cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

SOORA SAMMUU

Telegram seentanii maaliinan bohaara jettanii beektuu? Egaa kitaabilee adda addaa, Walaloo mimidhaawoo Afaan Oromoon, Asoosamoota Adda addaa Viidiyoolee nama kofalchiisan, Maal kana qofarree🚶‍♂🚶‍♂🚶‍♂ Hunduu jiraa Isiin #JOIN gochuun waan feetan dubbiisa!

إظهار المزيد
فنلندا1 557لم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
664
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-17 أيام
-3130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
App, Baacoo Afaan Oromoo, Google Play Store irraa, Hidhaa[link] kana tuquun gadi buufadhaa https://play.google.com/store/apps/details?id=oroict.baacoo.afaanoromoo&hl=en
إظهار الكل...

Gadda Onnee Nama Cabsuu (Deep condolences) ... " Obbo Shiroon,Abbaa isaanii, Obboo Baaqelaa,Harmee isaanii Addee Atara irraa,bara 1952 Biyya Itoophiyaa fi Oromiyaa bakka jedhamu hundatti dhalatan. Umriin isaanis,akkuma barumsaaf ga’een,mana barumsa sadarkaa 1ffaa ’Maasii’(ooyruu )jedhamee waamamutti baratan;Barnotaa sadarkaa 2ffaa,bakka ’Oogdii’ jedhamutti baratan;Mana baruumsaa kanatti,miidhaan adda addaa,akka irra gahe, namoonni oobdii keessa hojjatan ni dubbatu. Digrii isaanii immoo,University kuntaala(keesha a) jedhamu keessatti qabxii gaariin xumuran. Kanaan booda mana baaburaa,bakka jedhamutti qacaramanii,hojjechuu eegalan. Obbo Shiroon,iyyeessaf sooressa ija tokkoon ilaalu turan;Iddoo hojii isaanii kanattis rakkoon bifa garaagaraatin osoo irra gahuu,osoo daddarbatamanuu achuma turan. Miidhaan qaamaa olaanaan waan isaanirra gaheef,ni dhukkubsatan. Namoonni dhukkubsachuu Obbo shiroo arganis, fuudhanii,gara hospitaala xuwwee jedhamutti geessan. Hospitaalichattis,Doktora maqaan isaa,Boojitoo jedhamuun wal’aansi baqaqsanii hodhuu taasifameef. Haa ta’u malee hospitaalichi ho’a olaanaa waan qabuuf,obbo shiroon achii ba’uuf dhaadachaa turan. Ol utaalu!Balbala hospitaalichaan,walitti bu’uun gadi deebi’anii kufu;Achumatti keemikaalli hedduun kennamaafii ture. https://t.me/SOORA_SAMMUU_keenya
إظهار الكل...
SOORA SAMMUU

Telegram seentanii maaliinan bohaara jettanii beektuu? Egaa kitaabilee adda addaa, Walaloo mimidhaawoo Afaan Oromoon, Asoosamoota Adda addaa Viidiyoolee nama kofalchiisan, Maal kana qofarree🚶‍♂🚶‍♂🚶‍♂ Hunduu jiraa Isiin #JOIN gochuun waan feetan dubbiisa!

Photo unavailableShow in Telegram
SEENAA GOOTOTA OROMOO DUBBIISUU YOO BARBAADEE ISAA ARMAAN GADI KEESSA TOKKOOTTI BU'AA
إظهار الكل...
Eebbisaa Addunyaa
Taddasaa Birruu
Abdiisaa Aagaa
ABUUBAKAR Musaa
Baaroo Tumsaa
Agarii Tulluu
Kanneen biroo
Ati jaalladhu....innimmoo si haa jibbu Ati hojjedhuuf....inni immoo sirratti haa hojjetu Ati hiiki....inni immoo haa xaxuu Ati kabaji .....inni immoo si haa salphisu Ati jaji....inni immoo si haa hamatu Ati jajjabeessi...inni immoo si haa cabsu Ati mala dhahiif....inni immoo sirratti haa malu... Ati gaarummaakee itti fufi, inni hamaa sirratti godhus itti haa fufu.ati hamaa hamaan deebisuuf utuu hin taane hamaa gaariidhaan mo'uu amala Fayyaalessummaa baradhuu isas barsiisi. Isa hamaa godhutti hin aariin, innis hojiisaa haa hojjetatu, atis gaarii gochuukee itti fufi..... Yeroo gaarii qabaadhaa, Join 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/SEENAA_GOOTOTA_OROMOO
إظهار الكل...
SEENAA GOOTOTAA OROMOO

Seenaan gootota Oromoo yoomu hin dagatamuu. Kanaaf wal haa barsisnuu #JOIN #SHARE godha hiriyoota keessan afeeraa... Seenaa rirriimni hin nyaatu...

Photo unavailableShow in Telegram
Walaloo kana Durba gantuu taateefan qopheesse, Durba qulqulluu hin makatu ❌ Sittan himaa na dhageessaa Ishee ol kaattee gadi kaattu Ishee jaalala hadheessitee Ofii Dhandhama dammaa nyaattu Bultiin siif hin dhaabbatin Har'a heerumii boru hiiki Saree maraatuus ta'ii Mandara keessa fiigi🏃 Argattus itti hin gammadin Jiraadhu Jiruu miixuu Yoo ol seenu si kabalee Yoo gadi baatu si yaa dhiitu Namaan tuffatamtuu ta'ii Namoota keessatti bushaa'i Osoo sagal sagaagaltuu Maraataa irraa immoo ulfaa'i🤰 Nama lafarraan jibbamii Dhaqii bineessa firoomfadhu Cittoo darbine sittaa qabuu Halkaniif guyyaa hooqadhu😁 Akkuma jaalala gante ganami Miidhama jaalalaa himadhu Yeroo malee dulloomii Ulee qoolmeen tiradhu👩‍🦯 Haadhaa fi Abbaan jibbamii Si yaa dheessan warri firaa Guyyaa soddoma joorii Hin argatin mana kiraa😁 ✍️ Alemu Muleta (Ilma keessan) #share godhaa biraan naaf ga'aa😕 JOIN 👇👇👇👇 https://t.me/SOORA_SAMMUU_keenya
إظهار الكل...
SOORA SAMMUU

Telegram seentanii maaliinan bohaara jettanii beektuu? Egaa kitaabilee adda addaa, Walaloo mimidhaawoo Afaan Oromoon, Asoosamoota Adda addaa Viidiyoolee nama kofalchiisan, Maal kana qofarree🚶‍♂🚶‍♂🚶‍♂ Hunduu jiraa Isiin #JOIN gochuun waan feetan dubbiisa!

#ABJUU_MILKAA'EE kutaa 13ffaa👇👇 Amma sa’aatiinis saffisaa ishee dabaalte biftuun lixuuf sa’aa muraasatu hafa. Haamamoonnii nyaatanni dhugaanii galgaloofnan “micaayoo gadii nuuf baasa nuutii lixee jirtii” jechuun mana alaatti gadii yaa’annii dhufaatti misiroo dheegachaa jiru. Namoonnii Siifaan biraa jiraan uffataa aadaa kan misiroon uffatuu itti uffisaan itti gadii basuuf jiruu. Jaallee ishee kan ta’aan lamaa ta’anii harka fudhatan. Fardaa irraa goodhatanii sokkan. SIIFAAN heerumtee jirti dirqamaan garuu dirqama kana keessa jiraachuun fedhii ishee miti. Fedhiin ishee baraatee bakka namni ga’ee ga'uuf turee. Maal goodhuree hin tannee abjuun ishee karaatti jala hafee. Haa ta’utii garuu ammas Siifaan dirqamaan jiraachuu hin barbaadu. Fedhiin ishee gara magaalaatti badee jiraachuu fetii. Achumaanis yoo tolee guyyaa hojjeettee halkan halkaan barachuuf hawwiitti. Maagaalaan finfinnee immoo ishee haaraa miti si'a lama eessuma ishee biraa deemtee jirti. SIIFAAN ganda Garaa Booruu irraa katee Ganda Garaa caatuu qaxxaamurtee of duuba..... 👉👉.....Kutaa 14ffaan itti fufaa.....👇👇 Yaada keessaan nutti hin qussaatinaa. JOIN CHANNEL 👇👇👇 https://t.me/SOORA_SAMMUU_keenya
إظهار الكل...
SOORA SAMMUU

Telegram seentanii maaliinan bohaara jettanii beektuu? Egaa kitaabilee adda addaa, Walaloo mimidhaawoo Afaan Oromoon, Asoosamoota Adda addaa Viidiyoolee nama kofalchiisan, Maal kana qofarree🚶‍♂🚶‍♂🚶‍♂ Hunduu jiraa Isiin #JOIN gochuun waan feetan dubbiisa!

#HIN_GADDIN_TAAKKALAA ~~~ Ilaamee #Taakkalaa koo #Taakkalaa ilma Uumaa Gootota oromoo keessaa Tokko yoomiyyuu sumaa Har'a aangoorraa buutee Oduun oduus yoo dhalee Hin dagannu yoomiyyuu Gootummaakee isa kalee ~ Gootakoo ija barbadaa Ima sabni eebbisee #irreecha_hora_Finfinnee Si'iim kan nuuf deebisee Obboloota kee bakkeef Bara aangoo kee dirmattee Jila #ABOf_Jawaarfaa Finfinneetti simattee... ~ Akkamiin dagatamtaa Seenaan kees maaliif dabaa #Taakkalaa koo goota koo Sabni bakka siif qabaa Goota jechuun sin ibsuu Ati dhuguma gootaa Saba oromoo Finfinneef Bantee mana barnootaa... ~ #amma_garuu... Nafxanyaan safuu hin beekne Si arganis moggaatti Salphina sitti uwwisuuf Si lolanis qophaatti... Maqaakootu bade jettee Yaaddee hin seenin gidiraa Oromoon miliyoonni Yoomuu si waliin jiraa ~ Abshir roobni hamaan roobee Bubbeenis haa bubbisuu Titiisni hammam uursus Tasa qodaa hin buqqisuu Ati qofaa kee mitiim Qabda aanteedhaaf fira Uummanni kee kitilli Yoomuu si waliin jira. ~~ https://t.me/SEENAA_GOOTOTA_OROMOO #JOIN US👆👆👆☝☝☝
إظهار الكل...
SEENAA GOOTOTAA OROMOO

Seenaan gootota Oromoo yoomu hin dagatamuu. Kanaaf wal haa barsisnuu #JOIN #SHARE godha hiriyoota keessan afeeraa... Seenaa rirriimni hin nyaatu...

Akka odeeffannoo ministeera barnootati - mana barnoota idile akka biyyat 1161ti baratan tokkos qormaata hin darbinee - akka woligalat mana barnoota idilee 1798 keessa barata tokko qofatu darbee - mana barnoota torba kana barataa isaanii guutuun guututti darbe 👉 mana barnoota bulti addaa dasee 👉 mana barnoota bulti adda WMO 👉 mana barnoota stiim bahirdar  👉 woleeytaa liqaa፤ 👉 gondar fi labbawi dha Dabalataa Link gadii
إظهار الكل...
FIRII QORMAATA
IBSAA WAA'EE QORMAATA
Oddeeffannoo ministeeraa Barnootaa
JOIN JOIN JOIN
☝☝JOIN JOIN👆👆
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.