cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Oromia Education Bureau

Oromia Education Bureau News is strongly working on improvement of quality education in Oromia Regional State and all over the Country. 🔎#YouTube https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau.

إظهار المزيد
فنلندا17لم يتم تحديد اللغةالتعليم980
مشاركات الإعلانات
100 615
المشتركون
+5524 ساعات
+857 أيام
+57830 أيام
توزيع وقت النشر

جاري تحميل البيانات...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تحليل النشر
المشاركاتالمشاهدات
الأسهم
ديناميات المشاهدات
01
​QORMATA BARA 2016 #1_Caamsaa 26-30/2016 #Kutaa_6ffaafi #2_Waxabajjii 3-7/2016 #Kutaa_8ffaaf ni kennama. ------------------- BBO-Ebla 30/2016 #1_Qormaatni kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa kan qophaa'e gosoota barnoota kutaa 6ffaa keessaa qofa yoo ta'u, Gosootni Barnootaas; 1.Afaan Oromoo/Amaariffa 2. Afaan Ingilizii 3.Herrega 4.Saayinsii Naannoo 5. Barnoota Gadaa 50%fi i Safuu 50% . #2_Qormaatni kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa kan qophaa'e; gosoota barnootaa kutaa 8ffaa keessaa qofa yoo ta'u, Gosootni Barnootaas; 1-Afaan Oromoo/Amaariffa 2-Afaan Ingilizii 3- Herrega 4- Saayinsii Hawaasaa 5- Saayinsii Waliigalaa 6- Barnoota Gadaa 50%fi Lammummaa 50% ta'a #DHAAMSA! #_Gumiin Tiraansiformeeshinii Barnootaa (GTB) hordoffiin keessan daran cimuu qaba, #_Barsiisotni keenya barattootaaf deeggarsi taasifamaa jiru itti haa fufu, #_Hoggansi manneen barnootaa haala mijaawaa irratti of kennitanii hojjachuu qabdu, #_Maatiin barattootaa ijoollee keessaniif xiyyeeffannoon keessan daran haa dabalu, #_Hundaa'ol #barattootni_keenya_Addunyaa_Iftuu_Egeree_arguuf har'a #ciminaan_qo'achuufi #tasgabbiin_qprmaataaf_of_qopheessuu_qabdu kan jedhu dhaamsa BBO ti. #CARRAA_GAARII !! BBO 🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. | 👍 Facebook  Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/ 📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store
15 421157Loading...
02
​#HUBANNOOn Hammattoo Bu'uuraalee Qulqullina Barnootaa (Education Quality Foundation Framework) Irratti Qabnuu #Gochaan_Mul'isuu_Qabna. ---------------------- BBO- 28/08/2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qulqullina Barnootaa mirkaneessuuf hoggansa, ogeeyyii barnootaafi barsiisotaaf #Hammattuu_Bu'uuraalee_Qulqullina_Barnootaa irratti dabareen leenjisuun hanga manneen barnootaatti caasaa gad diriirsuun ni yaadatama. Bu'uuraaleen Qulqullina Barnootaa kan jedhaman 4 yoo ta'an, afranuu kan #addaan_bahuu_hin_dandeenyefi_walitti_hidhannaan qabanis daran cimaa ta'uurraa kan ka'e wal deeggaranii kanneen dhaabbataniidha , isaanis; #1_Ciicata/Galtee (Input) #2_Adeemsa (Proccess) #3_Bu'aa (Output) #4_Hordoffiifi Deeggarsa (Follow Up & Support) #1_Ciicata :- Ciicata jalatti kanneen irratti hojjatamuu qaban: #Barataa Barnootaaf Qophaa'aa ta'e, #Barsiisaa gahumsa qabu, #Sirna barnootaa gahumsa irratti hundaa'ee(competency based curriculum) qophaa'e #Manneen Barnootaa istaandardii guutan, #Hoggansa gahumsa qabuufi #Qabeenya MB, humna namaa gahaa qabuufi galii keessoo gahaa qaban waan ta'aniif dhimmoota kanneeniifi kkf guuttachuu hoggansiifi ogeessi barnootaa hunduu xiyyeeffannoon irratti hojjachuu qabu. #2_Adeemsa:- Bu'uurri lammaffaan adeemsa yoo ta'u, adeemsi baruu-barsiisuu ciicata argaman kanneen haalaan itti fayyadamuuf #Mala baruu- barsiisuu gahumsa irratti hundaa'een(competency based methodology) fayyadamuu, #Qooda fudhattoota barnootaa; maatii barattootaa, hawaasa, qaamolee mootummaafi GTB hirmaachisuu, #Hira daree- barataa adeemsa baruu- barsiisuuf mijataa ta'e uumuun qulqullina barnootaa mirkaneessuuf daandii sirrii agarsiisuu ta'a. #3_Bu'aa:- Bu'uurri 3ffaan bu'aa yoo ta'u, #Dubbisuu, Barreessuufi Shallaguu barattootaa irratti hojjachuun gahumsa uumeefi #Qormaata kutaa, Naannoonoofi Biyyoolessaa irratti argaman, bu'aa yeroo gabaabaafi dheeraatiin adda baasuu irratti hojjachuudha #4_Hordoffiifi_Deeggarsa:- Utubaan 4ffaan hordoffiifi deeggarsa yoo ta'u, #Duub_deebii sadarkaa bu'aatti mul'atan qaaccessuun rakkoowwan adda baasuun furmaata kaa'aa adeemuu ta'a. #Hub :- Bal'ina yaada hammattoo kanaa sanada leenjii irraa ilaaluu ni dandeessu! #Bu'uuraalee/utubaalee/ qulqullina barnootaa ittiin mirkaneessuuf hojjatamaa jiru kana biiroo irraa eegalee hanga waajjiraalee barnootaa godina/bul. Magaalaafi aanaa hoggansifi ogeeyyiin barnootaa, dura bu'ootni MB barnootaa, Supparvaayizarootni barnootaa, Koreen GMB, BBLGfi GTB hundi #hubannoo guutuu argatan/ qabaatan qofa galma gahuu akka danda'an beekamaadha. Kanuma bu'uura gochuun BBOn yeroo adda addaatti hawaasa barnootaa armaan olitti maqaan ka'e dabaree dabareen leenjii kennaafii tureera. Leenjii kenname irratti hundaa'uun hojiitti jijjiiruuf kanneen carraaqan akkuma jiran, kanneen yaalaa hinjirres hedduun jiraachuun isaanii mul'ataniiru. Kanaafuu, qulqullina barnootaa dhugoomsuuf biirooniifi mootummaan keenya xiyyeeffannaan hojjataa jiru galmaan gahuuf hunda dura hawaasni barnootaa hundi Hammattoo Bu'uuraalee Qulqullina Barnootaa (Education Quality Foundation Framework) hubachuufi hojiirra oolchuuf gahumsa qabaachuun barbaachisaadha. #Sanada_Hammattoo Bu'uuraalee/Utubaalee/ Qulqullina Barnootaa yeroo yeroon leenjiin irratti kennamaa ture kunis qorannoofi kuufama muuxannoo yeroo dheeraa irratti hundaa'uun rakkoo barnootaa naannoofi biyya keenyaa ni fura jedhamee kan qophaa'eefi yaada hayyoota adda addaafi ogeessota barnootaa muuxannoo olaanaa qabaniin kan mirkanaa'edha. Walumaa galatti, dhalootni haaraan barnoota qulqullina qabu akka argatan, gahumsa horachuun sadarkaa addunyaatti dorgomtoota ta'anii akka bahaniifi saayinsiifi teeknooloojiin misooman gargaaruuf #Hammattuu_Utubaalee_Qulqullina_Barnootaatti_beekumsaafi_gahumsaan_fayyadamuun barbaachisaadha. 🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. 👍 Facebook  Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/ 📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store
21 357213Loading...
03
​24/08/2016 #Hatattamaan_Haa_Raawwatu! Waajjira Barnotaa #Godinaalee_21fi Waajjira Barnootaa #Magaalotaa_23 tiif B.J. ---------------- #Lafa_Mana_Jireenyaa_Barsiisotaa yeroo gabaabaa keessatti akka kennamuuf Bul. Mootummaa Naannoo Oromiyaa Qajeelfama dabarsee ture irratti hundaa'un Magaalotni muraasni qajeelfama mootummaa kabajuun kan raawwatan yoo ta'u, magaalotni hedduun ammas rincicaa jiru. Kanaafuu, Waajjirri Barnootaa Godinaalee 21fi Waajjirri Barnootaa Bul. Magaalota 23 dhimma kan qaama dhimmi ilaalu waliin ta'uun hordoffii wal irraa hin cinne taasisuun akka raawwachiistan xalayaan isin gaheera. 🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. | 👍 Facebook  Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/ 📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store
41 617303Loading...
04
#Oduu_Hatattamaa! --------------- Ebla-21/2016 #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2016 Waraqaafi 'Online'niiin kennamuun kan beekame yoo ta'u, #Adoolessa 3-5/2016 Saayinsii Hawaasaafi #Adoolessa 9-11/2016 Saayinsii Uumamaatiif kan kennamu ta'uun ibsameera. #Barattootni_Qormaata_Waraqaan Ykn Hard Copy'n fudhatan; #1_Barattootni_Saayinsii_Hawaasaa Waxabajjii 30 - Adoolessa 01/2016, #2_Barattootni_Saayinsii_Uumamaa immoo. Adoolessa 6-7/2016tti gara Yunivarsiitii itti qoratamanitti kan galan ta'uu, dhaabbatni Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa Biyyoolessaa beeksiseera. #Hubachiisa:- Manneen Barnootaa Online Qormaata fudhatan kanneen armaan gadii yoo ta'an. kan hafan immoo.........See More https://www.facebook.com/100048758598453/posts/pfbid036rE1e2RKtSbHMkqXHowBFMSY7GNCSZvufmDamVWrcxeBVS8otatpzU6yf4rm64Epl/?app=fbl
46 857207Loading...
05
#Oduu_Gammachiisaa! Inistiitiyuutiin Seena Qabeessa Ta'e, Murtee Seena Qabeessaan Hundeeffame. ----------- BBO-Ebla 18/2016 Seenaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa keessatti yeroo jalqabaatiif Instiitiyuutii Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar akka hundaa'u kaabineen Mootummaa Naannoo Oromiyaa sagalee guutuuun mirkaneesseera. Inistiitiyuutiin Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar akka hundaa'u qorannoo yeroo dheeraa kan gaggeessa tureefi murteef mootummaatti dhiheesse Biiroon Barnootaa Oromiyaa mirkanaa'uu Inistiitichaa milkaa'ina ummata keenyaa akka ta'e ibsuun gammachuu isaanitti dhagahame dubbataniiru. Inistiitiyuutiin Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar (IQSTS) fedhii misoomaa hawaasni keemya qabu irratti hundaa'uun; - Barattootni qaxaleen, kennaa addaa qabaniifi kalaquu danda'an, -Rakkoo Hawaas-dinagdee qorannoon furuuf, - Cehumsa beekumsa, saayinsiifi teeknooloojii ariifachiisuuf. - Humna namaa qorannoo, saayinsiifi teeknooloojiin gahumsa olaanaafi naamusa gaarii qaban horachuuf. - Haala qabatamaa yeroo ammaa addunyaan hawaas-dinagdee, siyaasaafi teeknooloojiin geesse hubachuun lammiilee keenya giddu gala tokkotti walitti fiduun humna namaa qorannoon, teeknooloojiifi saayinsiin, akkasumas kalaqaan gahumsa qabuufi rakkoo hawaasa keenyaa hiikuu danda'an horachuuf akka naannoofi biyya keenyaatti kan gargaaruudha. IQSTS kan hojjatus dameewwan; #Akkaadaamii #Qorannoofi_Qo'annoo #Kalaqaafi_Inkubeeshinii irratti hojii kan jalqabu ta'uun beekameera. Inistiitiyuutiin kun haala qabatamaa biyya keenyaafi idil addunyaatti kan qophaa'e yoo ta'u, biyyoota addunyaa muuxannoo qaban waliin qindoominaan hojjachuun dhaloota rakkoo naannoo keenyaa furan kan gahoomsuufi Inistiitiyuutii hojiin isaa rakkoo furuu danda'u jedhamee eegama. #Dhalootni_Qorannoon_Saayinsiifi_Teeknooloojiin_qaroome_badhaadhina.......See more https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa
47 40545Loading...
06
​Sirna Barnootaa Haaraa Hojiirra Oolchuu Keessatti Gaheen Hooggansa Manneen Barnootaafi Supparvaayizarootaa Ol'aanaadha &&&&&&&&&&&&&&&&&& BBO Ebla 18/2016 Leenjii Marsaa 4ffaa Hooggansa Manneen Barnootaa Sad.2ffaafi Supparvaayizarootaa Godinaale Lixaaafi kaaba lixa oromiiyaa (Wallaggaa afran,#Iluu Abbaaboor_Bunnoo_Beddellee #Jimmaa_ Shawaa lixaafi #Shawaa_Kibba_Lixaa) irraa dhufan Waliigala hirmaattoota 455 ta'aniif kennamaa jiru irratti ergaa darbe Leenjicha Hooggantuu Itti Aantuu BBO #Aadde #Habiibaa_Mohaammad jalqabsiisaniiru. Hojiirra olmaa sirna barnootaa Gahumsa bu'ureffateefi hojiirra oolmaa keessatti Gahee hoggantoota manneen barnootaa jedhu irratti maanuwaalii qophaa'e irratti leenjichi kan kennamaa jiru yoo ta'u; #Hooggantoonni leenjii leenjistootaa fudhataa jiran muuxannoo, #beekumsaafi_dandeettii qaban irratti dabaluun hawaasa manneen barnootaa biraan akka gahan, akkasumas sirni barnootaa haaraa kun hojii daree keessatti barachuu barattootaan bu'aa galmaa'uun kan milkaa'u waan ta'eef itti gaafatamummaa dachaa akka qaban Aadde Habiibaan leenjitootaaf dhaamaniiru. #BBOtti Daayirektarri Qophiifi Hojiirra Oolmaa Sirna Barnootaa Obbo Darajjee Taaddasaa leenjitoonni maanuwaalii irratti leenji'aa jiran itti gaafatamummaa dachaa isaanirra jiru akkaataa karoora qophaa'een sirni barnootaa kun gochaan deeggaramee bifa bu'aa buusuu danda'uun daree keessatti hordoffii walirraa hincinne taasisuu akka qaban, beekumsaafi dandeettii barsiisotaa hordofuun deeggarsa ogummaa gochuu akka qaban dhaamuun, #HOJIIN XIYYEEFFANNOO ISAANII #Barsiisonni karoora barannoo sirna barnootaa gahumsa bu'uureffate qixa barbaadamuun akka qopheeffatan taasisuu, #Mala gocha bu'uureffateefi dammaqinaan barattoota hirmaachisuu fayyadamanii akka barsiisaan taasisuun, #Iyyaafannoo_sirrummaa fi haqa qabeessuummaan isaa mirkanaa’e akka qopheesaniifi #Akka hoggansa_barnootaatti hojii ijoo manneen barnootaa kan ta'ee ''#Barachuu_Barattootaaf '' xiyyeeffannaa olaanaa kennuun sirni barnootichaa hojjiirra akka oolu gochuun hooggansa leenjii fudhatan irraa akka eggamu Obbo Darajjeen dabalataan ibsaniiru. https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa
36 57229Loading...
07
​Waldorgommiin Falmii Dhaddachaa Barattoota Manneen Barnootaa Sad.2ffaa Gidduutti Gaggeeffame. @@@@@@@@@@@@@@@@@ BBO Ebla 12/2016 Waldorgommiin Falmii Dhaddachaa Barattoota Sad.2ffaa akka naannoo Oromiyaatti gaggeeffame. Waldorgommiin dhaddachaa kun yeroo 4ffaaf akka biyyaatti kan gaggeeffamu yammuu ta'u, barattoonni manneen barnootaa gara garaa irraa walutti bahan abbootiin seeraa bakka argamanitti walfalmiin gaggeeffamee jira. #KAAYYOON_WALFALMII; #Barattoonni Hubannaa_Mirga namoomaarratti akka qabaatan waan isaan gargaaruuf #Haqa Ce'umsaa akka biyyaatti jalqabame hubannaa uumuun rakkoon karaa nagaan akka hiikamuuf shoora isaanii hawaasa keessatti akka taphataniif kan isaan gargaaru ta'uu Yoo ta'u; Sagantaa Falmii Dhaddachaa kana Hog. I/ A/ BBO Dr.Galaanaa W/Mikaa'eel jalqabsiisaniiru. Barattoonni waa'ee mirga namoomaa, Waa'ee seeraas, Seerri yoo cabe yaada ofii ifaafi bilisaan dhiyeeffachuun akkamiin akka danda'amu hubanaa gahaa ta'e akka qabaatan isaan gargaara. Akkasumas hojiin xiyyeeffannoo barattootaa #Saayinsiifi_Teekinoloojii qofa osoo hintaane gama seeraanis xiyyeeffachuu akka qaban ibsaniiru. BBOtti Ogeessi Qophiifi Hojiirra Oolmaa Sirna Barnootaafi Qindeessaa Sagantaa Walfalmii Dhaddachaa Obbo Marajjeen Mokonnon barattoonni falmii gaggeessan kun gahumsa isaaniifi ofitti amantummaa isaanii daran akka dabaluuf ibsaniiru. Akkasumas gama seeraafi haqaanillee cimanii akka bahan gochuuf kan gargaaru ta'uu himaniiru. #Akka walii galaatti Waldorgommiin kun dorgommiirra darbee barattoonni dhimma mirga namoomaarratti kan xiyyeeffatu waan ta'eef dhugaa baasuurratti Ce'umsa Haqaa biyyi keenya irratti hojjetaa jiru hawaasaafi hawaasa gidduutti rakkoo yeroo gara garaa uumamuuff mootummaafi hawaasa gidduutti hariiroo cimaan akka uumamuufis shoora guddaa taphata. FOLLOW US OUR OFFICIAL https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa
48 53243Loading...
08
​FOLLOW US OUR FACEBOOK OFFICIAL https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa
56 80013Loading...
QORMATA BARA 2016 #1_Caamsaa 26-30/2016 #Kutaa_6ffaafi #2_Waxabajjii 3-7/2016 #Kutaa_8ffaaf ni kennama. ------------------- BBO-Ebla 30/2016 #1_Qormaatni kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa kan qophaa'e gosoota barnoota kutaa 6ffaa keessaa qofa yoo ta'u, Gosootni Barnootaas; 1.Afaan Oromoo/Amaariffa 2. Afaan Ingilizii 3.Herrega 4.Saayinsii Naannoo 5. Barnoota Gadaa 50%fi i Safuu 50% . #2_Qormaatni kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa kan qophaa'e; gosoota barnootaa kutaa 8ffaa keessaa qofa yoo ta'u, Gosootni Barnootaas; 1-Afaan Oromoo/Amaariffa 2-Afaan Ingilizii 3- Herrega 4- Saayinsii Hawaasaa 5- Saayinsii Waliigalaa 6- Barnoota Gadaa 50%fi Lammummaa 50% ta'a #DHAAMSA! #_Gumiin Tiraansiformeeshinii Barnootaa (GTB) hordoffiin keessan daran cimuu qaba, #_Barsiisotni keenya barattootaaf deeggarsi taasifamaa jiru itti haa fufu, #_Hoggansi manneen barnootaa haala mijaawaa irratti of kennitanii hojjachuu qabdu, #_Maatiin barattootaa ijoollee keessaniif xiyyeeffannoon keessan daran haa dabalu, #_Hundaa'ol #barattootni_keenya_Addunyaa_Iftuu_Egeree_arguuf har'a #ciminaan_qo'achuufi #tasgabbiin_qprmaataaf_of_qopheessuu_qabdu kan jedhu dhaamsa BBO ti. #CARRAA_GAARII !! BBO 🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. | 👍 Facebook  Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/ 📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store
إظهار الكل...

👍 100 20🤝 10🙏 2
👍
👎
♻️
🔔 You Tube Official 🔔
👍 Facebook  Official 👍
📖 New curriculum 📖
#HUBANNOOn Hammattoo Bu'uuraalee Qulqullina Barnootaa (Education Quality Foundation Framework) Irratti Qabnuu #Gochaan_Mul'isuu_Qabna. ---------------------- BBO- 28/08/2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qulqullina Barnootaa mirkaneessuuf hoggansa, ogeeyyii barnootaafi barsiisotaaf #Hammattuu_Bu'uuraalee_Qulqullina_Barnootaa irratti dabareen leenjisuun hanga manneen barnootaatti caasaa gad diriirsuun ni yaadatama. Bu'uuraaleen Qulqullina Barnootaa kan jedhaman 4 yoo ta'an, afranuu kan #addaan_bahuu_hin_dandeenyefi_walitti_hidhannaan qabanis daran cimaa ta'uurraa kan ka'e wal deeggaranii kanneen dhaabbataniidha , isaanis; #1_Ciicata/Galtee (Input) #2_Adeemsa (Proccess) #3_Bu'aa (Output) #4_Hordoffiifi Deeggarsa (Follow Up & Support) #1_Ciicata :- Ciicata jalatti kanneen irratti hojjatamuu qaban: #Barataa Barnootaaf Qophaa'aa ta'e, #Barsiisaa gahumsa qabu, #Sirna barnootaa gahumsa irratti hundaa'ee(competency based curriculum) qophaa'e #Manneen Barnootaa istaandardii guutan, #Hoggansa gahumsa qabuufi #Qabeenya MB, humna namaa gahaa qabuufi galii keessoo gahaa qaban waan ta'aniif dhimmoota kanneeniifi kkf guuttachuu hoggansiifi ogeessi barnootaa hunduu xiyyeeffannoon irratti hojjachuu qabu. #2_Adeemsa:- Bu'uurri lammaffaan adeemsa yoo ta'u, adeemsi baruu-barsiisuu ciicata argaman kanneen haalaan itti fayyadamuuf #Mala baruu- barsiisuu gahumsa irratti hundaa'een(competency based methodology) fayyadamuu, #Qooda fudhattoota barnootaa; maatii barattootaa, hawaasa, qaamolee mootummaafi GTB hirmaachisuu, #Hira daree- barataa adeemsa baruu- barsiisuuf mijataa ta'e uumuun qulqullina barnootaa mirkaneessuuf daandii sirrii agarsiisuu ta'a. #3_Bu'aa:- Bu'uurri 3ffaan bu'aa yoo ta'u, #Dubbisuu, Barreessuufi Shallaguu barattootaa irratti hojjachuun gahumsa uumeefi #Qormaata kutaa, Naannoonoofi Biyyoolessaa irratti argaman, bu'aa yeroo gabaabaafi dheeraatiin adda baasuu irratti hojjachuudha #4_Hordoffiifi_Deeggarsa:- Utubaan 4ffaan hordoffiifi deeggarsa yoo ta'u, #Duub_deebii sadarkaa bu'aatti mul'atan qaaccessuun rakkoowwan adda baasuun furmaata kaa'aa adeemuu ta'a. #Hub :- Bal'ina yaada hammattoo kanaa sanada leenjii irraa ilaaluu ni dandeessu! #Bu'uuraalee/utubaalee/ qulqullina barnootaa ittiin mirkaneessuuf hojjatamaa jiru kana biiroo irraa eegalee hanga waajjiraalee barnootaa godina/bul. Magaalaafi aanaa hoggansifi ogeeyyiin barnootaa, dura bu'ootni MB barnootaa, Supparvaayizarootni barnootaa, Koreen GMB, BBLGfi GTB hundi #hubannoo guutuu argatan/ qabaatan qofa galma gahuu akka danda'an beekamaadha. Kanuma bu'uura gochuun BBOn yeroo adda addaatti hawaasa barnootaa armaan olitti maqaan ka'e dabaree dabareen leenjii kennaafii tureera. Leenjii kenname irratti hundaa'uun hojiitti jijjiiruuf kanneen carraaqan akkuma jiran, kanneen yaalaa hinjirres hedduun jiraachuun isaanii mul'ataniiru. Kanaafuu, qulqullina barnootaa dhugoomsuuf biirooniifi mootummaan keenya xiyyeeffannaan hojjataa jiru galmaan gahuuf hunda dura hawaasni barnootaa hundi Hammattoo Bu'uuraalee Qulqullina Barnootaa (Education Quality Foundation Framework) hubachuufi hojiirra oolchuuf gahumsa qabaachuun barbaachisaadha. #Sanada_Hammattoo Bu'uuraalee/Utubaalee/ Qulqullina Barnootaa yeroo yeroon leenjiin irratti kennamaa ture kunis qorannoofi kuufama muuxannoo yeroo dheeraa irratti hundaa'uun rakkoo barnootaa naannoofi biyya keenyaa ni fura jedhamee kan qophaa'eefi yaada hayyoota adda addaafi ogeessota barnootaa muuxannoo olaanaa qabaniin kan mirkanaa'edha. Walumaa galatti, dhalootni haaraan barnoota qulqullina qabu akka argatan, gahumsa horachuun sadarkaa addunyaatti dorgomtoota ta'anii akka bahaniifi saayinsiifi teeknooloojiin misooman gargaaruuf #Hammattuu_Utubaalee_Qulqullina_Barnootaatti_beekumsaafi_gahumsaan_fayyadamuun barbaachisaadha. 🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. 👍 Facebook  Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/ 📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store
إظهار الكل...

👍 122 38🙏 5🤝 5👎 3
👍
👎
♻️
🔔 You Tube Official 🔔
👍 Facebook  Official 👍
📖 New curriculum 📖
24/08/2016 #Hatattamaan_Haa_Raawwatu! Waajjira Barnotaa #Godinaalee_21fi Waajjira Barnootaa #Magaalotaa_23 tiif B.J. ---------------- #Lafa_Mana_Jireenyaa_Barsiisotaa yeroo gabaabaa keessatti akka kennamuuf Bul. Mootummaa Naannoo Oromiyaa Qajeelfama dabarsee ture irratti hundaa'un Magaalotni muraasni qajeelfama mootummaa kabajuun kan raawwatan yoo ta'u, magaalotni hedduun ammas rincicaa jiru. Kanaafuu, Waajjirri Barnootaa Godinaalee 21fi Waajjirri Barnootaa Bul. Magaalota 23 dhimma kan qaama dhimmi ilaalu waliin ta'uun hordoffii wal irraa hin cinne taasisuun akka raawwachiistan xalayaan isin gaheera. 🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. | 👍 Facebook  Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/ 📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store
إظهار الكل...

👍 199 56🤝 18👏 16🙏 15🏆 9
👍
👎
🔔 You Tube Official 🔔
👍 Facebook  Official 👍
📖 New Curriculum 📖
#Oduu_Hatattamaa! --------------- Ebla-21/2016 #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2016 Waraqaafi 'Online'niiin kennamuun kan beekame yoo ta'u, #Adoolessa 3-5/2016 Saayinsii Hawaasaafi #Adoolessa 9-11/2016 Saayinsii Uumamaatiif kan kennamu ta'uun ibsameera. #Barattootni_Qormaata_Waraqaan Ykn Hard Copy'n fudhatan; #1_Barattootni_Saayinsii_Hawaasaa Waxabajjii 30 - Adoolessa 01/2016, #2_Barattootni_Saayinsii_Uumamaa immoo. Adoolessa 6-7/2016tti gara Yunivarsiitii itti qoratamanitti kan galan ta'uu, dhaabbatni Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa Biyyoolessaa beeksiseera. #Hubachiisa:- Manneen Barnootaa Online Qormaata fudhatan kanneen armaan gadii yoo ta'an. kan hafan immoo.........See More https://www.facebook.com/100048758598453/posts/pfbid036rE1e2RKtSbHMkqXHowBFMSY7GNCSZvufmDamVWrcxeBVS8otatpzU6yf4rm64Epl/?app=fbl
إظهار الكل...
Biiroo Barnootaa Oromiyaa

#Oduu_Hatattamaa! --------------- Ebla-21/2016 #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2016 Waraqaafi 'Online'niiin kennamuun kan beekame yoo ta'u, #Adoolessa 3-5/2016 Saayinsii Hawaasaafi...

👍 183 47👎 19🏆 19💯 17👏 15🎉 7🤝 6 4🥰 1
🔔 You Tube Official 🔔
👍 Facebook  Official 👍
📖 New curriculum 📖
#Oduu_Gammachiisaa! Inistiitiyuutiin Seena Qabeessa Ta'e, Murtee Seena Qabeessaan Hundeeffame. ----------- BBO-Ebla 18/2016 Seenaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa keessatti yeroo jalqabaatiif Instiitiyuutii Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar akka hundaa'u kaabineen Mootummaa Naannoo Oromiyaa sagalee guutuuun mirkaneesseera. Inistiitiyuutiin Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar akka hundaa'u qorannoo yeroo dheeraa kan gaggeessa tureefi murteef mootummaatti dhiheesse Biiroon Barnootaa Oromiyaa mirkanaa'uu Inistiitichaa milkaa'ina ummata keenyaa akka ta'e ibsuun gammachuu isaanitti dhagahame dubbataniiru. Inistiitiyuutiin Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar (IQSTS) fedhii misoomaa hawaasni keemya qabu irratti hundaa'uun; - Barattootni qaxaleen, kennaa addaa qabaniifi kalaquu danda'an, -Rakkoo Hawaas-dinagdee qorannoon furuuf, - Cehumsa beekumsa, saayinsiifi teeknooloojii ariifachiisuuf. - Humna namaa qorannoo, saayinsiifi teeknooloojiin gahumsa olaanaafi naamusa gaarii qaban horachuuf. - Haala qabatamaa yeroo ammaa addunyaan hawaas-dinagdee, siyaasaafi teeknooloojiin geesse hubachuun lammiilee keenya giddu gala tokkotti walitti fiduun humna namaa qorannoon, teeknooloojiifi saayinsiin, akkasumas kalaqaan gahumsa qabuufi rakkoo hawaasa keenyaa hiikuu danda'an horachuuf akka naannoofi biyya keenyaatti kan gargaaruudha. IQSTS kan hojjatus dameewwan; #Akkaadaamii #Qorannoofi_Qo'annoo #Kalaqaafi_Inkubeeshinii irratti hojii kan jalqabu ta'uun beekameera. Inistiitiyuutiin kun haala qabatamaa biyya keenyaafi idil addunyaatti kan qophaa'e yoo ta'u, biyyoota addunyaa muuxannoo qaban waliin qindoominaan hojjachuun dhaloota rakkoo naannoo keenyaa furan kan gahoomsuufi Inistiitiyuutii hojiin isaa rakkoo furuu danda'u jedhamee eegama. #Dhalootni_Qorannoon_Saayinsiifi_Teeknooloojiin_qaroome_badhaadhina.......See more https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa
إظهار الكل...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

👍 202 51 25🤝 18👏 14👎 7🆒 5💯 2
Sirna Barnootaa Haaraa Hojiirra Oolchuu Keessatti Gaheen Hooggansa Manneen Barnootaafi Supparvaayizarootaa Ol'aanaadha &&&&&&&&&&&&&&&&&& BBO Ebla 18/2016 Leenjii Marsaa 4ffaa Hooggansa Manneen Barnootaa Sad.2ffaafi Supparvaayizarootaa Godinaale Lixaaafi kaaba lixa oromiiyaa (Wallaggaa afran,#Iluu Abbaaboor_Bunnoo_Beddellee #Jimmaa_ Shawaa lixaafi #Shawaa_Kibba_Lixaa) irraa dhufan Waliigala hirmaattoota 455 ta'aniif kennamaa jiru irratti ergaa darbe Leenjicha Hooggantuu Itti Aantuu BBO #Aadde #Habiibaa_Mohaammad jalqabsiisaniiru. Hojiirra olmaa sirna barnootaa Gahumsa bu'ureffateefi hojiirra oolmaa keessatti Gahee hoggantoota manneen barnootaa jedhu irratti maanuwaalii qophaa'e irratti leenjichi kan kennamaa jiru yoo ta'u; #Hooggantoonni leenjii leenjistootaa fudhataa jiran muuxannoo, #beekumsaafi_dandeettii qaban irratti dabaluun hawaasa manneen barnootaa biraan akka gahan, akkasumas sirni barnootaa haaraa kun hojii daree keessatti barachuu barattootaan bu'aa galmaa'uun kan milkaa'u waan ta'eef itti gaafatamummaa dachaa akka qaban Aadde Habiibaan leenjitootaaf dhaamaniiru. #BBOtti Daayirektarri Qophiifi Hojiirra Oolmaa Sirna Barnootaa Obbo Darajjee Taaddasaa leenjitoonni maanuwaalii irratti leenji'aa jiran itti gaafatamummaa dachaa isaanirra jiru akkaataa karoora qophaa'een sirni barnootaa kun gochaan deeggaramee bifa bu'aa buusuu danda'uun daree keessatti hordoffii walirraa hincinne taasisuu akka qaban, beekumsaafi dandeettii barsiisotaa hordofuun deeggarsa ogummaa gochuu akka qaban dhaamuun, #HOJIIN XIYYEEFFANNOO ISAANII #Barsiisonni karoora barannoo sirna barnootaa gahumsa bu'uureffate qixa barbaadamuun akka qopheeffatan taasisuu, #Mala gocha bu'uureffateefi dammaqinaan barattoota hirmaachisuu fayyadamanii akka barsiisaan taasisuun, #Iyyaafannoo_sirrummaa fi haqa qabeessuummaan isaa mirkanaa’e akka qopheesaniifi #Akka hoggansa_barnootaatti hojii ijoo manneen barnootaa kan ta'ee ''#Barachuu_Barattootaaf '' xiyyeeffannaa olaanaa kennuun sirni barnootichaa hojjiirra akka oolu gochuun hooggansa leenjii fudhatan irraa akka eggamu Obbo Darajjeen dabalataan ibsaniiru. https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa
إظهار الكل...

👍 90 31👎 9💯 2🏆 1
👍
👎
🔔 You Tube Official 🔔
👍 Facebook  Official 👍
📖 New curriculum 📖
Waldorgommiin Falmii Dhaddachaa Barattoota Manneen Barnootaa Sad.2ffaa Gidduutti Gaggeeffame. @@@@@@@@@@@@@@@@@ BBO Ebla 12/2016 Waldorgommiin Falmii Dhaddachaa Barattoota Sad.2ffaa akka naannoo Oromiyaatti gaggeeffame. Waldorgommiin dhaddachaa kun yeroo 4ffaaf akka biyyaatti kan gaggeeffamu yammuu ta'u, barattoonni manneen barnootaa gara garaa irraa walutti bahan abbootiin seeraa bakka argamanitti walfalmiin gaggeeffamee jira. #KAAYYOON_WALFALMII; #Barattoonni Hubannaa_Mirga namoomaarratti akka qabaatan waan isaan gargaaruuf #Haqa Ce'umsaa akka biyyaatti jalqabame hubannaa uumuun rakkoon karaa nagaan akka hiikamuuf shoora isaanii hawaasa keessatti akka taphataniif kan isaan gargaaru ta'uu Yoo ta'u; Sagantaa Falmii Dhaddachaa kana Hog. I/ A/ BBO Dr.Galaanaa W/Mikaa'eel jalqabsiisaniiru. Barattoonni waa'ee mirga namoomaa, Waa'ee seeraas, Seerri yoo cabe yaada ofii ifaafi bilisaan dhiyeeffachuun akkamiin akka danda'amu hubanaa gahaa ta'e akka qabaatan isaan gargaara. Akkasumas hojiin xiyyeeffannoo barattootaa #Saayinsiifi_Teekinoloojii qofa osoo hintaane gama seeraanis xiyyeeffachuu akka qaban ibsaniiru. BBOtti Ogeessi Qophiifi Hojiirra Oolmaa Sirna Barnootaafi Qindeessaa Sagantaa Walfalmii Dhaddachaa Obbo Marajjeen Mokonnon barattoonni falmii gaggeessan kun gahumsa isaaniifi ofitti amantummaa isaanii daran akka dabaluuf ibsaniiru. Akkasumas gama seeraafi haqaanillee cimanii akka bahan gochuuf kan gargaaru ta'uu himaniiru. #Akka walii galaatti Waldorgommiin kun dorgommiirra darbee barattoonni dhimma mirga namoomaarratti kan xiyyeeffatu waan ta'eef dhugaa baasuurratti Ce'umsa Haqaa biyyi keenya irratti hojjetaa jiru hawaasaafi hawaasa gidduutti rakkoo yeroo gara garaa uumamuuff mootummaafi hawaasa gidduutti hariiroo cimaan akka uumamuufis shoora guddaa taphata. FOLLOW US OUR OFFICIAL https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa
إظهار الكل...

👍 163 55🏆 12👌 11 1🤝 1🫡 1
👍 33
👎 9
🔔 You Tube Official 🔔
👍 Facebook  Official 👍
📖 New curriculum 📖
إظهار الكل...

89👍 80👎 18😍 9 7🆒 1
👍
👎
🔎 Entrance Exam Questions 🔎
FACEBOOK
أرشيف المشاركات