cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

BBC Afaan Oromoo Official

Oduu - BBC News Afaan Oromoo BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koo

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
95 954
المشتركون
+13124 ساعات
+9737 أيام
+4 30430 أيام
توزيع وقت النشر

جاري تحميل البيانات...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تحليل النشر
المشاركاتالمشاهدات
الأسهم
ديناميات المشاهدات
01
Ergamaan addaa US Maayik Hamar rakkoo siyaasaa Itoophiyaa keessa jiru ilaalchisee Wiixata Caamsaa 13, 2024 hayyu duree ABO Obbo Daawuud Ibsaafi dura taa'aa dhaaba Koongireesii Federaalawaa Oromoo Proofesar Mararaa Guddinaa waliin mariyataniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ohCMWQI
9 8489Loading...
02
Meeshaan waraanaa Ameerikaan Yukireeniif gargaarsaan kennite adda waraanaa qaqqabaa jira; ministirri dhimma alaa US ammoo magaalaa gudoo Yukireen Kiiv galaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/P36LMeO
11 3734Loading...
03
Leenjisaan Maanchistar Siitii Peep Gaariyoolaa tapha murteessaa gareensaa galgala kana Tootenhaam waliin godhu dursee ibsa miidiyaaleef kenneen taphichi hammam takka murteessaa akka ta'e dubbate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5AmZMEB
10 2204Loading...
04
Bara Dargiin kufee ADWUIn aangoo qabate, bara 1983 ALItti kaasee qondaala siyaasaa Dhaabbata Dimokiraatawaa Uummata Oromoo ykn OPDO ta'uun hanga yeroo dhiyootti tajaajilaa turan Obbo Alaakaa Simbiruu via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LkNSMiG
10 5074Loading...
05
Taateen doktorri lammii Ameerikaa Kiristoofar Ker ALA Ebla 1999 arge imala hojiisaa kan jijjiire ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vbuoxnR
11 0855Loading...
06
Akkaata qabiinsa hidhamtoota galmee himannaa Obbo Yohaannis Bowaayaaloo fa'aa jalatti galmaa'an ilaalchisee itti-gaafatamaan mana sirreessaa Qaallittii mana murtiitiif ibsa akka kennu dhaddacha har'a ooleen ajajame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/u1OkxQZ
14 3863Loading...
07
Naannoo Kibba Itoophiyaa Godiina Kibba Oomotti kirkirri lafaa reektar iskeelii 4.8 ta’e mudachuu Yuunivarsiitin Finfinnee beeksise.Yuunivariitichatti Inistiitiyuutin Ji’oofiziksii, Saayinsii Hawaafi Astiroonomii akka beeksisetti kirkirri lafaa Godiina Kibba Oomoo Aanaa Bannaa Tsamaayitti mudate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/p8JIKtC
13 9374Loading...
08
Malkaa Bal’ootti namootni 12 bakakkaan miidhaa irraan gahee mala aadaan yaalamanii ''fooyyeerra jirra'' jedhan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NH4oymz
13 8916Loading...
09
Dooniin daldalaa Itoophiyaa moggaasa ''Abbaay II'' jedhamu qabdu xaa'oo toonii 60,000 feetee yeroo duraaf buufata doonii Laamuu qaqqabuu Abbaan Taayitaa buufata Doonii Keeniyaa beeksise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PayqXEW
13 83910Loading...
10
Namichi yeroo jalqabaatiif kaleen booyyee jijjiiramee galeef wallaansa taasifameef ji’a lamaan booda lubbuun isaa darbuu hospitaalichi beeksiseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6NtjfAy
12 7644Loading...
11
Gaara guddicha addunyaa Evarast namoonni lama hamma fiixeetti bahuun Dilbata kalee rekardii cabsan. Rekardiin inni tokko nama lammii Biriitish'n, inni kaan lammii Nepaal naannoo Sherpaa jiraatuun cabe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HQnijAD
12 5373Loading...
12
Odola lixa Indooneeziyaa Sumaatraa iddoo volkaanoon hammaatutti lolaafi laavaan(humbuluqa) qorraa irra yaa'ee namoonni 37 lubbuun darbe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gO60Ame
14 1023Loading...
13
Barattoonni BBCn dubbise hunduu warra waan barbaadamu beekaniif, warra waan irraa eegamu guutaniif, akkasumas nama yeroo kennee barbaadeef Xaaliyaanitti carraa barnootaa argachuun ulfaataa miti jedhu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Pw0mXJu
13 93366Loading...
14
Waldhaansa baqaqsanii yaaluu Caamsaa 8, 2024 Hospiitaala Odaa Hulleetti taasifameen dhiitoon yookaan xannachi 18kg ulfaatu garaa dhukkubsattuu kana keessaa baafamuu, Yunivarsiitii Jimmaatti Ispeeshaalistii ulfaa fi gadameessaa akkasumas sabispeeshaalistiin ‘urogynecology and pelvic reconstructive surgery’, Dr Ahmad Siraaj BBC’tti himeera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RoU0GKm
14 4113Loading...
15
Hojjetaan ijaarsaa Afrikaa Kibbaa magaalaa Joorji jedhamu keessatti osoo hojiirra jiru gamoon itti jige guyyoota shan booda lubbuun baraarame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hriVczn
17 3593Loading...
16
Arsanaal galgala kana gara Tiyaatir Of Diriims imaluun gahumsa gad aanaarra kan jiru Maanchistar Yunaatidiin morkata. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cXuLWjv
16 2613Loading...
17
Kibba Gaazaatti oppireeshiniin waraanaa waan jabaateef Israa'el lammiileen Filisxeem kumaan lakkaa'aman dabalataa Raafaah irraa akka bahan ajajje via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/utIeYpR
15 4445Loading...
18
Yeroo ulfaa ispoortii ciccimaa hojjechuun faayidaamoo miidhaa qaba? Ulfa ji’a saddetii taatee akaakuu ispoortii ciccimaa leenjisaa kan jirtu Shillimaat Siisay, namni ilaale gaaffii kana kaasuun hin oolu. Haati ijoollee sadii, ammas afraffaa garaatti baattu kun mudannooshee BBCtti himteetti. Dhimma kanarratti ogeessa fayyaarraa iyyaafannees deebii arganneera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6euWdci
15 5487Loading...
19
Qaala'insi jireenyaa dabalaa waan dhufeef biyyoota lixaa keessatti nama kana dura hin beekne wajjin jiraachuun baramaa dhufeera. Hawaasa fedhii isaaniin karadeemaa wajjin mana tokko jiraatan faayidaafi dhiibbaa haala jireenyaa akkasiirratti dubbisneerra. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rIBDYA9
15 2633Loading...
20
Ifti kaabaa adda ta’eefi ajaa’iba jedhame guutummaa samii UK irratti mul’ate. Namoonni kutaa biyyattii gara garaa keessa jiran ifa samii yeroo baayyee argamee hin beekne kana daawwachuun gammadaa turaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/30PHWzG
18 10110Loading...
21
Taphataan sarara gidduu duraanii Maanchister Yuunaayitid Deevid Beekam dookimantariin injifannoon waancaa sadii [Piriimer Liigii, FA fi Shaampiyoonsi Liigii] bara 1998-99 garee Maan Yuunaayitid amma rakkoo keessa jiru ni onnachiisa jedhe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gyVT2GR
18 4005Loading...
22
Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa namoota Ameerikaa jiraatan 'barbaadaman' dabarfamanii akka kennamaniif tumsi akka taasifamuuf ambaasaaddara Ameerikaa gaafate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YfeT0l2
17 0777Loading...
23
Maanchister Siitiin walitti fufee Shaampiyoonaa Piriimer Liigii Ingiliz tahuuf taphoota sadii isa hafan mo'achuu qofatu irraa eegama. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rZLtn1D
16 9446Loading...
24
ABO-ABO Marii Biyyaalessaa, Haqa Yeroo Ce’umsaa fi hidhannoo hiikkachuu ilaalchisee ibsa baaseen marii biyyaalessaa rakkoo siyaasa Itoophiyaa mudate kan furuu danda’u yoo qaamolee wal waraanan irraa jalqabee hawwaasa bal’aa hammachuutti ce’edha jedhe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HN3X5IB
15 55510Loading...
25
Manni-maree ministeerotaa torban lama dura Imaammata Haqa Ce’umsaa raggaasiseera. Haala Itoophiyaa bu’uura kan godhate “adeemsa haqni ce’umsaa qindaa’aafi walsimataa ta’e ittiin gaggeeffamuufi sirna ittiin hojiirra oolu diriisuu” kan jedhu kaayyoo imaammatichaati. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NJul7cm
14 0548Loading...
26
Korri Waliigalaa Biyyoota Gamtoomanii mirgoota Filisxeem dhaabbaticha keessatti qabdu cimsuudhaan, akka miseensaatti akka fudhataniifillee waamicha taasise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ME4LO7j
14 0847Loading...
27
Baadiyyaa bakka hedduutti namootni kaayyoon saree guddifataniif keessaa ijoon waraabessiifi bineensi biraa halkan qabeenya isaanirraan miidhaa akka hin geessifne ittiin eeguufidha.Haalli kuni garuu magaalaa Harargee Lixaatti argamtu Masalaatti waan hojjetu hin miti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HwVv8Ky
15 42715Loading...
28
Juunkoo Yamaamato mucaa magaalaa Tookiyooti. Tookiyoon magaalaa guddoodha. Uummannishees akka goondaa walkeessa yaa’a. Akkuma qilleensa shuf jedhee baduuti. Yoo baabura koru argitee yeroo ammuma ammoo yeroo bu’u argita. Juunkoon garuu kanuma keessaa tasgabbooftee iskistaa [shuubbisa] buuti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HJtVMPc
15 0219Loading...
29
Paartileen siyaasa Innaat paartiifi Dhaabbata Tokkummaa Itoophiyaa Guutuu (Mehihaad) jedhaman filannoo bakka kanaan dura itti hin gaggeeffamiin hafeefi bakka filannooon irra deebiin gaggeeffamu naanolee afur kessatti A L I Wxabajji 9, 2016 karoorfame keessaa of baasuu beekisan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/duwkXiQ
18 4694Loading...
30
Pirojektii 'guddaan' Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa jedhamuun mogga'e mootummaan naannoo Oromiyaa ifa godhe magaaloota Mojoo fi Adaamaa gidduutti ijaarrama. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PUfrIdt
18 69712Loading...
31
Baayern Liiverkusen bara dorgommii kana taphoota 49 osoo hin mo'amiin imaluun rikardii Awurooppaa haaraa galmeessan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/T2jynOg
19 8896Loading...
32
Bulchaan aanichaa akka jedhanitti, erga waliigaltee Piriitooriyaan mallateeffame booda dhootuwwan waraanaarratti osoo hin dhuka'iin hafan ykn awwaalaman balaa qaqqabsiisaniin namootni 100 ol ta'an du'aa fi miidhaa qaamaaf saaxilaman. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NPTQnOs
18 1775Loading...
33
Kaansariin qaama saalaa dhiiraa yeroo baayyee kan mudatu miti, garuu lakkoofsi namoota addunyaarratti dhibee kanaan qabamanii dabalaa jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4WHN2i6
16 54016Loading...
34
Dhaabbanni TikTok Ameerikaan dhaabbata chaayinaan warroomtu kana akka hin uggurree fi akka hin gurguramneef himannaa seeraa qopheessaa jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jnzuWZJ
16 9684Loading...
35
Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa US, Maayik Haamer rakkoo nageeyaa naannoo Oromiyaa fi Amaaraa keessaa furuuf mootummaa Itoophiyaa waliin marii gaggeessuuf. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m2gAcfJ
20 2827Loading...
36
Itoophiyaa keessatti Feesbuukii, Telegiraamii fi Tiwiitara irratti dubartoonni dhiirota akkasumas eenyummaa sabaafi amantii caala haasaa jibbaaf saaxilamoo tahuu dhaabbanni mirga namoomaaf falmuufi teessoonsaa UK tahe Center For Information qorannoon taasise akka agarsiisu hime. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FeigYGc
19 2089Loading...
37
Dhaabbanni mirga namoomaaf falmu Hiyuumaan Raayitis Wooch humni addaa Sudaan RSF fi michoonnisaa Arabaa lixa Daarfur magaalaa El Jenaayinaa keessatti duguuggaa sanyii hin raawwatiin hin oolan jedhe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/phDrPTk
18 4625Loading...
38
Riyaal Maadirid du'eera afuurri keessa hin jiru yeroo jettu deebi'ee dhadhahatee ka'a. Mo'ameera yeroo jettu ammoo sekondii dhumaatti galchii lakkoofsisee mo'atee baha, kun amala isaaniiti'' jedhe taphataan Baayern Munik Matiyaas Diliit. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/C0MkKPr
17 3073Loading...
39
Juuliyaas Maalemaan nama siyaasaa Afrikaa didaa, nama daangaa kaa'ame cabsuun beekamu.Bara darbe Maalemaan namoota waraana Israa'el Gaazaatti gaggeessitu mormuuf hiriira bahaniin akkas jedhe: ''Bara dhuftu yeroo aangoo qabannu Hamaas ni hidhachiisna, Hamaas akka meeshaa ummata isaaniif ittiin falman qabaatu EFF mirkaneessuu qaba,'' jedhe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rzocibX
17 5177Loading...
40
Bara inni durse Arsenaal hamilee horate, fiixee Piriimer Liigii Ingiliziirratti ba'e. Martin Odegaard kilaboota kubbaa miillaa gurguddoo Awurooppaa biratti gabaansaa akkaan ho'uu wayita eegalu reefuu umriinsaa waggaa 16 seena. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/T54hJSR
17 4825Loading...
Ergamaan addaa US Maayik Hamar rakkoo siyaasaa Itoophiyaa keessa jiru ilaalchisee Wiixata Caamsaa 13, 2024 hayyu duree ABO Obbo Daawuud Ibsaafi dura taa'aa dhaaba Koongireesii Federaalawaa Oromoo Proofesar Mararaa Guddinaa waliin mariyataniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ohCMWQI
إظهار الكل...