cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Dhugaan Abbaa dhugaaf

Yaa waaqayyoo karaa kee nu barsiisi ✍️✍️✅✅🙏🙏 ⬆️

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
283
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
+530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Repost from GODOLIYAAS
Kana Beektuu❓ ✝️Gosoota Mallattoo Fannoo✝️ "Iddaa jalaa gara isaatti akka baqataniif, ati warra si sodaataniif #faajjii isaaniif kennite." ( Faar. 60: 4) ►Manni Kiristaanaa Ortodooksii Tawaahidoo bu'uura bu'uureffama ishee fi utubaa ishee kan ta'e jaalala Kiristoos afaan qofaan kan lallabdu osoo hin taane ofii ishees itti qabamtee kan jiraattudha. Kana waan ta'eef tajaajila kennitu kamirratti iyyuu dursitee mallattoo fannoodhaan eebbisuun ijoolleen ishee miila yaada isaaniin gara Qaraaniyoo akka deeman taasisti! Diinnii fi darboon diinaa immoo akka fashalaa'u gooti! Qulqulluun Daawwitis ija raajiidhaan, "faajjii isaaniif kennite" kan jedhe isa kanadha. Manni Kiristaanaa jaalalaa fi hidhata cimaa faajjii bilisummaa kana wajjin qabdu irraan kan ka'e ogummaa ajaa'ibsiisaa ta'een wantoota baay'ee miidhagoo fi qaalawaa ta'an irraa fannoo ni hojjetti! Keessumaa fannoowwan mana kiristaaanaa ortodoksii tawaahidoo Itoophiyaatiin hojjetaman immoo sadarkaa addunyaatti illee hamma dinqisiifaman fi daawwatamanitti gahaniiru. Wanti baay'ee nama ajaa'ibu immoo gosoonni fannoo hundi fakkeenya fi hiika afuurawaa mataa mataa isaaniin hojjetamuu isaaniiti! Osoo diinni mallattoo kana isheerratti jibbuu isheen garuu fayyadamuu bira dabartee hamma gosawwan garaagaraan hiika afuurawaa mataa isaanii qabanii hojjechuutti geesseetti! Mee isin hoo gosoota fannoo kana hammam beektu? ►Fannoon gosa meeshaa irraa hojjetamee fi boca ittiin hojjetame irratti hundaa'ee qoqqoodamuu danda'a! A. Boca ittiin hojjetamu irratti hundaa'ee; 1. Fannoo Ergamaa 2. Fannoo Leenginoos 3. Fannoo Qooqa Sarootaa 4. Fannoo Qaraaniyoo 5. Fannoo Mallattoo Madaa'uu 6.Fannoo Waltajjii Addunyaa 7. Fannoo Walqabataa (walitti qabate) 8. Fannoo Muka Saabeq 9. Fannoo Fakkii Bofaa B. Waan irraa hojjetamu irratti hundaa'ee; 1. Fannoo Mukaa 2. Fannoo Kopperii 3. Fannoo Warqee 4. Fannoo Meetii (Birrii) 5. Fannoo Sibiilaa #GODOLIYAAS iif miseensa ta'uuf👇 ╭══•|❀:✧๑♡๑✧❀|: ══╮             @Kalabhiyahu             @Kalabhiyahu ╰══•ೋ•✧๑♡๑✧•  ══ #Hub: Gosoota fannoo olitti eeraman bocaa fi bifa isaanii; akkasuma fakkeenya isaanii link gadii 👇"INSTANT VIEW" jedhuun seenuun suurawwan irraa ilaaluu dandeessu! https://telegra.ph/Gosoota-Mallattoo-Fannoo-04-01
إظهار الكل...
Gosoota Mallattoo Fannoo

A. Boca ittiin hojjetamu irratti hundaa'ee👇

👍 1
JAALALAAN Jaalalaan situ na waamee Iyyesuus sittan amanee Mararteen jaalala keetii Haa haa laphee koorratti Jireenyaaf tolaa mijaawaa Sagaleen kee ni mi'aawaa Dhandhamee si wajjiin bahee Ormatti hin baru deebi'ee An deemnaan na wajjiin deemtee An joorraan na wajjiin joortee Madaa keetu jiraam dura koo Kan hin dagannee garaan koo Lubbuu koof taate soorataa Sittan amane kaa gooftaa Naaf taateem karaan ol seenuu Sichis kan biraa hin amanuu Andeemnaan.... Jechi afaan kee abbaa koo Na booji'eeram gooftaa koo Mudaa hin qabuum daandiin kee Na marare kaa maqaan kee An deemnaan... Gaarummaan ati naaf qabdu Yoomillee na keessaa hin badu Hin quufum si mararfadhee Dawoo koo sittan boqodhee An deemnaan...             ==•|•== 👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝+ @Faarfataa #Share
إظهار الكل...
Jaalalaan situ na waame.mp38.40 MB
👍 1
إظهار الكل...

إظهار الكل...

" Kan Samiirraa bu'e,Yihuudonni Fannisani." Q. Yaareed/Digguwaa Maqaa Abbaa,Kan Ilmaa,Kan Afuura Qulqulluu Waaqa tokko amiin. Baga Torbee Jalqabaa Sooma Guddaa geessan! Akkuma beekamu manni kiristiyaanaa Ortodoksii Tawaahidoo qulqulleettii,tokkittii,hunda galeettii fi duuka buutuun dhiiga waaqaatiin hundeeffamte(HDB 20:28) yeroo hundumaa Kiristoos mataa ishee irraa barachuun(Mat.11:29) #sooma_Kiristoos ni soomti. Kun mallattoo ibsituu eenyummaa ishee hundumarraa adda taasisuudha. Hordoftoonni barnoota isheetti amananis kara ishee kanaaf eenyuma caalaa kan carroomaniidha. #Sooma_Guddaa: jedhama. Sababni isaa "Waaqayyoon addunyaa hundumarratti mootii guddaadha" Far.47:2 jedhamee kan dubbatameef Guddaa kan ta'e waaqayyo waan soomeefi. Dabalaataaniis soomiiwwan jiran hundaaf hangafa waan ta'eef. Kana malees Hangafa jalqaba Fayyinaati. #Sooma_Hudaadee: kan jedhameef Hudaadeen lafa qonnaa bal'aa fi guddaa namoota baay'een qotamu,facaafamu,aramamuu fi haamamuudha. Soomiin kunis soomii isa guddaa manni Kiristiyaanaa laabsiidhaan namoonni hundi akka sooman taasistuudha waan ta'eefi. Dabalataanis sababa fayyina lubbuu addunyaa hundumaaf kan lagatamuudha. #Sooma_Iyyasuus: kan jedhameef abbumti soomichaa,gooftaan lagannaa Iyyasuus Kiristoos ofii isaaf sooma soome waan ta'efiidha. #Sooma_Afurtamaa: Gooftaan keenya guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama kan itti soome waan ta'eefiidha. Mat.4:4... #Sooma_Cehuumsaa: Eenyummaan jireenya kiristaanummaa kan itti tarkaanfatee ce'e waan ta'eefi. Dabalaataaniis soomichaan fayyinni goonkaa waan argamuufiidha. #Sooma_moo'insaa; Salphinni Addaam foon uffatee nama ta'uu waaqaatiin,hokkorri daabiloos sagalee torban fannoorraatiin,aangoon du'aa immoo du'aa ka'uu Iyyasuus Kiristoosiin kan itti moo'amu waan ta'eefiidha. #Sooma_eebba_kuwaalotaa: Gooftaan keenya Soomicha kuwaala seenuun waan soomeefidha. Dabalataaniis eeyyamni kuwaala jiraachuu sooma ittiin kennameedha. M/K/O/T/I barsiisa qulqullicha Yaareed
إظهار الكل...
⛪️Sooma gaarii Nuuf yaa ta’u🤲💐 💐Phaaphaasinis yaa lallabuu, barsiisaan addaa ta'es yaa lallabuu. Kitaabni aja'ibaa ta’es yaa katabamuu xumurii lallabbii kanuma .💐⛪️💐 💐Yeroo bay'ee Dhoksaan kan raawwatamu Jiraatus, yeroo tokko tokko namoonni daandii kana akka hordofan agarsiisuun gaarii waan ta'eef maxxansee jira .💐 💐“Isheen hiyyeessaaf in arjoomti, dhabaadhaafis garaa in laafti;” Fak. 31:20💐 💐“Namni hiyyeessaaf garaa laafu akka waan Waaqayyoof liqeessuu ti; Waaqayyos gatii isaa isaaf in deebisa;” Fak. 19:17💐 💐“Nama hiyyeessaaf kennuutti homtuu hin hir'atu, namni achi ilaale hiyyeessa bira darbu garuu, guddaa in abaarama.” Fak. 28:27💐 💐“Namni qajeelaan hiyyeessaaf in dhimma, namni jal'aan garuu, wanta akkasii kanaaf dhimma hin qabu.” Fak. 29:7💐 💐Ani beela'een ture, isin nyaata anaaf hin kennine; dheebodheen ture, isin dheebuu ana hin baafne.Orman ture, isin akka nama keessaniitti ana hin simne; qullaa koo ta'een ture, isinis daara ana hin baafne; dhukkubsadheen ture, hidhameen tures, isinis ana hin dubbifne' in jedha."Isaanis deebisanii, 'Gooftaa! 'Yoom beela'uu kee, dheebochuu kee, orma ta'uu kee, qullaa ta'uu kee, dhukkubsachuu kee yookiis hidhamuu kee arginee, siif hojjechuu dhiifne?' jedhanii in gaafatu.Yommus mootichi deebisee, 'Ani dhuguman isinitti hima, warra hundumaa irra gad deebi'an kana keessaa isa tokkoof kan hin godhin anaafis hin goone' isaaniin jedhe. 💐Isin yaa obboloota koo warri Goocha akkanatti cimaa jirtanii ammas jabaadha💐. Daniel Chala
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
https://t.me/fedesa2415. our next class is?
إظهار الكل...
إظهار الكل...
conditional sentence.pdf2.50 MB
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.