cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

QORAASUMA SAMMUU

Maal barbaaddu? 👉Walaloowwaan✍️ 👉Asoosamoota✍️ 👉Afoolaan oromoo🌪️ 👉Oduu durii 🔉 👉Makmaaksa 🔊 👉Hiibboo 🔈 👉 Gaaffii sammuu nama qaraan❓ 👉Waan nama bohaarsan💃 👉Seenaa namoota jajjaboo 📖 Kanaaf kan biroos ni argattan #Join 👇👇👇 Godhaa 🙏

إظهار المزيد
فنلندا1 609لم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
730
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-57 أيام
-3130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

#BAACOO #KANAA_ITTII_NAAF_BOOHARAA Gurbaa tokkotu intala takka jaalatee jaalala isheef qabu osoo itti hin himin kophaasaa dhiphataa ture. Gaaf tokko halkan sa'aatii 4:00 yoo tahu jaalala isheef qabu baafatee ibsuudhaaf murteesse. Garuu ergaa barreeffamaan akkas jedhee barreesseef. "Lubbuukoo baay'ee sijaaladha, sidhabee jiraachuu hin danda'u najaalattus najibbitus ammuma dafii naaf deebisi." jedhee akkuma ergeen bilbilasaa kaaye. Akkuma inni kaayeen bilbilli isaa sagalee miiseejii ykn ergaa barreeffamaa dhageessise. Gurbichi miira sodaa hamaadhaan guutamee dubbisuu moo dhiisuu gaafii jedhuun erga baay'ee tureen booda osoo banee hin ilaalin bulee ganama ilaaluudhaaf murteesse. Halkan guutuu osoo buusee baasu bule. Barii yeroodhaan ka'ee, uffatasaa uffatee, qaamasaa dhiqatee,dabbasaa filatee,cireesaa erga nyaateen booda ofjajjabeessee banee iaalaaluudhaaf murteesse. Bilbilicha olfuudhee yeroo dubbisu "Your balance is insufficient, please, recharge and try again!" kan jedhu ture. Dhiironni keenya waan akkanarraa of eega. Sodaa balleessaati obbaafadhaa!
إظهار الكل...
Seenaa gootota oromoo dubbiisuu yoo feetan isaan kan gadi keessaa tokkoo tuqii
إظهار الكل...
https://t.me/SEENAA_GOOTOTA_OROMOO
Dhadhii
Jimmaa sanbatuu
Taadassa Birru
Mammoo Maazamir
Haadha isaa Bosona keessatti Gate Seena Gaddisiisaa…. haadha kan jallattan qofti dubbisaa Jaalalleewwan lamaan baay'ee waljaallatan waliin jiraatu. Baayyee kan waljaallatan fi Wal mararsiifatan turan. Mana tokkoo keessaa Gurbaa, intala fi haadha gurbaa, 3 tahanii jiraatu. amalli nama dulloome xiqqoo ulfaata waan taeef,Haadhi gurbaas baayyee waan umriin ishee sossokeef (dulloomteef)Haadha manaa gurbaa wajjin walii galuu dadhabde. haadhi mana gurbaa;haadha gurbaa kanatti waan aarteef akka Akka manaa ariitu (mana isaanii keessa baatu) murteessite. Gurbaadhaanis akkas jetteen “har’a kaasee jaartiin kun ykn haati kee kun mana kanaa hinbaatuu taanan, anatu mana isiniif dhiis deema ani akkan hindeemne yoo feete jaartii kana baasii”jettee gurbaatti himte. gurbaanis jaalalle isaa kana onnee isaa guutuu waan jaallatuuf,ishee dhabuus waan hinbarbaanneef Jaartii Haadha isaa manaa baasuu murtesse Innis akkuma haati warra isaa gorsite sanatti Haadha isaa Bosona keessatti gatuuf murteesse.Bosona baayyee sodaachiisa Fi bineensota gurgudda of qabu kessa haadha isaa kana baatee deemuu jalqabee. yeroo inni Bosona guddaa kana keessa baate adeemu Haati kun dugda isaa irra teessee baala kukkutee lafa bubuusa deemti turte.Deemsa dheera hanga kana Bosona kana kessa deemanis Isheen baala kukkutte lafa bubuusaa deemti. innis bakka yaadame sana geessee bowwatti Haadha isaa darbatee,…gaafanni deemuuf of irra garagaluu Armeen gurbaas sagalee laphee namaa butuun”Dhalakoo”jechuun bowwaa keessa ciiste mucaa ishee waamte. innis “maalidhaa? waan dubbattu qabdaa”jedhe. “Eeyye”jetten. jaartiin kunis akkas jette mucaa ishee gatee deebi’uuf jedhu kanaan… “Ilaamee dhalakoo Bosona guddaa kana keessa gaafa deema dhufnee karaa hedduu qaqaxxamurree waan dhufneef, karaan si harkaa baduu dandaha.karaan si harkaa bannan bineensota si nyaate,Ani immoo bineensi si nyaachusaa hinbarbaadu.ati dhalakoo waan tateef.Cinninsifadheen si dehe. kanaaf Gaafa karaa irra deema dhufnee baala cicciree karaa irra bubuusa waanan dhufeef karaa baalli irraa bubu’ee jiru kana qabadhu manatti gali”jetteen .Laphee nama nyaata dhugaa. firootakoo jaalala guddaa kana ilaalame. kıristoos immoo kana caala nu jallate.fannoo irratti nu du’e Nuti garuu meeqan keenyaatu kıristoos kana of kessaa baase gataa jira laata? laphee keenya keessa kıristoos baasa jirramoo?miti. of gaafadha dhaamsakooti. Ati nama jaalala Haadha qabu yoo taatee maaloo share godhi waliin naaf gahi Maddi: Kanan dubbise irraati.
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
𝑾𝒂𝒂𝒚𝒆 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒎𝒂𝒂𝒍𝒊 𝒅𝒖𝒃𝒃𝒊𝒔𝒖𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒅𝒆? 𝑯𝒖𝒏𝒅𝒖𝒖 𝒊𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝒅𝒉𝒊𝒚𝒂𝒂𝒕𝒆𝒓𝒂 𝒇𝒊𝒍𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐𝒏 𝒌𝒆𝒆𝒕𝒊
إظهار الكل...
𝑮𝒐𝒓𝒔𝒂 𝑱𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒂𝒂
𝑺𝒆𝒆𝒏𝒂𝒂 𝑱𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒂𝒂
☑️ Done
𝑿𝒂𝒍𝒂𝒚𝒂𝒂 𝑱𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒂𝒂
𝑮𝒂𝒂𝒇𝒊 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒂𝒂
𝑾𝒐𝒍𝒂𝒍𝒐𝒐 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒍𝒆𝒆𝒘𝒘𝒂𝒏𝒊
𝑺𝒊𝒓𝒃𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒍𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂𝒇𝒐
𝑱𝒆𝒄𝒉𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒇𝒐𝒕𝒐𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏
𝑮𝒂𝒇𝒊𝒍𝒆𝒆 𝒃𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐 𝒕𝒂'𝒂𝒏
App, Baacoo Afaan Oromoo, Google Play Store irraa, Hidhaa[link] kana tuquun gadi buufadhaa https://play.google.com/store/apps/details?id=oroict.baacoo.afaanoromoo&hl=en
إظهار الكل...

Repost from SOORA SAMMUU
Gadda Onnee Nama Cabsuu (Deep condolences) ... " Obbo Shiroon,Abbaa isaanii, Obboo Baaqelaa,Harmee isaanii Addee Atara irraa,bara 1952 Biyya Itoophiyaa fi Oromiyaa bakka jedhamu hundatti dhalatan. Umriin isaanis,akkuma barumsaaf ga’een,mana barumsa sadarkaa 1ffaa ’Maasii’(ooyruu )jedhamee waamamutti baratan;Barnotaa sadarkaa 2ffaa,bakka ’Oogdii’ jedhamutti baratan;Mana baruumsaa kanatti,miidhaan adda addaa,akka irra gahe, namoonni oobdii keessa hojjatan ni dubbatu. Digrii isaanii immoo,University kuntaala(keesha a) jedhamu keessatti qabxii gaariin xumuran. Kanaan booda mana baaburaa,bakka jedhamutti qacaramanii,hojjechuu eegalan. Obbo Shiroon,iyyeessaf sooressa ija tokkoon ilaalu turan;Iddoo hojii isaanii kanattis rakkoon bifa garaagaraatin osoo irra gahuu,osoo daddarbatamanuu achuma turan. Miidhaan qaamaa olaanaan waan isaanirra gaheef,ni dhukkubsatan. Namoonni dhukkubsachuu Obbo shiroo arganis, fuudhanii,gara hospitaala xuwwee jedhamutti geessan. Hospitaalichattis,Doktora maqaan isaa,Boojitoo jedhamuun wal’aansi baqaqsanii hodhuu taasifameef. Haa ta’u malee hospitaalichi ho’a olaanaa waan qabuuf,obbo shiroon achii ba’uuf dhaadachaa turan. Ol utaalu!Balbala hospitaalichaan,walitti bu’uun gadi deebi’anii kufu;Achumatti keemikaalli hedduun kennamaafii ture. https://t.me/SOORA_SAMMUU_keenya
إظهار الكل...
SOORA SAMMUU

Telegram seentanii maaliinan bohaara jettanii beektuu? Egaa kitaabilee adda addaa, Walaloo mimidhaawoo Afaan Oromoon, Asoosamoota Adda addaa Viidiyoolee nama kofalchiisan, Maal kana qofarree🚶‍♂🚶‍♂🚶‍♂ Hunduu jiraa Isiin #JOIN gochuun waan feetan dubbiisa!

AKKAM SIIF TA'U ? Akka Laggasaa Wagii, du'ee siif wareegamuu? Akka Nadhii Gammadaa, as buutee siif dhabamuu? Akka Eebbisaa Addunyaa, lafarra harkifamuu? Akka Maammoo Mazammiir, guyyaa siif fannifamu? Moo… Akka Abbabaa Biqilaa, miillakoo duwwaa fiiguu? Akka Badhoo Dilgaasaa, gurmuu diinotaa diiguu? Akka Goobana Daaccee, diina lammiitti firoomuu? Akka Qadiidaa Wannabee biyya gurguree duroomu? Akka Agarii ilma Tulluu, qawweedhaan dadhabamuu? Moo akka Abishee Garbaa, jaarsummaan siif sobamu? Akka Baalchaa Saafoo, lolee diina dachaasuu? Akka Garasuu Dhukii, ka'ee baandaa mancaasuu? paastaa harkaa harcaasuu? Boora itti kaachisuu? baandaa biyyoo nyaachisuu? Akka Waaqoo Guutuu, garbummaa buqqisuu? Hangan du'utti lolee, ilmaan itti guddisuu? Akka Elemoo Qilxuu diina biyyarraa qoluu? Akka Alamuu Qixxeessaa, lammii tokkoomsee loluu? Akka Abdiisaa Aagaa hidhaa cabsee sii ba'uu? Koloneel Aliyyii Cirrii ta'ee, xiyyaara lafaan dha'uu? Akka Taaddasaa Birruu Maandeellaa siif leenjisuu? Akka Usmaayyoo Mussaa, geeraree siif weeddisuu? Akka Qeerroo Nageessoo, qeerrummaan kolaafamuu? Akka Leenjisoo Diigaa, summidhaan ajjeefamuu? Akka Bakar Waaree lolee, miila tokko siif laadhuu? Akka Hajii Aadam Saadoo, waraqaa iccitii nyaadhuu? Akka Haacee Hundeessaa rasaasaan siif gubadhuu? Akka Daadhii Galaan, gaaffii sabaa gaafadhuu? Akka qeerroo Oromoo, diinatti iyyee caraanuu? Akka dhaloota qubee, qalamaan diina waraanuu? Mee kaa Yoomi?.... Kan hidhaan kun hiikamuu, kan sakaallaan kutamuu; Kan dhugaan bade galu, kan lammiin walii malu; Kan facaase daraaree, asheetee firii godhata? Boraatiin naaf tolee, cinaachi koo boqata? Abjuun naaf milkaa'ee, hirriibni na fudhata? Mee akkam siif haata'u?... Waan siif ta'un dhabe, qaamaf qalbiidhaa cabee; Yogguman maal siif ta'e, kan biiftuun dhugaa baatu! Ooyiruu abbaan qotee, kan alaa dhufaan nyaatu?! Dhiigakoo dhangalaasee, daangaa keetiin sararuu? Lafee koo itti caccabsee, Galatoomaa martuu Join share @Aadaan_Ibsiitu_Sabattii
إظهار الكل...
Repost from SOORA SAMMUU
Gadda Onnee Nama Cabsuu (Deep condolences) ... " Obbo Shiroon,Abbaa isaanii, Obboo Baaqelaa,Harmee isaanii Addee Atara irraa,bara 1952 Biyya Itoophiyaa fi Oromiyaa bakka jedhamu hundatti dhalatan. Umriin isaanis,akkuma barumsaaf ga’een,mana barumsa sadarkaa 1ffaa ’Maasii’(ooyruu )jedhamee waamamutti baratan;Barnotaa sadarkaa 2ffaa,bakka ’Oogdii’ jedhamutti baratan;Mana baruumsaa kanatti,miidhaan adda addaa,akka irra gahe, namoonni oobdii keessa hojjatan ni dubbatu. Digrii isaanii immoo,University kuntaala(keesha a) jedhamu keessatti qabxii gaariin xumuran. Kanaan booda mana baaburaa,bakka jedhamutti qacaramanii,hojjechuu eegalan. Obbo Shiroon,iyyeessaf sooressa ija tokkoon ilaalu turan;Iddoo hojii isaanii kanattis rakkoon bifa garaagaraatin osoo irra gahuu,osoo daddarbatamanuu achuma turan. Miidhaan qaamaa olaanaan waan isaanirra gaheef,ni dhukkubsatan. Namoonni dhukkubsachuu Obbo shiroo arganis, fuudhanii,gara hospitaala xuwwee jedhamutti geessan. Hospitaalichattis,Doktora maqaan isaa,Boojitoo jedhamuun wal’aansi baqaqsanii hodhuu taasifameef. Haa ta’u malee hospitaalichi ho’a olaanaa waan qabuuf,obbo shiroon achii ba’uuf dhaadachaa turan. Ol utaalu!Balbala hospitaalichaan,walitti bu’uun gadi deebi’anii kufu;Achumatti keemikaalli hedduun kennamaafii ture. https://t.me/SOORA_SAMMUU_keenya
إظهار الكل...
SOORA SAMMUU

Telegram seentanii maaliinan bohaara jettanii beektuu? Egaa kitaabilee adda addaa, Walaloo mimidhaawoo Afaan Oromoon, Asoosamoota Adda addaa Viidiyoolee nama kofalchiisan, Maal kana qofarree🚶‍♂🚶‍♂🚶‍♂ Hunduu jiraa Isiin #JOIN gochuun waan feetan dubbiisa!

Photo unavailableShow in Telegram
SEENAA GOOTOTA OROMOO DUBBIISUU YOO BARBAADEE ISAA ARMAAN GADI KEESSA TOKKOOTTI BU'AA
إظهار الكل...
Eebbisaa Addunyaa
Taddasaa Birruu
Abdiisaa Aagaa
ABUUBAKAR Musaa
Baaroo Tumsaa
Agarii Tulluu
Kanneen biroo
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.