cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Abdisa Bancha Jara

This is ABJ Tech Blog - A channel for who have a passion for Computer Vision, #ICTNews and #MachineLearning, #AI #DigitalMarketing & #TechUpdates

إظهار المزيد
فنلندا355لم يتم تحديد اللغةLinguistics663
مشاركات الإعلانات
16 146
المشتركون
-924 ساعات
+247 أيام
+1 26830 أيام
أرشيف المشاركات
Photo unavailableShow in Telegram
Nama/fira isin jalaa bade ykn dhabdan yoo jiraate marsariitii kanarratti suuraasaa galchuudhaan odeeffannoo waa'ee nama Sanaa argachuu dandeessan. Website: https://facecheck.id/ #AI
إظهار الكل...
إظهار الكل...
Wanti Kum akkuma not coin sharafamuuf jedha jedhama jira hirmaadhaa tap tap godhaa😄😄 https://t.me/hamster_Kombat_bot/start?startapp=kentId710286813
إظهار الكل...
🤩 3
Iqqubii Hirkoo Hirkoon Hojii uummachuun gaariidha. Hirkoon Carraa hunda ofumaa fudhate.. What a generation!😂 https://youtu.be/sFxM135COJs
إظهار الكل...
18🥰 2
Photo unavailableShow in Telegram
👍 7🏆 4
10 practical lessons you can learn from Ryan Holiday's "Discipline Is Destiny: The Power of Self-Control": 1. Focus on the Process, Not the Outcome: Obsessing over results can be demotivating. Instead, cultivate discipline by focusing on the process – the daily actions and choices you make that contribute to your long-term goals. 2. Embrace Delayed Gratification: Discipline often involves sacrificing short-term pleasures for long-term gains. Learn to prioritize delayed gratification and resist impulsive decisions that might undermine your goals. 3. Develop Self-Awareness: The first step to building discipline is understanding your triggers and weaknesses. Recognize when you're most likely to give in to temptation and develop strategies to stay on track. 4. Habit Stacking: Pair a desired habit with an existing one. For example, listen to educational podcasts while exercising. This leverages the power of existing routines to build new, disciplined behaviors. 5. Minimize Decision Fatigue: Constant decision-making drains your willpower. Develop routines and set clear boundaries to reduce the number of decisions you need to make each day. 6. Find Your Accountability Partner: Having someone to support you and hold you accountable can significantly boost your discipline. Find a friend, colleague, or mentor who shares your goals and can offer encouragement. 7. Embrace Discomfort: Growth often requires stepping outside your comfort zone. Discipline allows you to tolerate discomfort and persevere through challenges necessary for improvement. 8. Celebrate Small Wins: Acknowledge and celebrate your progress, no matter how small. This reinforces positive behavior and keeps you motivated on your journey. 9. Learn from Setbacks: Everyone experiences setbacks. The key is to learn from them and use them as opportunities to strengthen your discipline and resilience. 10. Find Inspiration in Stoicism: The book encourages applying Stoic principles. Focus on what you can control – your thoughts, actions, and reactions – and let go of what you cannot control – external circumstances and other people's behavior.
إظهار الكل...
👍 9
Photo unavailableShow in Telegram
Dargaggeessi Abdii Aartii Oromoo ammatti gahumsa isaa himuu fi jajuuf natti ulfaatu keessaa tokko Guutuudha. Osoo isa hin hayyamsiisin caluma jedhee jaaladha. Aadaa Kutaalee Oromiyaa adda addaa hunduma irratti bareechee hojjatee akka as baasu abdii kooti! Amaaf kanatti bohaaraa👇 https://youtu.be/-jGSKLtDEC8
إظهار الكل...
👍 31👎 3 1
Photo unavailableShow in Telegram
13🔥 5🎉 2
Ammas akka sabaatti #hanqina_miidiyaa guddoo qabna. Articles karaa fuula OMS News Afaan Oromoo keessattuu Afaan English qophaayu nan jaaladha. Jabaatee #miidiyatti yoo guddate gaariidha.👇 https://www.facebook.com/share/p/ybApwWRixzAc1GPJ/?mibextid=qi2Omg
إظهار الكل...
19👍 2
إظهار الكل...
👍 13
The continent’s 20 billionaires are worth a combined $82.4 billion. That’s up $900 million from last year’s $81.5 billion. https://3fpost.com/billionaires-list-africas-richest-people-in-2024/
إظهار الكل...
👍 5 3
إظهار الكل...
👍 9 2
Photo unavailableShow in Telegram
Eenyummeessaalee #Tiktok kanneen Namoota bebeekkamoo fi Miidiyaalee gurguddaa idil-addunyaa, #CNN fa'a irratti aggaammii saayibarii godhameen Eenyummeessaaleen hedduu too'annoon ala tahuu himame. Aggaammiin taasifame dhaabbatichi icciitii fayyyamtootaafi dhaabbilee eeguu hin dandeenye jechuudhaan murtee Ameerikaan dhaabbaticha cufuuf dabarsite sirrii akka tahe mirkaneessuuf jedhameera. Namootni hordoftoota heddu qabdan ofeeggadhaa. Telegiraamii https://t.me/abdisabancha hordofaa
إظهار الكل...
👍 34 13
Fayyadamtoonni fi daldaltoonni Ameerikaa bara 2023tti yakka interneetiitiin doolaara biiliyoona 12.5 dhabuu isaanii gabaasni waggaa FBI irraa argame ifoomseera. Kunis Rikoordii haaraadha jedhameera. Odeeffannoo guutuu👇🏽 https://3fpost.com/a-record-12-5-billion-lost-to-internet-crime-in-2023/
إظهار الكل...
👍 11👎 8 3
👍 8 2
Hanni fi Saamichi karaa Interneetaa biyya keenyatti gaggeeffamaa jiru daangaa darbaa jira - #irraaofeegaa Hanni ykn saamichi karaa interneetaa gaggeeffamu akkuma sadarkaa Idil-addunyaattiyyuu hedduumachaa kan dhufe yoo tahu, Bara 2023 qofa Doolara Bil.12.8 ol tahutu hatame. Haaluma walfakkaatuun biyya keenya keessatti babaldhachaa jira. INSAn akka jedhutti Aggaammii hanna Interneetaa biyya keessatti taasifame keessaa 4,272 Kanneen too'annoo jala oolani yoo tahu Yaaliiwwan 150 ammo badii geessisuu hima. Aggaammiiwwan badii geessisan qabeenya hammamii akka balleessan hin himamne. Kanuma irraa ka'uudhaan, Aggaammiiwwan /Yaaliiwwan /Tooftaaleen adda addaa bifa jijjiirachuudhaan Biyya keenya keessatti hannaaf oolaa jiru. Isaan keessaa tokko maqaa namoota bebeekkamoo ykn dhaabbilee bebeekkamoodhaan Saamicha raawwatamaa jiruudha. Akka Fakkeenyatti yoo ilaalle: Ergaa asirraa arginu, Ministeera Mallaqaa fakkaachuudhaan Bara baraan Ergaa ergamuudha. Ergaan Ministeera Mallaqaa fakkaachuudhaan ykn of fakkeessuudhaan ergamu kun 'Dhaabbilee Mallaqaa Idil-Addunyaa' wajjiin tahuu dhaan deeggarsa kennuuf akka jiran kan himu yommuu tahu, Odeeffannoo sobaa yoo tahu bara darbe irraa eegale. Interneetaan Galmeessanii daataa dhuunfaa erga sassaaban ooda Unkaan Fandii Mallaqaa gaafatu guutaa jechuun unkaan Gaaggii Mallaqaa ergama. Unkaa Gaaffii Mallaqaa sana Print godhamee, harkaan guuttamee, mallatteeffamee, deebisanii SCAN godhamee kan ergamu yoo tahuudha. Tooftaan hannaa kun Yeroo tokkoon HANNA Gosa 3 raawwachuuf kan karoorfameedha. 1ffaa - Odeeffannoo dhuunfaa(Email, Bilbila, Lakk.W.E, Lakk.Paasport, Lakkofsa Daldalaa/TIN...) fudhachuu 2ffaa - Hanna Yaada dhuunfaati. Fandii argachuuf yaada ykn project haaraa ykn addaa qabdan, tooftaa hojiirra oolmaa wajjiin ibsa guutuu gaafata waan taheef Yaada namootni qaban jalaa hataa jira. Hanni hunda caalu hanna akkanaati. 3ffaa - Hanna Qabeenyaa(Mallaqaa) ti. Unkaa jedhame guuttanii yeroo ergitan, Hammi maallaqa(Fund) gaafattanii isiniif mijachaa jiraachuu isiniif himu. Adeemsa deemamaa jiru isin yaadachiisaa adeemu. Yoo xiqqoo turan 'Fund' jedhame isiniif gadi lakkifamuuf qophii tahuu isiniif mirkaneessu, achi booda Mallaqa ittiin gadi lakkisiifattan akka galchitan isin gaafatu. Walumaagalatti waa 3 hatamtu jechuudha. Tooftaan Hannaa kun wagga tokko dura kan eegale yoo tahu, Akka carraa gaarii tahetti namootni baayeen hubachuudhaan iyyata dhiyeeffachuu qofa osoo hin taane hedduu dhaadhessaa turan. Boodarra dubbiin babaldhattee Ministeera Faayinaansii gaafa geettu Ministeerichi 'Odeeffannoo Sobaa fi isaan akka bakka hin buune' ibsa baasee Ministeerichi. Haala sanaan namootni baay'een nyaatamaniiru, Ammas Marsaa lammaffaa deebi'anii dhufaniiru. Kanaafuu Hanna bifa Kanaan Maqaa dhaabbilee urguddoo fi Amanamoo ta'an dayeeffatanii babaldhachaa jiran irraa ofis, maatis, firaa fi hiriyyaa keessan eeguu qabna. Ministeerichi ibsa baasuu qofa osoo hin taane qaamolee dhimmi ilaallatu wajjiin tahuudhaan tarkaanfii barsiisaa tahe fudhachuu qabanaan gorsa kooti. Kana qofaa miti, Maqaa #Ethiotelecom, #CBE, #SafaricomEthiopia fikkfniin hanni rawwatamaa oolu lakkoofsa hin qabu. #Sharegodhaa waliif dabarsaa Odeeffannoo walfakkaatuuf Telegram kiyyarratti na hordofaa https://t.me/abdisabancha CC: Ministry of Finance - Ethiopia Financial Intelligence Service-Ethiopia INSA- የኢንፎርሜሽን መረብ ደህንነት አስተዳደር
إظهار الكل...
👍 22 9
Akka Gabaasa INSAtti biyya keenyattis Aggaammii hanna Interneetaa godhame keessaa qabeenya Qarshii Bil.19 ol baraaruu ibseera dhaabbatichi. Aggaammii Saayibarii bara kana biyya keessatti taasifameen Yaaliiwwan 4,272 Kanneen too'annoo jala oolani yoo tahu Yaaliiwwan 150 ammo badii geessisuutu himame. Aggaammiiwwan badii geessisan qabeenya hammamii akka balleessan hin himamne. Guutummaa gabaasichaa kunoo dubbisaa👇🏽 https://3fpost.com/insa-saves-19-billion-birrs-in-9-months-according-to-the-director-general/
إظهار الكل...
👍 16 2
إظهار الكل...
9👏 3
Seenaa tab tap godhaa 😁😁 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_710286813 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
إظهار الكل...
👍 15🔥 3🙏 1
إظهار الكل...
👎 11 9👍 3
إظهار الكل...
👍 18 13
Photo unavailableShow in Telegram
Dokumantarii fiilmii 'ATEETEE:AYYAANA HAAWWOTAA' Jedhamu Yeroo Dhihootti Qabannee Dhufaa Jirra. Fiilmii kun Aadaa Ateetee fi Sirna Gadaa keessatti Gahee Dubartootni Qabdu Haala Gaariin kan Ibsuudha. fiilmii kanamoo kan isiinii dhiheesse Nubiya Film Production dha. Announcing the upcoming documentary film, 'ATEETEE:AYYAANA HAAWWOTAA' a captivating exploration of Ateetee culture and the empowerment of women within the Geda system. Presented by Nubiya Film @abdisabancha
إظهار الكل...
👏 31👍 22 16
Photo unavailableShow in Telegram
@wallet kanuma hundaati waan taheef Namootni nuuf hojjachuu dide jettan obsaan eegaa ni sirraaya
إظهار الكل...
59👏 15👍 12🥰 5🤩 3
Telegiraamiin Fayyadamaa Ergaa Ergu(Messanger App) Sadarkaa Idil-Addunyaatti 4ffaa jiru yoo tahu yeroo dhiyoo as fuula gara daldalaa deebisuu isaa argaa jirra. Taphoota akka Notcoin kan amma NOTdhaan market value argatee crypto keessatti gabatti seene, Tapswap, 🐹 , King TON, 🤴 fi kanneen Biroo hedduu irratti akka hubannoo gahaa qabaattaniif ibsa baldhaa asumaan isiniif barreessa eeggadhaa... Galatoomaa @abdisabancha
إظهار الكل...
🙏 165👍 82 44👎 8
#Saamicha dijitaalaa maqaa 'daldala ykn investimentii #Forex' jedhuun biyya keenya keessatti baldhinnaan gaggeeffamaa turee fi jiru, irratti namootni baayeen keessaan na gaafachaa turaniiru, namootni seenanii saamichi irra gahes deeggarsa gaafachaa turaniiru/jiru. Dhimma kanarratti Agence France-Presse (#AFPStories) dhaaf ibsa kenneera, eeggadhaa. Rakkoolee walfakkaataa akkasii biyya keenya keessatti babaldhachaa jiran kanneen xiyyeeffannoo kennuudhaan hawaasa baraaruu barbaachisa waan taheef miidiyaalee fi ogeeyyiin hubannoo qaban xiyyeeffannoo kennuudhaan hubannoo uumuu qabna jedheen yaada.
إظهار الكل...
👍 119👌 8 7👏 4
Photo unavailableShow in Telegram
Waan ilaalutti jiru kana #Dhiyootti nu eegaa.... 》Fully focusing on targets! 》Power of attentions 》seeing beyond the surface.... 👀 Finally back to my office...
إظهار الكل...
66👍 25👎 1
Imala Waldorgommii dhaabbilee Tekinoolojii:- #Tiktok erga hundaayee waggoota 8keessatti imala diinagdee Idil-Addunyaa keessatti dhiibbaa kan uume #daldala dijitaalaa keessa erga seeneedha. Inumaayyuu hanga bittaaf gurgurtaa oomishaalee adda addaa(Tiktok store) gaheera. Kunis mufii dhaabbilee fi biyyoota hedduu uumeera. Akka Mana Maree Ameerikaatiin irratti murtaayetti baatilee 7 booda #Tiktok wanti jedhanu Aabjuu ta'a jedhameera. 》San walumaan ilaalla. Torbaan darbe irraa kaasee #tarsiimoo daldalaa haaraa qabatee kan asbahe ammoo #telegram dha. Telegram App ergaa keessoo walitti ergamuuf fayyadamaa jiru keessaa akka idil-addunyaatti sadarkaa 4ffaa irra kan ture amma tarsiimoo #Daldalaa haaraa qofa osoo hin taane baatii 3 keessatti gurmii hawaasaa(community) sadarkaa Idil-Addunyaatti galmaayee hin beekne kan olaantummaa #chatgpt harka ture... Dubbiin icciitii qabdi! #Tiktok balleessanii Telegram olqabuuf moo #Telegramiin kufaatii Tiktok carraatti jijjiirachuuf hojjachaa jira laata?
إظهار الكل...
👍 131 33🔥 4👏 4🎉 4
Ijoolleen #Telegram irratti mallaqa(notcoin gara USDT jijjiirattanii) gurgurachuuf nu rakkise ykn namoota amanuu dadhabne jettanii of harkaa qabdan keessaan naa barreessaa....
إظهار الكل...
68👍 33🥰 3
إظهار الكل...
👍 21 4🔥 2
إظهار الكل...
🙏 31 18👍 7👏 5
Notcoin Tarreewwan 'Binance, Bybit, Fi OKX' Keessatti Dabalame Notcoin (NOT) yaad-rimee moodeelota taphaa fi invastimantii kirpitookaaransii haaraa yoo tah'u, Akka tapha 'taphachuun-galii-argachuu' jedhuun kallattiidhaan Telegram irratti hidhamee kan hojjatuudha. Notcoin jijjiirraa maallaqa kirpitoo gurguddoo hedduu keessatti galmaa'uuf qophaa'uu isaatiin xiyyeeffannoo gabaa addunyaa torbaan kanaa hawwateera. odeeffannoo guutuun👇🏽👇🏽 https://3fpost.com/notcoin-listing-in-binance-bybit-and-okx-get-ready/
إظهار الكل...
29👍 20
Photo unavailableShow in Telegram
Telegiraamiin Daldala gurguddaa keessa seenuu beeksiseera. Sharafa ofiisaa #TON(derived from Notcoin) jedhamus Binance irratti dabaluudhaan sharafa Dijitaalaa ifoomseera. TON(Toincoin) 1 = Doolara 5n ture amma 7tti olguddateera. #Bitcoin waggaa kudhan dura Doolara 0.9 eegale hardha Doolara Kuma 63tti sharafamaa jira. Namootni #NOTCoin qabdan itti hin jarjarinaa sharafuuf! Odeeffannoo kanaan walqabate 💢 》 https://t.me/abdisabancha Irratti badhinaan isiniif barreessa. Na hordofaaa
إظهار الكل...
👍 94 18👏 4
Photo unavailableShow in Telegram
Dargaggoota Abdii Boruu ta'an kanneen bifa akkasiitiin qaruun kun Fakkeenya gaarii irraa baratamuudha. Manni Barumsa NAAFYAAD-ADAAMAA: WALDORGOMMII KALAQA-TQO(ICT INNOVATION AWARD) qopheesseera. M/B Naafyaad Guyyaa kabaja ICT Idil-Addunyaa sababeeffachuun Waldorgommii Kalaqa barattoota dandeettii addaa-qabaniif kan qopheesse yoo tahu, Manneen Barnoota Biroo irraayis akka isaan wajjiin dorgomaniif affeeruu irratti argamu. Waltajjiin akkasii Ogummaa yeroon barbaaddu irratti barattoota qaroo jajjabeessuuf taasifamu kun fakkeenyummaa gaarii ta'ee babaldhachuu qaba. Waldorgommichi bakka Miidiyaalee fi qaamotni adda addaa argamanitti kan gaggeeffamuudha. » Anis Abbaa Seeraa tahee akka hirmaadhu affeeramuu kiyyaaf Galatoomaa M/B Naafyaad: M/B Hangafa Afaan Oromootiin Magaalaa Adaamatti barsiisuu eegale yoo tahu kan Abbaa Qabeenyaa Jaalannu Obbo Dinquu Dayyaasati! Dorgomtootni Milkaa'aa, Horaa Bulaa Deebanaa @abdisabancha
إظهار الكل...
42👍 30👎 4