Abdisa Bancha Jara
This is ABJ Tech Blog - A channel for who have a passion for Computer Vision, #ICTNews and #MachineLearning, #AI #DigitalMarketing & #TechUpdates
إظهار المزيدجاري تحميل البيانات...
Find out who reads your channel
This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.المشاركات | المشاهدات | الأسهم | ديناميات المشاهدات |
01 Join us here
https://t.me/MarCoders?videochat | 2 081 | 1 | Loading... |
02 https://t.me/Maroset/1002 | 3 872 | 2 | Loading... |
03 Notcoin Tarreewwan 'Binance, Bybit, Fi OKX' Keessatti Dabalame
Notcoin (NOT) yaad-rimee moodeelota taphaa fi invastimantii kirpitookaaransii haaraa yoo tah'u, Akka tapha 'taphachuun-galii-argachuu' jedhuun kallattiidhaan Telegram irratti hidhamee kan hojjatuudha.
Notcoin jijjiirraa maallaqa kirpitoo gurguddoo hedduu keessatti galmaa'uuf qophaa'uu isaatiin xiyyeeffannoo gabaa addunyaa torbaan kanaa hawwateera.
odeeffannoo guutuun👇🏽👇🏽
https://3fpost.com/notcoin-listing-in-binance-bybit-and-okx-get-ready/ | 4 498 | 12 | Loading... |
04 Telegiraamiin Daldala gurguddaa keessa seenuu beeksiseera. Sharafa ofiisaa #TON(derived from Notcoin) jedhamus Binance irratti dabaluudhaan sharafa Dijitaalaa ifoomseera.
TON(Toincoin) 1 = Doolara 5n ture amma 7tti olguddateera. #Bitcoin waggaa kudhan dura Doolara 0.9 eegale hardha Doolara Kuma 63tti sharafamaa jira.
Namootni #NOTCoin qabdan itti hin jarjarinaa sharafuuf! Odeeffannoo kanaan walqabate 💢 》 https://t.me/abdisabancha
Irratti badhinaan isiniif barreessa. Na hordofaaa | 4 808 | 19 | Loading... |
05 Dargaggoota Abdii Boruu ta'an kanneen bifa akkasiitiin qaruun kun Fakkeenya gaarii irraa baratamuudha.
Manni Barumsa NAAFYAAD-ADAAMAA: WALDORGOMMII KALAQA-TQO(ICT INNOVATION AWARD) qopheesseera.
M/B Naafyaad Guyyaa kabaja ICT Idil-Addunyaa sababeeffachuun Waldorgommii Kalaqa barattoota dandeettii addaa-qabaniif kan qopheesse yoo tahu, Manneen Barnoota Biroo irraayis akka isaan wajjiin dorgomaniif affeeruu irratti argamu.
Waltajjiin akkasii Ogummaa yeroon barbaaddu irratti barattoota qaroo jajjabeessuuf taasifamu kun fakkeenyummaa gaarii ta'ee babaldhachuu qaba. Waldorgommichi bakka Miidiyaalee fi qaamotni adda addaa argamanitti kan gaggeeffamuudha.
» Anis Abbaa Seeraa tahee akka hirmaadhu affeeramuu kiyyaaf Galatoomaa
M/B Naafyaad: M/B Hangafa Afaan Oromootiin Magaalaa Adaamatti barsiisuu eegale yoo tahu kan Abbaa Qabeenyaa Jaalannu Obbo Dinquu Dayyaasati!
Dorgomtootni Milkaa'aa,
Horaa Bulaa Deebanaa
@abdisabancha | 5 689 | 10 | Loading... |
06 Hawaasni keenya Magaalaa #Paarisii fi Naannooshee carraa kanaa walargaa jajjaɓeessaa
"Kitaabni barreessaa Sanyii Daggafaatiin barreeffame gaafa 12/05/2024 sa'aatii 12:00 irratti biyya Faransaay magaalaa #Paarisitti eebbifamuuf qophii isaa xumureera.
Bakki eebba kitaabichaa:
9 rue Saint-Bruno 75018 Paris.
Warri Paarisiifi ollaashee jirtan hunduu affeeramtaniittu; irraa hin hafiinaa! 'Share' gochuun wal qaqqabsiisaa!" | 6 039 | 2 | Loading... |
07 Japanese firms achieved a breakthrough in 6G with a device 20 times faster than 5G. This prototype transmits data at 100 gigabits per second over 100 meters.
Four companies have collaborated since 2021 to develop sub-terahertz technology for 6G, which uses much higher frequencies than 5G and requires entirely new devices.
The team made significant contributions: DOCOMO on systems, NTT on high-frequency devices, NEC on antennas, and Fujitsu on signal amplifiers.
This paves the way for future applications like ultra-fast video streaming and real-time controls in autonomous vehicles. | 7 143 | 4 | Loading... |
08 Magaalaa Uumamaan badhaate! Bishaan Gurraachaa, Haroo Habaas.
Qaamni dhimmi ilaalu xiyyeeffannoo kennee giddugala Turizimii taasisuu qaba, Hundi keenyas gahee nurraa eegamu bahachuu qabna.
Visit Oromia #shashamannee #HaraHabaas
Check it out on my telegram
https://t.me/abdisabancha | 11 009 | 0 | Loading... |
09 Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Ameerikaa labsii fayyadama TikTok guutuu biyyattii keessatti dhorku raggaasiseera.
'TikTok' US keessatti yoo dhorkame, 'bilisummaan dubbii fi yaada lammiilee Ameerikaa miliyoona 170 ni sarbama,' jedhe dhaabbatichi.
Odeeffannoo guutuu Marsariitii irraa dubbisaa👇🏼
https://3fpost.com/if-tiktok-is-banned-the-freedom-of-speech-will-be-violated/ | 7 316 | 4 | Loading... |
🇪🇹Welcome to our vibrant community of passionate coders and developers! Connect with like minded individuals, share knowledge, collaborate on projects. Send us your constructive feedbacks @MarCodersFeedbackBot Resources @MarCodersLibrary
Exciting Announcement Join us this Friday on telegram (
https://t.me/Maroset)for a special live chat with Abdisa, a proven IT Specialist with a wealth of experience in software development and ICT consulting. As the Founder/CEO/Owner of OROICT Solutions, Google EML Facilitator at Google CLC University, and Digital Researcher at Amnesty International, Abdisa's expertise is unmatched. Don't miss this exclusive opportunity to learn from Abdisa's vast experience working with top organizations like Google, Ethio telecom, and Amnesty International. The discussion will be in Afaan Oromoo Place of discussion @MarCoders Follow Abdisa's Facebook page to get even more insights
https://www.facebook.com/abdisabjaraNotcoin has attracted the attention of the global market with its preparation for listing in several major cryptocurrency exchanges.
If 'TikTok' is banned in the US, "the freedom of speech and expression of 170 million Americans will be violated," The Tiktok said.