cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Dubbii Dhugaa

➡️ 𝑴𝒂𝒂𝒍 𝒉𝒐𝒋𝒋𝒆𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒖 𝒏𝒂𝒏 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒂, 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝒘𝒂𝒏𝒕𝒂 𝒏𝒂𝒎𝒐𝒐𝒕𝒏𝒊 𝒚𝒂𝒂𝒅𝒂𝒏𝒊𝒊𝒇 𝒅𝒂𝒏𝒕𝒂𝒂 𝒉𝒊𝒏 𝒒𝒂𝒃𝒖. [email protected] ykn @𝑜𝑓𝑖𝑖𝑓_𝑘𝑜𝑜

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
204
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa, Aanaa Dalaantaatti namoonni hedduun albuuda Oppaalii jedhamu osoo qotaa jiranii lafti irratti jige baraaruudhaaf yaaliin taasifamaa ture guyyoota darban afuriif itti fufuu aanga’oonni naannichaa BBC'tti himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Lva7Q0A
إظهار الكل...
Walloo Kibbaatti namoonni albuuda osoo baasanii lafti irratti jige guyyaa afraffaaf akkuma awwaalamanitti jiru

Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa, Aanaa Dalaantaatti namoonni hedduun albuuda Oppaalii jedhamu osoo qotaa jiranii lafti irratti jige baraaruudhaaf yaaliin taasifamaa ture guyyoota darban afuriif itti fufuu aanga’oonni naannichaa BBC'tti himan.

🤷Na jaallanan na jaalladhu 🦾Na utuubii na jabbeessi 💃Na jibbinaan na baqadhu 🤦Argaa kooyyuu tasa dheessi 💏Na jaallateef si jajadhee 👃Na jibbiteef sin komadhuu 💌Garuu ilaa onnee koorraa 🤏Kanin baasee sitti himadhuu 🤌Na ukkamsee qalbii kiyya ❣️Wanta waaduu, na jaallachaa 🤗Na jibbuu Kee hin barbaaduu 🙅Eeyye hin barbaadu!. Galatoomaa! @Dubbii_Dhugaa @Dubbii_Dhugaa @Dubbii_Dhugaa @Dubbii_Dhugaa @Dubbii_Dhugaa
إظهار الكل...
Addaan bargaanfattee Maalif kaataa suura? Xiqqoo tura malee Boombiin uma ura! @Dubbii_Dhugaa @Dubbii_Dhugaa @Dubbii_Dhugaa @Dubbii_Dhugaa @Dubbii_Dhugaa
إظهار الكل...
JECHOOTA DINQISISOO 1. Hammam dheeraa taatus boru arguu hin dandeessu. 2- Konkolaataa kumaatama qabaattus, kutaa siree lukaan deemun kee dirqama. 3-Daaktuu beekamaa taatus Qurxummii ta'uu hin dandeessu. 4- Nama jabaa beekamaa biyyaa taatus gaara sochoosuu hin dandeessu. 5- Poolisii beekamaa taatus lubbuu qabuu hin dandeessu. 6- Diimachuu keetii adis ta'i, gaaddidduun tee garuu gurraattuma. 7- Birtukaanni cuunfamuu isaa beekeera osoo ta'ee bishaan hin qabatu ture. 8- Kan arge hunda qabuuf kan yaale, guyyaa tokko bofa qabee hiddama. 9- Booji'ameera jettee nama abaarame waliin hin oolin. 10- Baalonni xawlagan gaafa harca'an, isaan magariisotaaf of eeggannoodha. 11- Hiriyyaa gaarii salphaatti bituu hin dandeessu, haa ta'uuti garuu salphumatti gurguruu dandeessa. 12 Namni du'a osoo hin barbaadin maalif mootummaa Waaqayyoo galuu barbaadaa? 13- Birriin damee mukaa irratti kan hin biqillee erga ta'ee, manneen baankii maalif damee banuu? 14- Biyya keenyatti bilisummaan dubbachuu jira jechaa, maalif bilbilaan dubbannee teeledhaaf kaffallaa? 15- Adurreen gadaamii seentus, adurrummaa ishee hin jijjiirtu. 16-Wayiniin mi'aawaa ta'us gatiin isaa garuu hadhaawadha. 17-Yeroo gabaabaa keessatti birrii kee dachaan dabaluu yoo barbaadde, birrii kee kiisii kee keessaa baasitii, dachaasii deebisii kiisii kee keessa kaawwadhu. Kanaan ala filannoo biraa hin qabduutii. 18. Gorsii fi Booksin kan kennutti salphaadha! 👉waan dubbistanif galatooma @Dubbii_Dhugaa
إظهار الكل...
👁
إظهار الكل...
👉Gochi Kee har'aa seenaa Kee borii waan ta'uuf tokkoo tokkoo gocha keef of eeggadhu. @Dubbii_Dhugaa @Dubbii_Dhugaa
إظهار الكل...
simboo dhugaa kan rabbiyyuu ragaa Makaa kan hin qabne Naatoo kan hin dhabne Iftuu akka aduu hunduu siif ragaduu Eenyutuu si gitaa? Eenyumat si bitaa? Gatiin kan kee qaalii Har'as hunda caalii Dachee dirreen faayaa Jiraadhu Oromiyaa #Dubbii_Dhugaa #Dubbii_Dhugaa #Dubbii_Dhugaa #Dubbii_Dhugaa
إظهار الكل...
Maaliif? Jecha kan waan gootu hundumaaf dursi fayyadami!
إظهار الكل...
Yaadni hamaan summii caalaa nama balleessa. Yaadni gaariin dawaa caalaa nama jajjabeessa!
إظهار الكل...