cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

FBC Afanoromo

This is FBC Afan Oromo official Telegram channel. For more updates please visit www.fanabc.com/afanoromo

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
48 419
المشتركون
+3124 ساعات
+1387 أيام
+78530 أيام
توزيع وقت النشر

جاري تحميل البيانات...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تحليل النشر
المشاركاتالمشاهدات
الأسهم
ديناميات المشاهدات
01
Dhaabbanni Biiznasii Dhuunfa ‘Wudase and Family ‘ sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makame Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Biiznasii Dhuunfaa ‘Wudase and Family ‘Itti gaafatamummaan isaa murtaa’e Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluu mata duree ‘Daandii Qulqulluu -Jireenyaa Fayyaa’ jedhuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ifoomsanitti makameera. Dhaabbatichi Birrii miiliyoona 2 gumaachuun sagantichatti makameera. #Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf; Teelegraama https://t.me/afanoromofana Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/dhaabbanni-biiznasii-dhuunfa-wudase-and-family-sosochii-itiyoophiyaa-qulqulluutti-makame/
2 7940Loading...
02
Abu Daabitti Hojjettoonni Embaasii Itiyoophiyaa sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makaman Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Abu Daabitti Hojjettoonni Embaasii Itiyoophiyaa sosochii Itiyoophiyaa ququlluu mata duree’ Daandii Qulqulluu Jireenyaa Fayyaa” jedhuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ifoomsanitti makamaniiru. Hojjettoonni Embaasichaa Birrii kuma 252 gumaachuu sagantichatti makamaniiru. Emireetotaa Arabaa Gamtoomanitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Dooktar Ambaasaaddar Umar Huseen ,Itiyoophiyaanoonni Abu Daabii fi naannawaashee jiraatan sosochichatti makaman karoorri… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/abu-daabitti-hojjettoonni-embaasii-itiyoophiyaa-sosochii-itiyoophiyaa-qulqulluutti-makaman/
2 5160Loading...
03
Jilli Obbo Bariisoo Fayyisan durfamu facaasaa Boqolloo Qonna Ganna eegalchiise Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) –Jilli Hoggaanaa Ittaanaa Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu Godina Jimma Aanaa Botor Xollaayitti facaasaa Boqolloo Qonna Gannaa eegalchiseera. Godinichatti qonna gannaan lafa heektaraa kuma 238 ol sanyii boqqoloon uwwisuuf qophiin taasifamuun ibsameera. Obbo Baariisoon saganticharrati hasaawa taasisaniin , Godinni jimma oomishaa ruuzii, qamadii, bunaa, dammaa, furdisaa Loonii fi… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/jilli-obbo-bariisoo-fayyisan-durfamu-facaasaa-boqolloo-qonna-ganna-eegalchiise/
2 2870Loading...
04
Pireezidaantoota naannolee dabalatee Ministiroonnii fi Ambaasaaddaroonni agarsiisaa Itiyoophiyaan haa oomishtuu daawwatan Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Pireezidaantoota naannolee dabalatee Ministiroonnii fi ambaasaaddaroonni biyyoota adda addaa agarsiisaa Itiyoophiyaan haa oomishtuu daawwataniiru. Pireezidaantoonni naannolee, Kaantibaawwan, Ministiroonni, Ambaasaaddaroonni, hoggantoonni Indaastirii Oomishtootaa fi keessummoonni waamichi taasiifameef Agarsiisa Itiyoophiyaan haa oomishtuu Galma Barkumeetti qophaa’e daawwachuu ragaan Ministeera Indaastiriirraa argame ni mul’isa. #Oromia #Ethiopia https://www.fanabc.com/afaanoromoo/pireezidaantoota-naannolee-dabalatee-ministiroonnii-fi-ambaasaaddaroonni-agarsiisaa-itiyoophiyaan-haa-oomishtuu-daawwatan/
2 3820Loading...
05
Miidiyaaleen calaqqeewwan waloo beeksiisuun seenessa waloo uumuuf xiyyeeffannoon hojjechuu qabu jedhame Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Miidiyaaleen calaqqeewwan waloo beeksiisuun seenessa waloo uumuuf xiyyeeffannoon hojjechuu akka qaban Ministirri Gorsaa Dhimmoota Hawaasummaa Ministira Muummee Daani’eel Kibrat ibsaniiru. Gorsaan Dhimmoota Hawaasummaa Ministira Muummee Daani’eel Kibrat waltajjii Faanaa Biroodkaastiin Korporeet ‘Ga’ee miidiyaaleen ijaarsa seenessa waloof qaban’ jedhuun qopheesserratti argamuun yaada isaanii qoodaniiru. Ummanni Itiyoophiyaa barootaaf waliin jiraachaa turuu… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/miidiyaaleen-calaqqeewwan-waloo-beeksiisuun-seenessa-waloo-uumuuf-xiyyeeffannoon-hojjechuu-qabu-jedhame/
2 1401Loading...
06
Hammi Liqaa dhaabbilee Faayinaansii Itiyoophiyaa Birrii Tiriiliyoona 2.3 qaqqabuu ibsame Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Hammi Liqaa dhaabbilee Faayinaansii Itiyoophiyaa Birrii Tiriiliyoona 2.3 qaqqabuu Bulchaan Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaa Obbo Maammoo Mihiratuun ibsan. Yaa’iin waggaa Dhaabbilee Faayinaansii biyyoota Afrikaa Bahaa 7ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Walgahiinsi Damee Faayinaansi, hammi maallaqa Kuufamaa fi qabeenyi waliigalaa Itiyoophiyaa yeroo gara yerootti dabalaa jiraachuu Obbo Maammoon yaa’icharratti haasawa taasiisaniin… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/hammi-liqaa-dhaabbilee-faayinaansii-itiyoophiyaa-birrii-tiriiliyoona-2-3-qaqqabuu-ibsame/
2 3370Loading...
07
Aadaa Oomisha biyya keessaa fayyadamuu babal’isuun bu’aa argame caalmaatti itti fufsiisuun murteessaadha – Dooktar Abiy Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Aadaa Oomisha biyya keessaa fayyadamuu babal’isuu fi deeggaruun bu’aa Sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuun argame caalmaatti itti fufsiisuun murteessaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy agarsiisa Itiyoophiyaan haa oomishtuu Galma Barkumeetti qophaa’e bananiiru. Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtu Indaastiriiwwan gara hojiitti galchuun jijjiirama qabatamaa galmeessuu Ministirri Muummee… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/aadaa-oomisha-biyya-keessaa-fayyadamuu-babalisuun-buaa-argame-caalmaatti-itti-fufsiisuun-murteessaadha-dooktar-abiy/
2 6440Loading...
08
Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtu jijjiirama qabatamaa galmeesseera – Dooktar Abiy Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtu Indaastiriiwwan gara hojiitti galchuun jijjiirama qabatamaa galmeessuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru. Dooktar Abiy agarsiisa Itiyoophiyaan haa oomishtuu Galma Barkumeetti qophaa’e bananiiru. Baatiwwaan saglan darban oomisha alaa gala ture Doolaara biiliyoona 1.9 baasu kan biyya keessan bakka buusuun danda’amuu himaniiru. Mootummaan oomishaalee galteewwan… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/sosochiin-itiyoophiyaan-haa-oomishtu-jijjiirama-qabatamaa-galmeesseera-dooktar-abiy/
2 4682Loading...
09
Facaatiifi tatamsa’inni vaayirasii HIV/AIDS hir’achaa jiraatus ammas xiyyeeffannaa barbaada – BFO Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa karoora raawwii qorannoo HIV/AIDS godinaalee fi magaalota Oromiyaa baatiwwan saglan darbanii qorachaa ture xumureera. Facaatiifi tatamsa’inni vaayirasii HIV/AIDS hir’achaa jiraatus ammas xiyyeeffannaa kan barbaadu ta’uu ibseera. Gamaaggama karoora raawwii qorannoo dhibee HIV/ AIDS irratti gaggeessaa ture kallattii gara fuulduraa kaa’uun xumureera. Hanqinoota mul’atan yeroo hafe keessatti… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/facaatiifi-tatamsainni-vaayirasii-hiv-aids-hirachaa-jiraatus-ammas-xiyyeeffannaa-barbaada-bfo/
2 4860Loading...
10
Ibsi Embaasiwwan tokko tokko gurmuun kennan fudhatama hin qabu – Ministeera Dhimma Alaa Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Ibsa Embaasiwwan teessoo isaanii Finfinnee taasiisan tokko tokko gurmuun kennan Itiyoophiyaan kan hin fudhanne ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise. Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Obbo Nabiyyuu Tadlaan sosochii ijoo Dippiloomaasii biyyoota kanneenii ilaalchisee miidiyaaleef ibsa kennaniiru. Yeroo dhiyoo as Embaasiwwan Teessoo isaanii Finfinnee taasiifatan tokko tokko ibsa hojimaata Dippiloomaasii… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ibsi-embaasiwwan-tokko-tokko-gurmuun-kennan-fudhatama-hin-qabu-ministeera-dhimma-alaa/
2 4400Loading...
11

10Loading...
12
Obbo Taayyee Danda’aan Mana Amala sirreessaa galanii dhimma isaanii akka hordofan yaadni murtoo kenname Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Manni Murtii Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa kan turan Obbo Taayyee Danda’aan Mana Amala sirreessaa galanii dhimma isaanii akka hordofan yaada murtoo kenne. Mana Murtii Olaanaa Federaalaatti dhaddachi ramaddii 1ffaa Liddataa dhimmoota yakka heera mootummaa fi sirna heera mootummaa oolmaa har’aan mirga Wabii Obbo Taayyeen dhiyeessan qorachuun yaada murtoo kenneera.… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/obbo-taayyee-dandaaan-mana-amala-sirreessaa-galanii-dhimma-isaanii-akka-hordofan-yaadni-murtoo-kenname/
2 6610Loading...
13
Magaalichatti balaa lolaa mudachuu danda’u hir’isuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti balaa lolaa mudachuu danda’u hir’isuuf iddoolee lolaaf saaxilamoo ta’anitti xiyyeeffachuun hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Daandiwwanii magaalichaa ibseera. Haaluma kanaan baatiwwna saglan darban keessaa boo’iin lolaa Kiiloo Meetirri 355 hojjetamuu ibseera. Eeruu Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa fi Ibiddaa magaalaa Finfinneerraa dhufu bu’ura taasiisuun iddoolee lolaaf saaxilamoo ta’anitti hojiin… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/magaalichatti-balaa-lolaa-mudachuu-dandau-hirisuuf-hojjetamaa-jiraachuu-ibsame/
2 6910Loading...
14
Magaalaa Adaamaatti hojjettoota Ijaarsa Gamoof Boolla qotaa turanirratti biyyoon jiguun lubbuun namoota 2 darbe Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti hojjettoota Ijaarsa Gamoof boolla qotaa turaniirratti biyyoon jiguun lubbuun namoota 2 darbuu Qajeelchi Poolisii magaalicha ibseera. Qajeelcha Poolisii magaalaa Adaamaatti Itti Gaafatamtuun kominikeshinii fi hariiroo ummataa Insipeektar Warqinash Galmeechaan, Aanaa 4 bakka addaa “dagaagaa “jedhamutti balichi mudachuu eeraaniiru. Balichaan lubbuun namoota 2 yoo darbu, namoota 2… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/magaalaa-adaamaatti-hojjettoota-ijaarsa-gamoof-boolla-qotaa-turanirratti-biyyoon-jiguun-lubbuun-namoota-2-darbe/
2 5150Loading...
15
Agarsiifni Itiyoophiyaan haa oomishtuu baname Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Agarsiifni sososchii Itiyoophiyaan haa Oomishtuu Magaalaa Finfinnee Galmaa Barkumeetti banameera. Hudhaalee damee Indaastirii Oomishaa furuun madda diinagdee Itiyoophiyaa taasiisuuf gara hojiitti kan gale sagantaan Itiyoophiyaan haa oomishtuu har’a agarsiifni bu’aalee Indaastirii bara 2016 mul’isu magaalaa Finfinnee Galma Barkumeetti banamuu ragaan Ministeera Indaastiriirraa argame ni mul’isa. #Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan waqtaawaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/agarsiifni-itiyoophiyaan-haa-oomishtuu-baname/
2 4070Loading...
16
Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa, Raawwii Kurmaana 3ffaa Manneen Hojii qorachaa jira Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa, Raawwii Kurmaana 3ffaa Bara 2016 Manneen Hojii naannichaa Isaaniif Itti Waamaman Adaamaatti qorachaa jiru. Caffeen Oromiyaa, Karoora Imala Badhaadhinaa dameewwan misoomaa hundaan qabaman galmaan gahuuf sirna hordoffiifi to’annoo qindaa’aafi dhaqqabamaa ta’ee gaggeessuu irratti argama. Galmi ijoon hojii kanaas, fayyadamummaa ummata naannichaa mirkaneessuudha. Karoorri, Imaammanniifi Tarsiimoon… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/koreewwan-dhaabbii-caffee-oromiyaa-raawwii-kurmaana-3ffaa-manneen-hojii-qorachaa-jira/
2 5460Loading...
17
Guyyaa tokkotti Teeleetoonii Diijitaalaan Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf sagantaa qophaa’e – Dooktar Abiy Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluuf’ Caamsaa 4, 2016 Teeleetoonii Diijitaalaan guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf sagantaan qophaa’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru. Waliin ta’uun hojii bu’aa qabeessa hojjechuu dandeenya jedhan Dooktar Abiy. Qaamoleen sosochicharratti hirmaachuu barbaadaan gama lakkoofsa Herreega Daankii Daldala Itiyoophiyaa 1000623230248 gumaacha taasiisuu kan danda’an… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/guyyaa-tokkotti-teeleetoonii-diijitaalaan-birrii-miiliyoona-50-walitti-qabuuf-sagantaa-qophaae-dooktar-abiy/
3 3120Loading...
18
Obbo Tamasgeen Xirunaan simannaa ummanni Wallaggaa hoggansa jijjiiramaaf taasise galateeffatan Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan simannaa ummanni Wallaggaa har’a Naqamteetti jila hoggansa mootummaa jijjiiramaaf taasise galateeffataniiru. Jilli Hoggansa Jijjiiramaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu hiriira deeggarsa mootummaa jijjiiramaaf hawaasni godinaalee wallaggaa magaalaa Naqamteetti gaggeessanirratti argamaniiru. Simannaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/obbo-tamasgeen-xirunaan-simannaa-ummanni-wallaggaa-hoggansa-jijjiiramaaf-taasise-galateeffatan/
4 9750Loading...
19
Astiraazeenikaan Talaallii Covid -19 oomishuu dhaabuu beeksiise Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Talaalliin Covid -19 Astiraazeenikaan fayyaa namaarratti dhiibbaa qaqqabsiisuu hordofee oomishichi Gabaa Addunyaa keessa ba’uu dhaabbatichi beeksiseera. Talaalliin Covid Astiraazeenikaan Ititu dhiigaa kan fidu ta’uu mirkaanaa’uu hordofee gabaa addunyaa keessaa akka ba’u taasiifamuu himameera. Dhaabbatichi erga weerarri Covid -19 mudatee eegalee talaalliwwan miiliyoona 3 ol garguruu fi namoota miiliyoona 6.5… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/astiraazeenikaan-talaallii-covid-19-oomishuu-dhaabuu-beeksiise/
4 4211Loading...
20
Biirichi gamaaggama raawwii Baatiwwan sagalii Magaalaa Adaamaatti gaggeessuu eegale Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa gamaaggama raawwii baatiwwan sagalii Magaalaa Adaamaatti gaggeessuu eegaleera. Biirichi qorannoo dhibee HIV/ AIDS irratti gaggeessaa ture har’a magaalaa Adaamaatti gamaaggamaa jira. Buufataleen Fayyaa godinaalee Oromiyaa raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii dhiyeessuun irratti mari’atamaa jiraachuu ibsameera. Toleeraa Bojaatu gabaase. #Oromia #Ethiopia https://www.fanabc.com/afaanoromoo/biirichi-gamaaggama-raawwii-baatiwwan-sagalii-magaalaa-adaamaatti-gaggeessuu-eegale/
3 8690Loading...
21
Warshaan Maxxansaa Jaappaan Itiyoophiyaatti hojii maxxansaa eegaluufi Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Warshaan Maxxansaa Jaappaan ‘Tooppaan Giraaviitii’ jedhamu Itiyoophiyaatti hojii maxxansa paaspoortii, waraqaa eenyummaa dijitaalaafi kaardii ATM maxxansuu eegaluuf ta’uu ibsameera. Warshaa paaspoortii, waraqaa eenyummaa dijitaalaafi kaardii ATM Itiyoophiyaa keessatti oomishamu ijaaruuf sagantaan hojii eegalchiisuu Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaatti gaggeeffameera. Ijaarsi warshichaa Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti gaggeeffama jedhame. Ministirri… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/warshaan-maxxansaa-jaappaan-itiyoophiyaatti-hojii-maxxansaa-eegaluufi/
3 1560Loading...
22
Ambaasaaddar Taayyeen gita isaanii Turki waliin mari’atan Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Turki Haakaan Fiidaan waliin mari’ataniiru. Dhimmoota hariiroo waloo, naannawaa fi idil addunyaarratti marii bu’aa qabeessa taasiisuu isaanii ibsameera. Hariiroo dippiloomaasii fi tumsa biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf dhimmoota dandeessisanirratti bal’inaan mari’achuu ragaan Turkitti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa. #Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ambaasaaddar-taayyeen-gita-isaanii-turki-waliin-mariatan/
3 1990Loading...
23
Argisiifni suuraa hariiroo Dippiloomaasii Itiyoo – Ameerikaa waggoota 120 mul’isu baname Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Argisiifni suuraa hariiroo Dippiloomaasii Itiyoo – Ameerikaa waggoota 120 mul’isu banameera. Argisiisichi ‘suuraa agarsiiftuu Imala hariiroo waloo waggoota 120’ jedhu moggaafamuu ibsameera. Biyyoonni lamaan hariiroo damee Barnootaa, Fayyaa, Diinagdee fi hawaasummaa waggota 120 lakkoofsise qabaachuu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Joosee Masiingaan ibsaniiru. Tumsi kun gara fulduraatti cimee kan itti… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/argisiifni-suuraa-hariiroo-dippiloomaasii-itiyoo-ameerikaa-waggoota-120-mulisu-baname/
3 3060Loading...
24
Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan falmiin har’a Maadrid Baayerni Muunik waliin taasiisu ni eegama Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan falmiin har’a Maadrid Baayerni Muunik waliin taasiisu xiyyeeffannoo argateera. Har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Riyaal Maadrid falmiin Waancaaf darbuu Baayerni Muunik waliin taasiisaan hordoftoota Kubbaa Miilaa biratti hawwiin eegama. Taphni marsaa jalqabaa galchii 2 qixa xumuramee ture. Kilabni har’a injifate bara… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/tapha-deebii-walakkaa-xumuraa-shaampiyoonsi-liigii-awurooppaan-falmiin-hara-maadrid-baayerni-muunik-waliin-taasiisu-ni-eegama/
3 5650Loading...
25
Magaalichatti waltajjiin qophii karoora Tiraanisfoormeeshinii gaggeeffamuu eegale Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti waltajjiin qophii karoora Tiraanisfoormeeshinii gaggeeffamuu eegaleera. Qophii Karooraa fi Tiraanisfoormeeshinii hooggantoonni olaanoon magaalaa Finfinnee itti hirmaatan gaggeeffamuu eegaluu Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ibsaniiru. Workishooppichi Finfinnee magaalaa filatamtuu idil addunyaa taasisuu kan dandeessisan ajandaalee jaha irratti leenjii kennuu fi qophiin karoora tiraanisfoormeeshinii kan raawwatu yoo ta’u… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/magaalichatti-waltajjiin-qophii-karoora-tiraanisfoormeeshinii-gaggeeffamuu-eegale/
3 7380Loading...
26
Obbo Fiqaaduu Tasammaan Hawaasa godinaalee Wallaggaa hiriira ba’uun deeggarsa hoggansa jijjiiramaaf qaban argisiisan galateeffatan Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan Hawaasa godinaalee Wallaggaa hiriira ba’uun deeggarsa hoggansa jijjiiramaaf qaban argisiisan galateeffataniiru. Guutuun ergaa isaanii haala armaan gadiin dhiyaatera. Ummatni Oromoo godinaalee Wallagaa afaranii, akkasumas, bulchiinsa magaalaa Naqamtee fi Najjoo hara’s akkuma kaleessaa aantummaa fi quuqama sirna aarsaa qaamaa fi… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/obbo-fiqaaduu-tasammaan-hawaasa-godinaalee-wallaggaa-hiriira-bauun-deeggarsa-hoggansa-jijjiiramaaf-qaban-argisiisan-galateeffatan/
3 1440Loading...
27
Pireezidaanti Shimallis Hawaasa godinaalee Wallaggaa hiriira ba’uun deeggarsa hoggansa jijjiiramaaf qaban argisiisan galateeffatan Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallisa Abdiisaan Hawaasa godinaalee Wallaggaa hiriira ba’uun deeggarsa hoggansa jijjiiramaaf qaban argisiisan galateeffataniiru. Guutuun ergaa isaaniin haala armaan gadiin dhiyaatera. Jjjiiramni keenya qormaatilee alaafi keessoo dandamatee milkaa’ina mirreen tarkaanfachaa as gahee jira. Kana milkeessufis ta’ee injifannoo rogdanuun dabaluu keessatti ummanni Wallaggaa harka tokkoon nageenya… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/pireezidaanti-shimallis-hawaasa-godinaalee-wallaggaa-hiriira-bauun-deeggarsa-hoggansa-jijjiiramaaf-qaban-argisiisan-galateeffatan/
3 1480Loading...
28
Yuunivarsiitiin Finfinnee madaallii ga’umsa ogummaa eegaluufi Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee Baatii Fulbaanaa dhufuu eegalee sagantaa Madaallii Ga’umsa Ogummaa eegaluuf ta’uu beeksise. Yuunivarsiiticha waggaa lama keessatti guutummaan Yuunivarsiitii ofiin of bulchu taasiisuuf hojiilee hedduun hojjetamuu Itti Aanaan Pireezidaantiin Akkaadaamii Yuunivarsiitii Finfinnee Dooktar Jaluu Umar ibsaniiru. Barattoota eebbifamaanii gara Indaastirii hojii galaniif madaallii ga’umsa Ogummaa kennuuf murtaa’uu eeraniiru. Sagantichi… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/yuunivarsiitiin-finfinnee-madaallii-gaumsa-ogummaa-eegaluufi/
3 5212Loading...
29
Oromiyaatti Qonna Arfaasaan lafti hektaarri miiliyoonni 1 fi kuma 506 ol misoomuun kunuunfamaa jira – BQO Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Oromiyaatti bara kana Qonna Arfaasaan lafti hektaarri miiliyoonni 1 fi kuma 506 ol misoomuun kunuunfamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise. Qonna Arfaasaa bara 2016tiin Godinaalee rooba Arfaasaa fayyadaman keessatti lafa hektaara miiliyoona 1 fi kuma 228 ol misoomsuuf karoorfamee hektaarri miiliyoonni 1 fi kumni 506 ol misoomuun kunuunfamaa jiraachuu… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/oromiyaatti-qonna-arfaasaan-lafti-hektaarri-miiliyoonni-1-fi-kuma-506-ol-misoomuun-kunuunfamaa-jira-bqo/
3 5670Loading...
30
Korporeeshinichi sosochii “Itiyoophiyaa Qulqulluutti” makame Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Korporeeshiniin Manneen Federaalaa sosochii “Itiyoophiyaa Qulqulluu”tti makameera. Dhaabbatichi Birrii miiliyoona 5 gumaachuun sagantichatti makameera. https://www.fanabc.com/afaanoromoo/korporeeshinichi-sosochii-itiyoophiyaa-qulqulluutti-makame/
3 3590Loading...
31
Mul’annii fi yaadni keenya hojjennee badhaadhina Itiyoophiyaa mirkaneessudha – Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Mul’annii fi yaadni keenya hojjennee badhaadhina Itiyoophiyaa mirkaneessudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy har’a magaalaa Naqamteetti argamuun labsii nageenyaa, tokkummaa fi Diinagdee labsaniiru. Rakkoo hamaa keessa taanee diinagdee dachaan guddisuu afrikaaf fakkeenya taanee jirra jedhan. Mul’annii fi yaadni keenya hojjennee diinagdeen of danda’uu, badhaadhina Itiyoophiyaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/mulannii-fi-yaadni-keenya-hojjennee-badhaadhina-itiyoophiyaa-mirkaneessudha-dooktar-abiy-ahimad/
3 1710Loading...
32
Oromoon lagaan walqoodee wal ajjeesuun salphinatti adeemurra dhaabbatanii yaaduun barbaachisadha – Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Oromoon lagaan walqoodee wal ajjeesuun salphinatti adeemurra dhaabbatanii yaaduun barbaachisadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Rakkoon Ummata Oromoo guddaan tokkummaa dhabuudha jedhan. Injifannoo argame tikfachuuf, misooma waaressuuf tokkummaan eeggachuun murteessadha jedhaniiru. Oromoon lagaan walqoodee wal ajjeesuun Salphinatti adeemurra rakkoo jiru waliin mari’achuun furuutu barbaachisa jedhan. Tokkummaan Oromoo… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/oromoon-lagaan-walqoodee-wal-ajjeesuun-salphinatti-adeemurra-dhaabbatanii-yaaduun-barbaachisadha-dooktar-abiy-ahimad/
3 3040Loading...
33
Waa’een nageenyaa ummatta wallaggatti hin himamu – Dooktar Abiy Ahimaad Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Biyya afuurri nageenyaa, jaalalaa, tokkummaa fi kabajaa keessatti lallabamaa ture Wallaggaatti waa’een nageenyaa hin himamu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hiriira deeggarsa mootummaa jijjiiramaaf hawaasni Godinaalee Wallaggaa Magaalaa Naqamteetti gaggeessanirratti argamaniiru. Kan moo’e injifannoo tikfachuuf qabsaa’a, mul’anni keenya fulduratti, isa kaleessaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/waaeen-nageenyaa-ummatta-wallaggatti-hin-himamu-dooktar-abiy-ahimaad/
2 8950Loading...
34
Wallaggi bakka misoomaa fi araaraa malee dachee dhiigaa miti – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Wallaggi bakka misoomaa fi araaraa malee dachee dhiigaa miti jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Rakkoolee waggoottaan darban Itiyoophiyaan keessa turte furuuf hojii Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojjetaniin jijjiirramni raajiin argameera jedhan Pireezidaanti Shimallis haasawa hiriira deeggarsaa mootummaa jijjiiramaaf magaalaa Naqamteetti bahamerratti argamuun taasiisaniin. Biyya… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/wallaggi-bakka-misoomaa-fi-araaraa-malee-dachee-dhiigaa-miti-pireezidaanti-shimallis-abdiisaa/
3 0840Loading...
35
Afrikaa Kibbaatti Gamoo Jige keessaa namoonni 11 lubbuun argaman Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Afrikaa Kibbaatti Gamoo Guddaa Jige keessaa namoonni 11 lubbuun argamuu ibsameera. Afrikaa Kibbaa magaalaa Joorjitti Gamoo Guddaan Ijaaramaa turu waayita Jigu hojjettoonni 75 keessa akka turan ibsameera. Lubbuu hojjettoota kanneenii baraaruuf hojiin barbaachaa hojjetamaa turuu himameera. Hanga ammaattis hojjettoonni 11 lubbuun argamuu fi 7 ammoo du’uu isaanii mirkanaa’uu ‘Africa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/afrikaa-kibbaatti-gamoo-jige-keessaa-namoonni-11-lubbuun-argaman/
3 2560Loading...
36
Jilli Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu magaalaa Naqamtee gale Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Hiriira deeggarsa hoggansa jijjiiraamaa gaggeeffamaa jirurratti hirmaachuuf Magaalaa Naqamtee galeera. Jilichi Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoo, Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagarii fi Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/jilli-dooktar-abiy-ahimadiin-durfamu-magaalaa-naqamtee-gale/
3 8013Loading...
37
Hiriirri deeggarsaa hoggansa Jijjiiramaa Godinaalee Wallaggaa Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamaa jira Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Hiriiri Deeggarsaa hawaasa Godinaalee Wallaggaa 4 hirmachise magaalaa Naqamtee Istaadiyeemii Wallaggaatti gaggeeffamaa jira. Hawaasni godinaalee Wallagaa hiriira ba’uun deeggarsa Hoggansa Jijjiiramaaf qaban ibsachuuf dhaadannoowwaa garaagaraa dhageessaa jiru. Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoo fi Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/hiriirri-deeggarsaa-hoggansa-jijjiiramaa-godinaalee-wallaggaa-magaalaa-naqamteetti-gaggeeffamaa-jira/
4 4670Loading...
38
Harargee Bahaatti Balaa Tiraafikaa Mudateen lubbuun namoota 4 darbe Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu Waajjirri Poolisii Aanichaa beeksise. Balaan kun Aanaa Meettaa ganda Calanqoo Lolaatti har’a ganama sa’aa 2:00tti Konkolaataan dhaabbata deeggarsa Sagantaa Nyaata Addunyaa Jibuutiirraa midhaan deeggarsaa fe’uun gara Finfinnee imalaa ture kufee garagaluun miidhaa kana qaqqabsiisuu Waajjira Poolisii Aanaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/harargee-bahaatti-balaa-tiraafikaa-mudateen-lubbuun-namoota-4-darbe/
5 5182Loading...
39
Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa fi boru taphatamu Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Taphoota deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a PSG fi Borushiyaa Doortimand gidduutti taasiifamu ni eegama. Har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee PSGn falmiin Borushiyaa Doortimand waliin taasiisu xiyyeeffannoo argateera. Tapha marsaa jalqabaan Borushiyaa Doortimand galchii 1 fi 0n PSG injifachuun kan yaadatamuudha. Boru ammoo Riyaal Maadriid Baayern… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/taphoonni-deebii-walakkaa-xumuraa-shaampiyoonsi-liigii-awurooppaa-haraa-fi-boru-taphatamu/
5 4311Loading...
40
Lammiileen 230 Oomaanii gara biyyaa deebi’an Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Guyyaa har’aa lammiilee Itiyoophiyaa bakka tursaa Oomaan keessatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuun eegalamuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksiiseera. Guyyaa har’aas lammiileen 230 gara biyyaa deebi’uu ibseera. Lammiilee kuma 1 fi 590 bakka tursaa Oomaan keessatti argaman balallii 6 gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jiraachuu ragaan Ministeericharraa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/lammiileen-230-oomaanii-gara-biyyaa-deebian/
4 3090Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
Dhaabbanni Biiznasii Dhuunfa ‘Wudase and Family ‘ sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makame Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Biiznasii Dhuunfaa ‘Wudase and Family ‘Itti gaafatamummaan isaa murtaa’e Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluu mata duree ‘Daandii Qulqulluu -Jireenyaa Fayyaa’ jedhuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ifoomsanitti makameera. Dhaabbatichi Birrii miiliyoona 2 gumaachuun sagantichatti makameera. #Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf; Teelegraama https://t.me/afanoromofana Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR Marsariitii fanabc.com/afaanoromoohttps://www.fanabc.com/afaanoromoo/dhaabbanni-biiznasii-dhuunfa-wudase-and-family-sosochii-itiyoophiyaa-qulqulluutti-makame/
إظهار الكل...
👍 11
Photo unavailableShow in Telegram
Abu Daabitti Hojjettoonni Embaasii Itiyoophiyaa sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makaman Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Abu Daabitti Hojjettoonni Embaasii Itiyoophiyaa sosochii Itiyoophiyaa ququlluu mata duree’ Daandii Qulqulluu Jireenyaa Fayyaa” jedhuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ifoomsanitti makamaniiru. Hojjettoonni Embaasichaa Birrii kuma 252 gumaachuu sagantichatti makamaniiru. Emireetotaa Arabaa Gamtoomanitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Dooktar Ambaasaaddar Umar Huseen ,Itiyoophiyaanoonni Abu Daabii fi naannawaashee jiraatan sosochichatti makaman karoorri… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/abu-daabitti-hojjettoonni-embaasii-itiyoophiyaa-sosochii-itiyoophiyaa-qulqulluutti-makaman/
إظهار الكل...
👍 6
Photo unavailableShow in Telegram
Jilli Obbo Bariisoo Fayyisan durfamu facaasaa Boqolloo Qonna Ganna eegalchiise Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) –Jilli Hoggaanaa Ittaanaa Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu Godina Jimma Aanaa Botor Xollaayitti facaasaa Boqolloo Qonna Gannaa eegalchiseera. Godinichatti qonna gannaan lafa heektaraa kuma 238 ol sanyii boqqoloon uwwisuuf qophiin taasifamuun ibsameera. Obbo Baariisoon saganticharrati hasaawa taasisaniin , Godinni jimma oomishaa ruuzii, qamadii, bunaa, dammaa, furdisaa Loonii fi… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/jilli-obbo-bariisoo-fayyisan-durfamu-facaasaa-boqolloo-qonna-ganna-eegalchiise/
إظهار الكل...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Pireezidaantoota naannolee dabalatee Ministiroonnii fi Ambaasaaddaroonni agarsiisaa Itiyoophiyaan haa oomishtuu daawwatan Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Pireezidaantoota naannolee dabalatee Ministiroonnii fi ambaasaaddaroonni biyyoota adda addaa agarsiisaa Itiyoophiyaan haa oomishtuu daawwataniiru. Pireezidaantoonni naannolee, Kaantibaawwan, Ministiroonni, Ambaasaaddaroonni, hoggantoonni Indaastirii Oomishtootaa fi keessummoonni waamichi taasiifameef Agarsiisa Itiyoophiyaan haa oomishtuu Galma Barkumeetti qophaa’e daawwachuu ragaan Ministeera Indaastiriirraa argame ni mul’isa. #Oromia #Ethiopia https://www.fanabc.com/afaanoromoo/pireezidaantoota-naannolee-dabalatee-ministiroonnii-fi-ambaasaaddaroonni-agarsiisaa-itiyoophiyaan-haa-oomishtuu-daawwatan/
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Miidiyaaleen calaqqeewwan waloo beeksiisuun seenessa waloo uumuuf xiyyeeffannoon hojjechuu qabu jedhame Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Miidiyaaleen calaqqeewwan waloo beeksiisuun seenessa waloo uumuuf xiyyeeffannoon hojjechuu akka qaban Ministirri Gorsaa Dhimmoota Hawaasummaa Ministira Muummee Daani’eel Kibrat ibsaniiru. Gorsaan Dhimmoota Hawaasummaa Ministira Muummee Daani’eel Kibrat waltajjii Faanaa Biroodkaastiin Korporeet ‘Ga’ee miidiyaaleen ijaarsa seenessa waloof qaban’ jedhuun qopheesserratti argamuun yaada isaanii qoodaniiru. Ummanni Itiyoophiyaa barootaaf waliin jiraachaa turuu… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/miidiyaaleen-calaqqeewwan-waloo-beeksiisuun-seenessa-waloo-uumuuf-xiyyeeffannoon-hojjechuu-qabu-jedhame/
إظهار الكل...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Hammi Liqaa dhaabbilee Faayinaansii Itiyoophiyaa Birrii Tiriiliyoona 2.3 qaqqabuu ibsame Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Hammi Liqaa dhaabbilee Faayinaansii Itiyoophiyaa Birrii Tiriiliyoona 2.3 qaqqabuu Bulchaan Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaa Obbo Maammoo Mihiratuun ibsan. Yaa’iin waggaa Dhaabbilee Faayinaansii biyyoota Afrikaa Bahaa 7ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Walgahiinsi Damee Faayinaansi, hammi maallaqa Kuufamaa fi qabeenyi waliigalaa Itiyoophiyaa yeroo gara yerootti dabalaa jiraachuu Obbo Maammoon yaa’icharratti haasawa taasiisaniin… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/hammi-liqaa-dhaabbilee-faayinaansii-itiyoophiyaa-birrii-tiriiliyoona-2-3-qaqqabuu-ibsame/
إظهار الكل...
👍 5😁 3 1
Photo unavailableShow in Telegram
Aadaa Oomisha biyya keessaa fayyadamuu babal’isuun bu’aa argame caalmaatti itti fufsiisuun murteessaadha – Dooktar Abiy Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Aadaa Oomisha biyya keessaa fayyadamuu babal’isuu fi deeggaruun bu’aa Sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuun argame caalmaatti itti fufsiisuun murteessaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy agarsiisa Itiyoophiyaan haa oomishtuu Galma Barkumeetti qophaa’e bananiiru. Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtu Indaastiriiwwan gara hojiitti galchuun jijjiirama qabatamaa galmeessuu Ministirri Muummee… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/aadaa-oomisha-biyya-keessaa-fayyadamuu-babalisuun-buaa-argame-caalmaatti-itti-fufsiisuun-murteessaadha-dooktar-abiy/
إظهار الكل...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtu jijjiirama qabatamaa galmeesseera – Dooktar Abiy Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtu Indaastiriiwwan gara hojiitti galchuun jijjiirama qabatamaa galmeessuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru. Dooktar Abiy agarsiisa Itiyoophiyaan haa oomishtuu Galma Barkumeetti qophaa’e bananiiru. Baatiwwaan saglan darban oomisha alaa gala ture Doolaara biiliyoona 1.9 baasu kan biyya keessan bakka buusuun danda’amuu himaniiru. Mootummaan oomishaalee galteewwan… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/sosochiin-itiyoophiyaan-haa-oomishtu-jijjiirama-qabatamaa-galmeesseera-dooktar-abiy/
إظهار الكل...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Facaatiifi tatamsa’inni vaayirasii HIV/AIDS hir’achaa jiraatus ammas xiyyeeffannaa barbaada – BFO Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa karoora raawwii qorannoo HIV/AIDS godinaalee fi magaalota Oromiyaa baatiwwan saglan darbanii qorachaa ture xumureera. Facaatiifi tatamsa’inni vaayirasii HIV/AIDS hir’achaa jiraatus ammas xiyyeeffannaa kan barbaadu ta’uu ibseera. Gamaaggama karoora raawwii qorannoo dhibee HIV/ AIDS irratti gaggeessaa ture kallattii gara fuulduraa kaa’uun xumureera. Hanqinoota mul’atan yeroo hafe keessatti… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/facaatiifi-tatamsainni-vaayirasii-hiv-aids-hirachaa-jiraatus-ammas-xiyyeeffannaa-barbaada-bfo/
إظهار الكل...
👍 4👏 1

👍 5