cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

FBC (Fana Broadcasting Corporate/Fana The Insider,ፋና የውስጥ አዋቂ.Kaayyoon chaanaalii kanaa warra sagalee hin qabneef sagalee ta'uu,

Fana Afaan oromo Kessaa Bekaa,fana the Insider,ፋና የውስጥ አዋቂ.የዚህ ቻናል አላማ ድምጽ ለሌላቸው ድምጽ መሆን፣ድብቅ አጀንዳዎችን ለህዝብ ማሳየት፣የህብረተሰቡን ሸክም ማጋለጥ እና ለፍትሃዊ እኩልነት ሚዛናዊ መሆን ነው። ለበለጠ Info ከእኛ ጋር ይቀላቀሉን።Kaayyoon chaanaalii kanaa warra sagalee hin qabneef sagalee ta'uu dha

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
6 837
المشتركون
+5224 ساعات
+3167 أيام
+1 40830 أيام
أرشيف المشاركات
Aggaarootti dargaggoon tokko sibiilota gatamanirraa konkolaataa hojjate ** Gaazexaa Bariisaa Dargaggeessi konkolaataa kana hojjate Anuwaar Naasir sibiloota gataman walitti qindeessuun konkolaataa liitira tokkoon kiiloomeetira 30 adeemuu danda'u kan kalaqe yemmuu ta'u, konkolaataa kaanirraa kan adda godhu kutaan motarasaa kan doqdoqqee miila lamaa fayyadamuun kan kalaqe. Akkuma beekamu doqdoqqeen fuuldurratti malee duubatti adeemuu hindanda'u. Kalaqa ajaa'ibaati kan jenneef siibila gatamaa fayyadamuun fuuldurratis dudduubattis adeemuu akka danda'u gochuun hojjatamuusaati. Dargaggoon kun akka jedhutti kaayyoon kalaqa kanaa gatii boba'aaf baasii taasifamu hir'isuun biyya keenyatti qabeenya qabnu fayyadamnee konkolaataa omishuun gatii madaalawaan gabaaf dhiyeessuun dargaggootaaf carraa hojii uumeera. Milkaa'ina hojii kana duuba bulchiinsa magaalichaafi waajjira carraa hojii uumuufi ogummaa akka jiru dargaggoon kun ibseera. Kominikeeshinii Magaalaa Aggaaroo
إظهار الكل...
Magaalaa Harar Abbaan baankii kun maallaqa sobaa maxxansaa osoo jiruu qabame. Poolisiin shakkamaan Mubaarak Sa’iid Hasan jedhamu baankii dhuunfaa magaalaa Harar keessatti itti gaafatamaa hariiroo aanaa ta’uu beeksiseera. Poolisiin bal'ina yakka kanaa yommuu ibsu, namni kun magaalattii aanaa Shenkoor Hoteela Giddugaleessaatti laaqana nyaatee, nootii meetii sobaa dhibba jaha erga kaffalee booda birrii jaatama nama nyaata dhiheessu sanaaf tippii godhee dafee achi buuteen isaa dhabame. Shakkamaan kun hojjetaa baankii dhuunfaa magaalaa Harar ta'uu fi bifa isaatiin akka beekan ibsameera. Himatamaan kun reefuu maashinicha bitadhee fiigicha dhaddacharra akka jiru dubbatus, maashinichaan waraqaa maallaqaa maxxansee waraqaa fi inkii fayyadamee maallaqa sobaa 1000 maxxansee poolisiitti akka agarsiisu yaadni dhiyaateera. Akka Daayirektoreetiin Qunnamtii Hawaasaa Komishinii Poolisii Harariitti, poolisiin shakkamaan kun baankii kamiif akka hojjatu ifa gochuurraa of qusateera.
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Ameerikaan yoo Hamaas waliigaltee dhukaasa dhaabuu fudhate Israa'elis ni fudhatti jettee akka eegdu ibsiteetti. https://bbc.in/4c0fqwC
إظهار الكل...
Ministeerri Haqaa Ameerikaa balaa xiyyaara imaltoota Boeing Max 8 Itiyoophiyaa fi Indooneezhiyaa keessatti mudateen Boeing himachuu dhiisuu akka danda’an maatii namoota lubbuun darbeef itti himuu Rooyitars gabaaseera. Akka gabaasa kanaatti, yeroon xumuraa himannaa yakkaa federaalaa itti dhiyaatu waggoota shan dura waan darbeef, dhaabbatichi himannaa yakkaa isa mudachuu dhiisuu akka danda’u ifa ta’eera. Himata yakkaa irraa of eeguuf xiyyaarota isaa MAX version irratti sirreeffama gochuuf waggoota sadii dura ministeericha waliin waliigaltee kan seene Boeing dhiheenya kana taateewwan xiyyaarota tokko tokko hirmaachisuun waliigaltee kana cabseera jedhamee himatame. Dhaabbatichi waliigaltee cabse jedhamteef deebii kennuuf yeroon xumuraa June 6 kennameefii jira. Maatiin miidhamtootaa dhaabbaticha irratti himannaan yakkaa akka banamu waamicha dhiyeessaa akka turan hubatamuu qaba.
إظهار الكل...
ፕሬዝዳንት ዩን ሱክ ይኦል ለአደረጉልን አቀባበል አመሰግናለሁ። የኢትዮጵያ እና የደቡብ ኮሪያ ትስስር ከስድሳ አመታት በላይ ያስቆጠረ ነው። የመጪው ጊዜ ግንኙነታችንም የበለጠ ጠንካራ እና ዘርፈ ብዙ ሆኖ እንደሚቀጥል እምነቴ የፀና ነው። Thank you President Yoon Suk Yeol for receiving us today. Our countries share a long history spanning over six decades, rooted in Ethiopia's support during the Korean War. I am confident that we will work together to further enhance our partnership.
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
“Bilisummaan Oromoon Oromoo ajjeesuun dhufu hinjiru” -Miseensota ABO Shanee harka kennatan **** Gaazexaa Bariisaa Oromoon Oromoo ajjeesuun Oromoo bilisoomsuu osoo hintaane gara garbummaatti waldeebisuudha jedhan miseensotni garee ABO Shanee harka kennatan. Miseensonni kunneen sochiin ABO Shanee dhuguma qabsoo siyaasa bilisummaa isaanitti fakkaatee kan itti makaman ta’uu himanii: erga keessa seenanii booda gochaan ABO Shanee gochaa ummata saamuu, shororkeessuu, ajjeesuu, buqqisuu ta’uu hubatanii garicha keessaa bahanii mootummaaf harka kan kennatan ta’uu..... https://press.et/oromifa/2024/06/01/oromoon-oromoo-ajjeesuun-bilisummaan-dhufu-hin-jiru-miseensota-abo-shanee-harka-kennatan/
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Ashaaraa magariisaa baranaaf naannoleen qophii xumuraa jiru **** Gaazexaa Bariisaa Ashaaraa magariisaa baranaa milkeessuuf naannoleen Itoophiyaa Kibbaafi Itoophiyaa Giddugaleessaa qophii barbaachisu xumuraa jiraachuu beeksisan. Hoggantoonni biirolee qonnaa naannolee kanneenii turtii Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin, sagantaa ashaaraa magariisaa baranaa milkeessuuf hojiilee hojjetamuu qaban idileessuun hojjechuun yeroo ammaa boqonnaa qophii bira darbuun gara dhaabbii biqiltuutti kan galan ta’uu ibsaniiru. Hogganaan Biiroo Qonna Naannoo Itoophiyaa Kibbaa Obbo Hayilamaariyaam Tasfaayee akka dubbatanitti, naannoonsaanii bara kana sagantaa ashaaraa magariisaatiin biqilituuwwan akaakuu.... https://press.et/oromifa/2024/06/01/ashaaraa-magariisaa-bara-kanaaf-naannooleen-qophii-barbaachisu-xumuraa-jiru/
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Shawaa Kaabaatti xaa’oon kuntaalli kuma 200 qonnaan bultootaaf rabsame ***** Gaazexaa Bariisaa Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaatti omisha qonnaa ganna dhufuuf xaa’oo kuntaalli kuma 200 qonnaan bultootaaf kan rabsame ta’uu waajjirri qonna godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan Ittaanaa waajjirichaa Obbo Hirphaa Addunyaa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, omisha qonna ganna baranaatif godinichi xaa’oo kuntaala kuma 547 qonnaan bultootaf dhiyeessuuf karoorfatee hanga ammaatti kuntaala kuma 200 dhiyeessuu danda’eera. Akkaataa Agro Ikolojii godinichaatiin yeroo ammaa godinichi facaasaa mishingaafi boqqoolloo kan xumure yommuu ta’u, torbe dhufuu eegale ammoo facaasaa garbuutu itti fufa. Facaasaan sanyii midhaanii godinichatti bal’inaan kan raawwatamu ji’a https://press.et/oromifa/2024/06/01/shawaa-kaabaatti-xaaoon-kuntaalli-kuma-200-qonnaan-bultootaaf-rabsame/
إظهار الكل...
01:07
Video unavailableShow in Telegram
#Ministirri_Muummee Abiyyi Ahmad (PhD)fi Giiftiduree Zinnaash Taayyaachoo daaw'annaa hojiitiif Kooriyaa Kibbaa, Se'ul dhaqan. Doktar Abiyyi tursiisaaniitiin garee ministirootaa wajjin ta'uun yaa'ii Kooriyaa-Afrikaarratti nihirmaatu.
إظهار الكل...
3.96 MB
01:07
Video unavailableShow in Telegram
#Ministirri_Muummee Abiyyi Ahmad (PhD)fi Giiftiduree Zinnaash Taayyaachoo daaw'annaa hojiitiif Kooriyaa Kibbaa, Se'ul dhaqan. Doktar Abiyyi tursiisaaniitiin garee ministirootaa wajjin ta'uun yaa'ii Kooriyaa-Afrikaarratti nihirmaatu.
إظهار الكل...
3.96 MB
Ibsa Ministeerri Barnootaa qormaata onlaayinii kutaa12ffaarratti kenne ** Gaazexaa Bariisaa Ministeerri Barnootaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa 'online'n kennamu ilaalchisee ibsa kenneera. Liinkiiwwan kilaastaroota jalatti eeraman cuqaasanii shaakaluun akka danda’amus ibseera. Barataan hanga ammaatti ‘username’ fi ‘password’ kan hinarganne yoo jiraate, biiroowwan barnootaaf waan ergameef qindeessitoota manneen barnootaasaaniirraa argachuu akka danda’anis beeksiseera. Hojiin kunis kilaastaraan qoodamuu himeera. Haaluma kanaan: Kilaastara 1ffaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee https://c2.exam.et Kilaastera 2ffaa keessatti Naannoo Gaambeellaa https://c3.exam.et Naannoo Amaaraa   https://c3.exam.et Kilaastera 3ffaa Naannoo Beenshaangul Gumuz   https://c4.exam.et Naannoo Hararii  https://c4.exam.et Naannoo Affaar https://c4.exam.et Naannoo Oromiyaa 1  •Magaalaa Adaamaa: https://c4.exam.et Magaalaa Aggaaroo https://c4.exam.et Magaalaa Amboo https://c4.exam.et • Godina Arsii https://c4.exam.et •Godina Arsii Lixaa  https://c4.exam.et • Magaalaa Asallaa  https://c4.exam.et Baalee  https://c4.exam.et • Magaalaa Baatuu https://c4.exam.et •  Magaalaa Bishooftuu  https://c4.exam.et •Boorana https://c4.exam.et • Magaalaa Bulee Horaa https://c4.exam.et • Buunnoo Beddllee https://c4.exam.et • Magaalaa Dodolaa https://c4.exam.et • Baalee Bahaa  https://c4.exam.et • Boorana Bahaa https://c4.exam.et •Gujii  https://c4.exam.et • Harargee Bahaa  https://c4.exam.et • ኀarargee Lixaa  https://c4.exam.et • Magaalaa Hoolataa https://c4.exam.et • Horroo Guduruu Wallaggaa https://c4.exam.et • Iluu Abbaa Boor https://c4.exam.et Kilaastera 4ffaa Magaalaa Dirree Dhawaa https://c5.exam.et Naannoo Oromiyaa -2 • Jimma: https://c5.exam.et • Magaalaa Jimmaa: https://c5.exam.et • Qeellem Wallaggaa: https://c5.exam.et • Magaalaa Maayaa: https://c5.exam.et • Magaalaa Mattuu: https://c5.exam.et • Magaalaa Mojoo: https://c5.exam.et • Magaalaa Mooyyalee https://c5.exam.et • Magaalaa Najjoo: https://c5.exam.et • Magaalaa Naqamtee: https://c5.exam.et • Magaalaa Roobee: https://c5.exam.et • Sandaafaa Bakkee: https://c5.exam.et • Magaalaa Shaakkisoo https://c5.exam.et • Magaalaa Shaashamannee ከተማ: https://c5.exam.et • Magaalaa Shaggar https://c5.exam.et • Magaalaa Shanoo: https://c5.exam.et • Shawaa Bahaa: https://c5.exam.et • Shawaa Kaabaa: https://c5.exam.et • Shawaa Kibba Lixaa: https://c5.exam.et • Shawaa Lixaa፡ https://c5.exam.et • Wallagga Bahaa፡ https://c5.exam.et • Wallagga Lixaa፡ https://c5.exam.et • Gujii Lixaa፡ https://c5.exam.et • Magaalaa Walisoo፡ https://c5.exam.et Kana malees barattoonni fakkii ittaanu ilaaluu danda'u https://www.youtube.com/watch?v=PdAu-FI-Q5M
إظهار الكل...
Qonna Hanqaaquu Gandaa Jalqabaaf Gaaffiiwwan namoonni yeroo jalqabaaf gaafatan: 1. Hantuutni koo qamalee malee hanqaaquu kaa'uu danda'aa? Eeyyee hanqaaquu hin hormaanne kaa'uu danda'u. Hanqaaquu baasuun nyaata hantuuta keessan nyaachisaa jirtu irratti osoo hin taane saala irratti hundaa'a. Haa ta'u malee hanqaaquun akka baqaqsu yoo barbaadde saala si barbaachisa. Hantuuta 10 irratti saala 1 si barbaachisa. 2. Hanqaaquu koo gagaa (maize bran) qofa nyaachisuu danda'aa? Gaaffii kana gaafachuun caalaatti "Relish malee nshima nyaachuu danda'aa?" Boqqolloo hanqaaquu keessan bran (gaga) qofa hin nyaachinaa. Boqqolloo bran kaarboohayidireetii/faayibara of keessaa qaba, qamadii keessan fayyaa ta'ee akka guddatuuf pirootiinii fi soorata biroo barbaada. Akkuma fayyaa ta'ee guddachuuf nyaata madaalawaa si barbaachisu. 3. Kanaafuu hanqaaquu koo maal nyaachisuu danda'a? Nyaata salphaa mataa keessanii hojjechuu dandeessu. Qaamni inni guddaan boqqolloo (safara nyaataa 3) ykn ammallee gaga fayyadamuu dandeessu, kanneen armaan gadii irraa wantoota tokko dabalataan si barbaachisa; broiler concentrate, keekii aduu ykn aduu, soya beans ykn daakuun qurxummii, nyaata boqqolloo ykn gaga keessanitti dabaluudhaaf. 4. Qaamolee deebii lakkoofsa 3 irratti caqafaman eessaa argachuu danda’a? Broiler concentrate suuqiiwwan nyaata itti gurguran keessatti argama. Keekiin aduu namoota zayita nyaataa hojjetan irraa ni argama, qonnaan bultoota naannoo keessan jiran irraa xaafii bitachuu dandeessu. Lafa yoo qabaattan baasii hir'isuuf qofa dhaabuu. Akkasumas nyaanni qurxummii gabaa irratti kan argamu warra gabaa qurxummii goggogaa gurguran irraa. Hubachiisa: Yoo hanqaaquu muraasa kan akka hanqaaquu 15 qabattan ta'e, nyaata qurxummii, xaafii ykn aduu akka bitattan isin gorsa, sababiin isaas broiler concentrate isiniif qaala'aa ta'uu danda'a_Click here to reach me via inbox to get the Village chicken rearing complete guide . Amaanu'eel Weellisaa Mw
إظهار الكل...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Seenaa siyaasa Ameeriikaa keessatti pirezidantiin duraaniis ta'e kan aangoorra jiru himatamee yoo yakkaan itti murtaa'u Doonaald Tiraamp kan jalqabaati. Tiraamp mana murtii Maangaataanitti dhiyaachuun himannaawwan 34n Kamiisa Caamsaa 29, 2024 balleessaa irratti argamulleen hidhamu dhiisuu akka danda'an dubattu ekspartoonni. Tiraamp murticha oliyyachuun isaanii hin oolu. Ol iyyannoon isaanii ilaalamu kan danda'u ammoo filannoo biyyaaleessaa Sadaasa dhufuu gaggeeffamuun booda ta'u mala. Kanaafuu addabbiin, dhorkaa ykn hordoffiin isaan mudachu danda'a. Haata'u malee, dubbiin cimee Tiraampi hidhaa bu'anis, kaadhidhamaa ta'un itti fufan danda'u ta'a. https://bbc.in/3X19aAz Suuraa- Reuters
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
#Oduu_Dansaa . #Itoophiyatti rakkoo nageenyaa furuuf mootummaan mariif qophii ta'uu Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo. Shimelis Abdisa himan. Yaada kana kan isaan dubbatan Marii Miseensota Mana Maree Paartilee Siyaasaa Naannoo Oromiyaa waliin taasisan hordofeeti. Haaluma kanaan Miseensonni paartilee siyaasaa dhimmoota diinagdee, hawaasummaa, siyaasa, nageenyaafi marii biyyaalessaa irratti gaaffii kaasaniiru. Pirezidaanti Shimallis gama isaaniitiin gaaffii ka'eef kanaaf, waan hunda dura olaantummaan seeraa kabajamuu akka qabu erga eeraniin booda, mootummaam naannoo Oromiyaa paartilee siyaasaa kamiiyyuu waliin hojjachuuf qophii ta'uu himaniiru. Dhimma marii biyyaalessaa irratti yaada kennaniin ammoo, paartilee siyaasaa yoo yaada dhiyeessan malee murteessuu kan danda'u uummata Itoophiya ta'uu ibsaniiru. Dhumarratti dhimmoota kamiiyuu karaa mana maree paartilee siyyaasaa furuuf waliin taanee haa hojjannuu jechuun dhaamaniiru.
إظهار الكل...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Dargaggoonni Bulchiinsa Magaalaa Aggaaroo konfaransii dargaggootaa booda ijaarsa mana harka qalleeyyii jalqabsiisan ➖➖➖➖➖➖➖➖ Caamsaa 25,2016 Dargaggoonni sochiiwwan hawaasummaa,misoomaafi siyaas-diinagdee keessatti qoodni isaan fudhatan gahee leencaati.Bu'uuruma kanaan bulchiinsa magaalaa Aggaarootti konfaransiin dargaggootaa kan gaggeeffame yemmuu ta'uu konfaransicha booda dargaggooni mana harka qalleeyyii jalqabsiisuun aantummaa isaanii agarsiisaniiru. Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=100064795866735 👉 Tiktok: http://tiktok.com/@agaro.town.commun 👉Telegram: https://t.me/agarocom 👉Twitter: https://x.com/AgaroCommunica1?t=3EOZta5GW-IOoXfYtq59TQ&s=09==
إظهار الكل...
Repost from Geopolitics Live
Photo unavailableShow in Telegram
Hungarian FM Szijjártó: EU strategy on Ukraine has failed, but politicians are not ready to admit it because they ‘want to avoid responsibility’
"They (European politicians - ed.) would like to avoid responsibility. Because the failure of Brussels' policy on the war in Ukraine is not a philosophical statement. It is a fact," said the Hungarian minister in an interview with the Belarusian TV channel ONT.
He emphasised that "it is a fact because this failure has a tangible impact on the lives of ordinary people."
"And if European politicians recognise that they followed the wrong strategy, people will ask the question. OK, which politicians promoted these decisions? What were their motives? What were the consequences and what responsibility should they bear? That's the real question. That is why these European politicians want to avoid responsibility. That is why they are not ready to admit that the current strategy has failed," concluded Szijjártó.
👍 Boost us! | Subscribe to @geopolitics_live
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Warroota Qaari'ee Qur'aanaa keessaa eennuun dhaggeeffachuu jaalatta? Nama tokko barreessimee nama akkaan sagalee isaatiin qur'aana dhaggeeffachuu jaalattu Ani #Alii_Jaabir akka malee jaaladha rahimahullaah
إظهار الكل...