cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

BBC Afaan Oromoo Official

Oduu - BBC News Afaan Oromoo BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koo

إظهار المزيد
Advertising posts
93 858المشتركون
+13824 hour
+9657 يوم
+4 39530 يوم

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Leenjisaan Arsenaal Maayik Arteettaan tapha Tootenhaam waliin qaban dursuun akkamitti akka Tootenhaamiin mo'atan leenjisaa duraanii Arsenaal Arsen Weenger irraan gorsa barbaada jedhe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JQFk4aY
إظهار الكل...

Viidiiyoon gareen Hamaas tibbanna gadhiisee tokkoo lammiilee Ameerikaafi Israa’el butaman Gaazaa keessa lubbuun akka jiran kan mirkanneessuudha jedhame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/s0EoCwx
إظهار الكل...

Manguddoon ganna 101 sababa daandin qilleensaa dogoggoraan umuriisaanii galmeessef irra deddeebin daa'ima jedhamanii waamamaa jiru. Taaten kun kan mudate UStti yoo ta'u, Daandin Qilleensa Ameerikaa yeroo tikeettif galmeessu akka waan manguddoon kun bara 2022 dhalataniitti galmeesse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cbG4LhI
إظهار الكل...

Yunivarsiitiiwwan US bebbeekamoo keessatti mormii waraana Gaazaa keessa jiru ilaalchisuun gaggeeffamu hordofee jumlaan nama hidhuun raawwatamaa jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8U2yTHr
إظهار الكل...

Ameerikaa kutaa Koloraadoo, magaalaa Denver keessa Daandii 1710 E 25 manni bunaa [Espereessoo Baar] kan Itoophiyaa taate tokko jirti.Keenyan kaffee kanaa tokko ‘ashaakiltootaan’ kan uwwifame yoo ta’u, keenyan biraan ammoo hojiiwwan aartii gara garaatiin faayameera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DUnf7pk
إظهار الكل...

Taphataan sarara fuuladuraa Liiverpuul Mohaammd Saalaah waldhabdee isaafi leenjisaasaa Yaargen Kiloop gidduutti uumameen booda gaafatamee, “kana dubbannaan har’a ibiddatu dhalata” jechuun sababa waldhabuu isaaniifi maal akka waliin jedhan dubbachuu dhiisuu filate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0A2U6EX
إظهار الكل...

Dubartiin Iraaq miidiyaa hawaasummaarratti dhiibbaa uumuun beekamtu Oom Faahaad manashee magaalaa Baagdaad keessatti argamu fuulduratti rasaasaan ajjeefamte. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6lTvzod
إظهار الكل...
TikTokarri beekamtuu Iraaq manashee Baagdaad jiru fuulduratti ajjeefamte

Dubartiin Iraaq miidiyaa hawaasummaarratti dhiibbaa uumuun beekamtu Oom Faahaad manashee magaalaa Baagdaad keessatti argamu fuulduratti rasaasaan ajjeefamte.

Liivarpuul tapha darbii mersiisaayidiin Evartaniin mo'amuunsaa carraa waancaaf qabu itti dhiphiseera.Arsenaal dirreesaatti Chelsii, Maanchistar Siitiin ammoo direen ala Biraayitaniin amansiisanii mo'atan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zAN5hix
إظهار الكل...
Arsenaal tapha darbii Kaaba Landan irra aana moo adabbii mersiisaayid irratti Liivarpuul mudatetu isa eeggata?

Liivarpuul tapha darbii mersiisaayidiin Evartaniin mo'amuunsaa carraa waancaaf qabu itti dhiphiseera. Arsenaal dirreesaatti Chelsii, Maanchistar Siitiin ammoo direen ala Biraayitaniin amansiisanii mo'atan.

Kan haaraa hundeeffame Naannoo Itoophiyaa Kibbaa godina Walaayitaatti, miindaan turuufi addaan ciccitee kaffalamuun rakkoo keessa akka isaan galche hojjetoonni mootummaa dubbatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8u5mnZS
إظهار الكل...
Yaaddoo hojjetoota mootummaa miindaan yeroon hin kaffalamneef Walaayitaatti

Kan haaraa hundeeffame Naannoo Itoophiyaa Kibbaa godina Walaayitaatti, miindaan turuufi addaan ciccitee kaffalamuun rakkoo keessa akka isaan galche hojjetoonni mootummaa dubbatan.

Waraana Kaaba Itoophiyaa hordofee Naannoo Amaaraa jalatti bulaa kan turan naannoo Raayyaatti bulchiinsi naannichi diriirsa erga diigame torban lama darbaa jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iv3yHex
إظهار الكل...