cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Oromia Education Bureau

Oromia Education Bureau is strongly working on improvement of quality education in Oromia Regional State and all over the Country. 🔎#YouTube https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau.

إظهار المزيد
فنلندا17لم يتم تحديد اللغةالتعليم971
Advertising posts
100 389المشتركون
-1024 hour
+1467 يوم
+32830 يوم

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

#Oduu_Gammachiisaa! Inistiitiyuutiin Seena Qabeessa Ta'e, Murtee Seena Qabeessaan Hundeeffame. ----------- BBO-Ebla 18/2016 Seenaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa keessatti yeroo jalqabaatiif Instiitiyuutii Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar akka hundaa'u kaabineen Mootummaa Naannoo Oromiyaa sagalee guutuuun mirkaneesseera. Inistiitiyuutiin Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar akka hundaa'u qorannoo yeroo dheeraa kan gaggeessa tureefi murteef mootummaatti dhiheesse Biiroon Barnootaa Oromiyaa mirkanaa'uu Inistiitichaa milkaa'ina ummata keenyaa akka ta'e ibsuun gammachuu isaanitti dhagahame dubbataniiru. Inistiitiyuutiin Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar (IQSTS) fedhii misoomaa hawaasni keemya qabu irratti hundaa'uun; - Barattootni qaxaleen, kennaa addaa qabaniifi kalaquu danda'an, -Rakkoo Hawaas-dinagdee qorannoon furuuf, - Cehumsa beekumsa, saayinsiifi teeknooloojii ariifachiisuuf. - Humna namaa qorannoo, saayinsiifi teeknooloojiin gahumsa olaanaafi naamusa gaarii qaban horachuuf. - Haala qabatamaa yeroo ammaa addunyaan hawaas-dinagdee, siyaasaafi teeknooloojiin geesse hubachuun lammiilee keenya giddu gala tokkotti walitti fiduun humna namaa qorannoon, teeknooloojiifi saayinsiin, akkasumas kalaqaan gahumsa qabuufi rakkoo hawaasa keenyaa hiikuu danda'an horachuuf akka naannoofi biyya keenyaatti kan gargaaruudha. IQSTS kan hojjatus dameewwan; #Akkaadaamii #Qorannoofi_Qo'annoo #Kalaqaafi_Inkubeeshinii irratti hojii kan jalqabu ta'uun beekameera. Inistiitiyuutiin kun haala qabatamaa biyya keenyaafi idil addunyaatti kan qophaa'e yoo ta'u, biyyoota addunyaa muuxannoo qaban waliin qindoominaan hojjachuun dhaloota rakkoo naannoo keenyaa furan kan gahoomsuufi Inistiitiyuutii hojiin isaa rakkoo furuu danda'u jedhamee eegama. #Dhalootni_Qorannoon_Saayinsiifi_Teeknooloojiin_qaroome_badhaadhina.......See more https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa
إظهار الكل...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

👍 123 16 14🤝 10👏 8🆒 2
Sirna Barnootaa Haaraa Hojiirra Oolchuu Keessatti Gaheen Hooggansa Manneen Barnootaafi Supparvaayizarootaa Ol'aanaadha &&&&&&&&&&&&&&&&&& BBO Ebla 18/2016 Leenjii Marsaa 4ffaa Hooggansa Manneen Barnootaa Sad.2ffaafi Supparvaayizarootaa Godinaale Lixaaafi kaaba lixa oromiiyaa (Wallaggaa afran,#Iluu Abbaaboor_Bunnoo_Beddellee #Jimmaa_ Shawaa lixaafi #Shawaa_Kibba_Lixaa) irraa dhufan Waliigala hirmaattoota 455 ta'aniif kennamaa jiru irratti ergaa darbe Leenjicha Hooggantuu Itti Aantuu BBO #Aadde #Habiibaa_Mohaammad jalqabsiisaniiru. Hojiirra olmaa sirna barnootaa Gahumsa bu'ureffateefi hojiirra oolmaa keessatti Gahee hoggantoota manneen barnootaa jedhu irratti maanuwaalii qophaa'e irratti leenjichi kan kennamaa jiru yoo ta'u; #Hooggantoonni leenjii leenjistootaa fudhataa jiran muuxannoo, #beekumsaafi_dandeettii qaban irratti dabaluun hawaasa manneen barnootaa biraan akka gahan, akkasumas sirni barnootaa haaraa kun hojii daree keessatti barachuu barattootaan bu'aa galmaa'uun kan milkaa'u waan ta'eef itti gaafatamummaa dachaa akka qaban Aadde Habiibaan leenjitootaaf dhaamaniiru. #BBOtti Daayirektarri Qophiifi Hojiirra Oolmaa Sirna Barnootaa Obbo Darajjee Taaddasaa leenjitoonni maanuwaalii irratti leenji'aa jiran itti gaafatamummaa dachaa isaanirra jiru akkaataa karoora qophaa'een sirni barnootaa kun gochaan deeggaramee bifa bu'aa buusuu danda'uun daree keessatti hordoffii walirraa hincinne taasisuu akka qaban, beekumsaafi dandeettii barsiisotaa hordofuun deeggarsa ogummaa gochuu akka qaban dhaamuun, #HOJIIN XIYYEEFFANNOO ISAANII #Barsiisonni karoora barannoo sirna barnootaa gahumsa bu'uureffate qixa barbaadamuun akka qopheeffatan taasisuu, #Mala gocha bu'uureffateefi dammaqinaan barattoota hirmaachisuu fayyadamanii akka barsiisaan taasisuun, #Iyyaafannoo_sirrummaa fi haqa qabeessuummaan isaa mirkanaa’e akka qopheesaniifi #Akka hoggansa_barnootaatti hojii ijoo manneen barnootaa kan ta'ee ''#Barachuu_Barattootaaf '' xiyyeeffannaa olaanaa kennuun sirni barnootichaa hojjiirra akka oolu gochuun hooggansa leenjii fudhatan irraa akka eggamu Obbo Darajjeen dabalataan ibsaniiru. https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa
إظهار الكل...

👍 38 10👎 3🏆 1
👍
👎
🔔 You Tube Official 🔔
👍 Facebook  Official 👍
📖 New curriculum 📖
Waldorgommiin Falmii Dhaddachaa Barattoota Manneen Barnootaa Sad.2ffaa Gidduutti Gaggeeffame. @@@@@@@@@@@@@@@@@ BBO Ebla 12/2016 Waldorgommiin Falmii Dhaddachaa Barattoota Sad.2ffaa akka naannoo Oromiyaatti gaggeeffame. Waldorgommiin dhaddachaa kun yeroo 4ffaaf akka biyyaatti kan gaggeeffamu yammuu ta'u, barattoonni manneen barnootaa gara garaa irraa walutti bahan abbootiin seeraa bakka argamanitti walfalmiin gaggeeffamee jira. #KAAYYOON_WALFALMII; #Barattoonni Hubannaa_Mirga namoomaarratti akka qabaatan waan isaan gargaaruuf #Haqa Ce'umsaa akka biyyaatti jalqabame hubannaa uumuun rakkoon karaa nagaan akka hiikamuuf shoora isaanii hawaasa keessatti akka taphataniif kan isaan gargaaru ta'uu Yoo ta'u; Sagantaa Falmii Dhaddachaa kana Hog. I/ A/ BBO Dr.Galaanaa W/Mikaa'eel jalqabsiisaniiru. Barattoonni waa'ee mirga namoomaa, Waa'ee seeraas, Seerri yoo cabe yaada ofii ifaafi bilisaan dhiyeeffachuun akkamiin akka danda'amu hubanaa gahaa ta'e akka qabaatan isaan gargaara. Akkasumas hojiin xiyyeeffannoo barattootaa #Saayinsiifi_Teekinoloojii qofa osoo hintaane gama seeraanis xiyyeeffachuu akka qaban ibsaniiru. BBOtti Ogeessi Qophiifi Hojiirra Oolmaa Sirna Barnootaafi Qindeessaa Sagantaa Walfalmii Dhaddachaa Obbo Marajjeen Mokonnon barattoonni falmii gaggeessan kun gahumsa isaaniifi ofitti amantummaa isaanii daran akka dabaluuf ibsaniiru. Akkasumas gama seeraafi haqaanillee cimanii akka bahan gochuuf kan gargaaru ta'uu himaniiru. #Akka walii galaatti Waldorgommiin kun dorgommiirra darbee barattoonni dhimma mirga namoomaarratti kan xiyyeeffatu waan ta'eef dhugaa baasuurratti Ce'umsa Haqaa biyyi keenya irratti hojjetaa jiru hawaasaafi hawaasa gidduutti rakkoo yeroo gara garaa uumamuuff mootummaafi hawaasa gidduutti hariiroo cimaan akka uumamuufis shoora guddaa taphata. FOLLOW US OUR OFFICIAL https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa
إظهار الكل...

👍 143 51👌 10🏆 9🫡 1
👍 33
👎 9
🔔 You Tube Official 🔔
👍 Facebook  Official 👍
📖 New curriculum 📖
إظهار الكل...

82👍 75👎 18😍 9 5🆒 1
👍
👎
🔎 Entrance Exam Questions 🔎
FACEBOOK
Qormaata_Kutaa_6ffaafi_8ffaa Naannoo Oromiyaa #Guyyoota_60_Qofatu_Hafe ---------- BBO - Bitootessa 26/2016 Qormaatni Naannoo Oromiyaa kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 kennamu Gosoota Barnootaa Qormaatni Irraa Qophaa'e: A - #Kutaa_6ffaaf ---------------- Qormaatni kan qophaa'u barnoota kutaa 6ffaa irraa qofa yoo ta'u, isaanis; 1.Afaan Oromoo/Amaariffa 2. Afaan Ingilizii 3.Herrega 4.Saayinsii Naannoo 5. Barnoota Gadaa 50%fi i Safuu 50% #Guyyaan_Qormaata_kutaa_6ffaa #Caamsaa 26-30/2016, ji'oota 2 ykn Guyyoota 60 qofatu hafe. B- #Kutaa_8ffaaf ----------------- Qormaatni kutaa 8ffaa kan qophaa'u barnoota kutaa 8ffaa irraa qofa yoo ta'u, Gosootni Barnootaas; 1-Afaan Oromoo/Amaariffa 2-Afaan Ingilizii 3- Herrega 4- Saayinsii Hawaasaa 5- Saayinsii Waliigalaa 6- Barnoota Gadaa 50%fi Lammummaa 50% ta'a. #Guyyaan_Qormaataa_immoo #Waxabajjii 03-07/2016, ji'a lamaafi guyyoota 8 qofa ykn #Guyyoota_68_qofatu_hafe. Kanaafuu, Barattootnifi Barsiisotni keenya akkasumas, Maatiim Barattootaa ji'oota lamaan hafan kana barattootni gara hundaan qormaataaf akka qophaa'an gargaarsi barbaachisu haa taasifamu kan jedhu dhaamsa keenya ta'a. BBO 🔎 Exam Questions 🔎 - https://t.me/oeb_book_store
إظهار الكل...

👍 317 103👎 39 38🙏 30💯 27🤝 17🆒 17🕊 12🏆 6🫡 5
👍
👎
🔎 Exam Questions 🔎
Biiroo Barnootaa Oromiyaafi 'Ethio telecom' SMART EDUCATION #EmpoweringEducationThroughCutting_EdgeTechnology. https://youtu.be/7a-p0Ppy4WY?si=mkRLVAm-IormJUXM
إظهار الكل...
Biiroo Barnootaa Oromiyaafi 'Ethio telecom' SMART EDUCATION

Biiroo Barnootaa Oromiyaafi 'Ethio telecom' SMART EDUCATION #EmpoweringEducationThroughCutting_EdgeTechnology. Biiroo Barnootaa Oromiyaafi 'Ethio telecom' SMART EDUCATION #EmpoweringEducationThroughCutting_EdgeTechnology.

👍 82 29🏆 14👌 12👎 5
👍
👎
🔎 Entrance Exam Questions 🔎
إظهار الكل...
Notcoin

Probably nothing @notcoin

15👍 1
- TONCOIN የምትሰሩበት NOTCOIN ቴሌግራም ለ ማስተዋወቅ አሁን ላይ በነፃ መሰብሰብ ትችላላቹ - ከ APRIL በፊት የተለያዩ ትዛዞችን በመፈፀም ከ 100ሺ -250ሺ NOTCOIN እየሰበሰባቹ BOOSTS እየገዛቹ በ TAP TAP እንዲሁም AUTO TAP ON በማረግ ከ BRONZE ወደ SILVER ከዛ GOLD እያደጋቹ መምጣት እና NOTCOIN መሰብሰብ ነው። - ክፍያ ስለሌለው በትርፍ ሰዓታቹ ሞክሩት ማብቂያው ጊዜ ትንሽ ስለሆነ ፍጠኑ!! - TELEGRAM PREMIUM የሆናቹ EARN ሚለው ውስጥ በመግባት TELEGRAM PREMIUM ሚለውን ነክታቹ 3Million NOTCOIN ማግኘት ትችላላቹ - NOTCOIN ያልጀመራቹ በዚ ሊንክ ትገባላቹ ⭐ Start ⭐ - LINK ከነካችሁ በኋላ Let's Go ሚለውን ነክታቹ መጀመር ነው!! * ቴሌግራም በቅርቡ ለቻናል ባለቤቶች ለማስታወቂያ የሚከፍለውም በእነዚሁ በTONCOIN እና NOTCOIN ይሆናል። ⭐  Start
إظهار الكل...
Notcoin

Probably nothing @notcoin

👍 40 8 3🏆 3
- TONCOIN የምትሰሩበት NOTCOIN ቴሌግራም ለ ማስተዋወቅ አሁን ላይ በነፃ መሰብሰብ ትችላላቹ - ከ APRIL በፊት የተለያዩ ትዛዞችን በመፈፀም ከ 100ሺ -250ሺ NOTCOIN እየሰበሰባቹ BOOSTS እየገዛቹ በ TAP TAP እንዲሁም AUTO TAP ON በማረግ ከ BRONZE ወደ SILVER ከዛ GOLD እያደጋቹ መምጣት እና NOTCOIN መሰብሰብ ነው። - ክፍያ ስለሌለው በትርፍ ሰዓታቹ ሞክሩት ማብቂያው ጊዜ ትንሽ ስለሆነ ፍጠኑ!! - TELEGRAM PREMIUM የሆናቹ EARN ሚለው ውስጥ በመግባት TELEGRAM PREMIUM ሚለውን ነክታቹ 3Million NOTCOIN ማግኘት ትችላላቹ - NOTCOIN ያልጀመራቹ በዚ ሊንክ ትገባላቹ 👉 Start - LINK ከነካችሁ በኋላ Let's Go ሚለውን ነክታቹ መጀመር ነው!! * ቴሌግራም በቅርቡ ለቻናል ባለቤቶች ለማስታወቂያ የሚከፍለውም በእነዚሁ በTONCOIN እና NOTCOIN ይሆናል። 👉 Start
إظهار الكل...
Notcoin

Probably nothing @notcoin

https://t.me/notcoin_bot?start=r_573809_32433240 🎁 +2.5k Notcoin as a first-time gift 🎁🎁🎁 +50k Notcoin if you have Telegram.
إظهار الكل...
Notcoin

Probably nothing @notcoin

👍 36 13💯 13