GODOLIYAAS
"Addunyaan hunduu ni darba; fedhiin fooniis ni bada; seera Waaqayyoo kan raawwatu garuu bara baraaf ni jiraata!" Yaadaa fi gaaffiif @lamtesh irratti nuuf ergaa! *Godoliyaas-Waaqayyo Guddaadha* FB► *Godoliyaas*
إظهار المزيد- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
جاري تحميل البيانات...
Barumsa kutaa kanaa ilaaluu keessan dura kutaalee 1ffaa fi 2ffaa darban yoo daawwattan hubannoo guutuu ta'e argattu. Kutaa kanaan:- Maal jennee akka kadhannuu fi yeroowwan kadhannaatu baratama Yaadaa fi gaaffii sagnataalee keenya irratti qabdaniif lakkoofsota bilbilaa +251982084408 / +251982085508 irratti nuuf bilbiluu dandeessu. Tajaajilicha bal'inaan argachuuf ykn immoo Kiristaanota biraan gahuuf karaa liinkiiwwan armaan gadii kanaan seenuun Miidiyaa hundeeffamarra jiru kana #Subscribe, Join, follow godhaa!👇 ➭YouTube ►
https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg➭Telegram Channel ►
https://t.me/Soteriamedia➭Facebook Page ►
https://www.facebook.com/soteriamedia21#EOTC #church #Lallaba #Ortodoksii #Orthodox #faaruuortodoksii #faaruu #mezmur #sibket #ethiopianorthodoxtewahedochurch #spritual #coomingsoon #Tajaajila #salvation #tewahido #ameen #Afaan Oromoo #Ameen.
Yeroo Kiristaanotaa Sootiriyaan sagantaa haaraa fi bal'aa ta'e ummata kiristaanaaf qabattee dhuftee jirti. Sagantaa #Yeroo #Kiristaanotaa jedhama Yeroo dhimmi kiristaanotaa itti baratamu Yeroo kiristaanotni walirraa baratan Yeroo kiristaanotni wal mari'atan Yeroo sirna kiristaanotaa addunyaaf ibsinee barsiifnu Yeroo kiristaanotni itti wal gorsan Yeroo tajaajiltootni, maatiin, lubootni fi monoksoonni gamtaan waliin dabarsan Sootiriyaan qabattee dhuftee jirti Yeroo dhimmi diinagdee kiristaanotaa itti xinxaalamu Yeroo gaa'elli kiristaanotaa itti kunuunfamu Yeroo jiruu luboota baadiyyaa itti hubannu Yeroo jaarsummaa fi safuun hawaasa keenyaa ija amantaan itti hubatamuudha Tajaajila Miidiyichaa jajjabeessuf #subscribe ,#share fi like gochuun hawaasa kiristaanaa bal'aa biraan gahaa Yaadaa fi gaaffii sagnataalee keenya irratti qabdaniif lakkoofsota bilbilaa +251982084408 / +251982085508 irratti nuuf bilbiluu dandeessu. Tajaajilicha bal'inaan argachuuf ykn immoo Kiristaanota biraan gahuuf karaa linkiiwwan armaan gadiitin #Subscribe, Join, follow godhaa!👇 ➭YouTube ►
https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg➭Telegram Channel ►
https://t.me/Soteriamedia➭Facebook Page ►
https://www.facebook.com/soteriamedia21#EOTC #church #Lallaba #Ortodoksii #Orthodox #faaruuortodoksii #faaruu #mezmur #sibket #ethiopianorthodoxtewahedochurch #spritual #coomingsoon #Tajaajila #salvation #tewahedo #amen
Faaruu Afaan Oromoo Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaa faarfattoota Miidiyaa Sootiriyaatin qophaa'e. Ulfinni kee kennaan kee jabaa... Tajaajilicha bal'inaan argachuuf yookin immoo Kiristaanota biraan gahuuf karaa linkiiwwan armaan gadiin seenuu dandeessu Subscribe, Join, follow godhaa!👇 ➭YouTube ►
https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg➭Telegram Channel ►
https://t.me/Soteriamedia➭Facebook Page ►
https://www.facebook.com/soteriamedia21#EOTC #church #Lallaba #Ortodoksii #Orthodox #faaruuortodoksii #faaruu #mezmur #sibket #ethiopianorthodoxtewahedochurch #spritual #coomingsoon #Tajaajila #salvation #tewahedo #amen