cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

ABDII SABAA

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
993
المشتركون
+424 ساعات
+27 أيام
+2830 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Repost from ABDII SABAA
Photo unavailableShow in Telegram
Sirni awwaalchaa Raa’isii bor gaggeeffamuu jalqaba. Miidiyaan mootummaa Iraan akka gabaasetti sirni awwaalchaa pirezidaantii Iraanii fi jila isa waliin balaa helikoopteraan du’anii Kibxata boruu gara Tehraanitti gaggeeffamuu jalqaba. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
إظهار الكل...
4
Repost from ABDII SABAA
Waggaa afur walitti aansuun Maanchistar Siitiin Piriimiyerliigii Ingiliiz bara 2023/24 injifachuun isaa mirkanaa'eera Man. Siitiin Garee yeroo jalqabaaf waancaa Piriimiyerliigii afur walitti aansuun injifate ta'eera. Deeggartoonni Maanchistar Siitii hundi baga gammaddan 🏆 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
إظهار الكل...
Repost from ABDII SABAA
Luba Balaay Makonniin Dabalatee Namoonni Dhuunfaan 5 Yakka Waliindhahuu Cimaan Himanni Irratti Baname Luba Balaay Makonniin dabalatee namoonni dhuunfaan 5 yakka malaammaltummaa waliindhahuu cimaan Dhaddacha Idileetiin himanni irratti banameera. Namoonni kunneen Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddacha dhimmoota yakka malaammatummaa ramaddii 3ffaa Lidataatti himatamuu eerameera. Namoonni dhuunfaan kunneen1ffaa Luba Balaay Makonniin, 2ffaan Hojii Invastimantii Qonnaarratti bobba’ee kan argamu Iyyaasuu Indaale Waldamasqal, 3ffaan, Hojii Komishiniirratti kan hojjetu Barakat Mulaat Jaafaar, 4ffaa Alemganaa Saamu’eel Diinsaa fi 5ffaan Hojii gaggeessaa Dhaabbata Daldalaa Dhuunfaa Nimoonaa Itti gaafatamummaan isaa Murtaa’e Abarraa Margaa Tasfaayee ta’uu ibsameera. Himatamtoota 4ffaa fi 5ffaan to’annaa jala kan hin oolle yoo ta’uu, kan hafan Dhaddachaaf dhiyaataniiru. Himatamaan 2ffaan Meeshaalee ijaarsaa Gamtaa Afrikaaf kan dhiyeessu fakkeessuun baatii Ebla bara 2016 Doolaarri miiliyoonni 1 Lakkoofsa Herreega Baankii Gamtaa Afrikaarraa gara Lakkoofsa Herreega Baankii Dhuunfaa isaatti akka jijjiiramu sanada sobaa kaffaltii maqaa isaan qopheessuu isaan himatameera. Himatamaan 3ffaan Barakat Mulaat Jaafaar Gamtaa Afrikaaf Boolla Bishaanii gadi fagoo qotuuf kan waliigale ta’uu isaan Lakkoofsa Herreega Baankii gamtichaarraa Doolaarri miiliyoonni 2fi kumni 525 ol gara lakkoofsa Herreega Baankii Dhuunfaa isaatti galii akka ta’u sanada sobaa maqaa isaaniin qopheessuu isaan himatameera. Himatamaan 4ffaan Alemganaa Saamu’eel Diinsaan Gamtaa Afrikaaf Boolla Bishaanii gadi fagoo qotuun hojjechuu isaaniin Doolaarri miiliyoonni 1 fi kumni 315 lakkoofsa Herreega gamtichaarraa gara lakkoofsa Herreega Dhuunfaa isaatti galii akka ta’u ajajuu kan mul’isa sanada kaffaltii sobaa maqaa isaan qopheessuu isaan, Himatamaa 5ffaan Meeshaalee ijaarsaa garaagaraa dhaabbata hogganuun Gamtaa Afrikaaf akka dhiyeessee fi gamtaan Afrikaa kaffaltii Doolaara miiliyoona1 fi 210 gara lakkoofsa Herreega Dhaabbatichaatti akka jijjiiruuf sanada sobaa maqaa isaan qopheesseuun himatameera. Maallaqa kanneen baasii taasiisuuf Sanadoota kanneen yeroo fi iddoo hin beekamnetti himatamaa 1ffaaf kennuu isaaniin himatamaniiru. Himatamtoonni tarree 1ffaa hanga 3ffaa jalatti argaman dhaddachaaf dhiyaachuun eenyummaa fi teessoon isaanii erga galmaa’ee booda ibsi himannaa isaan qaqqabuu eerameera. Himatamtoonni 4ffaa fi 5ffaan Poolisii dhimmi ilaallatuun barbaadamanii akka dhiyaatan yeroo itti aanu beelamni kan kennamu ta’uu ibsameera. Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
إظهار الكل...
Support

Baga nagaan dhuftan. Kallattiin kara dhimma keessaniitti seenaa!

👍 1
Repost from ABDII SABAA
Photo unavailableShow in Telegram
Koomeediyaan Lij Yaared hiikameera! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
إظهار الكل...
👍 1
Repost from ABDII SABAA
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu Ammee Injifattoonni DV 2025 ifoomaniiru Injifattoonni DV 2025 hanga Fulbaana dhufutti lakkoofsa dhoksaa isaanii qabachuun dirqama ta'a jedhameera. Iyyattoonni DV 2025 marsariitii https://dvprogram.state.gov/ESC/ seenuun carraa isaanii mirkaneessuu akka danda’an fi iyyattoonni lakkoofsa dhoksaa isaanii jalaa bade https://dvprogram.state.gov/ESC seenuun deebi’anii argachuu akka danda’an himameera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
إظهار الكل...
👏 2
Repost from ABDII SABAA
Yuunivarsitii Maqaleetti barattoonni osoo digirii keenya hin fudhatin waggaa saddeet nutti guuteera, bara kana eebbifamnee mooraadhaa ba'uu qabna jechuun guyyaa har'aa hiriira nagaa ba'an. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaF
إظهار الكل...
Repost from ABDII SABAA
Naannoo Ummattoota Kibba Lixaa Itiyoophaa Godina Kafaa Aanaa Giimbootti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe. Konkolaachisaa Baajajichaa dabalatee lubbuun namoota 5 darbuu himuu isaanii ragaan Komishinii Poolisii naannicharraa argame ni mul’isa. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaF
إظهار الكل...
Repost from ABDII SABAA
Photo unavailableShow in Telegram
Baankin Daldalaa Itiyoophiyaa namoota maallaqa kan isaanii hintaane Kuma 80 hanga kuma 95 fudhatanii hindeebisne marsaa 3ffaan Suuraa isaanii ifomse. https://combanketh.et/customer-round-three SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
إظهار الكل...
Repost from ABDII SABAA
Photo unavailableShow in Telegram
Maallaqa deebisuuf guyyoonni dhumaa sadii dabalaman. Baankiin Daldalaa Itoophiyaa haalota qabatamoo adda addaa tilmaama keessa galchuun Bitootessa 23, 2016 irraa eegalee, guyyoota dabalataa sadii kenne. Qarshiin deebi'e harka 86 qaqqabuufi baay'inni namoota qarshii fudhatan hindeebisnees gara 222tti gadibu'uufi hangi maallaqaa namoota kanneenirraa eegamuu qarshii miliyoona 4,034,979.75 (qarshii miliyoona afur, kuma soddomii afur, dhibba sagaliifi torbaatamii sagaliifi saantima torbaatamii shan) ta'uu ibseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
إظهار الكل...
4
Repost from ABDII SABAA
#Oduu_Gaddaa Gaafa guyyaa 20/7/2016 Godina Gujii Aanaa Gooroo Doolaa Ganda Raarrootti dargaggoonni lama kan maqaan isaanii Haroo Duubaatii fi Diidoo Odaa jedhamu, humna waraana mootummaan ajjaafaman jedha gabaasaan keenya Aanicha irraa nuuf gabaase. Godina Gujii keessatti haalli akkasii irra deddeebiin kan mul'ataa jiru ta'uu maddeen keenya nuuf gabaasuun qaamni dhimma ilaallatu hawaasa kanaaf furmaata atattamaa akka kennan gaafataniiru. Odeeffannoo kana ka'uumsa isaa sirnaan qulqulleessuuf yaaliin nuti qaama nageenyaa Aanichaa qunnamuuf goone nuuf hin milkoofne. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
إظهار الكل...