cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Kiyya Technologies

Oduu fi Odeeffanoo Technology guyya guyyaan argachuuf filannoon keessan Website : coming.soon Namni cross promotion barbaadan 👉 @adem_deko Gaaffii qabdan Karaa Group: @kiyyatech_group Yaadaa : @adem_deko

إظهار المزيد
فنلندا1 424لم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
970
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-107 أيام
-4530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Repost from Kiyya Technologies
Oduu fi Odeeffanoo Technology guyya guyyaan argachuuf filannoon keessan kana malees akkaata online irra galiin itti argamu hunda isa achi irraa argattu!!👇👇👇👇 Website : Simalee.com
إظهار الكل...
👍 1🤩 1
Repost from Kiyya Technologies
Oduu fi Odeeffanoo Technology guyya guyyaan argachuuf filannoon keessan Website : Simalee.com

👍 1
💸💸☑️%100 dhugaadha link asii gadii kana seenaa #start godhaa chanala lamaanuu join godhaa namootaaf share godhaa https://t.me/hulepay_official_bot?start=r00305891040 Steps 1, Link asii gadii kana seentu 2, Start kana jedhu tuqxu. 3, chanala Lamaan sii dhufu join goota. 4, of duuba deebitee bot haaraya irra banta san booda link mataa keetii soif Kenna isana namootaaf share goota gaafa nama tokko bira dhaqqabe 3birr siif lakkaawa hoggaa 10birr gahe lakkoobsa kee itti naqaxee gara telebirr siif erga. Xumurame Link kee fuuree freindota keef share goota nama 1 irraatti 3 Brr Kunoo link 👇👇👇👇👇 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r00305891040
إظهار الكل...

#𝐊𝐢𝐲𝐲𝐚_𝐓𝐞𝐜𝐡_𝐍𝐞𝐰𝐬 Keenna bilisaa ethio telecom 1GB fi daqiiqaa 25 fi erga gabaabaa 50 bilbilisaan torbee tokkoof fayyadamu dandeessan jedha ethio telecom
إظهار الكل...
Repost from TIKVAH AFAAN OROMOO
#Booranaa Hawaasa seenaa #Booraanaa keessatti gogiinsa hamaan miidhame gargaaruu kanneen barbaaddan karaa " #ALCHIISOO_PASTORALIST_UP " tiin gargaaruu dandeessu. Herrega Baankii dhaabbata miti-mootummaa kanaa: 👉 Baankii Daldalaa Itoophiyaa - 1000522499823 (Swift Code: CBETETAA) 👉 Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa - 1011800084313 (Swift code: CBO RETAA) 👉 Baankii Awaash - 013081084782900 (Koodii swiiftii: AWINETAA) 👉 Baankii Oromiyaa - 1548414100001 (Koodii swiiftii: ORIRETAA) Booranatti Rakkoo jiru lakkoofsan yoo ibsamu:- - Godina Booranaatti namoonni #kuma_807 gargaarsa barbaadu. Kanneen keessaa namoonni 167,000 deeggarsa hatattamaa fi itti fufiinsa qabu barbaadu. - Loon Godinicha keessa jiru keessaa %10 baraaruuf marga hidhaa miiliyoona 4.4tu barbaachisa. - Sababa gogiinsa kanaan beeyladootni miliyoona 3 ol Godinicha keessatti kan du’an yoo ta’u, isaan keessaa %85 loon ta’uu ibsameera. - Loon kuma 230 Godinichaa keessatti hafaniiru, ji’oota 3'f Loon kanneen tursiisuuf yoo xiqqaate marga hidhaa miliyoona 4.4 dhiyeessuun barbaachisaadha. Kana malees nyaata horii kuma 135 kan barbaachisu yoo ta’u, Godinicha keessatti haga amma dhibbantaa tokko qofatu dhiyaate. - Gogiinsi kun aanaalee Godinicha 13 kan miidhee yoo ta'u, Uummata Godinichaa keessa jiran keessaa gara dhibbeentaa 60 deeggarsa ni barbaadu. @tikvahethafaanoromoo

ሌላ አማራጭ ኮኔክሽን አልሰራ ያላቹህ ይህን VPN አውርዳቹህ ሞክሩት።      🎖📖🎖 @APlusAcademyy @APlusAcademyy ▬▬▬▬▬▬▬▬
إظهار الكل...