐሴ ወር ከ1/12/2015-30/12/2015 ዘመነ ሉቃስ ወንገላዊ
የቤጊ ጊዳሚ ሲኖዶስ 5ኛ መደበኛ ጉባዬውን ከሐምሌ 21-22/2015 ዓ.ም በምዕራብ ወለጋ ዞን ቤጊ ከተማ አካሂዷል።
* * * *
መደበኛ የሲኖዶሶች ጉባዬ በየ4 አመት የሚካሄድ ቢሆንም በኮቪድ ወረርሽኝና በአከባቢው አለመረጋጋት ምክያት ሲኖዶሱ ጉባዬውን ከ6 አመት በኋላ አካሂዷል።
ጉባዬውም ሪፖርቶችን አዳምጦ ከተወያየ በኋላ ለማህበረ ምዕመናን ልዩ ትኩረትና ድጋፍ እንዲደረግ፣ የፋይናንስ ችግሮችን ከመፍታት አኳያ እና የተሾሙ አገልጋዮች የማህበረሰብ ክትትልን ከማሳደግ አንፃር ውሳኔዎችን አስተላልፏል። በተጨማሪም ጉባዬው ቤተክርስቲያን በአከባቢው ያሉ ሀይሎች ችግሮችን በሰላማዊ መንገድ እንዲፈቱ ጥሪ ማድረጓን እንድትቀጥል ጠይቋል።
ውጤታማ በነበረው የማጠቃለያ ቀን ጉባዬ መሪዎችን እንደሚከተለው መርጧል፦
1. ቄስ ሌልያስ ሽፈራውን በፕሬዚዳንትነት
2. ቄስ አንጋሱ መንገሻን በም/ፕሬዚዳንትነት እና
3. አቶ ያደሳ ሁንዱማን በአቃቤ ንዋይነት ሲኖዶሱን ለቀጣይ አራት አመታት እንዲመሩ መርጧል።
በቀጣዩም እሁድ ለተመረጡት የሲኖዶስ መሪዎች የአገልግሎት ስምሪት የተሰጠ ሲሆን ለቃሉና ለቅዱሳት ሚስጥራት አገልግሎት 5 አገልጋዮች የቅስና ሹመት ከቤተ ክርስቲያኒቱ ፕሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ ተቀብለዋል።
በጉባዬውም ላይ የቤተክርስቲያኗ ምክትል ትሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ታሪኩ ቶሎሳን ጨምሮ ጥሪ የተደረገላቸው እንግዶች ተገኝተዋል።
- - - -
Sinoodosiin Begii Gidaamii Yaa'ii idilee isaa isa 6ffaa Adoolessa 21 fi 22 bara 2015 Godina Lixa Wallaggaa Magaalaa Begiitti geggeeffateera.
* * * *
Yaa'iin idilee kun waggaa Afur Afuriin kan geggeeffamu ta'u illee; inni bara kanaa Sababa Koroonaa fi Haala Nageenyaa Naannoo kanaa irraan kan ka'e waggaa 6ffaa isaa booda geggeeffame.
Yaa'ichi gabaasawwan garaa garaa dhaggeeffatee erga irratti mariyatee booda; Ŵaldoota Amantootaaf xiyyeeffannaa fi deggersi addaa akka godhamuuf, rakkoolè Faayinaansii Sinoodosichi qabu furuudhaan akka hojjetaniif tajaaltoota itti gaafatamni itti kennameef qajeelcha kennee; akkasumas Waldoota Amantootaa hordofuu irratti akka xiyyeeffataniif murtoo dabarseera.
Yaa'ichi itti dabalees lolli naannichatti geggeeffamaa jiru karaa nagaatiin akka furamuuf Waldaan Kiristiaanaa waamicha kanaan dura gochaa turte cimsitee akka itti fuuftuuf gaafateera.
Yaa'ichis haala gaariidhaan geggeefamee dhuma irratti immoo geggeesitoota Waggoota itti aanan Arfan keessatti Sinoodosicha geggeessan filateera.
Haaluma kanaan;
1. Luba Eliyaas Shifarraa Pirezidaantii,
2. Luba Angaasoo Mangashaa I/A/Pirezidantii,
3. Obbo. Yaadasaa Hundumaa Eegaa Qabeenyaa Sinoodosichaa ta'uudhaan filatamaniiru.
Sanbata Guddaa yaa'ichatti aanus sirni namoota filataman hojiitti bobbaasuu geggeeffamee; tajaajiltoota Sinoodosichaa shaniifis kara Pirezidaantii Waldattii Luba Dr. Yonaas Yiggazuu muudamni Lubummaa kennameera.
Yaa'icha irratti I/A/Pirezidaantii Waldattii Luba Dr. Taarikuu Tolosaa dabalatee keessumootni afeeraman argamaniiru.
- - - -
Begi Gidami Synod (BGS) held its 5th convention from July 28-29/2023, in west wollega zone, Begi town.
* * * *
Even though the regular synod’s conventions are held after every four years, the synod held its convention after 6 years due to the impact of COVID pandemic and security problems in the area.
After reports hearing and discussion, the assembly passed decisions on giving special attention and support for congregations, solving financial problems of the synod, and enhancing social follow-ups for ordained ministers. The assembly has also urged the church to keep requesting all forces in the area to come to a peaceful resolution.
On the last day of the fruitful convention the assembly elected its leaders accordingly;
1. Rev Elias Shiferaw as a President,
2. Rev Angasu Mengesha as V/president and
3. Mr. Yadessa Hunduma as Treasurer, to lead the synod for the coming four years.
The following Sunday, the newly elected leaders were installed and six new ministers have received ordination into the office of the word and sacrament from the president of the church, Rev. Dr Yonas Yigezu.
The church’s vise president Rev. Dr Tariku Tolessa and other invited guests have attended the convention.
Training was given for university students hosting congregations
* * * *
EECMY-DMT Campus ministry and urban mission division and Children & Youth department in collaboration with Rifiki Foundation gave two day training for university students hosting congregations. The training was mainly focused on the topics of equipping students with the word of God and protecting them from various heresy teachings and practices.
The training was first round and it’s expected to continue in the future. Participants of the training, university student’s fellowship coordinators, hosting congregations youth coordinators and ministers are expected to go and conduct same training in their congregations.
ለዩንቨርሲቲ ተማሪዎች ተቀባይ ማ/ምዕመናት ስልጠና ተሰጠ
* * * *
የኢት./ወ/ቤ/ክ መካነ ኢየሱስ በወንጌል እና ቲኦሎጂ መምሪያ የዩንቨርሲቲ ተማሪዎች አገልግሎት እና የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ከራፊኪ ፋውንዴሽን ጋር በመተባበር ለዩንቨርሲቲ ተማሪዎች ተቀባይ ማ/ምዕመናናት በተማሪዎች ፌሎውሺፕ አጠቃላይ አገልግሎት ዙርያ ለሁለት ቀናት ስልጠና ተሰጥቷል፡፡ ስልጠናውም በዋናነት ተማሪዎችን በእግዚአብሔር ቃል ማስታጠቅ እና ከተለያዩ የስህተት ትምህርቶች እና ልምምዶች መጠበቅ በሚሉ ርዕሶች ላይ ያተኮረ ነበር፡፡
ስልጠናው በመጀመርያ ዙር የተሰጠ እና ቀጣይነት ያለው ሲሆን ስልጠናውን የወሰዱት የዩንቨርሲቲ ተማሪዎች አስተባባሪዎች እና የየማ/ምዕመናን የወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች እና አገልጋዮች የወሰዱትን ስልጠና ወደመጡበት ማ/ምዕመናን ተመልስው የዩንቨርሲቲ ተማሪዎችን እና ወጣቶችን የሚያሰለጥኑ ይሆናል፡፡
- - - -
Waldoota Amantaa Barattoota Yuunivarsiitii Simataniif Leenjiin Kenname
* * * *
Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa, Qajeelcha Wangeelaa fi Ti’ooloojiitti Kutaan Tajaajila Barattoota Yuunivarsiitii fi Qajeelchi Tajaajila Ijoollee fi Dargaggoo, Faawundeeshinii Raafiikii waliin ta’uudhaan Waldoota barattoota yuunivarsiitii simataniif akkaataa tajaajila waliigalaa feelooshiippii barattootaa irratti leenjiin guyyaa lamaaf kennameera. Leenjichis caalmaatti barattoota Dubbii Sagalee Waaqayyootiin hidhachiisuu, fi barumsaa fi shaakala dogongoraa garagaraa irraa eeguu irratti kan xiyyeeffate ture.
Leenjichi marsa jalqabaatiin kan kennamee fi itti fufiinsa kan qabaatu yoo ta’u leenjicha kan fudhatan qindeessitootni tajaajila barattoota yuunivarsiitii fi tajaajiltootni dargaggoo waldoota amantaa, leenjii fudhatan kana gara waldoota dhufaniitti deebi’uudhaan barattoota yuunivarsiitii fi dargaggoota Waldaa Kiristaanaa kan leenjisan ta’a.
የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የልማት እና መሀበራዊ አገልግሎት ኮምሽን ከ99.5 ሚሊዮን ብር በላይ በሆነ በጀት ወደ ስራ የሚገቡ አራት ፕሮጀክቶችን የማስጀመሪያ መርሃግብር በመቀሌ ከተማ ደስታ ኢንተርናሽናል ሆቴል አካሄደ።
ፕሮጀክቶቹም የምግብ ዋስትናን፣ የኑሮ ማገገሚያ፣ የውሃ ንፅህና እና የሴቶችን ኢኮኖሚያዊ ተጠቃሚነት ለማረጋገጥ የታቀዱ ናቸው።
* * * *
EECMY-DASSC is conducting four project launching at Desta International Hotel Mekelle city, with Total budget of over 99.5 million ETB secured from NCA and PADD longstanding partners of EECMY DASSC.
These projects are planned to secure food security, livelihood rehabilitation, WASH and Women Economic Empowerment.
July 22,2023
Waldaa Kiristiyanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itiyoophiyaatti Komiishiniintajaajila Misoomaa fi Hawaasummaa qarshii Miliyoona 99.5n kan hojjetan Pirojektoota haaraa sirna hojii jalqabsiisuu Maqalee Hoteela Naashinaaliitti geggeessera.
Pirojektootni kun wabii nyaataa, jireenya bayyaannachiisuuf, bishaan qulqulluu argamsiisuu fi dinagdee dubartootaa fooyyeessuuf akeekamanii kan qopha'anii dha.
* * * *
#EECMY- FEESTIIVAALA GANNAA DARGAGGOOTAA
👉 Yoom?: Adoolessaa fi Hagayya
👉Mata Duree: Amantii- Abdii-Jaalala
👉Eessatti? Waldaa Amantootaa hundumaatti
👉Eenyutu qopheessa? Jaarsolii, tajaajiltoota, tola-ooltota, dargaggootaa fi maatii...
👉Kaayoo:
-Amantii, abdii fi jaalala ijaaruu...
-Dargaggoota keenya bifa Hunda-galeessa ta'een guddisuu,
-Dargaggoon yeroo gannaa kana bu'a qabeessummaan akka fayyadamaniif gargaaruu...
👉Hojiilee Hojjataman:
-Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu, Kadhannaa fi Faarfannaa
-Dhuga bahumsa Wangeelaa
-Taphaa fi dorgommii ispoortii garagaraa
-Dhaabbii biqiltuu
- Barumsaa fi leenjii ogummaa garagaraa, akkaataa dandeettii fi fedhii isaaniitiin...
"...abdiin, jaalalli isaan kun sadan hafanii in jiraatu, ..." 1Qor. 13:13
Feestiivaala Gannaa Gaarii Isiniif Haa Ta'u!
متاح الآن! بحث تيليغرام 2025 — أهم رؤى العام 
