ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

الذهاب إلى القناة على Telegram

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام BOLE COMPLEX

تُعد قناة BOLE COMPLEX (@bole_complex) في القطاع اللغوي الإنكليزية لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 10 074 مشتركاً، محتلاً المرتبة 11 144 في فئة التكنولوجيات والتطبيقات والمرتبة 2 608 في منطقة إيطاليا.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 10 074 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 21 أكتوبر, 2025، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -193، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 0، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 0‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً N/A‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 0 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 0 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 0.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Technology Channel”

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 22 أكتوبر, 2025) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التكنولوجيات والتطبيقات.

10 074
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-307 أيام
-19330 أيام
أرشيف المشاركات
Harmee koo Si haa barbaadan dhufanii Gaafan dubbiif shakkame Gartokkee keeti ani Dhiiga keerraan argame! Hiika onnee namummaa Harmee kiyya yaa deessee Maqaa koo dha'iin namni Maqaa kee achi fageessee! Safara lapheefi ribuu Gaarummaa kee sanaafi Si cinaatti waamamuun Ulfinadha anaafi! - - Otuu dafqi kee cobuu Jirbii rakkinaa footee Ana bixxillee xiqqoo Guddistee nama goote Dhala koo - cuucee koo jettee Afaan nadhii dubbatta Furrii fi xurii koo wajjin Arraabdee na dhungatta! Sin jaalladha yoon jedhe Kan kee hin baasu gatii Naaf jiraadhu harmee koo Eenyummaa koodha ati! #Share @Waloo_Leta

Repost from Walaloon Jaalala
Boni Decor & Events #Telegram Boni Decor & Event https://t.me/joinchat/GOsPuF7ngYRkMGJk #Instagram boni degefa (Boni Decor) C
Boni Decor & Events #Telegram Boni Decor & Event https://t.me/joinchat/GOsPuF7ngYRkMGJk #Instagram boni degefa (Boni Decor) Call for further information +251 91398 6219 +251 93030 6699 +251910377373 Miseensa keenya ta'uun nama badhaasisa.

Repost from Kaachuu Promotion
Kanneen sin madaalan Chaanaalota Afaan Oromoo filatamoo ta'anii fi namoota filatamoof dhiyaatan. Namuu yoo chaanaalota kanneenitti makame ni fayyadama. Koottaa irraa baradhaa, itti bashannanaa, hojjadhaa, walbaraa.

Repost from Kaachuu Promotion
Quba qabduu? Mansuur Jamaal Gaaffiiwwan badhaasa qarshii hanga 1000 qabu eegaluuf jedha. Maarree isin hoo dursa chaanaala kanatti makamtaniittuu?

Akkam Bultan? Har'i Jumaa'a Guyyaa keessan qarshii badhaafamuun eegaluu ni barbaadduu? Deebiin keessan Eeyyen kan jedhu taanan iddoo sirrii jirtu! Garee @MansuurJamal jedhu irratti ammuma nama tokko add gootan badhaasa qarshii 5 argattu! Maarree isinis maal eegaa jirtu? Kennaa bareedaan kun akka isin hin darbine. Badhaasni dachaa 5 kun hanga sa'aatii 12 tti qofa tura. Carraa Gaarii! @MansuurJamaal

Repost from Kaachuu Promotion
Telegram fayyadamuun qofa galii argachuu akka dandeessa beektuu?

Repost from Kaachuu Promotion
Telegram fayyadamuun qofa galii argachuu akka dandeessa beektuu?

Repost from Kaachuu Promotion
Kanneen sin madaalan Chaanaalota Afaan Oromoo filatamoo ta'anii fi namoota filatamoof dhiyaatan. Namuu yoo chaanaalota kanneenitti makame ni fayyadama. Koottaa irraa baradhaa, itti bashannanaa, hojjadhaa, walbaraa.

Mal argachuu barbaaddu?

Ani Mansuur Jamaalin jedhama. Karaa Teelegiraamii hordoftoota koo bira ga'uuf tokko jedhee deemsa jalqabeen jira. Teelegiraamii koo hordofuu qofaan badhaafamaa! Chaanaala koo @MansuurJamaal jedhu akkasumas Garee koo @MansuurJamal jedhutti makamaa, Hiriyoota keessan add gochuun badhaafamaa! Gaaffiiwwan sasalphaa gaafataman daftanii deebisuun badhaafamaa.

Repost from Kaachuu Promotion
Quba qabduu? Mansuur Jamaal Gaaffiiwwan badhaasa qarshii hanga 1000 qabu eegaluuf jedha. Maarree isin hoo dursa chaanaala kanatti makamtaniittuu?

Repost from Kaachuu Promotion
Telegram fayyadamuun qofa galii argachuu akka dandeessa beektuu?

Repost from Kaachuu Promotion
Telegram fayyadamuun qofa galii argachuu akka dandeessa beektuu?

Repost from Kaachuu Promotion
Quba qabduu? Mansuur Jamaal Gaaffiiwwan badhaasa qarshii hanga 1000 qabu eegaluuf jedha. Maarree isin hoo dursa chaanaala kanatti makamtaniittuu?

Repost from Kaachuu Promotion
Quba qabduu? Mansuur Jamaal Gaaffiiwwan badhaasa qarshii hanga 1000 qabu eegaluuf jedha. Maarree isin hoo dursa chaanaala kanatti makamtaniittuu?

Repost from Kaachuu Promotion
Odeeffannoo qabatamaa fi waqtaawaa argachuuf iddoo sirrii.
Odeeffannoo qabatamaa fi waqtaawaa argachuuf iddoo sirrii.

Ani Obboleessi Kee Ani obboleessi kee Lataa ilmi Qana'ii Gadi qabeen sitti hima Gadi qabii dhaga'i... "Hin ta'u" jedhii didi Afaan qabi gomattuu Tokkummaa kee kaleessaa Hin sharafiin homattuu! Kaleessa: Waan akka dhagaa jabaatu Sukkuumtee daakuu hin goonee? Harka kee qullaa baatee Taankiifi rasaasa hin moonee? Tulluu sobaan dhaabbate Buqqiftee hin gangalchinee Warra iddoottin si galcha jedhe Ati iddootti hin galchinee? Har'a: Walirra faffagaachuuf Maaf uuruu dheerafatta? Dhiiga kee gedderta moo Hidda kee kuttee gatta? Utuma ooltee hin buliin Galmee seenaa awwaaltee? Tokkummaan kee diigamnaan Akka cabdu wallaaltee? Lakkii adda hin faca'iin Akka ilmoolee bofaa Waaqaa gaditti kan si kabachiisu Tokko ta'uu kee qofa! #Share @Waloo_Leta