ar
Feedback
ABBI TECH

ABBI TECH

الذهاب إلى القناة على Telegram

Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et

إظهار المزيد
4 730
المشتركون
-324 ساعات
-217 أيام
-9530 أيام
أرشيف المشاركات
Repost from Ethio Student Hub
የባንክ ክፍት ስራዎችን ያግኙ
የባንክ ክፍት ስራዎችን ያግኙ

Share Step By Step Guide to Register on Udacity - 5 million Ethiopian coders Initiative.pdf

✨✨5 MILLION CODERS✨✨ 👉Tap Tap gochuu qofa osoo hin taanee yeroo qabdanitti #skills garaagaraa barachuun dandeeettii keessanis gabbifachaa adeemaa👌 👉Maal jechuu barbaadeenii, Sadarkaa mootummaatti waggoota dhufan 3 keessatti programmeroota #miiliyoona 5 gahumsaan barsiisanii qopheessuuf karoorri ba'ee jira. 👉Haala karoora kanaatiin namni irratti hirmaatee xumure #certificate akka addunyaatti fudhatamummaa qabu argata. Kana malees carraan dabalataa jiraachuu mala. 👉Leenjiin ykn barumsi kun kan kennamu #online wayita ta'u #bilbila ykn #Laptop fi #Internet qabaannan bakka feetan teessanii hordofuu dandeessu. 👉Barnootni amma irratti kennaman kanneen akka 1. Android Kotlin Development Fundamentals 2. Data Science Fundamentals fi 3. Programming Fundamentals Yoo ta'anu irratti hirmaatanii barachuuf wanti nama kamiinu daangessu hinjiru. #field kamiinuu irratti argamtan fedhii qabannaan barachuu dandeessu. 👉Project akka biyyaatti bakki itti kennamee irratti hojjetamaa jirudha waan ta'eef carraa kanatti fayyadamaa. 👉Galmaa'uuf liinkii kanaan seenaa. Hiriyoota keessaniifis SHARE gochuun waliif dabarsaa. React 👍 🔥 https://ethiocoders.et/ Odeeffannoo teeknooloojii wayitawaaf channel keenya JOIN akkasumas SHARE godhaa @abbi_tech

【EU_Exchange】 AI-GPT company recruits HR managers You only need phone to work from home Age 25 and above Monthly salary $1,80
【EU_Exchange】 AI-GPT company recruits HR managers You only need  phone to work from home Age 25 and above Monthly salary $1,800 to $5,000 Main tasks: 1. Help the company recruit personnel 2. Promote the company's AI smart products 3. If successfully admitted, you may receive  $30+$20 reward 4. Online customer service: https://tawk.to/chat/6697f15532dca6db2cb1513c/1i30oddn1

Kaampaaniin sooftiweerii al takkaan adunyaa harka hiitee keesse Kiraawoodstiraayik maali?
Kaampaaniin sooftiweerii al takkaan adunyaa harka hiitee keesse Kiraawoodstiraayik maali?

Kaampaaniin sooftiweerii 'Crowdstrike' jedhamu haaromsa sooftiweerii tokkottii taasifnaan rakkoo IT guutuu adunyaa mudate. Baankota, daandilee qilleensaa dunyaa hedduu, kaffaltii bittaa gurgurtaa fi miidiyaaleen garatti socho'an dhabanii ganama tokkotti tajaajila dhaabuuf dirqaman. Kun bu'uuraaleen dijitaalaa keessa jirru hammam akka wal xaxaa tahan adunyaatti agarsiise. Kaampaaniin kun Ameerikaa, Teksaas magaala Oostiin keessatti argama. Akka kaampaanota gurguddoo kaanii umurii dheeraa hin qabu. Waggaa 13 dura hundaa'uun hojjetoota 8,500 tahan qacareera. Tajaajila nageenya saayiberii kenna. Haleellaan saayiberii yoo dhaabbata tokkorra dhaqabe kaampaaniin kun akka furuuf itti waamama. Haleellaa fi hanna saayiberii jajjabaa qorachuun beekama. Bara 2014 yeroo kompiiterri kaampaaniin Soonii Piikcharsi [Sony Pictures] hanni saayibarii irratti gaggeeffamu dhaabbata qorannoo gaggeessedha. Amma garuu haaromsa sooftiweerii tokkittii gaggeessuun kan kana dura furmaata rakkoo IT ture ofuma isaa rakkoo IT guddaa adunyaa irratti fide. Kisaaraa guddaan adunyaa mudate. Kaampaaniin kun gabaasa kana dura baaseen maamiloota 24,000 qaba. Maamiloonni kunneen nama dhuunfaa osoo hin taane dhaabbilee gurguddaa adunyaa irratti beekamaniidha. Lakkoofsa kompiiteroota hojjettoonni dhaabbilee kanneenii fayyadaman yoo herregne ammoo hedduu taha. Rakkina IT kana maaltu fide? Rakkoon IT guddaan kun kan mudate ''haaromsa qabiyyee'' kompiiteroota Maayikiroosooftiif godhame irratti ''waan harkaa bahe'' tokkoon akka tahe kaampaanichi ibseera. Hogganaan kaampaanii Kiraawodstiraayik Joorji Kuurtzi, ''rakkinichi adda baafameera, rakkoo kana furuufis hojjetamaa jira,'' jedhe. Hogganichi rakkoo mudate kun oppireeshinii maashinoota kaanii kan miidhu miti, sababni isaas rakkoo nageenya saayiberii ykn haleellaa saayiberii waan hin taaneef jedhe. Kaampaaniin kun sooftiweerii farra vaayirasii oomishuun beekama. Erga rakkoon kun isa mudatee garuu gurgurtaa oonlaayinii kaampaanichaa %21 gadi bu'e.

2024Haaromsi IT tokkittiin akkamiin tajaajila IT adunyaa jeeqxe?- Gabaabinaan Haaromsi farra vaayirasii tokkottii kaampaaniin
+2
2024Haaromsi IT tokkittiin akkamiin tajaajila IT adunyaa jeeqxe?- Gabaabinaan Haaromsi farra vaayirasii tokkottii kaampaaniin Ameerikaa tokko taasise tajaajila IT adunyaa erga jeeqee sa'aatii hedduu darbeera. Waa'ee kaampaanii farra vaayirasii 'Crowdstrike' dhageessanii hin beektan taha. garuu haaromsa kaampaanichi sooftiweerii vaayirasii adda baasu 'Falcon' jedhamu irratti taasise kompiteroota sooftiweerii Maayikiroosoofti fayyadaman adunyaarra jiran irratti dhiibbaa guddaa fide. Iskiriinii cuquliisni kompitera keenya irratti beeknu adunyaarraa du'e jedhamuun gabaafame. Kaampaaniin Maayikiroosoofti rakkinicha kan uume qaama sadaffaa tahuu ibse.Kana jechuun balleessaa kaampaanichaan miti jechuudha. Kaampaanotni akka Apple fi Linux rakkoo IT adunyaa mudate kanaan hin miidhamne. Gammachuu keessa jiru. Rakkoon IT kun adunyaan hagam kaampaanota isaanirraa fagoo jiran irratti hirkattee jirtu agarsiisa. Rakkoo xiqqoon isaan mudate jennaan harka maratanii taa'uu malee humna ittiin ofii sirreessan hin qaban.

photo content
+1

ORO crypto currency: Telegram akkuma Tik Tok investaroota hedduu taasisuuf waan jiruuf kun waan Telegram jaallatama taasisuu danda'u keessaa isa tokko 🤩 ⭐️ Urjiilee Telegram Akkuma beektan TikTok namoota hedduu Kennaa Saantima TikTok jedhamu kanaan jireenya isaanii akka jijjiiran gargaareera. Miila TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa Telegram Stars jedhamu kan uumamtoonni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Akkasumas Airdrop kan ta'e Verify yoo ta'u erga dhufee guyyaa 5 hin guunne namni akka gaariitti hojjete badhaasa TON akka qabu beeksisan. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15 ⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, listiin jedhamu hin jiru, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqabaa carraa bareedaa dha 💥👇🏻 https://t.me/major/start?startapp=1170583016

photo content

Gatii STAR 🌟 tilmaamaa amma gabaarra jiruun. 1) 1000 🌟 = TON 2(14$) dha. 2) 10K 🌟 = TON 20(140$) 3) 50K 🌟 = TON 102(174$) 4)100K 🌟 = TON 204(1420$) .... Hub: 1TON=7.3$ dha. Firaafi hiriyyoota keessan affeeraa 🌟 walitti qabadhaa....join here👇

Gatiin STAR ifoomeera. Join it here👇 https://t.me/major/start?startapp=1170583016
+1
Gatiin STAR ifoomeera. Join it here👇 https://t.me/major/start?startapp=1170583016

Gaffii namoota hedduu kan ta'e Urjiilee Telegiraamaa(Telegram Stars) maaliidha? Urjiilee Telegiraamaa(Telegram Stars): Kaffaltii Meeshaalee ykn Mi'oota Dijitaalaa fi kanneen birootiif: Telegiraamiin yeroo dhiyoo as tajaajiloota dijitaalaa hojitti galche keessaa muraasni:- Kafaltii Interneetaa(Revenue sharing for creators), Eenyummeessa Daldalaa(Business Account), App store, Taphoota(Airdrops) Kiriptoo, Addatti ammoo tooftaa addaa tajaajila kafaltii oomishaalee fi tajaajiloota adda addaatiif kafaluuf oolu Urjiilee Telegiraamaa(Telegram Stars) yeroo gabaabaa keessatti kanneen ijoo dhaabbatichi hojiitti galche muraasaadha. Guutummaa isaanii ibsa waliin qabadheen dhufa. Urjiilee Telegiraamaa(Telegram Stars) kunis gabaabinaan yoo ilaallu: »🌟Dhaan Kafaltiiwwan bittaaf gurgurtaaf adda addaa Telegram irratti raawwachuu »🌟 Kallattiidhaan gara Wallet Telegiraamaa dabarsinee mallaqatti jijjiirachuu »🌟Eenyummeessaa keenya olguddisuu(premium), Kan Daldalaa(Business account) fikkf kafaltii raawwachuu »🌟Beeksisaaf fkn Appileen xixiqqoo/oomishaalee beeksifachuufi kan asiin dura Google ykn Apple irratti Komishiinii 30% kafalaa turre bilisaan kafaltii raawwachuu fi kkf fa'a muraasa Namootni Urjiilee Telegiraamaa(Telegram Stars) fayyadamuu fi hirmaachuu barbaaddan geessituu(link) kanaan nutti makamuu dandeessu .. . 👇 join me here

Notcoin bifa haaraan gara dirree taphaatti deebi'eera. Notcoin tapha Telegiraamiin jalqaba as baaseedha. Hirmaadhaa....👇 https://t.me/notcoin_bot?start=er_28951417

👉Ethio telecom guyyaa boruu jechuunis Adoolessa 5 irraa eegalee haga Adooleessa 7 guyyaa sadiif kan turu kennaa package bilisaa ✅1GB ✅25 daqiiqaa fi ✅50 SMS maamiltoota isaaf qopheessee jira. Akkuma barame sanatti fayyadamuu dandeessu😊 👉Dabalataanis raawwii bara kanaa sababeeffachuun kennaa garaagaraa karaa application #Telebirr_Super_App bor irraa eegallee ni kennina jechaa jiru. Irratti hirmaachuu dandeessu. Odeeffannoo teeknooloojii wayitawaaf JOIN SHARE godhaa @Abbi_tech

photo content

#Telegram_stars ⭐️ 👉Akkuma beektan #TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamuun jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. 👉TikToki hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. 👉Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu #Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. 👉Yeroo nama 1 affeertan urjii 15 argattu. Kana akka airdrop tti hin ilaalinaa, nama affeeruu qofaan Star walitti qabachuun gara TON jijjiirattanii baafattu. Eegaluuf 👇👇👇👇👇👇

photo content

photo content
+1

photo content