ar
Feedback
PSMQN

PSMQN

الذهاب إلى القناة على Telegram

PSMQN

إظهار المزيد
6 256
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+177 أيام
+4530 أيام
أرشيف المشاركات
PSMQN
6 256
GHL/Habroti Qophii Addaa Sagantaa Bashananaa Xumura Leenjii Hoggansa Marsaa 3ffaa bara 2017 irraatii Affeerraa Artistoota A/Habrootiif taasifameen Goolabame.

PSMQN
6 256
photo content
+3

PSMQN
6 256
wixinee daballii miindaa.pdf14.87 MB

PSMQN
6 256
Dhaddacha Nannawaa Banuu.pdf3.73 KB

PSMQN
6 256
Sagantaa Karoora Inisheetiivii Miisoma Koodarootaa

PSMQN
6 256
Kabaja Guyyaa Rifoormii

PSMQN
6 256

PSMQN
6 256
Carraa Barnootaa Bara 2️⃣🅾️1️⃣7️⃣ tiif Hojjetoota Yunivesitii S/Sarv./Itoophiyaatti barachuuf Galmaa'anii turan Yeroo Qormaataa Digrii 2ffaa fi 3ffaa (phd) beekkameera. ilaalaa.

PSMQN
6 256
#Biiroo_Komunikeeshnii_Oromiyaa. Ergaa hatattamaa daldaltoota Naannoo keenyaa hundaaf! Mootummaan dinagdee dam-daneessa ijaaruuf Sagantaa Imaammata Dinagdee Gooroo biyyattii irratti fooyya'insa taasiseen walqabatee, sharafni alaa bittaa fi gurgurtaan isaa fedhii gabaan akka murtaa'u ta'ee jira. Kanaaf, fooyya'insa gatii sharafa alaa irratti taasifameen wal-qabatee odeeffannoo dogoggoraa gatiin meeshaalee ol ka'a jedhuun meeshaalee irratti gatii hin malle dabaluu, dhoksuufi kuusuun darbee darbee mul'achuu eegalee waan jiruuf daldaaltonni Naannoo keenyaa gocha badaa ummata miidhu irraa akka of eegan Biiroon Daldalaa Oromiyaa cimsee beeksisa. Mootummaan gocha kana to'achuuf Koree Komaandi Poostii sadarkaan hundeessee hojiitti galee kan jiru yoo ta'u, daldaltota gatii hin malle meeshaalee irratti dabalanii argaman irratti tarkaanfii bulchiinsaa fi seeraa fudhachuun daldaaltonni biraan akka irraa baratan taasisuu akka qaban Biirichi cimsee hubachiisa. Kana malees, hawaasni bal'aan gatii seeraan ala dabalamu yoo arge Waajjira Daldalaa naannoo isaatti argamutti eeruu kennuun aggaammii qaala'insa hammeessuufi gochoota seeraan ala raawwatamuu malu qolachuuf sochii mootummaan eegale cina akka dhaabbatu Biiroon Daldala Oromiyaa waamicha lammummaa taasiseera. Odeeffannoo dabalataaf Lak.Bil 09 13 62 71 14 Ykn 09 17 80 58 02 bilbiluun eeruu kennuu ni danda'ama. #Biiroo_Daldala_Oromiyaa!

PSMQN
6 256
Maqaa Kaadhimamtoota Carraa Barnootaa bara 2017 tiif Yuniversitii S/Sarviisii Ethiopiatitti Carraa barnootaa argatan Qormaataaf Dhihaatan .

PSMQN
6 256
Cunfaa gabaasa waggaa Oditii 2016.docx1.17 MB

PSMQN
6 256
+1
Abbaa Adeemsaa.xlsx9.32 KB

PSMQN
6 256
+1
Abbaa Adeemsaa.xlsx9.39 KB

PSMQN
6 256
Mossaajii Marsaa 1ffaa bara 2017

PSMQN
6 256
Mossajii Marsaa 2ffaa 2017

PSMQN
6 256
+2
Cuunfa_madaallii_hojjattootaa_Aanaa_marsaa_2ffaa_2016_3GD.xlsx0.99 KB

PSMQN
6 256
Barnoota xumuran.pdf2.88 KB

PSMQN
6 256
KT fi Abbaa Dhimmaa

PSMQN
6 256
+9
Dokumantii Naamusaa.pptx3.18 KB