ar
Feedback
التحذير من البدع

التحذير من البدع

الذهاب إلى القناة على Telegram

በቢደዓ እና አህሉል ቢደዓ (የቢድዓ ሰዎች) ላይ የሚሰጡ ረዶች/ምላሾች በፅሁፍና በድምፅ የሚገኝበት ቻናል ነው። ያ አሏህ ሐቅን አመላክተን!!

إظهار المزيد
985
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام
أرشيف المشاركات
“Jibbinsa Jaraafi Rakkoo Ofii” https://t.me/ifaislaamaa/1230

Allahu Akbar! اللَّهُ أَكْبَرُ Allah Irra Guddaadha!! Jechi «اللَّهُ أَكْبَرُ» jedhu jecha hiikkaan isaa guddaafi barakaa qabuudha. Allah wanta hundarraa guddaadha. Wanti isa irraa guddatu hin jiru. Mootummaan hunduu harka isaa jira. 📮 قال الإمام بن العثيمين رحمه الله :- 👈 " إن قولك : اللَّهُ أكبرُ لا شكَّ أنك لو ‌استحضرت معنى هذا تماماً لغابت عنك الدُّنيا كلُّها لأن الله أكبرُ مِن كلِّ شيء وأنت الآن واقفٌ بين يدي مَنْ هو أكبر مِن كلِّ شيء .. 📚 " الشرح الممتع (٣ / ٢٨) “'Allahu Akbar' jechuun kee osoo hikkaa isaa sirriitti hubatte shakkii tokko malee adunyaan hundishee sirraa ni fagaatti 'Allah' waan hundarra Guddaa waan ta'eef, ati amma kan dhaabbachaa jirtu waan hundarra guddaa ta'e fuuldura dha....” 📮 قال شيخ الإسلام ابن تيمية رحمه الله:- 👈"فكُلَّما قـال العبد ﷲ أكبـــر : تحقَّق قلبه بأنْ يكونَ ﷲ في قلبِه أكبر من كلِّ شيءٍ فلا يَبقىٰ لمَخلوق علىٰ القلبِ ربَّانية تُساوي ربَّانية الـرَّب فضلاً عن أن يَكون مثـلها .. 📚 "جامع المسائل (٢٨١/٣) “Garbi tokko 'Allahu Akbar' yeroo jedhutti qoma isaa keessatti 'Allah' wanta hunda irraa guddaa ta'uu ni mirkanaahaaf , qoma isaa keessatti tokko hin hafu gooftaan uumamaa Rabbitti wal gitu kan Gooftaa Aalamaa fakkaatu dhiisii...” 🔖 Allahu Akbar jecha mujaahidoonni warreen karaa Rabbiif qabsoo godhan itti fayyadamuun Aduwwii irra itti ta'ani dha. 🔖 Allahu Akbar jecha yeroo shayxxaani dhagahu rifatee, xiqqaatee baqatu dha. 🔖 Allahu Akbar zikrii (faaruu) , Du'aa fi Ibaadaa guddaadha. قال تعالى: ﴿وَرَبَّكَ فَكَبِّرْ﴾ [المدثر: 3] “Gooftaa keetis guddisi” وقال تعالى: ﴿وَكَبِّرْهُ تَكْبِيرًا﴾ [الإسراء: 111] “Guddisuu isa guddisi” 🔖 Allahu Akbar jecha waan hundaaf qorichaa fi furtuu ta'e dha. 📮 عن أبي هريرة رضي الله عنه قال قال رسول الله ﷺ ”... ولا كَبَّرَ مُكَبِّرٌ قطُّ إلَّا بُشِّرَ ، قيل : بالجنةِ ؟ قال : نَعَمْ“ ((المعجم الأوسط)) (7779) السلسلة الصحيحة (1621) “Namni Takbiiraa (Allah Akbar) jedhu hin jiru yoo gammachiifame malee 'Jannataanii?' jedhamee gaafatamnaan Eeyyee jedhan ﷺ. 📮 قال عُمر بن الخطاب رضي الله عنه: "قولُ العبد: الله أكبر خيرٌ من الدنيا وما فيها" 📚 [تفسير القرطبي (الجامع لأحكام القرآن]. Umar Ibnul Khaxxab akkas jedhan:- “Garbi tokko 'Allahu Akbar' jechuun isaa adunyaan kanaaf waan ishee keesaa jiru hunda caala” 📮 قال الإمام ابن القيم رحمه الله :- 👈 " قبيحٌ بالعبدِ أنْ يقولَ بِلسانِهِ : اللهُ أكبر وَقَدِ امتلأ قلبه بغيرِ الله .. 📚 "بدائع الفوائد ( 2/196) “Garba tokkorratti baay'ee fokkisaa dha arabaan 'Allahu Akbar' jechaa qalbiin isaa wanta Allah ala jiruun guutamuun isaa..” ♻️ Allahu Akbar jecha bakkeewwan ciccimoo ta'anitti , bakka hundatti yeroo hunda jedhamudha. وقال ابن حجرٍ - رحمه الله - عن التكبير: "ذكرٌ مأثورٌ عند كل أمرٍ مهُول، وعند كل حادِثِ سُرورٍ، شُكرًا لله تعالى، وتبرئةً له من كل ما نَسَبَ إليه أعداؤُه" 📚[فتح الباري (2/ 438).] ♻️ Azaana keessatti, Iqaamaa keessatti, Salaata keessatti, Yeroo jiini baatu, Guyyoota kurnan Zul-Hijjaa, Dalagaa Hajii keessatti, Yeroo Iidaa(Ayyaanaa), Yeroo geejiba yaabatan, Yeroo bakka gubbaatii gadi bu'an , Yeroo qalma qalan, Yeroo oduu gammachuu dhagahan, Yeroo gubinsa argan, Yeroo salaata Janaazaa fi bakkee bay'eetti ni jedhama ⚠️ Bakkeewwan armaan olitti caqasaman hunduu ragaalee hadiisaa ni qabu. Bakka kanatti hadiisa jiru hunda kaahuuf barreeffamatu dheerataaf dhiifne. ✍ Kan asiif achii walitti qabee gara qubee oromootti hiike kan gara Rabbitti hiyyeessa ta'e gurbaa Abu Asiyah Abdallah jedhamudha. 🛰 @ifaislaamaa Join godhaa hordofaa yoo yaadaaf gaaffii qabdan immoo @Qeeqabot kanaan nu gahaa. https://t.me/joinchat/TNoRmBLV_hFHVkEp

Sirna (Aadaaba) Qalma Uduhiyyaa Inshaa'allaah INSTANT VIEW gadii tuquun dubbiffadhaa. https://telegra.ph/Sirna-Qalma-Uduhiyyaa-07-18 https://t.me/joinchat/AAAAAEzaEZgS1f4RR1ZBKQ

Islaamummaan Amantii Uumaadha fi Haqaadha. Walaloo Bareedduu Dhaggeeffadhaa. @ifaislaamaa

የምድር የሰማይ የመኖር ዋስትና ቤተሰቦች ናቸው የተውሒድ የሱና ተውሒድ ሱና ባይኖር አለም ትጠፋለች ሰማይ ተሰንጥቃ ትፈራርሳለች ከዋክብት ከመርገፍ ሰላም የሚያገኙት ፀሀይ ከጨረቃ ገብተው የሚወጡት ክ
የምድር የሰማይ የመኖር ዋስትና ቤተሰቦች ናቸው የተውሒድ የሱና ተውሒድ ሱና ባይኖር አለም ትጠፋለች ሰማይ ተሰንጥቃ ትፈራርሳለች ከዋክብት ከመርገፍ ሰላም የሚያገኙት ፀሀይ ከጨረቃ ገብተው የሚወጡት ክረምት በጋ ተብሎ በሰላም ሚኖረው ንፁህ እስልምና እስካለ ድረስ ነው። https://t.me/joinchat/Q0mf35Z6QEmajDQB

Bakka, Iddoo ykn Miiqaata Hajji fi Umraan irraa hidhatamtu مواقيت الحج والعمرة 1- Zulhuleyfa (ذو الحليفة) Makkarraa k.m. 450 miiqaata yookiin iddoo warra madiinaatiifii nama naannoo biraa kan karaa saniin dhufaniiti. 2- Juhfa  الجحفة Makkarraa k.m. 183 iddoo warra biyya shaam masriifii kan biraa kan karaa san darbuuti. (biyya shaam jechuun: suuriyaa, ordon, falasxiin, fi lubnaani). 3- Qarnu al-manaazil قرن المنازل Makkarraa k.m. 75 iddoo warra naannoo Riyaadii fii kan biraa kan karaa san deemaniiti. 4- Yalamlam ( یلملم ) Makkarraa k.m. 92 iddoo warra yamanii fii kan biraa kan karaa san deemaniiti akka keeniyaa, soomaalee, jabuutii fi Itiyoophiyati. 5- Zaatu irqi (ذات عرق) Makkarraa k.m. 94 iddoo warra iraaqii fii kan biraa kan karaa san (dabraniiti). 👌 Namoonni iddoo kanaa as jiran bakkuma jiran irraa hajjii fi umraa isaanii hidhatu. fakkeenyaaf warri makkaa makkaa irraa hidhatan. Hubachiisa! Namni hajjiifii umraa godhu kan miiqaata kanarra osoo hin hidhatin dabre ofduuba deebi'ee hidhachuu qaba. Yoo hin mijjaawiniif re'ee takka qalee miskiina makkaatii hiruu qaba. @ifaislaamaa

#Mucaa kana beektuu laata? ☞ Nasiihaa Gabaabduu Waa'ee Obsaa (( عن الصبر )) ☞ Barbaachisumaa Osbaa 🌴للأخ المفضال ياسر بن عزي دعبش حفـظه الله تعـالى Itti Fayyadamaa https://t.me/ifaislaamaa

ﺑِﺴْﻢِ ﺍﻟﻠَّﻪِ ﺍﻟﺮَّﺣْﻤَﻦِ ﺍﻟﺮَّﺣِﻴﻢِ الحمد الله والصلاة والسلام على رسول الله ﷺ أما بعد : Rabbiin ol tahe akkas jedha:- [وَلْتَكُنْ مِنْكُمْ أُمَّةٌ يَدْعُونَ إِلَى الْخَيْرِ وَيَأْمُرُونَ بِالْمَعْرُوفِ وَيَنْهَوْنَ عَنِ الْمُنْكَرِ ۚ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُفْلِحُونَ] «Isin irraa ummanni gara khayrii waamtuufi kan gaariitti ajajju badii irraa dhorgitus haa jiraatu Warri sun isaantu milkaa’oodha» Ergamaa Rabbii ﷺ akkas jedhaniiru: ((مَنْ رَأى مِنْكُمْ مُنْكَرًا فَلْيُغَيِّرْهُ بِيَدِهِ، فَإنْ لَمْ يَسْتَطِعْ فَبِلِسَانِهِ، فَإنْ لَمْ يَسْتَطِعْ فَبِقَلْبِهِ، وَذَلِكَ أضْعَفُ الإيمَانِ)) رواه مسلم “Namni isin irraa badiidhaa hojjatamuu arge harka isaatiin isa haa jijjiiru (dhaabu); yoo hin danda’in arraba isaatiin yoo hin danda’in qalbii isaatiin (haa jibbu). Inni kun iimaana dadhabaadha.” قال الإمام ابن باز رحمه الله-: [ السكوت عن خطأ المخطئين مشابهة لأهل الكتاب الضالين والمغضوب عليهم] [مجموع فتاويه(٣/٧٢) «Dogoggora namaa Callisanii ilaaluun warra Rabbi isaan irratti dallaneefi jallatinii fakkaachuudha» Ragaalee kana fakkaatanirratti hundaa'uudhaan dura taa'aa Majliisaa ta'anii Muslimoota Itiyoophiyaaf shira guddaaf kan muudaman nama maqaan isaa 'Umar Idriis' ykn Namoonni siyaasaa 'Teqedami Muftii' jechuun isaan waaman beektuu laata?! Waa'ee hammeenya nama kanaa hagamis quba qabduu!? Namni kun Rakkoolee Aqiidaafi Islaamummaa faallessan baay'ee nama hammatee deemu dha. Haa ta'uutii mee jechoota isaa kan Islaamummaa falleessaan keessaa mee tokko lama gurra isin buusa:- 🚫 «Istigaasaa (Birmannaa kadhachuu) Allah ala namoota du'an (akka fakkeenyaatti Anbiyoota fi Sheekota) waammachuun ni danda'ama» 🚫 «Allah bakka hin qabu» 🚫 «Ulamootaan, Anbiyootaan akkasumas Nabiyyii keenyaan ﷺ Tawwasula gochuun ni danda'ama» 🚫 «Salafiyyaa kana hundee isaa wajjin akka baduuf Abbooy Tsahayyee, Mummee Mallasattis himaa turre haata'uutii yerosichatti mootummaan nu wajjin hin dhaabbaneef baduu hi dandeenye. Har'a garuu balleesuuf waan hin mijaneef jaalalaan tokko ta'uuf akka furmaata yeroof ta'u taasifneerra” jechuu isaanii 🚫 «Daandiin sirrii daandii Suufiyyaa ta'uu, daandiin biroo (Salafiyyah fi Wahaabiyaan) rakkoo uumtota ta'uu isaanii Mootummaafis irra deeddeebi'uun akkeekkachiisaa turre» 🚫 «Mowliida baasuun Ni danda'ama» ☑️ Dukka kana fakkaatu keessaa osoo jiraataa jiranii bakka biirootti immoo akkasis jedhaniiru 👇 🚫 «'Teqedami Mufti' jechuun beekumsaan nama haandaara ykn fiixee gahe jechuudha. Itiyoophiyaa keessatti anaaf malee nama biraaf hin kennamne!» jedhe 👁‍🗨 Garuu Allah Qur’aana keessatti akkas nuun jedheera. [فَلَا تُزَكُّوٓا۟ أَنفُسَكُمْۖ هُوَ أَعْلَمُ بِمَنِ ٱتَّقَىٰٓ] "Lubbuu keessan hin qulqulleessinaa Inni nama (Isa) sodaatu akkaan beekaadha" 🚫 «Muslimoota irra kaafirootatu irra caalaa na jaallata» 👊 👌⁉️ Gaaffiin jiru kaafirootni akkamitti si jaalatanii?! Rabbi waa'ee sahaabotaa yeroo dubbatu akkas jechuun isaan ibseera:- [ لِيَغِيظَ بِهِمُ ٱلْكُفَّارَۗ ] "(Wanni akkanatti isaan jabeessef) akka isaaniin kaafirtoota Dallansiisuufi" 📮Hubaachiisa Jechoonni kunniin hundi isaanii ragaalee sagalee fi Suur-sagalee kan qabanidha. Itti sobaa hin jirru. ▪️Walumaagalatti namni kun warreen jibbiinsa Islaamummaa qaban wajjiin hariiroo cimaa fi walitti-dhufeenya gaarii dhumuun Islaamummaa irratti guyyaaf halkan boota qotaa oolu. Garuu hin milkaa'u. [كُلَّمَآ أَوْقَدُوا۟ نَارًا لِّلْحَرْبِ أَطْفَأَهَا ٱللَّهُۚ وَيَسْعَوْنَ فِى ٱلْأَرْضِ فَسَادًاۚ وَٱللَّهُ لَا يُحِبُّ ٱلْمُفْسِدِينَ] “Dhawaata isaan ibidda lolaaf qabsiisaniin Rabbiin ishee dhaamsa Isaanis badii dachii keessa facaasuuf fiigu Rabbiinis badii hojjattoota hin jaalatu" ♻️ Nama akkasii beeknee irraa haa fagaannu daandii isaas nama haa beeksifnu [وَكَذَٰلِكَ نُفَصِّلُ ٱلْءَايَٰتِ وَلِتَسْتَبِينَ سَبِيلُ ٱلْمُجْرِمِينَ] "Akkasumas akka (dhugaan mirkanaa'uuf) karaan yakkamtootaas ifa ta’uuf jecha keeyyattoota addeessina" ✍ @ifaislaamaa ✍ Yaada qabdan @Qeeqabot nuun gahaa

نحن ابنا الصوفية Dr Jeeylaan “Nuti ilmaan Suufiyyaati” jechaa hin turree? Maarree har'a Abbaan ka'ee yoo ilma adabe maaltu na
نحن ابنا الصوفية Dr Jeeylaan “Nuti ilmaan Suufiyyaati” jechaa hin turree? Maarree har'a Abbaan ka'ee yoo ilma adabe maaltu nama dinqisiisa!! Maaltu nama iyyisiisa? Ilma Abbaan yoo hin adabiin eenyutu adabaa? ዶር ጄይላን "እኛ የሱፍያ ልጆች ነን" ሲል አልነበረም እንዴ ታዲያ ዛሬ ላይ አባት ተነስቶ ልጁን ቢቀጣ ምን ይገርማል ምንድን ነው ጩኸቱ? ወላጆችህ ያልቀጡህ ማን ሊቀጣህ ነው!? @ifaislaamaa

نحن ابنا الصوفية Dr Jeeylaan “Nuti ilmaan Suufiyyaati” jechaa hin turree? Maarree har'a Abbaan ka'ee yoo ilma adabe maaltu na
نحن ابنا الصوفية Dr Jeeylaan “Nuti ilmaan Suufiyyaati” jechaa hin turree? Maarree har'a Abbaan ka'ee yoo ilma adabe maaltu nama dinqisiisa!! Maaltu nama iyyisiisa? Ilma Abbaan yoo hin adabiin eenyutu adabaa? @ifaislaamaa

▪ *الرَّدِّ علَى المخالفِ بيانُ للحقِّ*. ❍ قـال الشيـخ العلامـة / أحمـد بن يحيـى بن محمـد النجمـي - رحمــه الله تعالــى - 🔲|[ نعلم أنَّ الردود الَّتِي تقع ]| ▪إنَّما تقع على أقوامٍ أخطأوا في العقيدة أو في غيرها, فأدخلوا في الإسلام ما ليس منه ❌أحلوا حرامًا ❌أو حرموا حلالاً ❌أو أباحوا ممنوعًا ❌أو سكتوا عن الشرك ❌وغضوا الطرف عن أهله ❌أو ابتدعوا بدعةً في الدين حتى يظنُّ الظان أنَّ تلك البدع من الدين. 🔳|[ فمن أجل ذلك ]| ▫ردَّ أقوامٌ من السلفيين ▪على أقوامٍ من المبتدعة ▪وبينوا الأخطاء الَّتِي وقعوا فيها, سواءً كانت -: 🔻في العقيدة 🔻أو في المعاملات 🔻أو في العبادات [وإنَّ هؤلاء الذين فعلوا ذلك، وكلفوا أنفسهم بالرد إنَّما فعلوا ذلك بيانًا للحق، ودفعًا للباطل، وذودًا عن الدين، وحمايةً له من أن يدخل فيه ما ليس منه فهؤلاء قد فعلوا ما أمر الله به، ولَم يكن منهم اعتداء على أحد ولا خروجٌ عن الحق، وإنَّما أرادوا أن يفهم الناس الحق، ويبتعدوا عن الباطل، فمن يخطئهم فهو المخطئ، ومن يضلِّلهم فهو الضال]. 📝الــمَــصـــــ⇓⇓⇓⇓⇓ــدرُ: [ الفتـاوئ الجليـة ( 1/32 ) ] . ══════ ══════ ═════

⭕ 🔵 *(( ليس في ديننا عيد الأبرار وهو اليوم الثامن من شــوال ))*🔴 ⭕ *📝قال ‎العلامة ابن عثيمين- رحمه الله-:* اليوم الثامــــن من شــوال يسميـه العامة عيد الأبرار أي الذين صاموا ستة أيام من شوال، ولكــن هذا بدعــة فهذا اليـوم ليس عيدا للأبرار ولا للفجار، ثم إن مقتضى قولهم، أن من لم يصم ستة أيام من شوال ليس من الأبرار، وهذا خطأ، فالإنسان إذا أدى فرضه فهذا بَرُّ بلا شك، وإن كان بعض البر أكمل من بعض." *📂[الشرح الممتع (6-465)].* *📝قال الإمام ابن تيمية- رحمه الله:-* وأما اتخاذ موسم غير المواسم الشرعية كبعض ليالي شهر ربيع الأول التي يقال إنها ليلة المولد أو بعض ليالي رجب أو ثامن عشر من ذي الحجة وأول جمعة من رجب أو ثامن شوال الذي يسميه الجهال عيد الأبرار فإنها من البدع التي لم يستحبها السلف ولم يفعلها والله سبحانه وتعالى أعلم." *📂[مجموع الفتاوى (25/298)]* *📝قال الإمام أبو بكر الآجري- رحمه الله-:* فكل مَن عمل عملًا أو تكلَّم بكلامٍ، لا يُوافق كتاب الله - عز وجل -، ولا سُنَّة رسولهﷺ، وسُنَّة الخلفاء الراشدين، وقول صحابته - رضي الله عنهم -، فهو بدعة، وهو ضلالة، وهو مَردود على قائله أو فاعله." *📁[الأربعون حديثاً - ( ٩٤/١)]* *📝قال شيخ الإسلام - رحمه الله:-* من تعبّد بعبادة ليست واجبة ولا مستحبة وهو يعتقدها واجبة أو مستحبة فهو ضال مبتدع بدعة سيئة لا بدعة حسنة باتفاق أئمة الدين فإن الله لا يُعبد إلا بما هو واجب أو مستحب." *📂[ الفتاوى (1/160)]* *📝قال الحافظ ابن رجب - رحمه الله-:* فكل من أحدث شيئًا ونسبه إلى الدين ولم يكن له أصل من الدين يرجع إليه فهو ضلالة والدين منه بريء." 📂[جامع العلوم والحكم (2/128)] ➖➖➖➖➖➖➖ *☄️تابعونا على مجموعة التمسك بالسنة نجاة ☄️* *📍تلجرام t.me/sfghgy 📍* 🔴1️⃣ *https://chat.whatsapp.com/8tPlK923MROFe7odJGuTKq* 🔴2️⃣ *https://chat.whatsapp.com/KU36fGBbMfGGTnywPREKTA* 🔴3️⃣ *https://chat.whatsapp.com/BLY8WY0nSeDGXWQlcIhIoL* 🔴4️⃣ *https://chat.whatsapp.com/I6Nx0q533Sj9FDzARYX7Lu* *⛔ تنبيه المشتركين في المجموعة أن التصوير و صور ذوات الأرواح التي تضعونها في خلفياتكم على الوتساب من صور رجال أو أموات او أطفال أو نساء او غيرها هي محرمة ومن كبائر الذنوب ⛔*

ወንድማማችነት ወዴታ ና ፍቅር መተሳሰብ ጋራ በሱና በተውሒድ በሰለፎች ፋና እንዴት ያስደስታል ከልቡ ሲፀና እር ወንድሞቼ ሰሙኝ ልንገራቹህ ነገ ከአላህ ፊት ሳይቀርብ ውርዴታቹህ አንተ ፀሀፊውም ብዕርህን አሹለህ አንተ ተናጋሪው ምላስህን አስለህ ወንድማማቾችን ታኮራርፋለህ ማስማማት ማስታረቅ ቢሰነው ምላስህ መልካምን ማስተማር ቢያቅተው ብዕርህ በሰለፍዮች ማህል ተህሪሽ ታደርጋለህ ትላንት ጀማልን ስትሞርድ ቆይተህ እውነቱን ውሸቱን አቡክተህ አጉርሰህ ይልብህን ሰርተህ ሰውንም አጣልተህ ሚስጥርም ሲያወሩህ እንደታማኝ ሰምተህ ለዳዕዋ መስለሃ በሚል ሽፍን ገብተህ ሰውንም ስታሙ አብረህ ማዱን በልተህ አው እውነትክን ነው በማለት ስር ሰደህ በተልካሻ ምክኒያት ሲሻክር መስመርህ ምነዋ ዛሬ ላይ መዘክዘኩ አማረህ?? ያአኺ ተቆጠብ ከንደዚህ ተግባር! በወንድሞች ማህል አታምጣብን ፊክር የባለፈው ይብቃ ጭቅጪቃችን መለያዬት ማኩረፍ ከወንድማችን እንደገና ፊትና አትቆስቁሱብን እኛ ሰልቺቶናል አትሁኑ መፍቱን ✍✍አቡ ሀይደር الحبشي جعفر 🇾🇪ከየመን ባህር ዳር https://telegram.me/abuhyider

تسجيلات مسجد السنة السلفية في مدينة حربو የወንድማችን አቡ ጀዕፈር ተራጁዕ من الجمعية الهالكة إلى السلفية الناجية https://t.me/AnsurusunaHarbu https://t.me/AnsurusunaHarbu https://t.me/AnsurusunaHarbu

👍 ለየትኛውም የቢድዓ አንጃ ለሆነ ግለሰብ በመልካም ነገር መጠርጠር ተገቢ አይደለም ➖➖➖➖➖➖➖➖ 👎 ኢኽዋንም ይሁን 👎 አህባሽም ይሁን 👎 ሱፊያም ይሁን 👎 ጀምዒያ ይሁን 👎 ሳዳቲያም ይሁን 👎 ለማተሚያ 👎 ተክፊርም ይሁን 👎 ሙመይዕም ይሁን ሌላም… ➖➖➖➖➖➖ ለእነዚህ የቢድዓ አንጃወች በመልካም ነገር ሊጠረጠሩ ተገቢ አይደለም ። 〰〰〰〰 የወቅታችን ታላቁ ዓሊም ረቢዕ ብን ሃዲ ብን ዑመይር አልመድኸሊይ ሐፊዘሁሏህ እንዲህ ብለዋል. قـال الدكتــور العلامـة المحدث ربيـع بن هـادي بن عميـر المدخلـي -حفظـــه الله -: فإحســان الظــن بأهــل الانحرافــات وأهــل البــدع والضــلالات ☜مخالف لمنهج الله تبارك الله “فـلابـد من الحـذر منهـم” ولهذا قال الرسول ﷺ : “فإذا رأيتم من يتبع المتشابه فأولئك الذين لعن الله فاحذرهم” ●ما قال أحسنوا بهم الظن ☜كما يقول الآن كثير ☜من أهل الأهواء؛ أنتم تتكلمون عن النوايا! أنتم تتكلمون عن المقاصد! يا أخي إذا رأينا عندك شبه وضلالات أنت منهم الله حذرنا منك ورسول الله حذرنا منك كيف لا نحذر منك وكيف نحسن بك الظن وقد نبهنا الله تبارك وتعالى إلى سوء قصدك وحذر رسول الله منك؟! . الموقـف الصحيـح مـن أهـل البـدع (11 ) https://t.me/nesiha1

#Du'aaii Godhaa «رَبِّ اجْعَلْنِي مُقِيمَ الصَّلَاةِ وَمِن ذُرِّيَّتِي ۚ رَبَّنَا وَتَقَبَّلْ دُعَاءِ Gooftaa kiyya! Kan salaata dhaabu na godhi Ilmaan kiyya irraas (akkasuma) Gooftaa keenya! kadhaa kiyyas narraa qeebali. رَبَّنَا اغْفِرْ لِي وَلِوَالِدَيَّ وَلِلْمُؤْمِنِينَ يَوْمَ يَقُومُ الْحِسَابُ» [سورة إبرهيم]. Gooftaa keenya! Anaaf, haadhaafi abbaa kiyyaafi mu’uminoota hundaafis guyyaa qormaanni godhamu san araarami.” @ifaislaamaa

♻️ Ramadaana kurnan boodaa العشر الأواخر isa jedhamu akkamitti dabarsuu qabna? https://t.me/ifaislaamaa/1083

💢 قَالَ الإِمَامُ ابْنُ الجَوْزِيُّ - رَحِمَهُ اللَّهُ: ✍🏻 «‌‌‌‌‌‌‌‏عِبَادَ اللَّهِ اعْلَمُوا أَنَّ النِّصْفَ الأَخِيرَ أَفْضَلُ مِنَ الأَوَّلِ لِأَنَّ فِيهِ العَشْرِ وَلَيْلَةُ القَدْرِ وَالأَعْمَالُ تُضَاعَفُ بِشَرَفِ وَقْتِهَا وَمَكَانِهَا». አንናተ የአላህ ባሪያ ሆይ እወቁ የመጨረሻው ግማሹ ከመጀመሪያው በላጭ ነው, ለምን እዛ ወር አስሮቹ ወስጥ ለይለቱል ቀድር አለ ስራወች ደግሞ ይጨምራሉ ግዜው ቦታው የተከበር የተላቅ ስለሆነ! 📖【 التَّبْصِرَة (٥٢٥) 】 #ነገር ግን እኛ በዚህ ተቀራኒ የሆንበት አጋጣሚ ነው ያለው አላህ ያዘነለት በስተቅር, #ስንቶቻችን ነን ይህን ረመዳን ስንጠባበቅ የነበርነው? #ስንተቻችንስ አገኜነው አግኚተነውም ስንተቻችን ነን የተጠቀምንበት? #ከኔ ጀምሮ ረመዳን ይድረስ እንጂ ቀኑን በፆም ለይሉን በመቆም በቂረኣት በዚክር ነው የማሳልፈው እንል ነበር መጀመሪያ ላይ, #ግን ያንን ሀሳባቸውን እየፈፀሙ ያሉት አነስተኛ ከመሆናቸው ጋር, #አረፈደም አሁንም ግዜ አለን ከባለፈው ግዜ የሚበልጥ ሀሳባችንን ምኞታችንን ከግብ የምናደርስበት! #ወንድሜዋ እንዳተኛ አደራ አደራ እነቺም እህቴ ወላሂ ጀዋል ነው እየሸወደን ያለው ቢያንስ አስር ቀናቶችን ከአገልግሎት መስጨ ክልል ውጭ እናድርገው እና በጌታችን الله ሱበሀነሁ ወተአላ ጋር ብቻ እንገናኝ አላህ ያዝንልን ዘንዳ! #ወንዶች በኢአዕቲካፍ እንበራታ ለዱኒያ ስንት ቀን ለፋን ስንተ ለይሎችን አሳለፍን ያ አላህ , #አፍወን ወንድሞቼ በዱኣ እንዳትረሱኝ ከኢድ ቡሀላ እንገናኝ ❌❌📵 📱📞💸💶🛠🛠🛏❌❌ ጀዋል ማፊ ❌❌ ⚠️ሁላቹሁም አድማ አድርጉና ወደ ኢባዳ ሀያ ፍጠኑ ❔❔❓ #ኢዕቲካፍ መግባት የሚጀምረው ዛሬ ፀሀይ ከመግባቱ በፊት ነው! قنــــاتـنــا على تليــــــــجـرام مـــن هنـــــــــــــ↙ــــــــــــــــا ✍✍أبو حيدر ጃዕፈር الحبشي https://telegram.me/abuhyider https://telegram.me/abuhyider