cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

مشاركات الإعلانات
201
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
-430 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Akka Risaatti (Joobira) Xiyyeeffannookee galma kee irratti godhi! 🦅🦅🦅🦅🦅🦅🦅🦅🦅🦅🦅🦅🦅🦅🦅🦅🦅 💐🎯Risaan 5km irraa qurxummii bishaan keessatti arga, sana booda xiyyeeffannoon isaa hundi qurxumittiidha. 💐🎯 Yoo maaluu gidduu kanatti itti dhufe uree keessa darba malee ijasaa qurxummii irraa hin buqqisu. Qurxummittii qofarra ijasaa dhaabee kallattiin km5 irraa deemee qurxummittii bishaan keessaa fuudha. 💐🎯Atis xiyyeeffannoonkee galma kee qofarratti ta'uu qaba. Rakkoon kamuu yoo si mudate qalbiikee galma kee isa guddaarraa osoo hin buqqisin rakkocha urii keessa darbii galmakeetti kaadhu. 💐🎯Dogoggortee qalbiikee xiyyeeffannookee isa guddaa kan ta'e galma kee irraa hin buqqisin, xiyyeeffannoonkee rakkoo keessattillee galmakee isa guddaa qofa ha ta'u. Yoos galmakee geessa! 💐🎯Rakkoon hundi furmaataa wajjin dhalata waan ta'eef rakkoo keessattillee carraa galma keetti si geessu barbaadi, rakkoon furmaata hin qabne "Du'A" qofa. 💐🎯Ijakee, yaadakee, tarkaanfiikee hunda galmaa fi mul'atakeerraa hin buqqisin!
إظهار الكل...
👍 1
Qarri Abbaan Qale Abbaa Qale!! Ameerikaan biyyoota Afriikaa heddu Maqaa Nagaa buusuutiin Biyya baayyee mancaastetti, Namoonni heddu Osoo hin jaallanne Biyya isaanitii  Akka baqatan gootee jirti. Ameerikaan Afriika keessatti Maqaa nageenya kabachiisuutiin Biyyi isheen nageenya kabachiiste hin jiru. Milkaa'uuf dide malee Waggoottan Shanan dabarsine kana keessatti shirri isheen Itoophiyaa irratti xaxuuf yaalaa turte salphaa miti. Yeroo ammas Immoo Biyyoota Gaanfa Afrikaa qaxanaa shoorarkeessitoota gochuuf gamtaa shoorarkeessituu haaraa qindeessuummaa Ameerikaatiin hojachaa jiraachuu Torbee Tokko dura Irra gahamee ture. Gareen Ameerikaan ijaarte kuni Kan xiyyeeffate bu'urri Isaa Mootummaa Itoophiyaa furgaafatee harka biyyoota lixaatin diiguf kan kayyeffate akka ta'e beekkamee ture. Keessattuu, Maddaa fi mandhee shoorarkeessituu kan taate Ertiraa fi somaaliyaan humna cimaa shoorarkeessitoota keessatti kan leenjisan ta'uun kan eeraman yoo ta'u.Loojistikii fi faayinaansii kan deeggaru Ameerikaa turte. Gamtaa Alshabaab, shanee fi faannoo ijaaruuf humna namaa keeniyaa fi somaaliyaatti bobbaasu isaanis Irra gahamee Kan turee Fi jalaa Kan fashaala'e yoo ta'u Guyyaa dilbitaa Tiraampi Rasaasaan dha'amuu hordofee Deeggartoota Tiraampii Fi Deeggartoota Joobayidan gidduutti fincilli guddaan Biyya Ameerikaa Dimokiraasiidhaan addunyaa irratti beekkamtu keessatti guyyaa har'aa dhoo'ee jira. Kanaafi Qarri isaan Itoophiyaa ittiin qaluuf qarataa turan oolee Osoo hin bulle Isaanuma deebi'ee qale. #Itoophiyaa Kan tuqe Yeroo kamuu hin milkaa'u!!
إظهار الكل...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
#Dr_Abiy_Ahmed👇 Booji’aa jaalalaa, kan jaalalli kumaa! Doktoora Itoophiyaa, faaya afrikummaa! Rakkoon gurraachotaa sumaan wallaanamaa! Kan biraas hin feenuu mootummaan keenya sumaa!! Lafeef lubbuu keenyaan achi si keewwanne! Har’as si tikfachuuf lubbuu keenya laannee!!
إظهار الكل...
https://t.me/major/start?startapp=611351379 👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 75⭐️ invite bonus for you 200⭐️ if you are Premium Major
إظهار الكل...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Chaanaalii CBEbankPay: kaffaltii fayyadamtoota Baankii CBE qofa deeggara! Tartiiba asiin gadii hordofaa #Link banaa qabeenya horadhaa!! 1. "Wallet" cuqaasaa, sana booda "Recharge" cuqaasuun interfeesii filannoo chaanaalii seena; 2. Bakka duwwaa keessatti maallaqa kaffaluu barbaaddu galchi, "CBEbankPay" filadhu, achiis "Recharge" cuqaasi; 3. Herrega kaffaltii CBE dhaabbatichaa waraabuun herrega CBE keessan fayyadamuun kaffaltii raawwachuu; 4. Kaffaltiin erga xumuramee booda ergaa gabaabaa kaffaltii ykn vaawucharii kaffaltii keessatti ID daldalaa argachuu.    Gara interfeesii kanaatti deebi'ii ID daldalaa (koodii FT) bakka duwwaa armaan gadii keessatti guuti; 5. ID daldalaa (FT code) guutuudhaan "Kaffaltii xumureera" jedhu cuqaasaa; 6. Tarkaanfiiwwan hunda xumuruun na qunnamaa. Hubachiisa: Kun mala kaffaltii kaffaltii Baankii CBE qofaaf ta’a.    Kaffaltii erga xumurtanii booda, kaffaltii ofumaan argachuuf ID daldalaa (FT code) guutuu.    Maaloo herrega baankii biroo fayyadamuun kaffaltii guutuu hin godhinaa! Link kana bananii fayyadamuun abshaalummaadha! 👇 Itti fayyadamaa!! https://register.infinitypowersvip.com/?invitation=FMUHO Yoo gaaffiin jiraate gara Link koo @Mohammed_D47 kottaa👈
إظهار الكل...
#Nama_Gaarummaadhaan_moo'adhu! Namni si jibbu tokko wanta baay'ee sirrattii dalageera ta'a, Miidhaa gurguddaa sirraan gahuunis jireenya biyya lafaa kana si jibbisiisuu danda'a. Inni/ishiin hangamillee haa jallatan ati daandii jaalalaa fi gaarummaa qofa irra deemii.. . .... #ilaa_Waan_ofii_koo "eenyumtuu wanta facaase haammata /argata"! Nama akkasitti si miidhu kana rabbiin kee arguu dadhabeetii miti. Inni akka namaa hin ariifatu waan ta'eef!! Kanaafuu obsi! Guyyaan ati isaan ofii gaditti ilaaltu ni dhufaatii. Yeroo gaarii (❀╹◡╹)
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Qajeelfamicha guutuu isaa argachuuf 👇👇 https://t.me/binimoslawyer
إظهار الكل...
Qophaa'aa Ta'i! | Ready YourSelf ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❍ Jireenya jettee ati addunyaa kana irratti jiraattu kun yeroo hundaa akka ati feete siif hin taatu. Wanti ati har'a of harkaa qabdu guyyaa tokko akka dhabdu beekuu qabda. Mee fakkeenya tokkon siif fudhadha: Nama ati hedduu jaalattu yeroo hundaa of biraa dhabuu hin feene yoo dhabdemmoo jireenyi kee hiika akka hin qabnetti fudhattee ija kee irraa buqqisuun illee si sassachiisu osoo of biraa du'aan dhabdehoo?? Ykn namni sun akka ati isa jaalatutti si jaalachuu dhiisee onneekee madeessee osoo deemehoo?? Argitee jireenya kana gaafa jiraattu dhiphinaaf, dhabaaf, gaddaaf, rakkinaaf qophaa'aa ta'uu qabda. Sababni isaas yeroo hundaa gammachuun hin jiru gaddi ni jiraata, jaalalli akkuma jiru jibbis ni jiraata, wal arguun akkuma jiru gargar bahuunis ni jiraata. Nama jaalatturraa gargar bahuu yaaduun ulfaataa ta'us guyyaa tokko dirqama nama sanarraa adda ni baata kun seera uumamaati! Kanaaf gammachuun yeroo hundaa waan hin jirreef gaddaaf of  qopheessi! Gaafa rakkinni sitti dhufu hin laafiin, jireenyi rakkina kanaa booda akka waan hin jirreetti fudhattee mataa hin cabiin jabaadhu. Bor guyyaa addaa ta'uusaa bari. Jireenya addunyaa kanaa salphisuus ulfeessuus kan danda'u suma mataa keedha. Al tokko tokko rakkinoota nu quunnamanirra rakkinichaaf deebiin nuti kenninu hedduu nu miidhu kanaaf jireenya kee salphistee jiraachuu yoo feete wanta har'a argite boru akka hin jirre, akkasumas adda bahuu namni ati hin feene guyyaa tokko akka irraa adda baatu beektee yeroo hundumaa qophaa'aa ta'uu qabda Halkan akkuma jiru bariin illee dhufee halkanicha akka seenaatti ni haasofta, hin darbu wanti ati jette darbee boqonnaa haaraatti ni ceeta, guyyichas seenaa jettee dubbatatta. Kan jaalatte si jibbus kan abdatte si ganus godoon ati ijaarratte si jalaa diigamus guyyaa tokko hunduu darbee galmee seenaa kee irratti ni galmaa'a. ❍ Kanaaf yeroo hundumaa ati nama jabaa akka taateefi rakkinni si moo'uu akka hin dandeenye ofiiti dubbadhu! Gochi ati gootu firii yaada kee waan ta'eef waan gaarii yaaduu shaakali yeroos waan gaarii hojjetta jireenya kees salphistee jiraatta. ❍ Sababa malee namni kamuu addunyaa kana irratti hin uumamu, atis akkasuma sababa dhalatteef qabda; kanaaf gaafa rakkinni sitti dhufu guyyaa uumama kee hin abaarin! Dukkana booda ifni ni jira dukkanni har'aas darbee kaleessa ni ta'a isas borirra dhaabattee ni haasofta.... Ati uumama kaleessaa fi boru walitti araarsitee har'a gammachuudhaan jiraachuu danda'uudha; kanaaf ati yeroo hundaa nama addaati!! Jabaadhu jireenya moo'i malee jireenyi sin moo'in!
إظهار الكل...
Chaanaalii CBEbankPay: kaffaltii fayyadamtoota Baankii CBE qofa deeggara! Tartiiba asiin gadii hordofaa #Link banaa qabeenya horadhaa!! 1. "Wallet" cuqaasaa, sana booda "Recharge" cuqaasuun interfeesii filannoo chaanaalii seena; 2. Bakka duwwaa keessatti maallaqa kaffaluu barbaaddu galchi, "CBEbankPay" filadhu, achiis "Recharge" cuqaasi; 3. Herrega kaffaltii CBE dhaabbatichaa waraabuun herrega CBE keessan fayyadamuun kaffaltii raawwachuu; 4. Kaffaltiin erga xumuramee booda ergaa gabaabaa kaffaltii ykn vaawucharii kaffaltii keessatti ID daldalaa argachuu.    Gara interfeesii kanaatti deebi'ii ID daldalaa (koodii FT) bakka duwwaa armaan gadii keessatti guuti; 5. ID daldalaa (FT code) guutuudhaan "Kaffaltii xumureera" jedhu cuqaasaa; 6. Tarkaanfiiwwan hunda xumuruun na qunnamaa. Hubachiisa: Kun mala kaffaltii kaffaltii Baankii CBE qofaaf ta’a.    Kaffaltii erga xumurtanii booda, kaffaltii ofumaan argachuuf ID daldalaa (FT code) guutuu.    Maaloo herrega baankii biroo fayyadamuun kaffaltii guutuu hin godhinaa! Link kana bananii fayyadamuun abshaalummaadha! 👇 https://register.infinitypowersvip.com/?invitation=FMUHO
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.