cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Sead_ahemdin (suhal)

Toora Hundaanu ni dhufnaa Qur'aanaaf Haadisaa Nilallabna Gara Kara Iffaatis ummata keenyaa ni wamnaa❤

إظهار المزيد
Ethiopia10 213لم يتم تحديد اللغةالأروتيك117 739
مشاركات الإعلانات
219
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-47 أيام
-1630 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Just now! Namoonni beekkamoon Addunyaa lama Sa'uudi Arabiyaatti wal argan. Actorri beekkamaan Seenaa hundeessaa Empaayirii (Empire) guddicha Adduunyaa Otumaan Turkii hojjachaa jiru Usumaan Beey biyya Sa'uudi Arabiyaatti taphataa beekkamaa Adduunyaa Ronaldoo waliin wal arganii jiru! Usumaan Beey daawwiif Turkii irraa Sa'uudi Arabiyaa jiru! Namoota seenaa dhugaa amma inni hojjachaa jiru ilaaltan baay'een keessan Usumaan Beey ni beektu jadheen yaada!...🙂
إظهار الكل...
5
Photo unavailableShow in Telegram
Keeroon 9 Sagantaa miidhagaaf hawwataatu shaashamanneetti isin eeggata irraa hafnaan waan hedduutu isin tara. An isiniif hime 🥰
إظهار الكل...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu Ammee!! Miseensonni Paarlaamaa Kooriyaa kaabaa mootiin Kooriyaa kibbaa King Joon ummata Falasxiin Gaazaa cinaa akka dhaabbatan gaafatan. Mootichi ummata Falasxiin cinaa akka dhaabbatu mirkaneessan! Kooriyaa kibbaa Biyya Falasxiin (State of Palestine) beekkamtii akka kennitu biyyi isaanii ifoomsan. King Joon ummata Falasxiin Gaazaa cinaa ni dhaabbanna jadhan!! Yakka waraanaa Israael ummata nagaa Falasxiin irratti raawwachaa jirtus balaalleffanna!...💪👏
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
“ሙሀጂራ ኸውላ” ምዕራፍ ሁለት ሙሀጂራ ኸውላ” የተሰኘው ፅሁፍ በሁለት ዋና ገፀ-ባህሪያት ዙሪያ የሚያጠነጥን ህይወት የሚቀይር ታሪክ ሲሆን ከሀይማኖቷ ስለ ራቀች ሴት እና ለዲኑ የሚተጋ ፣ የኡማውን ሀላፊነት የተሸከመ ወጣት የህይወት አጋጣሚዎች ይዳሰስበታል። በአላህ ፍቃድም ጌታቸውን ከረጅም ጊዜ ጀምሮ ሲናፍቁ ለተጎዱ እና ለቆሰሉ ልቦች እንደ መድኃኒት ያገለግላል። #በአላህ_ፍቃድ_3:00_ላይ_ይጠብቁን. ♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️       ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ @Rihu_islamic_post ይጀመር የምትሉ ላይክ ይበሉ 👍
إظهار الكل...
👍99
Photo unavailableShow in Telegram
“ሙሀጂራ ኸውላ” የተሰኘው ፅሁፍ በሁለት ዋና ገፀ-ባህሪያት ዙሪያ የሚያጠነጥን ህይወት የሚቀይር ታሪክ ሲሆን ከሀይማኖቷ ስለ ራቀች ሴት እና ለዲኑ የሚተጋ ፣ የኡማውን ሀላፊነት የተሸከመ ወጣት የህይወት አጋጣሚዎች ይዳሰስበታል። በአላህ ፍቃድም ጌታቸውን ከረጅም ጊዜ ጀምሮ ሲናፍቁ ለተጎዱ እና ለቆሰሉ ልቦች እንደ መድኃኒት ያገለግላል።
إظهار الكل...
🌺ክፍል 1
🌺ክፍል 9
🌺ክፍል 15
🌺ክፍል 22
🌺ክፍል 29
🌺ክፍል 36
🌺ክፍል 43
🌺ክፍል 2
🌺ክፍል 10
🌺ክፍል 16
🌺ክፍል 23
🌺ክፍል 30
🌺ክፍል 37
https://t.me/Rihu_islamic_post/966
🌺ክፍል 3
🌺ክፍል 11
🌺ክፍል 17
🌺ክፍል 24
🌺ክፍል 31
🌺ክፍል 38
🌺ክፍል 4
🌺ክፍል 12
🌺ክፍል 18
🌺ክፍል 25
🌺ክፍል 32
🌺ክፍል 39
🌺ክፍል 5
🌺ክፍል 13
🌺ክፍል 19
🌺ክፍል 26
🌺ክፍል 33
🌺ክፍል 40
🌺ክፍል 6
🌺ክፍል 7
🌺ክፍል 20
🌺ክፍል 27
🌺ክፍል 34
🌺ክፍል 41
🌺ክፍል 8
🌺ክፍል 14
🌺ክፍል 21
🌺ክፍል 28
🌺ክፍል 35
🌺ክፍል 42
Mootummaan gabroomfataan Israa’il Xayyaaraan, lafoofi bahara irraan ummata hiyyeessa Gazzaatti duuluu jalqabe. Rabbi gabroomfataa kana haa balleessu.
إظهار الكل...
Repost from ŘÏHÜ TUBE🌹
ዉጤት እንዴት ነዉ ሲሉሽ ለምን ትሸማቀቂያለሽ ኡኽታዬ ? አልመጣም። ኸላስ ይህ እኮ ጀነት ለመግባት የሚያስፈልግሽ ዉጤት አደለም። ለዱንያ መጠቃቀሚያ እንጂ!! ዱንያ ደሞ ጊዝያዊ ናት። ልንገርሽ ካሁን ቦሀላ ለዱንያም ለአኸራም ወደ ሚጠቅምሽ ዒልም ቁርአንና ሀዲስ ፊትሽን አዙሪ📚✏️ @Rihu_islamic_post
إظهار الكل...
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Profile for All Agaro Muslim student najashi shura
إظهار الكل...
👍 6
Biyya nyaata dabalatee baasii lammiilee isii hunda uwwistuun wal baras Ardii Eeshiyaa gara kibbaa bahaatti argamti. Maqaan biyyattii Biruuneey jedhamti. Biruuneey biyya baay'ee xiqqoo taateefi badhaatuu taateedha. Galaana Chaayinaafi bulchiinsa Maleeshiyaa saaraawaak jedhamuun guutummaatti marfamtee argamti. Biyyooni guddatan iyyuu fedhii hawaasa isaanii hanga tokko guutuuf jecha baasiiwwan akka yaala fayyaafi barnootaa yoo uwwisan malee baasii soorataa dabalatee galii biyyaa irraa jireenya lammiilee isaanii guutuu hin uwwisan. Biruuneey immoo guutummaatti baasii lammiilee isii biyya uwwistuudha. Lammiilee kuma 460n ol qabdi. Isaan keessaa lammiileen Kuma 100 magaalaa guddittii biyyatti keessaa Muummicha Ministeera biyyaatti Hassanaal Bolkiyaah waliin jiraatu. Magaalaan guddoon Biruuneey Bandaar Seerri Bagawaa jedhama. Lammiilee hedduu badhaadhan kan jireenya warra kaan irra fooyya'a ta'aniifi warra akkaan baratantuu keessa jiraata. Guutumaatti sirna mootiifi Shari'aan gaggeeffamti. Qabeenyi biyyattii guddaan boba'aafi Gaazii uumamaati. Daldalli al-ergii biyyatti irrra caalaa boba’aa qamadii fi gaazii uumamaatiin kan deeggaramu yoo ta'u, galiin damee boba’aa irraa argamu walakkaa GDP biyyattiin ol uwwisa. Omishni boba’aa fi gaazii galii mootummaa biyya keessaa dhibbeentaa 90% uwwisa. Biruuneey garuu meeshaalee tajaajilaa fayyaafi soorataafi oolan irra caalaan biyya alaatii galchiti. Garuu lammiilleen isii rakkoofi beela karaa miidiyaalee qofaan bifa oduufi dookumantariitiin argu. Mootummaan sirna mootii gonfoon biyyattii bulchu kan sulxaan Hassanal Bolkiyaah soorata dabalatee baasii lammiilee maraaf raabsuu tola kenna. Lammiileen biyyatti nyaata mara keessaa Ruuzii bartee godhatanii sooratu. Mootummaan biyyatti lammiilee biyyattii maraafi Ruuzii wal qixa raabsa. Lammiilee Biruuneey ta'ee kan dhalatu namni kamuu barnoota sadarkaa jalqabaa kaasee hanga xummuraatti baasii tokko malee tolaan baratu. Mana jireenyaa ijaarrachuuf baasii tokko malee mana gosa ijaarrachuu barbaadanii karoorsuun mootummaafi dhiyeessuu malee saantima gama cabaa hin baasan. Mootummatuu ijaaraaf. Mootiin biyyatti Sulxaan Hassanaal Bolkiyaah umrii 21ffaa isaaniitti biyyatti bulchuu eegalan. Amma umriin isaanii 77 irratti argama. Waggoottan 56n darbaniif biyyatti hoggananiiru. Ofii isaaniif Xiyyaara keessi isaa haalaan bareechame balaliisu. Masaraan mootummaa isaanii kutaalee 1000 kan sookoon( Warqee)n bareechameedha. Biruuneey biyya biyyoota addunyaa keessaa sadarkaa jireenyaa olaanaa qabduufi galiin dhunfaa nama tokkoo tilmaamaan hanga doolaara Ameerikaa 30,000 ol ta'eedha. Tilmaamni kunis giddugaleessaan kan kaa'ame bara faranjootaa 2002tti ture. Amma kun dachaa lamaan dabaluu mala jedhamee yaadama. Maddi: RTB News
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.